ch
Feedback
Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa

Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa

前往频道在 Telegram

“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa akka isa dalagee argata.” ~[Nabi Muhammad ﷺ] Kun toora telegraama Chaanaala Jama'aa Muslima Magaalaa Dheeraati ይህ የዴራ ሙስሊም ጀመኣ ይፋዊ የቴሌግራም ገፅ ነው comment @deramuslimjemea1_bot

显示更多
4 779
订阅者
无数据24 小时
-67 天
-5230 天

数据加载中...

吸引订阅者
一月 '26
一月 '26
+20
在0个频道中
十二月 '25
+40
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+43
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+33
在1个频道中
Get PRO
九月 '25
+67
在1个频道中
Get PRO
八月 '25
+64
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+74
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+59
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+89
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+86
在1个频道中
Get PRO
三月 '25
+136
在3个频道中
Get PRO
二月 '25
+89
在1个频道中
Get PRO
一月 '25
+136
在6个频道中
Get PRO
十二月 '24
+102
在2个频道中
Get PRO
十一月 '24
+48
在1个频道中
Get PRO
十月 '24
+83
在1个频道中
Get PRO
九月 '24
+72
在1个频道中
Get PRO
八月 '24
+83
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+53
在1个频道中
Get PRO
六月 '24
+120
在2个频道中
Get PRO
五月 '24
+129
在2个频道中
Get PRO
四月 '24
+117
在1个频道中
Get PRO
三月 '24
+254
在6个频道中
Get PRO
二月 '24
+298
在6个频道中
Get PRO
一月 '24
+1 662
在142个频道中
Get PRO
十二月 '23
+223
在4个频道中
Get PRO
十一月 '23
+48
在3个频道中
Get PRO
十月 '23
+32
在2个频道中
Get PRO
九月 '23
+12
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+7
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+11
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+10
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+11
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+27
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+19
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+10
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+35
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+17
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+17
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+29
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+30
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+24
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+36
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+17
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+39
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+85
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+52
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+65
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+50
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+31
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+15
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+136
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+218
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+197
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+208
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+500
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+477
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+1 111
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+609
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+472
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+567
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+1 537
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
22 一月0
21 一月+1
20 一月0
19 一月+2
18 一月+2
17 一月0
16 一月0
15 一月+2
14 一月0
13 一月0
12 一月+2
11 一月0
10 一月+1
09 一月0
08 一月+1
07 一月0
06 一月+3
05 一月+1
04 一月+1
03 一月0
02 一月+3
01 一月+1
频道帖子
Al Quds irraa 🇵🇸 Salata Juma'aa guyyaa har'aa Masjiida kabajamaa Al Aqsaa irraa 🕌 https://t.me/derajemea TikTok.com.@abde_
+7
Al Quds irraa 🇵🇸 Salata Juma'aa guyyaa har'aa Masjiida kabajamaa Al Aqsaa irraa 🕌 https://t.me/derajemea TikTok.com.@abde_3736

2
⭕ #Oduu_Simbirtuu Sheikh Dr. Saleh bin Fawzan bin Abdullah Al-Fawzan Muftii Guddicha Mootummaa Sa'uudii Arabiyaa, Dura taa'aa
⭕ #Oduu_Simbirtuu Sheikh Dr. Saleh bin Fawzan bin Abdullah Al-Fawzan Muftii Guddicha Mootummaa Sa'uudii Arabiyaa, Dura taa'aa mana maree hayyootaa, fi pireezidaantii Waliigala qorannoo fi Fatwaa ta'uun sadarkaa ministiraatti muudamuu Haramain Sharafain beeksiseera. Follow up 👇👇 Telegram:-https://t.me/derajemea TikTok.com/@abde_3736
1 224
3
Dhimmi dorgommii bo'ichaa gaggeeffamnaan lammiin Itoophiyaa mo'ate jedhamee kun dhugaa natti hin fakkaatu. Mirkaneeffaneeffac
Dhimmi dorgommii bo'ichaa gaggeeffamnaan lammiin Itoophiyaa mo'ate jedhamee kun dhugaa natti hin fakkaatu. Mirkaneeffaneeffachuun jedhee yaaleen dhabe. Yoon dogongoruu baadhe #Al dhaan kan kalaqame ta'uu mala. Yoo mirakneeffatan garuu adda nuuf baasaa. Follow up 👇👇 Telegram https://t.me/derajemea TikTok.com/@abde_3736
1 101
4
Adeemsa yeroo keessa gara Shirkii gara Qabrii gabbaruutti sababa ta'ee akka hin geessine sodaa qabna. Kora Ulamoota Itiyoophiyaa JMDMDH:Onkoloolessa 10/2018 Dheeraa Bu'uura Sheri'aa hordofuudhaan,Tokkummaa Ummataa eeguudhaan,Faayidaa woloo ilaalcha keessa galchuudhaan,Korri Ulamoota Itiyoophiyaa,Perezdaatii Majilisa Itiyoophiyaa duraanii Muftii Umar Idiriis sirna awwaalcha isaanii irratti,Perezdaanziin mana marichaa,Ulamoonni gurguddoon,Hayyoonni Masjiida Nuuritti argamuun Salaatul Janaazaa sagaduun sirna gaggeessaa taasisneerra. Itti aansuunis itti gaafatamummaadhaan qaamota sirnichaa qindeessan woliin gara iddoo gaggeessaa Galma Barkumeetti argamanee gara iddoo boqonnaa isaaniitti gaggeessineerra. As irratti wonni nuti itti yaaduu barbaachisu,dhaamsa isaanii hordofee bakka awwaalcha muslimootaatiin alatti, addatti mana isaanii cinaatti akka awwaalamaniif murteen murtaa'e akka biyya keenyaatti seenaa keessatti taatee argamee hin beeknedha. Tawhiida eeguuf jecha nutis gocha kana cimsinee balaaleffanna. Gochochi dhaloota itti aanuuf adeemsa yeroo booda gara shirkii gara qabrii gabbaruutti sababa karaa geessuu akka hin taane ni sodaanna. Korri ulamootaa dhimmi kun yoo murtaa'us ta'e yoo hojii irra oolu odeeffannoo dursaa tokkollee akka hin qabne akka beekamu barbaanna. Dhimmicha irratti Perezdaantii mana marichaa dubbisnee kan turre yoo ta'u,Maatii Muftii Umar Idiriisiifi qaama dhimmi ilaallatu woliin bakki awwaalchaa bakka awwaalcha muslimootaa akka ta'uuf yaalii godhanullee akka hin milkoofne nuuf ibsaniiru. Korri ulamootaa kabajaa Tawhiidaa eeguufi shirkii irraa dinniinuuf,Ummata keessatti waan kana fakkaatu irratti hubannoon sheri'aa sirrii ta'e akka gadi dhaabbatu adaraa jedha. Sheyk Dr.Alii Muhammad Perezdaantii Kora Umaloota Itiyoophiyaa Follow up 👇👇 Telegram https://t.me/derajemea TikTok.com/@abde_3736
1 026
5
⭕ #Amma Ibsa Koree Awwaalchaa Muftii Haji Umar Idriis Irraa kenname. **** Sirni Geggeessa Muftii Haji Umar Idriis Bor sa'aati
⭕ #Amma Ibsa Koree Awwaalchaa Muftii Haji Umar Idriis Irraa kenname. **** Sirni Geggeessa Muftii Haji Umar Idriis Bor sa'aatii 6 irratti Salaatni Janaazaa Masjiida isaan yeroo dheeraaf itti barsiisaa turan masjiida Nuuritti geggeefama. Guyyaa keessa sa'aatii 8'n ammoo galma barkumeetti bakka hoggantoonni Mootummaa, Abbootiin Amantaafi Maatiin argamanitti geggessan ni taasifama Sa'aatii 10 booda ammoo sirni awwalchaa kolfee bakka awwaalcha musliimaatti ni raawwata jechuun koreen awwaalchaa ibsa kenne. Follow up 👇👇 Telegram https://t.me/derajemea TikTok tick.com/@abde_3736
867
6
Gama fuula Rabbii adeemuu Muftii Haji Umar Idiriis hordofee MM Dr. Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ JMDMDH Oc
Gama fuula Rabbii adeemuu Muftii Haji Umar Idiriis hordofee MM Dr. Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ JMDMDH Oct 19/2025 ☆☆☆ Pireezidaantii duraanii Mana Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Haji Muftii Umar Idiriis gama fuula Rabbii adeemuu isaanitti gadduu Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dooktar Abiy Ahmad Alii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin isbataniiru. ☆☆☆ Hajii Muftii Umar Idiriis bara aangorra turan qaamoleen garaagaraa gara tokkummaatti akka dhufanii fi Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa seeraan beekamtii akka argatu gumachaa olaanaa taasisaa turuun isaanii ni yaadatamu jechuun ibsan. ☆☆☆ Maatii fi hordoftoota Amantaa Musliimaa hundaaf jajjabina hawwaniiru. ☆☆☆ ✍️Abdallaah Follow up. Telegram 👇👇👇 https://t.me/derajemea TikTok 👇👇👇 @abde_3736
768
7
Majlisni Federaalaa koree sirna awwaalcha Muftii Haji Umar Idriis raawwachiisan ijaaruu ibseera Sirna awwaalcha Pireezidaanti+1
Majlisni Federaalaa koree sirna awwaalcha Muftii Haji Umar Idriis raawwachiisan ijaaruu ibseera Sirna awwaalcha Pireezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Muftii Haji Umar Idriis haala Shari'aa Islaamaa bu'uureffateenfi hayyuu guddicha kanaaf malu gaggeessuuf koreen biyyoolessaa miseensota 18 qabu Mana Maree Ol’aanaatiin ijaaramee jira. ☆☆☆ Haaluma kanaan: 1 Sheek Ahmad Awuluu 2 Sheek Mohaammad Umar Saabyuu 3 Sheek Mohaammad Jamaal Agonafer 4 Sheek Abdul Hamid Ahmad 5 Ustaad Abuu Bakr Abdallaah 6 Sheek Mohaammad Shariif 7 Obbo Mohaammad Kaasaa 8 Haaji Umar Alii Shifaa 9 Obbo Haayidar Daawud 10 Obbo Kaalid Naasir Ahmad 11 Hajii Mohaammad Awul Nagaa 12 Injiinar Anwaar Mustafaa 13 Ustaaz Abdul Aziiz Ibraahim 14 Hajii Nuruu Ahmad (Agmas) . 15 Haaji Said Yaasiin 16 Haaji Naasir Mustafaa 17 Dr. Idriis Mohaammad 18 Ato Eliyaas Nasreddin 19 Hajii Masoud Aadam Haguugduu https://t.me/derajemea
866
8
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun Perezidaantiin Mana Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Mufti
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun Perezidaantiin Mana Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Muftii Haji Umar Idiriis gama fuula Rabbii adeeman https://t.me/derajemea
1 273
9
Innaa lillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun 🥹 ****** Abbaan obboleessa keenna Kaalid Bashiir Hasan obbo Bashiir Hasan gara daar
Innaa lillaahi wa'innaa ileyhi raaji'uun 🥹 ****** Abbaan obboleessa keenna Kaalid Bashiir Hasan obbo Bashiir Hasan gara daara aakiraa godaanan. Jidduu qabxiin deebiin kennamuuf jiru karaa irratti konkolaataan itti bu'ee qaamni baayyeen miidhamee garguddaa matatu miidhame guyyaa 3 dura finfinnee deebisanii October 13 amrii tahan. Guyyaa hara'aa October 13 ganama keessaa saa'atii 2 booda amrii tahanii janaaza magaalaa goobbaatti awwaalan. Kaleessi Gammachuu hara'i gadda akkanuma gandi duniyaa. Gammachuu ifaajee ofii arganii osoo hin geeffatin duniyaa irraa dabran hedduu nama gaddisiisa garuu dalagaan Rabbii nama dinqisiisa. Rabbiin qabrii isaanii caffee jannataa irraa haa godhuuf. Kaalidiif maatii isaanii guutuu obsa haa kennuuf. Imalli Fagoon Aakiraadha https://t.me/derajemea
1 991
10
IBSA BALAALEFFANNA إنا لله وإنا إليه راجعون ‎السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ‎بسم الله الرحمن الرحيم Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa irraa Biyyi keenya Biyya Hawaasi hundi aadaalee fi dudhaan gaariin ittiin beekamuu, kabajaa,Jaalala fi ulfinaan wajjin jiraatu, Seenaa waloo Kan qabuu fi walhubatee tarkaanfachuun beekamudha. Haa tahu malee Qaamni Amantaa fi Siyaasa garaa garaa dawoo godhatee Nageenya hawaasichaa booressuuf carraaqu bakkaa bakkatti yeroo garaa garaatti nu mulata. Qaamni Mooxatti Masjiida gubaa itti Naannahee sirbu, Hawaasa Islaamaa buqqisuu fi Ajjeesuu irratti boodaatti hin jenne har'as harki isaanii dhiiga biraa Hawaasa Salaataaf Masjiidaatti walitti qabame irratti dhukaasa banuu irraa boodaatti hin jenne. Naannoo Amaaraa, Kibbaa Wallo, Magaalaa Makaanaselaam, Masjiida Nuur, gaafa 23/01/2018, halkan Salaata Iishaa irratti Imaamota, Khaadimoota Masjidaa fi Hooggantoota Dhimma Islaamaa irratti Ajjeechaa raawwtameen gadda guddaa nutti  seensiseera. Masjiidni iddoo Ibaadaa fi Tasgabbii, akkasumas iddoo Nagaa fi Nageenyi itti barbaadamu ta’uun beekkama malee, jeequmsa fi walitti bu’iinsaaf bakka dhimmi itti bahamuu miti. Kana irratti ibsa keenya ifaa ta’e dabarsuun dirqama keenya ni bahanna: 1. Qaama hidhataa seeran ala jiru, kan waggoota darban keessa jibbinsa Islaamaa irratti ijaaramee, siyaasatti fayyadamuun jibba amantaa oofuuf tattaafatu, gochaa kana raawwate cimsinee balaaleffanna. • Amantiin dawoo ilaalcha Siyaasa kamiiyyu akka hin taaneefi; maqaa siyaasaatiin jibbi amantaa irratti gadi qabamee oofamuu hin qabu. 2. Gochi akkanaa aadaa waliin jireenyaa amantaalee biyyattii keessatti sirna cimaa fi kabajamaa turan diiguuf jecha raawwatamuun isaa Arrabsoo, Dallansuu fi Balaa hamaatiif hawaasa saaxila waan ta’eef, akka hawaasa Muslimaa Oromiyaatti qofa osoo hin taane, akka hawaasa muslima biyyattii maraatti sarara diimaadha. Kanaafis, nuti akka Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaatti gochaa akkasii cimsinee balaaleffanna. 3. Mootummaan, qaamoleen nageenyaa fi qaamni seeraa dhimmicha sirriitti qoratanii, namoota gochaa kana keessatti hirmaatan seeratti akka dhiyeessan cimsinee gaafanna. 4. Ummanni Muslimaa Naannoo kana keessa jiru martinuu Manni Amantaa fi Hawaasni isaa Rakko fakkaataaf Akka hin saaxilamne eeguu, hubannoo waloo qabaachuu, waliif birmachuufi, eegumsa barbaachisaa Akka godhu 5. Hawaasini Muslimaa Oromiyaas tasgabbii, obsaa fi tokkummaan akka eegnu, diina haqaa fi jibba amantaa oofuuf yaalan irraa of eeggachuu akka qabnu ni hubachiifna. Masjiidni keenya iddoo nagaa, araaraa fi wal hubannoo ta’uu beekanii eegumsa barbaachisaa akka godhan cimsinee ergaa keenya dabarsina. 6. Dhuma irrattis Obboleewwan keenya  lubbuun isaanii darbeef Rabbiin ajrii shahiidummaa haa kennu; maatii fi hawaasa muslimaatii obsaa fi jajjabina qalbii Rabbi haabuusu. Dhumaa irratti Rabbiin Biyya keenya fi Hawaasa keenya maraa haa tiksu, dhiiga hawaasa keenya Muslimaa Maraa bakka jirutti harka badii akkanaa irraa Rabbi haa eegu Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa Finfinnee, Fulbaana 24, 2018 A.L.H https://t.me/derajemea
1 927
11
IBSA BALAALEFFANNA إنا لله وإنا إليه راجعون ‎السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ‎بسم الله الرحمن الرحيم Mana Marii Dhimmoota Isl+3
IBSA BALAALEFFANNA إنا لله وإنا إليه راجعون ‎السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ‎بسم الله الرحمن الرحيم Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa irraa Naannoo Amaaraa, Kibbaa Wallo, Magaalaa Makaanaselaam, Masjiida Nuur, gaafa 23/01/2018, halkan Salaata Iishaa irratti Imaamota, Khaadimoota Masjidaa fi Hooggantoota Dhimma Islaamaa irratti Ajjeechaa raawwtameen gadda guddaa nutti  seensiseera. https://t.me/derajemea
1 409
12
Ibsa balaaleffannaa mana maree ol'aanoo dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa irraa kenname Naannoo Amaaraa godina wolloo kibbaatt
Ibsa balaaleffannaa mana maree ol'aanoo dhimmoota islaamummaa Itoophiyaa irraa kenname Naannoo Amaaraa godina wolloo kibbaatti magaalaa Makaana salaam masjiida Nuuritti yeroo salaata Ishaa'ii qaamoleen hidhatan masjiida seenuun imaama masjiidichaa fi itti aanaa walitti qabaa majliisa magaalaa makaana salaam kan ta'an Sheihk Jamaal Kamaal, koree masjiidaa fi kaadimoota ( tajaaliltoota) masjiidaa, haala suukanneessaa ta'een ajjeesuu isaanii majliisni naannoo Amaaraa mirkaneessee jira. Majliisni Federaalaas dhaabbileen amantaa iddoo kabajamaa waan ta'aniif isaan eeguu malee haala kanaan gochi gara jabummaan kun isaan irratti raawwatamuu isaatiif cimsee balaaleffata. Dhaabileen amantaa hunduu gochoota badii naannoo manneen amantaatti fi hordoftoota amantichaa irratti hojjataman kana cimsee akka balaaleffatuu fi eegu manni marichaa waamicha dhiyeessa.
1 360
13
⭕ #Amma Yeroo ammaa kana xiyyeeffannaan midiyaalee Idil-addunyaa gurguddoon maraa dhimma dooniiwwan gara Ga*💔zaa imalan kana+3
⭕ #Amma Yeroo ammaa kana xiyyeeffannaan midiyaalee Idil-addunyaa gurguddoon maraa dhimma dooniiwwan gara Ga*💔zaa imalan kanaati Hawaasni adduunyaaa miliyoonaan lakka'amu taatee kana kallattiin hordofaa jira Akka isaan of booda deebi'aniif I doorsisaa kan turte I-zrael yeroo ammaa kana humni galaanaa isii dooniiwwan bilisummaa kanneen marseera. Kun ammoo mormii kaasee biyyoota adduunyaaa garaa garaa keessatti hiriirri mormii gaggeffamaa jira. Kaayyoon imaltoota kanneenii deeggarsa Ga*💔zaan ga'uu qofa miti. ga*💔zaan xyyeeffannaa Idil-addunyaa akka argattu gochuudha. Kunoo amma lammiileen biyyoota adduunyaa garaa garaa xiyyeeffannoon hordofaa jiru, Ga*💔zaa jechaa jira namni namooma qabu. https://t.me/derajemea
1 509
14
⭕ #Amma | "Aarsaaf qophoofneeeerra" Giloobaal Sumud Filootoillaan labsii yeroo muddamaa labsiteetti. Gurmuun doonii bilisumma+3
⭕ #Amma | "Aarsaaf qophoofneeeerra" Giloobaal Sumud Filootoillaan labsii yeroo muddamaa labsiteetti. Gurmuun doonii bilisummaa gara Ga*💔zaa imalaa waraana I-zra'el waliin afaan wal seenuun waan hafu hin fakkaatu. Dubbi himtuu doonittii wabeeffachuun Anadolun akka beeksisetti bakka war*aanni I-zrael qophaa'ee isaan eegaa jirutti kan dhihaatan imaltoonni doonii kunneenii, imaltoonni yeroo ammaa 'jaakkeettii jireenyaa' /life jacket/ Personal Flotation Device (PFD) uffachuu isaanii ibseera. Tarii haleellaan raawwatamee dooniin dhidhimu kan jiraatu yoo ta'eef qophii gochaa jiraachuu eera. Imaltoonni kunneen haqa Fala🇵🇸iiniifi ummata Ga*💔zaaf wareegama kaffalla jennee manaa baaneef amanamnee itti fufna jechuun waadaa namoomaafi gootummaa isaanii haaressanniiru. https://t.me/derajemea
1 146
15
⭕ #Amma Doonii gara Ga*💔zaa imalaa jirtu: "Nuti amma Ga*💔a irraa fageenya maayilii 118 irra jirra, bakka dooniin marsaa jal+2
⭕ #Amma Doonii gara Ga*💔zaa imalaa jirtu: "Nuti amma Ga*💔a irraa fageenya maayilii 118 irra jirra, bakka dooniin marsaa jalqabaa “Madeleine” ji'oota dura I-zraeliin itti qabamte ga'uuf maayilii 8 qofatu nu hafe" https://t.me/derajemea
986
16
Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Addunyaa Dr. Muhaammad Abdulkariim Issaa prezidaantii mana maree olaanaa dhimmoota islaam+1
Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Addunyaa Dr. Muhaammad Abdulkariim Issaa prezidaantii mana maree olaanaa dhimmoota islaama Itiyoopiyaatif ergaa baga gammaddan dabarsaniiru. Barreessan olaanaa kun xalayaa baga gammaddan jedhu keessatti, bu’aan filannoo kun gumaacha gaarii hoggansi Sheek Hajii Ibraahim hawaasa Musliimaatiif gumaache kan agarsiisu ta’uu hubachiisaniiru. https://t.me/derajemea
2 048
17
Saayinsii Uumamaan seensa Yuunivarsiitii baranaaf barataa qabxii ol'aanaa galmeessuun namoota raaje! #natural-science #Ethiop
Saayinsii Uumamaan seensa Yuunivarsiitii baranaaf barataa qabxii ol'aanaa galmeessuun namoota raaje! #natural-science #Ethiopia #Oromia #examresult https://t.me/derajemea
1 233
18
+3
没有文字...
1 284
19
Miseensonni jama'aa Magaalaa dheeraa fi baratoonni muslimaa Magaalaa dheeraa baga gammadan+9
Miseensonni jama'aa Magaalaa dheeraa fi baratoonni muslimaa Magaalaa dheeraa baga gammadan
1 242
20
Amma ilaalamuu eegaleera . Namoonni Network isin rakkise akka isinii ilaalamu barbaaddan @abdu_HR
363