cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

SAGALEE GAMMACHUU🌤

Kaayyoon channel kanaa👇 Ogummaa fi kennaa waaqayyo nuuf kenneen jecha sagalee isaa wal hubachiisuu fi barachuu dha!👇 Yaada qabdaniif👇 fb. https://www.facebook.com/an.dhuguma! You tube👇 https://youtube.com/channel/UCqh0fkKnSO1m29JGoH2Ohnw

Більше
Рекламні дописи
5 915
Підписники
+1424 години
+1117 днів
+65130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

        #Abba_Kiroos ☞Jiini Galee Guyyaa 8ttii yadannoo Ebbifamoo abba keenyaa #Abune_Kiroos dha. ☞Rifeensa mata kee isa qulqulluu fi mataa keef harka fuudhun fuula kee ifa uffateef nagaan ni ta'aa urgoftuu caala Namuusan kan kabajamtee yaa ebbifamaa  abba keenyaa abba kiroos gara lafummaa kan hin qabnee hojii dabiloos irraa  kunoo si'iin ararsaa koo abdii godhadheera. ☞Abba kiros gurroota kee jechoota wangeela ja'an fudhataniif kan nama gammachiisan ijakee fi nyaara keef nagaan ni ta'aa. ☞Ararsummaa keen yakkaa nama hedduu kan balleesu jechaa kee fi cubbuu foonin kan mada'an kan fayyisuu afuurakeef nagaan ni ta'aa. ☞Qonqoo kee qulqulla'oo fi cinaacha kee irra kan dhabbatee irree keef nagaan haa ta'uu yaa bultoo afuura Qulqulluu ebbifamaa abba kiroos abidda harkaa isaniin kan qaqqaban nagadnii isanii samii kan ta'ee si aja'ibsifatuu. ☞Laphee kee qulqulluu fi kasuu(hammanna)kee kadhannaf kan diriiran harkoota keef nagaan ni ta'aa  yaa ebbifama abba kiroos dinnikoo hammenyaa isa narratti bay'iseerati fannoo  isa qaraniwoo qabadhee akkan injifadhuu mo'adhuuf na gargaarii ☞Hiyyeesotaf araara gochoo kan baree Qulqulluu sammuu(yaada)kee fi kalee keef hundumaa kan danda'ee garakeef nagaan sif haa ta'uu Qulqulluumma kan dhugaa batuu yaa Qulqulluu abba kiroos abban gaarii akakee kan kufee ni kasatii irreeken akka na kastuuf humna sammuu yaada koo naf jabessii. ☞Komee kee wangeela barsisuuf hin dadhabnee hin nuffinee fi sodaa fi jeqamuu malee kan dhabatan ejjenna  millaa keef nagaan ni ta'aa fannoo fi askeema ergamoota kan battee yaa ebbifama qulqulluu abba kiroos seexannii meeshaa waraana isan akkaa nan mo'annee surraa kee ittii agarsisii. ☞biftii isa kan midhagee dhabbata kee fi quboota miila kee hundumaaf nagaan ni ta'aa raajichii dawit akkuma dubbatee kan kabajamtee yaa ebbifamaa qulqulluu abba kiroos addunyaa irratti jirenyaa foonii jirenyaa lubbuu akkaa jirannuu araara nuf kadhadhuu. ☞(melka Abba kiroos) ☞---🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8 ..firomfadha...join👇🙏 https://t.me/sagaleegammachuu
Показати все...
5👍 3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
••• Umaa samiif lafaa Soora umamaa ,Yaa umaa koo Sillasee #Sillaseen bakkan jirree gara jiraachutti dukkanaa gara ifattii kan nu ceesisee inni  sillasee dha . #Sillaasee hirkoon keenyaa,gaddisnii keenyaa,anteen keenyaa,gaachanni keenyaa Sillasee dha. gara jireenyatti ni ceenaa. Sillaaseeti amanaa gaddisaa godhadhaa cuuphamaa. umaan keenyaa sillaseen deebii kadhannaa keenyaati jabinaa sagadaa keenyaa hiikama gabbii keenyaa dha . #Olman keenyaa guyyaan keenyaa galgallii keenyaa bultiin keenyaa hundumtuu qulqulluu Sillaaseen kan ebbifamee nuf haa ta'uu!Ameen ameen ameen. #Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/RhqSkSAV_nA       #Join_Share_👇 https://t.me/sagaleegammachuu       #Halkan_Gaarii!!
Показати все...
9👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
ኢየሱስ ክርስቶስ ጥዑም ስም ለዘይጼውዖ ኢየሱስ ክርስቶስ ኀብስተ ሕይወት ለዘይበልዖ ኢየሱስ ክርስቶስ ጽዋዐ መድኃኒት ለዘይሰትዮ፤ ኢየሱስ ክርስቶስ በግዐ መድኀኒት ለዘይሠውዖ Iyyesuus Kiristoos kan waamuf maqaan isaa mi'awaa dha Iyyesuus kiristoos Kan nyaatuuf biddeen jireenyaa dha.. Iyyesuus kiristoos kan dhuguuf xoofoo qorichaa dha! Iyyesuus kiristoos kan arsaa dhiyeessuf hoolaa fayyiina dha. Raajii Iyyesuus🙏❤🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Показати все...
12🥰 1
----------- Ol Bahu Tokkichaa------- Ol bahu gooftaa keenyaan dura,Kan butamaan,kan ol bahaan,Kan dhokataan qulqulloonni baay'een akka jiran kan beekamee dha. Ol bahuun gooftaa keenyaa garuu kan qulqulloota kana hundumaa irraa adda kan ta'e dha.  Ol bahuun gooftaa keenyaa akka henook dhokachuun,Akka Eliyaas Seregella abiddan butamuun yookis  Akka qulqulluu phaawuloos samii sadaffaa irraa ga'ee isaa deebi'e ol bahumsaa butamuudhan ta'e miti.    Gooftaan keenyaa yeroo ol bahu Gargaarsi (kan ol isa baasu)isa hin barbaachisnee. Qulqulloonni yoo ol ba'an,yoo dhokataan,yoo butamaan kennaa waaqayyoo isaniif kenneniidha Waaqayyoon alaa homaa gochuun isaniif hin danda'amuu.Qulqulluu yohaannis afewerq Ol bahu gooftaa keenyaa fi Eliyaas yeroo wal bira qabu akkas jedhee " Eliyaas yeroo ol ba'etti barataa isaa Elsaaf uffaata isaa darbateef,Elsa irraas dacha dachaa ta'e bulee kiristoos garuu yeroo ol ba'etti duuka bu'oota isaaf nuyiif kan kennee uffataa isaa osoo hin tanee foonii fi dhiiga isaa ture jedheera  " Gooftaan keenyaa du'a injiifatee erga ka'e bultii afurtamaffaa isaatti suuta suuta fagachaa, Ol..Ol jechaa gara samitti Ol bahee ከ -----        Yeroo Deemu Akkumaa argitan akkasumas ni dhufa. --🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Показати все...
እኛን ከወደደበት:-ዘማሪ ዲ/ን ታሪኩ በየነ(Lyrics)አዲስ ዝማሬ(Cover) #Gebreyohannes_Gebretsadik #ዘማሪ_ገብረዮሐንስ_ገብረፃድቅ

# ዘማሪ_ገብረዮሐንስ_ገብረፃድቅ #አዲስ_ዝማሬ #NewMezmur #Cover ዘማሪ ዲ/ን ታሪኩ በየነ(New Ethiopian Orthodox Tewahedo Mezmur) Hordoftotaa kenyaa Bagaa Nagaan Garaa channel kenyaa SAGALEE GAMMACHUU nagaan dhuftaan jechaa share ,like fi Subscribe tasisun Tajajilla kenyaa cimsaa kan matii hin tanee matii nuf ta'aa እንኳን ወደ ዩቲዩብ ቻናላችን በሰላም መጣችሁ እያለን subscribe,share,like በማድረግ በተሰብ በመሆን እንድትከታተሉን በትህትና እንጠይቃለን ። Well Come To Our Page Channel You Are Family of Our SAGALEE GAMMACHUU TUBE Channel ,as I saw in the vidoe subscription ,like me assume a video is useful for other people #share ,#subscribe,#like click on the ringtone

👍 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
"Shiftaas yoo argitee isaa ejjuus,yoo argitee akka faayitawii-zeyiman na dursee gannata yoo galee hoo maalan beeka jedhii darbii" [Aregawwi Menfesawwi] --🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Показати все...
👍 4 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Misirroo gooftaa koo iyesus kiristoos kan tatee yaa waregamtuu qulqullettii Arseema ! Waregamumma bara kana akkan hubadhuu na gargarii. Baga_Gessan!!! ☞#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8 ..firomfadha...join👇🙏 https://t.me/sagaleegammachuu         🙏
Показати все...
9👍 4
☞maddaa(dirsani ura'eel) ☞Ebbii kadhannan Qulqulluu ura'eel nurra adda hin ba'iin🙏 --🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Показати все...
እኛን ከወደደበት:-ዘማሪ ዲ/ን ታሪኩ በየነ(Lyrics)አዲስ ዝማሬ(Cover) #Gebreyohannes_Gebretsadik #ዘማሪ_ገብረዮሐንስ_ገብረፃድቅ

# ዘማሪ_ገብረዮሐንስ_ገብረፃድቅ #አዲስ_ዝማሬ #NewMezmur #Cover ዘማሪ ዲ/ን ታሪኩ በየነ(New Ethiopian Orthodox Tewahedo Mezmur) Hordoftotaa kenyaa Bagaa Nagaan Garaa channel kenyaa SAGALEE GAMMACHUU nagaan dhuftaan jechaa share ,like fi Subscribe tasisun Tajajilla kenyaa cimsaa kan matii hin tanee matii nuf ta'aa እንኳን ወደ ዩቲዩብ ቻናላችን በሰላም መጣችሁ እያለን subscribe,share,like በማድረግ በተሰብ በመሆን እንድትከታተሉን በትህትና እንጠይቃለን ። Well Come To Our Page Channel You Are Family of Our SAGALEE GAMMACHUU TUBE Channel ,as I saw in the vidoe subscription ,like me assume a video is useful for other people #share ,#subscribe,#like click on the ringtone

☞Ol ba'uu Gooftaa fi Hangafaa Ergamoota Qulqulluu Ura'eel. ☞Guyyaa kana guyyaa ol ba'uu gooftaatti ura'eel tessoo ergamoota ol dabarsee guyyaa ittii  farfaacha akka  gooftaa simataan godhee dha. ☞Waaqayyoo hangafaa ergamoota qulqulluu ura'eeliif kabajaa inni kenne ol anaa yoo ta'uu har'aaf xiqqoo haa ilalluu. ☞Bara kakuu moofa aramawiyanonnii /warrii hin amannee namonni baabiloon biyyaa qulqulleetti iyyerusaleem guutani raajota ajjeesanii "Kakuu moofaa"gubanii biyyaa qulqulletti iyyerusaleemin erga balleessani booda du'a irraa kan hafaan/Oolan isra'eelonni barsiisaa isaan barsisuu  macaafa umaa isanii isaan qunnamsisuu wan dhabaniif gara waaqayyootti bo'aan. ☞Waaqayyoo bo'ichaa hadhawaa isra'eelonni bo'an dhaga'ee hangafaa ergamoota Qulqulluu ura'eelif barressa fi lubaa kan turee #izraaf xoofoo abiddan hubannaa akka obasuun angoo kenneef. ☞Lubichii izran xoofoo Abidda hubanna yeroo dhuguu beekumsan macha'ee(mul'ateefi)kakuu moofaa osoo hin hir'isiin akkuma jalqabaa turetti caafe(barressee)isra'eelooni waaqa isanii kan ittiin waaqeffatan gubatee kan turee kakuu moofa argachuu danda'aan.  Sababa kananis gooftaan kabajnii inni quluqlluu ura'eelif kennee guddaa ta'uu isaa nu hubachiisa. 2ffa☞Gooftaan keenyaa qorichii keenyaa iyyesus Kiristoos ergamoota irra raajotaa irraa qulqulloota fi wareegamtoota hundumaa irraa ol calchiise kan ishee umee fi bay'ee kan ishee jallaatu haadha isa durbee maariyaamin dhaloota ishee irraa jalqabee hangaa guyyaa boqochuu ishettii  ishee irraa addaa osoo hin ba'iin akka ishee tajajiluu fi ishee eguu kabajnii kan kennameef hangafaa ergamoota  qulqulluu ura'eelifi dha. ☞Qulqulleetti durbee maariyaam daa'imichaa muca ishee iyyesus Kiristoosin qabattee yoseefi fi selomee waliin gibtsii irraa gara Itoophiyaa yeroo dhuftuu seregellaa ifa dumessa irrattii fe'ee kan isaan fidee herodsiin rukutee ajjeese booda gara giibtsitti achiis gara iyyeerusalemitti yeroo deebituu seregella ifaa dumessa irrattii fe'ameen kan isaan fudhee demaa turee hangafaa ergamoota qulqulluu ura'eel dha. ☞Sababaa kanan Qulqulleetti durbee maariyamiif tajaajilanis hangafaa ergamoota Qulqulluu ura'eel dha.  Isheenis bay'ee wan isa jallaatuf Adoolessa guyyaa 21tti ilma ishee fayyiisa addunyaa gafattee hangafaa ergamoota Qulqulluu ura'eelin irraa deebi'ee akka muudu fi ayyannii isa kan ishee waliin akka kabajamuu gaafattee gooftaanis akkumaa jechaa kee sif haa ta'uu jedheeran. ☞Hangafnii ergamoota qulqulluu ura'eel lubichaa izraaf xoofoo hubannaa obasuu isa yadachuunis waggaa waggaan Sadaasa 22 ayyaana qulqulluu ura'eel ni kabajnaa. ☞Gooftaan keenyaa iyyesus kiristoos fannoo irrattii mataa isa arsaa godhee dhiigaa araara fi kabajamaa dhangalasees adduunyaa hundumaaf akka facasuu kabajnii ol anaan, guddan kan kennameef qulqulluu ura'eelif dha.  Kabajaa guddaa gitnii hin argamneef guyyaa  itti argatee fi dhiiga gooftaa fudhee Bitootessa 27 ifattii firfirsuun facaasun addunyaa hundumaa guyyaa ittii waliin ga'eedhati ayyaana hangafaa ergamoota qulqulluu ura'eel dha. ☞Gooftaan keenyaa iyyesus kiristoos yeroo ol ba'eetti Samii lammaffaa tessoo ergamoota dabarsee faarfachaa gooftaa akka simaatan kan godhee hangafaa ergamoota Qulqulluu ura'eel dha. Kabajaa guddaa ol anaa hangafaa ergamoota Qulqulluu ura'eeliif kannamee kana yaadachuun ol ba'uu gooftaa waliin hangafnii ergamoota Qulqulluu ura'eel ni yaadatama akkasumas tabonni bobba'uun ni kabajamaa. ☞Kabajnii ura'eelif kennamee bay'ee kessaa xiqqoon  kana fakkaata amma immoo waada/kakuu kennameef ilallaa. ☞Namni hundumtuu maqaa keen amanee bishaan qorraa kan obasee kan daree daara kan basee yadannoo kee kan baase tasisee gatiin isa jalaa hin baduu. ☞mootumma abbaa koo isa samitti ol ol isan tasiisa. Qaanessituu kan tatee galaana abidda gidiraa si'ool isaan ceesisa. jechuun hangafaa ergamoota Qulqulluu ura'eelif waada kana galeefi kan isa muude fi isa kabajee ayyaannii haadha isa durbee maariyaami guyyaa kabajamuu Adolessa 21 ttii dha.
Показати все...
👍 3👏 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Luq. 24 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁵⁰ harka isaa lachuu ol fuudhees isaan eebbise. ⁵¹ Utuma isaan eebbisaa jiruus, isaan irraa gargar ba'ee, gara waaqa keessaatti ol fudhatame. ⁵² Isaanis sagadaniifii, gammachuu guddaadhaan gara Yerusaalemitti deebi'an; ⁵³ gaafa hundumaas mana qulqullummaa keessatti maqaa Waaqayyoo galateeffachaa turan. --🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Показати все...
7👍 6👏 1
#Ayyaana_Ol_Ba'u_Goofgaa_Keenyaa🙏 ☞waxabajjii guyyaa 6 Baga Ayyaana #Ol_Ba'uu(ዕርገት)Gooftaa keenyaa qoricha keenyaa iyyesus kiristoosin isiin ga'e. ☞Ol ba'ee Galatanii ☞Ol ba'ee Galatan ol ba'ee ililleen ☞Galatanii ililleen ol ba'ee ol ba'ee galaatan ☞Du'aa injiifatee mootichii moototaa ☞Ol ba'ee ol ba'ee galatan ☞Ayyannii kun gooftaan keenyii iyyesus kiristoos erga du'ee erga ka'ee booda ergamootan marfamee ulfinaa fi kabajaa guddan ol ba'uu isa ayyaana ittii yaadannuu dha . ☞Guyyiitti kanattii gooftaan keenyaa iyyesus kiristoos du'a injifatee mo'ichaan erga ka'ee booda qulqulloota duuka bu'ootaf,baratootaf,dubartoota qulqullootaf, guyyaa 40 guutu bakka garaagarattii itti mul'achaa erga isaan barsiise booda waan hunduuma isaan barsisee ulfinaa fi galataan ol ba'eera . ☞"Bultii afurtamaa(40)ttii mul'achaa wa'ee mootumma waaqayyoos isaaniitti himaa ÷ragaa bay'eedhan dhukkubbii isaa booda mataa isa isanitti agarsiise. isan waaliinis osoo jiruu iyyeerusaleem kessa akka hin baane isaan ajajee. ☞Gooftaan keenyaa qorichii keenyaa iyyesus kiristoos gara samittii ol ba'u isa dursee karaa raajicha dawwitiin ibse turee . ☞"Waaqayyoo sagalee faaggan (malakataan)ol ba'ee farfaadha ,waaqa keenyaaf farfaadha,farfaadha mootii keenyaaf farfaadha. ☞---"Yeroo sanas macaafota haa hubataniif jechaa ija qalbii isanii baneef kunoo abdii abban koo kennee isiniifin ergaa isin garuu humna hangaa uffaatanitti magaala iyyeruusaleem tura፡፡ hanga bitaniyattis isan baase harkaa isa kaase isan ebbiisee . isaan ebbiisaas isaan irraa addaa ba'ee gara samittis ol ba'ee . Isaanis ni sagadaniif gammachuu guddan gara iyyeerusaleemitti deebi'an ፥Yeroo hundumaas waaqayyoon galateffacha ebbiisa mana qulqullummaa isaa keessa jiraatan "(Luq..24፥48-53፥) ☞Qulqullonni duuka bu'onnii gaddii isaanii gara gammachuuti jijjiiramee xumuraa irrattis danbii isaaniif kennamee hordofuu isaaniin akkuma dubbatee kennan barsisuu, Sodachuu dhiisu /ija jabiina ,baay'ee tajajiluun isaniif kennamee . qooqa heeddus akka dubbatan isaan godhee jechii isaanis darii lafaa hangaa darii lafattii akka dhaga'amuu godhee . ☞Kadhanna keenyaas haatii keenyaa giiftiin keenyaa gara samitti ol nuf ha bastuu. ☞Ayyaana Gaarii . --🙏#Yeroo_Gaarii💕🙏 👇👇👇👇👇👇👇👇     #Subscribe_Share_Like👇👇 #Subscribe_Share_Like👇👇 https://youtu.be/Quh16sGyOH8       #Join_Share https://t.me/sagaleegammachuu       #Torban_milkii 🧿𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞🤍
Показати все...
👍 3 1