cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Faaruuwwan Haaraa orthodox Tewahido

✔️ Channel keenya kana keessatti: 👇 ➪ Faaruuwwan Ortodoksii Tewaahidoo ➪ Barumsa wangeelaa bifa sagalee fi barreeffamaan, ➪ Akkasumas link garaagaraa, kitaabolee pdf dhaan argattu! Faaruu keessan beeksifachuuf: @Elshaadayii @Kaankooti

Більше
Рекламні дописи
8 578
Підписники
+1724 години
+1517 днів
+63630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Показати все...
👍 6 3🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Telegram akkuma Tiktok investaroota hedduu taasisuuf waan jiruuf kun waan Telegram jaallatama taasisuu danda'u keessaa isa tokko 🤩. ✅|| Task'wwan3 hojjechuu qabdu. ✅|| coin tokkoof qarshii lamaa fi saantima shantama gatii qaba. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15 ⭐️⭐️ argattu Yoo hin jalqabne ta'e ammuma jalqabi. https://t.me/major/start?startapp=1399574075
Показати все...
Egaluuf
🔹Akkan kufetti hin hafu🔹 Akkan kufetti hin hafu diinakoo jalatti Cabaakoo suuphitee ol na kaastee gooftaa atii /2/ Lapheekoo isa cubbuu dhiigan  qulqulleessitee Akkamini goofta kan akkatti na jalaattee /2/ 🔹🔹 Qaraxa sassaabuun nama  raakkiseeraa Hojii gaarii hin qabu hunduu na bareeraa Irbaata mana koof taasisteetta gooftaa Dinnikoo gungumus ati na baafteettaa 🔹🔹 Isa hin beekun turee hojiidhaa waaqnikoo Qurxummii kiyyeessudha barri jireenyakoo Waaqummaa kee baree deebi'e badii keessaa Isa durii dhiisee yoomuu sin waaqessaa 🔹🔹 Dirree lolaatti bahee miilli koo na cabee Miinfiboostee nan jedhu diinni naa qaqqabee Na baastetta gooftaa harka ormaa  jalaa Ba'aakoo narraa kaaftee an sin tajaajilaa 🔹🔹 Si ari'adheeraa karaa damaasqotti Anoo sin hubanne edaa gooftaakooti Na waammate gooftaa lafa onaa keessaa Meeshaa cimaa jechuun lallabaaf na baasan °°°°°°°°°°°°°°°°°° ☞F/ttuu Bashuu Taasisoo 🔉 Faruu Afaan Oromo Haaraa 📬Faruu Keessan Beksifacuuf          👇👇       @Elshaadayii         @Elroohii 👇👇follow. Join ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @faruuHaara @faruuHaaraa ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══
Показати все...
15👍 13🎉 2
Faaruu_Haaraa_Ortoodoksii_Tawaahidoo_Akkan_Kufetti_Hin_Hafu_F_ttuu.m4a7.36 MB
13👍 7
Haqi_Imimmaan_koo_F_ttuu_Warqinash_Bayyanaa_Faarfannaa_Afaan_Oromoo.m4a4.18 MB
👍 6 5
bc167de7.aac4.18 MB
👍 3
🔹Akkan kufetti hin hafu🔹 Akkan kufetti hin hafu diinakoo jalatti Cabaakoo suuphitee ol na kaastee gooftaa atii /2/ Lapheekoo isa cubbuu dhiigan  qulqulleessitee Akkamini goofta kan akkatti na jalaattee /2/ 🔹🔹 Qaraxa sassaabuun nama  raakkiseeraa Hojii gaarii hin qabu hunduu na bareeraa Irbaata mana koof taasisteetta gooftaa Dinnikoo gungumus ati na baafteettaa 🔹🔹 Isa hin beekun turee hojiidhaa waaqnikoo Qurxummii kiyyeessudha barri jireenyakoo Waaqummaa kee baree deebi'e badii keessaa Isa durii dhiisee yoomuu sin waaqessaa 🔹🔹 Dirree lolaatti bahee miilli koo na cabee Miinfiboostee nan jedhu diinni naa qaqqabee Na baastetta gooftaa harka ormaa  jalaa Ba'aakoo narraa kaaftee an sin tajaajilaa 🔹🔹 Si ari'adheeraa karaa damaasqotti Anoo sin hubanne edaa gooftaakooti Na waammate gooftaa lafa onaa keessaa Meeshaa cimaa jechuun lallabaaf na baasan °°°°°°°°°°°°°°°°°° ☞F/ttuu Bashuu Taasisoo 🔉 Faruu Afaan Oromo Haaraa 📬Faruu Keessan Beksifacuuf          👇👇       @Elshaadayii         @Elroohii 👇👇follow. Join ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @faruuHaara @faruuHaaraa ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══
Показати все...
5👍 2
4b96aad5.aac7.35 MB
8
🎵Eessa Futee Naa Dhabdee Essaa futee naa dhabdee goftaa fulduraa namaa Anoo abdii kuterra waahee koof yeroo hundumaa Bar tokko naaf hin darbu aduun kee naf hin bahuu Jedhetani gungumma yeroon kopha koo tahuu /////////////_ Jireenya malii qabdaa hin dutuu maaf rakkata Akkasitti jiraate yeroo hundaa maaf kadhata Waqayyon ganni duhii jedhanitu naa gorsuu Firootan koo dhufanii hunduu naa doggogorsuu ///////_ Qabeenyi koos dhumanni ijoleen koos duhani Kannan qabuu hundinu na jalaa harcahanii Waan goteef situu bekaa ameen jedhen fudhadhee Isaa kanii korra caluu dachaa dachaan argadhee ////////____ Ormaa hin amanadhuu goftaa koo sin dagadhu Rakkadhen hafaa jedhee ano abdi hin kutadhuu Iyoobin gargartetta madaa isaa fayyisteta Maati isaa hundumayyu walitti debisteta ///////____ Enyuutu gadde hafaree kani waqayyon kadhate Nutoo iyesusin ganaan amantin nutti hiraate Nuuti osoo dhabbane akka iyoob obsinee Ganaama fi galgala hundumtuu walii gorsinee ////////_    🔉 Faruu Afaan Oromo Haaraa 📬Faruu Keessan Beksifacuuf          👇👇       @Elshaadayii         @Elroohii 👇👇follow. Join ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @faruuHaara @faruuHaaraa ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯
Показати все...
🥰 18👍 11 8👏 4👌 1
ESAFU MASTER (2)-1.mp36.82 MB
10👍 4🥰 4
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.