Waldaa Daandii Qulqullummaa
Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام Waldaa Daandii Qulqullummaa
کانال Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) در بخش زبانی امهری بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 12 867 مشترک است و جایگاه 6 897 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 2 736 را در منطقه أثيوبيا دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 12 867 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 18 نوامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 329 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -9 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 0.71% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 0.48% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 91 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 62 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 5 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2
20/8/016
Waliin baranna kotta....
✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 19 نوامبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کردهاند.
در حال بارگذاری دادهها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 19 نوامبر | +22 | |||
| 18 نوامبر | 0 | |||
| 17 نوامبر | +6 | |||
| 16 نوامبر | +30 | |||
| 15 نوامبر | 0 | |||
| 14 نوامبر | +5 | |||
| 13 نوامبر | +8 | |||
| 12 نوامبر | +10 | |||
| 11 نوامبر | +36 | |||
| 10 نوامبر | +3 | |||
| 09 نوامبر | +12 | |||
| 08 نوامبر | 0 | |||
| 07 نوامبر | +9 | |||
| 06 نوامبر | +20 | |||
| 05 نوامبر | +21 | |||
| 04 نوامبر | +9 | |||
| 03 نوامبر | +29 | |||
| 02 نوامبر | +15 | |||
| 01 نوامبر | +6 |
| 2 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 1 |
| 3 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 4 |
| 4 | Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ | 4 |
| 5 | Isin Ortodoksi dha❓ | 3 |
| 6 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 5 |
| 7 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 4 |
| 8 | Daqiiqaa 30 booda nii haqama
Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin
10+10×0+10=??? | 10 |
| 9 | 🎧🎵Faaruu eenyuu dhaggeeffachuu barbaaddu?
👤F/taa Firaanol Moosisaa
👤 F/ttuu sister hiwet teferra
👤F/taa Mendaayee Berhaanuu
👤 F/taa Yilmaa Hayiluu
👤F/taa Dn Abeel Mekbbeb
👤 F/taa Diyaaqon Muluken Kebede
👤 F/taa Tewodroos Yooseef
👤 F/ttuu Faasikaa Dinquu
👤 F/ttuu Bezawork Asfaaw
👤 F/ttuu mirtnesh Tilahun
👤 F/ttuu Worknesh
👤 F/taa Ytbarek Tegeny
👤 F/taa Ge/Yohannes Ge/Tsadek
🌐 Faaruu Ortodoksii hunda 🎶 | 10 |
| 10 | መጋበ ዕለታት ከዋክብ
Urjiilee guyyoota sooran
1) Sanbata guddaa - Shimish
2) Wiixata - Qamar
3) Kibxata - Marii
4) Roobii - Mashtarii
5) Kamisa - Zuhaan
6) Jimaata - Haxaart
7) Sanbata duraa - Naard
Urjiilee ji'oota Sooran
1) Fulbaana -Ilhaameel
2) Onkololeessa - Aalsaawu
3) Sadaasaa- Aljaawuzaa
4) Mudde - Alshaanxar
5) Amajjii - Alhaasaad
6) Gurraandhala Alsaanbulaa
7) Bitootessa - Almiizaan
8) Eebla - Alaaqraab
9) Caamsaa - Alqawus
10) Waxabajjii - Alzaajiin
11) Adoolessa - Aaldelew
12) Hagayya - Alahaat
Urjiilee Waqxii Sooran
1) Afraasaa - Mili'eel - Bitootessa 26- Waxabajjii 25
2) Ganna - Hilmelmeleek Waxabajjii 26-Fulbaana 25
3) Ganna - Birki'eel
4) Bona - Naari'eel
Source : Melaake Hiywoot Mr Girmaa Asaffaa kan barsiisan irraa
Sadaasa, 07, 2019 Fiichee, Salaalee
@WalalooAO | 59 |
| 11 | Dargagguummaa
Dhalli nama yeroon jireenya isa murteessuu umurii dargagguummaa kanatti.
Umurii dargagguummaati beekumsi,bilchinni sammuu, jabeenyi qaama, akkasumas jijjiramni qaama keenya irratti yeroo mul'aatudha.
Umurii dargagguummaati yeroo miirrii keenya nu hoggaanudha.
Humni,obsa dhabuun yeroo kana rakkoo isa guddaadhaa.
✅ Jaalala
Yeroo gaaffii jaalala nàmóôtni waliif dhiyeessan,bultii ijaarachuuf adeemsa eegalanidha.
yeroo kun Madda jireenyati.
Dargaggootni gonfoo ykn kabaja isaani yeroon eegani, yeroon kabaja isaani dhabanis yeroo kana.
🛜 Nàmóôtni kabaja isaani yeroon kana dhaban,rakkoo itti ni ta'a?
✓Ga'eela kan hundeesse waaqayyoodha.
Ga'eela jannata keessatti bu'uureeffame,kanaaf qulqulluudha.
Ga'eela kun kan eebbifamuu.Namootni wal_jaallatan,wal-kabajan;safuu,duudha hawaasa yoo eeganidha.
Hamma ga'eela rawwatanitti feedha foon rawwachuu inqaban.
♨️Yaa obboleetti dhirri ga'eela duraa waliin ciina sin jedhu 👈 bultii keef inta'uu
Yaa obboleessa ga'eela duraa durbi akka ati waliin ciistuu si gootu bultii keef intaatu.
⚠️ Miidhaa ga'eela duraa waliin ciisuu?
✓yeroo ga'eelatti seentuu/seenuu hariiroo qaama biraa waan beektuuf/beekuuf yaada shakkiif nama saaxila.
✓Ga'eela duraa feedha foonif qaama faallaa waliin ciisee/ciistee waan beektuuf/beekuuf ga'eela murta'uun ni ulfata, 👈 qaama biraa waliin akka ciistuu miirrii kee si to'aata.
Kun bultii kee diiga.
♨️ Ga'eela duraa wal-qunnamtii saala rawwachuu irraa of-eeggachuun barbaachisa dha.
Kabaja ofii eegan,wal_kadhimaachuun gaariidha.
♨️
yaa shamarran durbumma keessan eeggadha.
yaa dhiroota gonfoo keessan kabaja,kabaja ijoollee shamarran eega.
🛜Warrii kabajan jirta kadhannati ciima,kabaja keessan eeggadha.
Ga'eela keessantu eebbifama.
Warrii kabaja keessan sababa adda, addan dhabdan,manni kiristaana keenya bakka fayyiinati waan ta'eef 👈 Gaabbii galuun jireenya keessan haaressa.
Jaban waaqa
Waan dubbistanif galatooma 👏
Share, like, comment ✍️ ✓
Yaadni keessan motora channel kanatti,akka itti fufuus,akka maxxaansa kana dhabnuus yaada keessa murteessaadha. | 105 |
| 12 | <>➐<> #Sillaasee <>➐<>
Sillaasee Abbaa koo
Uumaa Samiif lafaa
Maqaa kee wameetan
Gadduun kan koo hafa
🙏-------➐
Bifaaf fakkeenya keen
Uumtee Nadhaabdeetta
Cubbuu koo naaf dhiistee
Ofitti naqabdeetta
🙏-------➐
An ragaan siif baha
Dhugaa irra dhaabbadhe
Sillaaseen Waaqa dha
Tokkos sadiis jedhee
🙏-------➐
Jecha kan keetiini
Samiin kan dhaabate
Afuura kan keetiin
Addunyaan Golgamte
🙏-------➐
Abbaan jaalala isaan
Ilma isaa gadi Ergee
Dhiifama isaa tiin
Saba isaa Aguuge
🙏-------➐
Iccitiin isaa guddaa
Kan bira hin ga'amne
Waqummaan sillaasee
Kan hin qoratamne
🙏-------➐
Jiraataa waaqa koo
Qulqulluu #Sillaasee
Garamin adeemaa
Uumaa koo si dhiisee
🙏-------------------------🙏
#Baga_Ayyaana_Uumaa_keenya_Qulqulluu_Sillaasee_Nagaan_Geessan_ijoollee_Tewaahidoo! | 169 |
| 13 | Walaloo 🍒🍒🍒
👉 Mikaa'eel
Tiksee koodhaa
Abba gaafa rakkoo
soraa jireenyaa Koo
sidhaa mikaa'eelii
anaf tiksee Kan Koo
egdee na guddistee
ijoollumaakoorraa
manakeettii na waamtee
dirree badisarraa
egaakoo dhaa ati
yeroomaa hundumaa
ganaamaf galgalaa an
maqaakeen waamaa
tiksee dhugaadhaa ati
mikaa'eel abbakoo
naanis na gargariii
akka Daani'eelii
Afoomiyaa Kan bastee
harkaa dinaa keessaa
nanis na baasii kaa
kiyyoo diinaa keessaa
ati Kan gargartee
Saba isira'eelii
har'as nuf qaqabii
Akka Saba isira'eelii
Ebbiifii sugnii kee
Ana mucaa keerraa
calaaqisee ifee
surraaf ayyanniikee .
yoo sinnitti tole
follow gochuu naa jajabeessaa
✍🏽✍🏽✍🏽✍🏽✍🏽
♥️1️⃣2️⃣🩷💯
Walaloo code 🔔@12@012 | 151 |
| 14 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 15 |
| 15 | Isin Ortodoksi dha❓ | 17 |
| 16 | Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇
🥰Channel afaan oromoo🥰 | 21 |
| 17 | ✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇 | 12 |
| 18 | Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
Ijollen ortodoksi qofaf
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ | 17 |
| 19 | Isin Ortodoksi dha❓ | 4 |
| 20 | Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 6 |
