cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa

“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa akka isa dalagee argata.” ~[Nabi Muhammad ﷺ] Kun toora telegraama Chaanaala Jama'aa Muslima Magaalaa Dheeraati ይህ የዴራ ሙስሊም ጀመኣ ይፋዊ የቴሌግራም ገፅ ነው comment @deramuslimjemea1_bot

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
4 835
المشتركون
-524 ساعات
-107 أيام
+4030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Hajjii baranaarratti rakkoon geejjibaa fi karaa dheeraan akkamiin du'a namootaaf sababa ta'e? ================= Namoonni Hajjiif deeman ho'a hamaa keessa fageenya dheeraa miillaan deemu, kaan daandiin dhagaadhaan cufamuu fi sirnaan kan hin hojjetamne ta'uu komatu. Qindeessitoota sirna Hajjii keessaa tokko kan ta'e Muhammad Acha yeroo bonaa kana keessa namni Hajjiif deeme tokko bakka sirni kun itti raawwatamutti yoo xiqqaate kiilomeetira 15 miillaan imaluu qabu jedha. Kun ammoo ho'a hamaan yeroo dheeraaf qaamasaanii akka argatu, akka garmalee dadhaban taasisa. Kana keessatti rakkoon bishaanii jira. ''Kun Hajjii 18ffaa kiyya. Hangan beekutti to'attoonni Sa'uudii haala mijeessitoota yeroo ta'an argee hin beeku. Si to'atu malee si hin gargaaran,'' jedhe. Namoonni hedduun bakka sirna Hajjii itti raawwatan irraa gara dukkaana qophaa'ee deemanii boqochuuf kiilomeetira hedduu imaluu qabu kan jedhu Muhammad Acha, ''daandiirratti balaan tasaa yoo mudate namni namaaf birmatu hin jiru. Hanga daqiiqaa 30tti kan namaaf birmatu hin jiru. Lubbuu namaa baraaruuf haalli dandeessisu hin jiru, daandii kanarra bakki bishaan argatan hin jiru,'' jedha. https://t.me/derajemea
إظهار الكل...
Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa

“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa akka isa dalagee argata.” ~[Nabi Muhammad ﷺ] Kun toora telegraama Chaanaala Jama'aa Muslima Magaalaa Dheeraati ይህ የዴራ ሙስሊም ጀመኣ ይፋዊ የቴሌግራም ገፅ ነው comment @deramuslimjemea1_bot

Hujjaajota Itiyoophiyaa keessaa hanga ammaatti namoonni shan lubbuun darbaniiru JDMMDH: Zul-Hijjah 16/1445 Manni maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa hujjaajonni biyyattii tokkollee sababa ho'a ulfaataa nudateen lubbuun hin darbine jedhe. Sirna hajjii bara kanaa (Hijraa 1445ffaa) raawwachuuf biyyoota adduunyaa garaa garaa irraa hujjaajonni miliyoonni 1.8 kan hirmaatan yoo ta'u haala ho'a ulfaataa biyyattiitti mudateen hanga ammaatti namoonni kuma tokkoo ol lubbuun darbaniiru. Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatti Ittigaafatamaan damee Hajjiifi Umraa Obbo Abdulfattaah Muhaammad sababa haala qillensaa ho'aa Sa'uudiitti mudateen lammiileen (hujjaajonni) Itiyoophiyaa tokkollee akka lubbuun hin darbine Harun miidiyaatti kan himan yoo ta'u miidhaan gama kanaan hujjaajota keenya mudate hin jiru jedhan. Ta'ullee namni tokko balaa konkolaataatiin achuma Sa'uudiitti yoo lubbuun darbu buufata xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti ammoo namni tokko akkasumas achuma Sa'uudiitti namni sadii sababa dhukkubaatiin lubbuun darbaniiru jedhan. Lammiileen Itiyoophiyaa kumni kudha lama (12,000) sirna hajjii bara kanaa kan raawwatan yoo ta'u sirnicha xumuranii gara biyyaatti deebi'uuf qophii irra jiraachuun isaaniis ibsameera. © Abdallaah
إظهار الكل...
Spider Media

Sacrifice of truth

Harargee bahaa
إظهار الكل...
Harargee lixaa
إظهار الكل...
Nageellee Boorannaa
إظهار الكل...
Magaalaa Haraar
إظهار الكل...
Magaalaa Haraar https://t.me/derajemea
إظهار الكل...
Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa

“Namni waan gaarii irratti nama qajeelche,isaafis mindaa akka isa dalagee argata.” ~[Nabi Muhammad ﷺ] Kun toora telegraama Chaanaala Jama'aa Muslima Magaalaa Dheeraati ይህ የዴራ ሙስሊም ጀመኣ ይፋዊ የቴሌግራም ገፅ ነው comment @deramuslimjemea1_bot

Magaalaa Jimmaa
إظهار الكل...
Bishooftuu
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.