Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa
رفتن به کانال در Telegram
“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa akka isa dalagee argata.” ~[Nabi Muhammad ﷺ] Kun toora telegraama Chaanaala Jama'aa Muslima Magaalaa Dheeraati ይህ የዴራ ሙስሊም ጀመኣ ይፋዊ የቴሌግራም ገፅ ነው comment @deramuslimjemea1_bot
نمایش بیشتر4 779
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-67 روز
-5230 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژانویه '26
ژانویه '26
+20
در 0 کانالها
دسامبر '25
+40
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+43
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+33
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+67
در 1 کانالها
Get PRO
اوت '25
+64
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+74
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+59
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+89
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+86
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '25
+136
در 3 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+89
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+136
در 6 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+102
در 2 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+48
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+83
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+72
در 1 کانالها
Get PRO
اوت '24
+83
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+53
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+120
در 2 کانالها
Get PRO
مه '24
+129
در 2 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+117
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '24
+254
در 6 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+298
در 6 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+1 662
در 142 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+223
در 4 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+48
در 3 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+32
در 2 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+12
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+7
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+11
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+10
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+11
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+27
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+19
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+10
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+35
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+17
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+17
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+29
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+30
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+24
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+36
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+17
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+39
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+85
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+52
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '22
+65
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '22
+50
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '21
+31
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '21
+15
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '21
+136
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '21
+218
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '21
+197
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '21
+208
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '21
+500
در 0 کانالها
Get PRO
مه '21
+477
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '21
+1 111
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '21
+609
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '21
+472
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '21
+567
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '20
+1 537
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 22 ژانویه | 0 | |||
| 21 ژانویه | +1 | |||
| 20 ژانویه | 0 | |||
| 19 ژانویه | +2 | |||
| 18 ژانویه | +2 | |||
| 17 ژانویه | 0 | |||
| 16 ژانویه | 0 | |||
| 15 ژانویه | +2 | |||
| 14 ژانویه | 0 | |||
| 13 ژانویه | 0 | |||
| 12 ژانویه | +2 | |||
| 11 ژانویه | 0 | |||
| 10 ژانویه | +1 | |||
| 09 ژانویه | 0 | |||
| 08 ژانویه | +1 | |||
| 07 ژانویه | 0 | |||
| 06 ژانویه | +3 | |||
| 05 ژانویه | +1 | |||
| 04 ژانویه | +1 | |||
| 03 ژانویه | 0 | |||
| 02 ژانویه | +3 | |||
| 01 ژانویه | +1 |
پستهای کانال
+7
Al Quds irraa 🇵🇸
Salata Juma'aa guyyaa har'aa Masjiida kabajamaa Al Aqsaa irraa 🕌
https://t.me/derajemea
TikTok.com.@abde_3736
| 2 | ⭕ #Oduu_Simbirtuu
Sheikh Dr. Saleh bin Fawzan bin Abdullah Al-Fawzan Muftii Guddicha Mootummaa Sa'uudii Arabiyaa, Dura taa'aa mana maree hayyootaa, fi pireezidaantii Waliigala qorannoo fi Fatwaa ta'uun sadarkaa ministiraatti muudamuu Haramain Sharafain beeksiseera.
Follow up 👇👇
Telegram:-https://t.me/derajemea
TikTok.com/@abde_3736 | 1 224 |
| 3 | Dhimmi dorgommii bo'ichaa gaggeeffamnaan lammiin Itoophiyaa mo'ate jedhamee kun dhugaa natti hin fakkaatu. Mirkaneeffaneeffachuun jedhee yaaleen dhabe. Yoon dogongoruu baadhe #Al dhaan kan kalaqame ta'uu mala. Yoo mirakneeffatan garuu adda nuuf baasaa.
Follow up 👇👇
Telegram
https://t.me/derajemea
TikTok.com/@abde_3736 | 1 101 |
| 4 | Adeemsa yeroo keessa gara Shirkii gara Qabrii gabbaruutti sababa ta'ee akka hin geessine sodaa qabna. Kora Ulamoota Itiyoophiyaa
JMDMDH:Onkoloolessa 10/2018 Dheeraa
Bu'uura Sheri'aa hordofuudhaan,Tokkummaa Ummataa eeguudhaan,Faayidaa woloo ilaalcha keessa galchuudhaan,Korri Ulamoota Itiyoophiyaa,Perezdaatii Majilisa Itiyoophiyaa duraanii Muftii Umar Idiriis sirna awwaalcha isaanii irratti,Perezdaanziin mana marichaa,Ulamoonni gurguddoon,Hayyoonni Masjiida Nuuritti argamuun Salaatul Janaazaa sagaduun sirna gaggeessaa taasisneerra.
Itti aansuunis itti gaafatamummaadhaan qaamota sirnichaa qindeessan woliin gara iddoo gaggeessaa Galma Barkumeetti argamanee gara iddoo boqonnaa isaaniitti gaggeessineerra.
As irratti wonni nuti itti yaaduu barbaachisu,dhaamsa isaanii hordofee bakka awwaalcha muslimootaatiin alatti, addatti mana isaanii cinaatti akka awwaalamaniif murteen murtaa'e akka biyya keenyaatti seenaa keessatti taatee argamee hin beeknedha. Tawhiida eeguuf jecha nutis gocha kana cimsinee balaaleffanna.
Gochochi dhaloota itti aanuuf adeemsa yeroo booda gara shirkii gara qabrii gabbaruutti sababa karaa geessuu akka hin taane ni sodaanna. Korri ulamootaa dhimmi kun yoo murtaa'us ta'e yoo hojii irra oolu odeeffannoo dursaa tokkollee akka hin qabne akka beekamu barbaanna.
Dhimmicha irratti Perezdaantii mana marichaa dubbisnee kan turre yoo ta'u,Maatii Muftii Umar Idiriisiifi qaama dhimmi ilaallatu woliin bakki awwaalchaa bakka awwaalcha muslimootaa akka ta'uuf yaalii godhanullee akka hin milkoofne nuuf ibsaniiru.
Korri ulamootaa kabajaa Tawhiidaa eeguufi shirkii irraa dinniinuuf,Ummata keessatti waan kana fakkaatu irratti hubannoon sheri'aa sirrii ta'e akka gadi dhaabbatu adaraa jedha.
Sheyk Dr.Alii Muhammad
Perezdaantii Kora Umaloota Itiyoophiyaa
Follow up 👇👇
Telegram
https://t.me/derajemea
TikTok.com/@abde_3736 | 1 026 |
| 5 | ⭕ #Amma
Ibsa Koree Awwaalchaa Muftii Haji Umar Idriis Irraa kenname.
****
Sirni Geggeessa Muftii Haji Umar Idriis Bor sa'aatii 6 irratti Salaatni Janaazaa Masjiida isaan yeroo dheeraaf itti barsiisaa turan masjiida Nuuritti geggeefama.
Guyyaa keessa sa'aatii 8'n ammoo galma barkumeetti bakka hoggantoonni Mootummaa, Abbootiin Amantaafi Maatiin argamanitti geggessan ni taasifama
Sa'aatii 10 booda ammoo sirni awwalchaa kolfee bakka awwaalcha musliimaatti ni raawwata jechuun koreen awwaalchaa ibsa kenne.
Follow up 👇👇
Telegram
https://t.me/derajemea
TikTok
tick.com/@abde_3736 | 867 |
| 6 | Gama fuula Rabbii adeemuu Muftii Haji Umar Idiriis hordofee MM Dr. Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
JMDMDH Oct 19/2025
☆☆☆
Pireezidaantii duraanii Mana Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Haji Muftii Umar Idiriis gama fuula Rabbii adeemuu isaanitti gadduu Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar Abiy Ahmad Alii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin isbataniiru.
☆☆☆
Hajii Muftii Umar Idiriis bara aangorra turan qaamoleen garaagaraa gara tokkummaatti akka dhufanii fi Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa seeraan beekamtii akka argatu gumachaa olaanaa taasisaa turuun isaanii ni yaadatamu jechuun ibsan.
☆☆☆
Maatii fi hordoftoota Amantaa Musliimaa hundaaf jajjabina hawwaniiru.
☆☆☆
✍️Abdallaah
Follow up.
Telegram
👇👇👇
https://t.me/derajemea
TikTok
👇👇👇
@abde_3736 | 768 |
| 7 | Majlisni Federaalaa koree sirna awwaalcha Muftii Haji Umar Idriis raawwachiisan ijaaruu ibseera
Sirna awwaalcha Pireezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Muftii Haji Umar Idriis haala Shari'aa Islaamaa bu'uureffateenfi hayyuu guddicha kanaaf malu gaggeessuuf koreen biyyoolessaa miseensota 18 qabu Mana Maree Ol’aanaatiin ijaaramee jira.
☆☆☆
Haaluma kanaan:
1 Sheek Ahmad Awuluu
2 Sheek Mohaammad Umar Saabyuu
3 Sheek Mohaammad Jamaal Agonafer
4 Sheek Abdul Hamid Ahmad
5 Ustaad Abuu Bakr Abdallaah
6 Sheek Mohaammad Shariif
7 Obbo Mohaammad Kaasaa
8 Haaji Umar Alii Shifaa
9 Obbo Haayidar Daawud
10 Obbo Kaalid Naasir Ahmad
11 Hajii Mohaammad Awul Nagaa
12 Injiinar Anwaar Mustafaa
13 Ustaaz Abdul Aziiz Ibraahim
14 Hajii Nuruu Ahmad (Agmas) .
15 Haaji Said Yaasiin
16 Haaji Naasir Mustafaa
17 Dr. Idriis Mohaammad
18 Ato Eliyaas Nasreddin
19 Hajii Masoud Aadam Haguugduu
https://t.me/derajemea | 866 |
| 8 | Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun
Perezidaantiin Mana Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Muftii Haji Umar Idiriis gama fuula Rabbii adeeman
https://t.me/derajemea | 1 273 |
| 9 | Innaa lillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun 🥹
******
Abbaan obboleessa keenna Kaalid Bashiir Hasan obbo Bashiir Hasan gara daara aakiraa godaanan.
Jidduu qabxiin deebiin kennamuuf jiru karaa irratti konkolaataan itti bu'ee qaamni baayyeen miidhamee garguddaa matatu miidhame guyyaa 3 dura finfinnee deebisanii October 13 amrii tahan.
Guyyaa hara'aa October 13 ganama keessaa saa'atii 2 booda amrii tahanii janaaza magaalaa goobbaatti awwaalan.
Kaleessi Gammachuu hara'i gadda akkanuma gandi duniyaa.
Gammachuu ifaajee ofii arganii osoo hin geeffatin duniyaa irraa dabran hedduu nama gaddisiisa garuu dalagaan Rabbii nama dinqisiisa.
Rabbiin qabrii isaanii caffee jannataa irraa haa godhuuf.
Kaalidiif maatii isaanii guutuu obsa haa kennuuf.
Imalli Fagoon Aakiraadha
https://t.me/derajemea | 1 991 |
| 10 | IBSA BALAALEFFANNA
إنا لله وإنا إليه راجعون
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
بسم الله الرحمن الرحيم
Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa irraa
Biyyi keenya Biyya Hawaasi hundi aadaalee fi dudhaan gaariin ittiin beekamuu, kabajaa,Jaalala fi ulfinaan wajjin jiraatu, Seenaa waloo Kan qabuu fi walhubatee tarkaanfachuun beekamudha. Haa tahu malee Qaamni Amantaa fi Siyaasa garaa garaa dawoo godhatee Nageenya hawaasichaa booressuuf carraaqu bakkaa bakkatti yeroo garaa garaatti nu mulata.
Qaamni Mooxatti Masjiida gubaa itti Naannahee sirbu, Hawaasa Islaamaa buqqisuu fi Ajjeesuu irratti boodaatti hin jenne har'as harki isaanii dhiiga biraa Hawaasa Salaataaf Masjiidaatti walitti qabame irratti dhukaasa banuu irraa boodaatti hin jenne.
Naannoo Amaaraa, Kibbaa Wallo, Magaalaa Makaanaselaam, Masjiida Nuur, gaafa 23/01/2018, halkan Salaata Iishaa irratti Imaamota, Khaadimoota Masjidaa fi Hooggantoota Dhimma Islaamaa irratti Ajjeechaa raawwtameen gadda guddaa nutti seensiseera.
Masjiidni iddoo Ibaadaa fi Tasgabbii, akkasumas iddoo Nagaa fi Nageenyi itti barbaadamu ta’uun beekkama malee, jeequmsa fi walitti bu’iinsaaf bakka dhimmi itti bahamuu miti.
Kana irratti ibsa keenya ifaa ta’e dabarsuun dirqama keenya ni bahanna:
1. Qaama hidhataa seeran ala jiru, kan waggoota darban keessa jibbinsa Islaamaa irratti ijaaramee, siyaasatti fayyadamuun jibba amantaa oofuuf tattaafatu, gochaa kana raawwate cimsinee balaaleffanna.
• Amantiin dawoo ilaalcha Siyaasa kamiiyyu akka hin taaneefi; maqaa siyaasaatiin jibbi amantaa irratti gadi qabamee oofamuu hin qabu.
2. Gochi akkanaa aadaa waliin jireenyaa amantaalee biyyattii keessatti sirna cimaa fi kabajamaa turan diiguuf jecha raawwatamuun isaa Arrabsoo, Dallansuu fi Balaa hamaatiif hawaasa saaxila waan ta’eef, akka hawaasa Muslimaa Oromiyaatti qofa osoo hin taane, akka hawaasa muslima biyyattii maraatti sarara diimaadha. Kanaafis, nuti akka Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaatti gochaa akkasii cimsinee balaaleffanna.
3. Mootummaan, qaamoleen nageenyaa fi qaamni seeraa dhimmicha sirriitti qoratanii, namoota gochaa kana keessatti hirmaatan seeratti akka dhiyeessan cimsinee gaafanna.
4. Ummanni Muslimaa Naannoo kana keessa jiru martinuu Manni Amantaa fi Hawaasni isaa Rakko fakkaataaf Akka hin saaxilamne eeguu, hubannoo waloo qabaachuu, waliif birmachuufi, eegumsa barbaachisaa Akka godhu
5. Hawaasini Muslimaa Oromiyaas tasgabbii, obsaa fi tokkummaan akka eegnu, diina haqaa fi jibba amantaa oofuuf yaalan irraa of eeggachuu akka qabnu ni hubachiifna. Masjiidni keenya iddoo nagaa, araaraa fi wal hubannoo ta’uu beekanii eegumsa barbaachisaa akka godhan cimsinee ergaa keenya dabarsina.
6. Dhuma irrattis Obboleewwan keenya lubbuun isaanii darbeef Rabbiin ajrii shahiidummaa haa kennu; maatii fi hawaasa muslimaatii obsaa fi jajjabina qalbii Rabbi haabuusu.
Dhumaa irratti Rabbiin Biyya keenya fi Hawaasa keenya maraa haa tiksu, dhiiga hawaasa keenya Muslimaa Maraa bakka jirutti harka badii akkanaa irraa Rabbi haa eegu
Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018 A.L.H
https://t.me/derajemea | 1 927 |
| 11 | IBSA BALAALEFFANNA
إنا لله وإنا إليه راجعون
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
بسم الله الرحمن الرحيم
Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa irraa
Naannoo Amaaraa, Kibbaa Wallo, Magaalaa Makaanaselaam, Masjiida Nuur, gaafa 23/01/2018, halkan Salaata Iishaa irratti Imaamota, Khaadimoota Masjidaa fi Hooggantoota Dhimma Islaamaa irratti Ajjeechaa raawwtameen gadda guddaa nutti seensiseera.
https://t.me/derajemea | 1 409 |
| 12 | Ibsa balaaleffannaa mana maree ol'aanoo dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa irraa kenname
Naannoo Amaaraa godina wolloo kibbaatti magaalaa Makaana salaam masjiida Nuuritti yeroo salaata Ishaa'ii qaamoleen hidhatan masjiida seenuun imaama masjiidichaa fi itti aanaa walitti qabaa majliisa magaalaa makaana salaam kan ta'an Sheihk Jamaal Kamaal, koree masjiidaa fi kaadimoota ( tajaaliltoota) masjiidaa, haala suukanneessaa ta'een ajjeesuu isaanii majliisni naannoo Amaaraa mirkaneessee jira.
Majliisni Federaalaas dhaabbileen amantaa iddoo kabajamaa waan ta'aniif isaan eeguu malee haala kanaan gochi gara jabummaan kun isaan irratti raawwatamuu isaatiif cimsee balaaleffata.
Dhaabileen amantaa hunduu gochoota badii naannoo manneen amantaatti fi hordoftoota amantichaa irratti hojjataman kana cimsee akka balaaleffatuu fi eegu manni marichaa waamicha dhiyeessa. | 1 360 |
| 13 | ⭕ #Amma
Yeroo ammaa kana xiyyeeffannaan midiyaalee Idil-addunyaa gurguddoon maraa dhimma dooniiwwan gara Ga*💔zaa imalan kanaati
Hawaasni adduunyaaa miliyoonaan lakka'amu taatee kana kallattiin hordofaa jira
Akka isaan of booda deebi'aniif I doorsisaa kan turte I-zrael yeroo ammaa kana humni galaanaa isii dooniiwwan bilisummaa kanneen marseera.
Kun ammoo mormii kaasee biyyoota adduunyaaa garaa garaa keessatti hiriirri mormii gaggeffamaa jira.
Kaayyoon imaltoota kanneenii deeggarsa Ga*💔zaan ga'uu qofa miti. ga*💔zaan xyyeeffannaa Idil-addunyaa akka argattu gochuudha. Kunoo amma lammiileen biyyoota adduunyaa garaa garaa xiyyeeffannoon hordofaa jiru, Ga*💔zaa jechaa jira namni namooma qabu.
https://t.me/derajemea | 1 509 |
| 14 | ⭕ #Amma | "Aarsaaf qophoofneeeerra"
Giloobaal Sumud Filootoillaan labsii yeroo muddamaa labsiteetti.
Gurmuun doonii bilisummaa gara Ga*💔zaa imalaa waraana I-zra'el waliin afaan wal seenuun waan hafu hin fakkaatu.
Dubbi himtuu doonittii wabeeffachuun Anadolun akka beeksisetti bakka war*aanni I-zrael qophaa'ee isaan eegaa jirutti kan dhihaatan imaltoonni doonii kunneenii, imaltoonni yeroo ammaa 'jaakkeettii jireenyaa' /life jacket/ Personal Flotation Device (PFD) uffachuu isaanii ibseera.
Tarii haleellaan raawwatamee dooniin dhidhimu kan jiraatu yoo ta'eef qophii gochaa jiraachuu eera.
Imaltoonni kunneen haqa Fala🇵🇸iiniifi ummata Ga*💔zaaf wareegama kaffalla jennee manaa baaneef amanamnee itti fufna jechuun waadaa namoomaafi gootummaa isaanii haaressanniiru.
https://t.me/derajemea | 1 146 |
| 15 | ⭕ #Amma
Doonii gara Ga*💔zaa imalaa jirtu: "Nuti amma Ga*💔a irraa fageenya maayilii 118 irra jirra, bakka dooniin marsaa jalqabaa “Madeleine” ji'oota dura I-zraeliin itti qabamte ga'uuf maayilii 8 qofatu nu hafe"
https://t.me/derajemea | 986 |
| 16 | Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Addunyaa Dr. Muhaammad Abdulkariim Issaa prezidaantii mana maree olaanaa dhimmoota islaama Itiyoopiyaatif ergaa baga gammaddan dabarsaniiru.
Barreessan olaanaa kun xalayaa baga gammaddan jedhu keessatti, bu’aan filannoo kun gumaacha gaarii hoggansi Sheek Hajii Ibraahim hawaasa Musliimaatiif gumaache kan agarsiisu ta’uu hubachiisaniiru.
https://t.me/derajemea | 2 048 |
| 17 | Saayinsii Uumamaan seensa Yuunivarsiitii baranaaf barataa qabxii ol'aanaa galmeessuun namoota raaje!
#natural-science #Ethiopia #Oromia #examresult
https://t.me/derajemea | 1 233 |
| 18 | بدون متن... | 1 284 |
| 19 | Miseensonni jama'aa Magaalaa dheeraa fi baratoonni muslimaa Magaalaa dheeraa baga gammadan | 1 242 |
| 20 | Amma ilaalamuu eegaleera . Namoonni Network isin rakkise akka isinii ilaalamu barbaaddan @abdu_HR | 363 |
