fa
Feedback
Waldaa Daandii Qulqullummaa

Waldaa Daandii Qulqullummaa

رفتن به کانال در Telegram

Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام Waldaa Daandii Qulqullummaa

کانال Waldaa Daandii Qulqullummaa (@waloomaa) در بخش زبانی امهری بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 11 705 مشترک است و جایگاه 7 689 را در دسته دین و مذهبی و رتبه 2 875 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 11 705 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 25 اوت, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 581 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 55 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 0.46% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 0.21% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 54 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 25 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 2 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Tokkumma Barattoota yuuniversitii O2 20/8/016 Waliin baranna kotta.... ✅Baruu fi Barsiisuun ni danda'aama👏

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 26 اوت, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته دین و مذهبی تبدیل کرده‌اند.

11 705
مشترکین
+5524 ساعت
+1517 روز
+58130 روز
آرشیو پست ها
#Ammee Kutaa 12ffaa 😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇 result.neaea.gov.et result.neaea.gov.et result.neaea.gov.et

🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇
🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇

Waldaa Finoota tsidk ✍️Waldaa Waggaa murààsà duraa hundeeffame. Itti waamamni isas kan nama dhuunfaa ykn abbaa qabeenyatti. ✍
+2
Waldaa Finoota tsidk ✍️Waldaa Waggaa murààsà duraa hundeeffame. Itti waamamni isas kan nama dhuunfaa ykn abbaa qabeenyatti. ✍️ Faarfattoota sagalee qaban, yeedaloo fi Walaloo barreessuu danda'aa kan qinda'eedha. ⚠️Rakkoo waldaa kana ✓Faaruu Iyyeesus malee kan biraa infaarfatamuu Kan qulqulloota,kan ergamoota infaarfatamuu fakkeessuuf kan dubaroo maariyaami faaruu quban lakka'aamaan qabu. ⚠️ Studio ykn waltajjii faarfattoota ykn galma isan keessas fakkii qulqulloota injiruu. ⚠️Yeroo baay'ee karaa waldaa qulqulloota qoraanoon irratti geggeeffame 👈Abbaa qabeenya dhifama gaaffate ture. Waldaalee biroo sababa Abbaa qabeenya kanarra deggeersa argatanif qeeqa irratti dubbatan inbeekan. ⚠️Waldaa kun sirna Tadisoo kan bu'uureeffatedha. ~Akka fakkeenyaatti Faarfattoota Finoota tsidk jedhaman faarfatan kana keessa nàmóôtni amantii biraa hedduudha kan amantii protestant ta'aani. ⚠️ Ijoollee kun faarfachuu feedhii qabatan osoo intaane nàmóôta waarshaa keessa hojjeetan dirqaaman faarfachisuu. Kutaa 2ffaa Itti fufaa

Hubannoo dogoggoraatiin yeroo namoonni suuraa kana naannessan argeen waan baay'ee taajjabe!. Walumaa galatti alabaan tuniifi
+1
Hubannoo dogoggoraatiin yeroo namoonni suuraa kana naannessan argeen waan baay'ee taajjabe!. Walumaa galatti alabaan tuniifi bataskaanni ortodoksii hariiroo homaatuu hin qaban!. Alibicha akkuma amantoonni biroon balaaleffatanitti balaaleffanna!. Alaabicha jalatti walumaan abbootaafi harmoota keenya harmaafi harka itti dhabne!. Miidhamaafi miidhaga waan hundumaa waliin qabna!. Amantaan ortodoksii kan Warra kaabaa gochuun ilaaluun wal'aalummaa fi barumsa dhabuudha!. Jarman, Russia biyyoota gurguddoo addunyaa keessas akka jiru beekuu inuma qabna!. Ithiopia keessatti ammoo sababa cunqursitoonni kaleessaa amanticha dahoo godhachuun miidhaa geessisaniif amantichatti quba qabuun gaarii miti! Xumura irratti ilaa, obboleettiifi obboleessakoo, amantaakee siifan kabajaa amantaakoo kabaji!. Yoo kana hin taane garuu as-dhufa martin Luther s wal yaadachiisuun ba'eessuma jechuumafi!. ⚠️ Photo olii kun yeroo rakkoo nageenya Arsii fi wallaggaa irraa fudhaatame. Jaarrii kun mana amanta bakka bu'aan 👈 Faannoo dha. yaada ✍️

#FANNOO ‎Kan na jaalatu fannoo isaa baate na dukka haa bu'u. Mat 16:24 ‎#Kanaafuu_Fannoon_Gooftaa_Kiristaanotaaf:- ‎✓ Humna Qol 2:14 ‎✓ Kan nu jajjabeessu fannoo isaati. Gal 6:14 ‎✓ Fannoon isaa fura keenya ‎✓ Fannoon isaa fayyisaa lubbu keenyati. ‎✓ Fannoon isaa Qoricha keenya. 2Qor 8:9 ‎ ‎#Gooftaan_keenyas:- ‎✓ Mataa Diyaabiloos tumuuf fannifame. Um 3:15 Yoh 8:44 Mul 12:9 ‎✓ Jireenya bara baraa nuuf kenuuf fannifame. Yoh 3:14 ‎✓ Hojii Diyaabiloos diiguuf fannifame. 1Yoh 3:18 ‎✓ Fannoo isaatiin gad of qabu nu barsiise. ‎✓ Fannoo isaatin cubbuuf duunee dhugaaf akka jiraannu ajajamneerra. 1phex 2:24 ‎✓ Kan ittin boonuudha. Gal 6:14 ‎ ‎#Fannoo_isaa_akkamitii_kabajna? ‎✓Mallattoo fannoo godhachuudhaan . Far 143/144:1 ‎✓ Sagada kenna sagaduudhan. Far 131/132:7 akkas gaafa jennu bakka miilli goofta dhabate itti nan sagada isaa jedhu amanuudhani. Maalif yoo jedhame? Bakka gooftan dhaabate irra bakka inni saati 3 guutuu irrati gidiraa argee dhiiga isaa dhangalaasetu caalaa. ‎ ‎✓ Ittin eebbifamuudhan ‎Dhungachuudhaan ‎✓ Morma keenyaa irrati hidhachuudhaan fak 6:21 ‎ ‎Kanaafuu nuti nuti kiristaanoni afaanin qofa osoo hin taane fannoo goofta dhungachuudhan, sagada keenna sagaduudhan far 48/49:5 malatto fannootin mallateesudhan kabajudhaan jaalala fannoof qabnus ni ibsana. ‎ ‎Galani Waaqayyoof ha ta'u. Urjii Dukkana Keessa

qo'annaa macaafaa.pdf90.94 MB

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

#Ammee Kutaa 12ffaa 😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇 result.neaea.gov.et result.neaea.gov.et result.neaea.gov.et

🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇
🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

#Ammee Kutaa 12ffaa 😱 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera link armaan gadiin seenaa ilaalladhaa 👇👇👇 result.neaea.gov.et result.neaea.gov.et result.neaea.gov.et

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇
🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun Ilaalladhaa 👇👇👇

Kan ishee dhabee ofiin of _dhabee 🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿 Ilmaa ishee jaallacha Ishee moo salphisuu Kun gonka sirrii miti Waan nama dhiphisuu Maal isheen nama Jedhani dubbatuu Waa'ee ke osoo beekin Maaliif si tuffatuu Dhugumman namadha!!! Haatii Gooftaa kooti Garûú namummaa isheen kan tuffatamtuu miti Sagalee turee sun Sagalee jireenya Dhaloota fi uumama Inni ta'ee beenya Arguudhaf kan hawwan Abbooti akka musee Abraham fi hidda isa Kan isan eebbisee Dhufee akka mul'aatu Foon nama uffaatu Esayas fa'aa ragaani Uumama abdii dhabee Warrii abdii ta'ani Nama akka laphee ko Jedhe Daawit kan filate Inni waaqayyoo dha Hunda kan rawwaate ......Iyyeesus ....... Foon fi dhiigni isaa Kan jireenya kennuu Mootummaa waaqayyoo Kan ittiin argannuu Samiidha inni dhufnee Durbee irraa fudhaate Kan namummaa sana jibbuu Du'aaf dabarsee lubbuu isa laate Waaquuma hindu'uu Gonkas inqabamuu Waaquumanis tasa Foon inwaloomuu Garûú ajaa'ibaa ta'ee Karaa maariyaamii Isheerran Waloomee Mootii Ariyaamii ........Eega....... Jireenya inqabanim Kan durbee jibbaani Iyyeesus jedhanis yoolee caaranani Qurxummii jaallacha Bishaan jibbama? Biiftuus barbaada Samiin dagatama? Gonka addan ba'ee beeku Addeessii fi aduuni Isanoo tokkichadha Maddii irraa burqaani Kan durbee jibbee Maqaashe hadheessuu Sanyii jawweechati Kan dhaloota raatessuu Eega hubadha maloo Isheen haadha waaqayyooti Kan inhaalamne yoomu Sababa fayyiina keenyatti Foon fi dhiigni isheerra argaame Jireenya nuf laata Qulqulluumma ishees adda Ni caalti uumamtoota Samii fi lafti kirkiiree yoo urguufame akka bubbee ni faarfatamtii durbeen Kan ishee dhabee ofiin of _dhabee Eyyee akkas☝️☝️☝️ ✍️Ftaa Abdiisaa (Dn) Shaggar 20/12/2018³(Roobii) ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲           ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ Warning ⚠️ adaara keessan Dubbistan kan jaallatan, sammuu Nagaa kan qabdan qofti share,like godha 🤝 warrii isin aarsee moo obsa yaalama

Sooraa kakuu haaraa Ergamaa Gabri'eel Kan gargarte Ananiyaa Azaariya Misa'eel Har'as nuuf kootti gidduu kan keenyaa Ati nuuf
Sooraa kakuu haaraa Ergamaa Gabri'eel Kan gargarte Ananiyaa Azaariya Misa'eel Har'as nuuf kootti gidduu kan keenyaa Ati nuuf buusi maaloo jaalalaf nageenya Biyyi lafaa dhiphatee kuno wal dhiphisaa Sanyiin wal qoodee hunduu wal faccisaa Diinni dhaabbatee Gidduu daba faacasuu Isa of hammeenyaa ta'ee jallina barsiisuu Albee keetin koottu ati nurraa ifadhuu Mana keetti jaalalaan nu waammadhu Gammachuu baadhuu gara keenya koottu Ergamaan nagaa siidha hunda kan jaalatu Hunduma keenyaafu Jaalala kadhadhuu Kochoo kee jalattii diinarraa nu tikfadhu Walaloo code 🔔@19 @Gabr

Ija koon si hin argu Narra fagoo jirta Yaadaan na boojitee mar'immaan koo cirta Yoomuu si hin dagadhu guyyaas ta’e halkanii Maqaan kee mi'aawaa arrabni kee annani Otoo akka garaa koo of bukkeettin si arga Booka siig budduksee dhangaammoo siif marqa Otoon nyaata hin dhabiin yaada keen huuqqadha Halkan abjuun ka'ee suuraa kee dhungadhaa.... Uuuff...... Yaa jireenya kophaa iddoon kee natti qaawwa Lookoo morma lawwee asaasa keen hawwa Karaan gabaabbatee tarkaanfadhee hin dhufu Yaadaaf qalbii buusee ciisee otoon si suufuu Onnee burkutooftee tiruu waraannamte Maal ta’a amma dhuftee yoo na yaamte! 🌿🌿🌿🌿🌿 yaada Walaloo code 🔔@wal @000