JECHOOTA GAMNAA
Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa. ☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال تلگرام JECHOOTA GAMNAA
کانال JECHOOTA GAMNAA (@jechootagamnaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 22 774 مشترک است و جایگاه 817 را در دسته روانشناسی و رتبه 204 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 22 774 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 07 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -137 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -4 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 12.96% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً N/A% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 0 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 0 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 0 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 08 ژوئیه, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته روانشناسی تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 08 ژوئیه | 0 | |||
| 07 ژوئیه | 0 | |||
| 06 ژوئیه | +4 | |||
| 05 ژوئیه | +6 | |||
| 04 ژوئیه | +2 | |||
| 03 ژوئیه | +5 | |||
| 02 ژوئیه | +15 | |||
| 01 ژوئیه | 0 |
| 2 | Jechoota Beektotaa 10 Kan Daandii Milkaa'inaa Irra Nama Buusan:
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Injifachuuf keessa jiraachuu qabda.
- Tony Robbins
➋. "Milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii irraa gara kufaatiitti gufachuudha."
- Winston Churchill
➌. "Namoonni yeroo baay'ee kaka'umsi hin turu jedhu. Kanaafidha guyyaa guyyaan akka jajjabaataniif kan gorsuuf!"
- Zig Ziglar
➍. Abjuu kee dhugoomsuu yoo barbaadde wanti jalqaba gochuu qabdu dammaquudha.
- J.M.
➎. Aangoo boruu dhugoomsuu dhaaf daangaa shakkii keenya har'aa qofa ta'a. - Franklin D. Roosevelt
➏. Mo'amuun hedduu nu mudachuu danda'a garuu mo'amuu hin qabnu.
- Maya Angelou
➐. Jiladhu (waliin adeemi) malee abdii gonkumaa hin dhiisin!
- Joorji Luukaas
➑. "Daandiin milkaa'inaa yeroo hunda ijaaramaa jira."
- Lily Tomlin
➒. "Ani nama of tolche miti. Gargaarsa baay'ee argadheera."
- Stan Lee
➓. "Abjuu kee yoo hin ijaarre namni biraa akka isaan kan isaanii sin ijaaran gargaara."
- Tony Gaskins
@JechootaGamnaa | 3 338 |
| 3 | Amma Murteessi, Jireenya Kee Jijjiiradhu!
1. Amma qofa of harkaa qabdu fayyadami
Addunyaa kana irratti qabeenyi ilmi namaa wal qixa miti; yeroo callaan waan qabdu hin fayyadamne, carraan kee darbee deema. Kanaafuu, waan qabdu ammas itti fayyadami. Waanan danda’u hunda har’a irraa eegaluun raawwachiisi. Murtee tokko yoo fudhatte, jireenya kee guutuu jijjiiruu dandeetta.
2. Kaleessaa yaaduu dhiisi, ammaa irratti xiyyeeffadhu
Yeroon darbe deebi’ee hin dhufu. Dubbii kaleessaa yaaduun si hin gargaarru. Amma murteessi; murtoon kee yeroo ammaa fi gara fuulduraa jireenya keetiif murteessaadha. Murannoo fi gocha ammaa si fooyyessa.
3. Kutannoo fi cimina qabaadhu
Namni kutannoo hin qabne nama barbaadu hin jiru. Kutannoo yoo dhabde, ofiifis, warra si jaallatanifis bu’aa fiduu hin dandeessu. Wantoonni ati barbaaddu hundi sodaa fi shakkii keessaa dhufa; garuu kutannoo fi murannoo qabaachuun si tajaajila. Duubatti hin deebi’in.
4. Duubatti deebitee homaa hin jijjiirtu; amma jalqabi
Yeroon darbe hin jijjiiramu; garuu amma yoo jalqabde, xumurri kee bareedaa fi bu’a qabeessa ta’uu danda’a. Amma murteessi, wanta murteessite keessatti hojii fi gocha kee itti fufi. Fooyya’iinsa fi guddinaaf of qopheessi.
5. Murteessi fi hojii irra oolchi
Murtee yoo fudhatte, hojii irra oolchuu irra darbee hin jiraatu. Amma irraa eegaluun waan dandeessu hunda raawwachiisuun, jireenya keetiif bu’aa fi milkaa’ina fiduu danda’a. Waan murteessite keessa jiraatta; kanaafuu, qalbii guutuu fi kutannoo qabaadhu. Barruu kana akkana gochuun, dubbistuun hubannoo, kaka’umsa fi murannoo har’a irraa eegaluuf ni argata.
@JechootaGamnaa | 2 602 |
| 4 | Amala Gaggeessummaa Dhugaa @JechootaGamnaa
• Hojjetee itti agarsiisee, hojjechiisa. Jechaan osoo hin taane, Gochaan agarsiisa.
• Karaa kana deemaa jedhee taa'a osoo hin taane, imalee kallattii itti agarsiisa.
• Gaggeessaan dhugaa, hinaaffaa qajeelaa isaaniif qaba: kunis jijjiirama karaa hunda galeessaan kan dhufu dha.
• Gaggeessaan dhugaa fi milkaa'oon, warra isaan caalaa sabaaf ta'uu danda'an oomisha.
• Karaatti abjuu isaanii dhugoomsuu danda’an irratti isaan utubee, gara milkaa'inaatti isaan geessa.
• Na caaluu laata? jedhee yaadda'aa osoo hin taane, akka isa caalaniif waan danda'u hundaan isaan gaggeessa, isaan gorsa.
• Mul'ata namaa "Copy" godhee itti kenna osoo hin taane, mul'ata akka qabaataniif, karaa mul’ata isaanii itti argachuu danda’an itti agarsiisa
• Waanan jedhu fudhadhaa jechuu qofa osoo hin taane, irra caalaa waan bu'aa fiduu danda’u irratti fuulleffata.
• Waan xiqqoo isaan hojjetaniif, beekamtii onnachiisoo kennaafi.
• Tokko olkaasee, tokko gad buusuun amala gaggeessaa hubatoo fi bilchaatoo miti.
• Gaggeessaa dhugaa fi milkaa'aan, of jaja, of faarsa osoo hin taane, hojjettoota gaggeessuun of jaja.
• Jechaan arbaa'ee, qabatamaan yoo hin jiraanne, shimala qiinqanii nyaattee fixxe ta'a.
• Gaggeessummaa dhugaan bu'aa dhuunfaa isaa caalaa, bu'aa hojjettoota gaggeessuu irratti xiyyeeffata.
• Gaggeessaan ga'uumsa gaggeessummaa qabu, waan hojjetaan isaa barbaadu hubata.
• Ogummaa fi hubannaadhaan ijaaramee, qarruu beekumaaan masakama.
• Gaggeessaa dhugaan, hariiroo fayyaaleessa hojjettoota gaggeessuu wajjin uumuun, amala madaqfamaa isaan barbaadanii fi galmichi barbaadu walitti kan hidhudha.
• Gaggeessummaa dhugaan, hiikaa fi ergaalee dhokatoo hedduu qaba.
• Gaggeessummaan amalaa fi adeemsa guutuu, karaa of danda’een kan ijaaramu dha.
@JechootaGamnaa | 3 104 |
