🔊KEYRAL-UMMA-TUBE
رفتن به کانال در Telegram
«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB👇 like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Page Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot
نمایش بیشتر8 241
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-267 روز
-7630 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژانویه '25
ژانویه '25
+3
در 0 کانالها
دسامبر '24
+31
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+20
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+6
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+73
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+91
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+31
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+30
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+45
در 2 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+61
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+76
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+3
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '240
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '230
در 1 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+47
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+47
در 1 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+14
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+11
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+30
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+18
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+28
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+74
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+47
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+66
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+46
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+49
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+107
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+79
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+137
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+95
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+140
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+99
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+245
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+546
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '22
+618
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '22
+313
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '22
+432
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '21
+384
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '21
+761
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '21
+682
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '21
+282
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '21
+246
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '21
+74
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '21
+21
در 0 کانالها
Get PRO
مه '21
+7
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '21
+25
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '21
+3
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '21
+20
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '21
+24
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '20
+12 323
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 06 ژانویه | 0 | |||
| 05 ژانویه | +1 | |||
| 04 ژانویه | 0 | |||
| 03 ژانویه | +1 | |||
| 02 ژانویه | +1 | |||
| 01 ژانویه | 0 |
پستهای کانال
| 2 | Dirqiin Kiristaanessuu Marsaa1ffaa(1189_1529)
Yeroo darbe akka seensaatti bifa amantiin Kiristaanaa ittiin biyya kana seene ilaallee turre. Kallattii guddaan bifa dirqiin kiristaanessuu akka ta'es ibsuuf yaalleerra. Amma immoo ragaa seenaatiin walqabsiifnee kan ilaallu ta'a. Isinis ofsaan dubbisa. Seenaa keenya kaleessaa beekuun harra keenya tolfachuuf, borii keenya karoorfachuuf nu fayyada. Namni seenaa hin beekne waan seenaa ta'u hojjachuuf ni rakkata. Kanaaf seenaa keenya haa qorannu...
1.Dirqiin Kiristaanessuu bara Mootummaa Zaaguwee
Barri mootummaa zaaguwee naannoo Bara 937_ 1137 ALA gidduudha. Teessoon mootummaa Zaaguwee Roohaa(kan booda Laalibalaatti jijjiiramte) dha. Muslimoonni yeroo bara 1000 irraa 1267 ALA keessatti naannoo sana keessaa fi bakka adda addaa jiraataa turan. Fkn: Naannoo Harar, Haroo laangaanoo, baatee, Tigiraayi, Waagar, Harriibaa fi Indirtaa keessa jiraataa turan.
Dhiibbaa Yeroo Mootummaa Zaaguwee Muslimoota Kiristaanessuuf godhame gabaabsine yoo ilaalle... Zabana aangoo Mootummaa Garba Masqal Laalibalaa (1189-1229 gidduutti) Muslimoonni lakkoofsaan Kuma 20 ta'an laalibalaa irraa buqqaafamuun Kiristaanonni iddoo isaani akka qubatan godhamee jira. Sababni isaan buqqaafamanis Islaamummaa gadi dhiisuu waan didaniifi. Dabalataan naannoo bara 1077 _1092 gidduutti Masjiidota baay'eetu jijjifame. Muslimoonni barnoota akka wal hin barsiifneeefis dhiibbaan guddaan irratti godhamaa ture.(Kitaaba Ustaaz Ahmaddiin Jabal, Seenaa Muslimoota Itiyoophiyaa, Fuula 145-158 irraa .)
2.Dirqiin Kiristaanessuu bara Aangoo Atsee Yakuunuu Amlaak (1270-1285 A. L.A)
Mootichi kun akkuma aangoo qabateen Mootummaa Islaamaa"Ifaat"jedhamtutti duula bane, Muslimoota baay'ees ajjeese. Haa ta'uu malee qabsoo Muslimoonni isa ofirraa qolachuuf godhaniin akka barbaadetti abjuu isaa osoo hin mirkaneeffatin bara 1285 A.L.A ofii isaaf du'e.
3. Dirqiin Kiristaanessuu Bara Amda Tsiyoon (1312-1342 A.L.A)
Eega Mooticha Habashaa Yikuunuu Amlaak du'e ilmi isaa Yajbiyaa Tsiyoon jedhamu bara 1285-1294 tti aangoo qabate. Eega inni du'ee immoo ilmaan isaa aangoo irratti waldhabuun wallolaa turan. Booda irraa AmdaTsiyoon aangoo qabate. Kanaan booda hojii isaatiin Muslimoota lafa irraa daguuguu fi Kiristaanota bakka buusuu jalqabe.Kanaanis Mootummaa Islaamaa "Fatgaar" jedhamtu itti duulee cabsee qabate. Bara 1316/17 tti naannoo Daamotaa kan qabeenyaan badhaate weeraree tooyannaa isaa jala galche. Ummata Hadiyyaa kan Islaama turanis namoota hedduu weerara irratti baneen ajjeese. Amda Tsiyoon bulchiinsa Mootummaa Kiristaanaa babaldhisuuf lola Muslimoota irratti bane ittuma fufe. Masjiidota hedduu diige, haarawas akka hin ijaaramneef dhorge. Qabeenya Muslimoota garmaalee saame. Mootichi kun Muslimoota miidhuu irratti daangaa darbe. Namoota Kiristaanummaa irraa gara Islaamummaa dhufan gantoota Kiristoos jechuun mormaa fi miila walitti hidhuun adaba adda addaa isaan irratti adeemsisaa ture. Yeroo inni Muslimoota akkas godhu kana Muslimoonnus hin callifne. Amma danda'anitti ofirraa faccisaa turan...
Harraaf asittan gabaabsa. Yeroo itti aanu bakka dhaabne irraa kan itti fufnu ta'a.
Barnoota amantii Islaamaa fi Kiristaanaa walbira qabdanii barachuu yoo barbaaddan Chaanaalii keenya armaan gadii join godha!
👇👇👇👇
t.me/Keyralumma | 3 224 |
| 3 | https://www.facebook.com/100008173545323/posts/pfbid0QeuyTnEcrmzwj1tkSd2kbZ6gvyc1J4QnhUHA49Nq2wTEPfDTZVjTFiUHX1AhBqG1l/?app=fbl
AL-BADIR SPERPART
Dhiheessaa fi Raabsaa zayita konkolaataa fii meeshaalee jijjiirraa Mootoraa Fi Baajaajii 🏍 AL-BADIR ISPER Magaalaa Jimmaa irraa baayyinaan namoonni barbaaddan bakka jirtanu teessanii nu ajajuu dandeessuu
Bakka jirtanitti isin dhaqqabsiifna
oddefannoo dabalataaf lakkoofsa bibilaa
☎️+251923343873
☎️+251969246085
🚗🚕🚙🚌🚜🚒🛺🚘🚖🚘🚘🛢
Bakki argama keenyaa Naannoo Chaainaa Garaaji Laggasee Huteelii Fuuldura
https://www.facebook.com/Ibnusurur2?mibextid=ZbWKwL
https://t.me/ALBADR777 | 2 205 |
| 4 | jiraachudha. Keesumatti wantoota godaanisa kaleessaa san kaasuu fi kaasuuf sababa ta'an kan
akka gocha Finxaaleyyii Ortodoksii Amaaraa yeroo dhiheenya deemaa jiru irraa fagachuun
garee lammanii fu baay'ee mirteessaadha.Ta'uu baannaaan dabaree wal haadhaa jiraachuun waan hafuu miti. Inni kun akka hin taaneef namni hundi ga'ee keenya haa banu jechaa Seenaa
darbe irraa akka fakkeenyatti muraasa kaafne haa ilaallu . Itti fufa..
Barnoota amantii Islaamaa fi Kiristaanaa walbira qabdanii barachuu yoo barbaaddan Chaanaalii keenya armaan gadii join godha!
👇👇👇👇
t.me/Keyralumma | 1 776 |
| 5 | 𝐑𝐀𝐅𝐈𝐈𝐐𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇸🇩:
Amantiin Kiristaanaa Yoomii fi akkamitti Biyya Itiyoophaa gale?
Amantaan Kiristaanaa DH.K.B Bara 42itti Biyya
Sooriyaatti hundeeffame.Yeroo hundeeffama isaa irraa kaasee
gidiraa(muddama)baay'ee qunnamaa ture. Namoonni amantaa kana fudhatanis isumaa
wajjin rakkachaa turan. Gariin isaani yoo ajjeefamaan, gariin isaanii immoo baqatanii iddoo
adda addaa jiraataa turan. Yeroo baqatan kanas bakka deemanitti namoota biroo amantaa kana
barsiisaa turan. Biyya keenyas yeroo jajqaba bifuma kanaan dhufe. Gosti amantaa Kiristaanaa
Ortoodoksii jedhamu Gaafa Afirkaa keessatti jalqabuma amantiin Kiristaanaa jalqabe irraa
dhawata dhawaatan babal'ataa deeme yaadni jedhu jiraatus akkaataa barreeffamni hedduun
muldhisutti DH.K.B jaarraa 4ffaa baroota Mootii Aksuum Izaanaa (320_360) dhufe jedhutu irra amansiisaadha. Namtichi Mootii Izaanaa fudhachiise nama Siiriyaa Firaaminaaxos
jedhamuudhaGaruu namoonni caalaatti Kaaba biyyatti keessa babal'isan kabajamtoota salgan
jedhamuun namoota beekaman Kan jaarraa 5ffaa keessa biyyoota Baha Meediteraaniyaa irraa
dhufaniidhaa.
Dhimma kana irratti Ustaaz Ahmaddiin Jabal akkas jedha: "Namoonni amantii Kiristaana
Kaaba Itoophiyaa keessatti barsiisaa turan kabajamtoota salgan jedhamuun beekaman
baqattoota biyya Soriyaa walgahii qaalkidaan 451 booda dhufaniidha. Isaanis: Abbaa
Aftsee, Abbaa Aleef, Abbaa Garimmaa, Abbaa Gubaa, Abbaa Liqaanis,Abbaa
Pheenxeliyon, AbbaaTsahamaa, Abbaa Yemaataafi Abbaa Zemikaa'el Argaawii
jedhamu"(Kitaaba Ahmaddiin Jabal, "Seenaa Muslimoota Itiyoophiyaa" jedhu, Fuula 35 fi Fuula
170 irraan fudhe ).
Inni armaan olitti ilaalle kun jalqaba dhufiinsa isaati. Eega biyya keessa galee booda immoo
akka salphaatti ummata biratti fudhatama argachuu hin dandeenye.Barsiisni amantichaa
baay'een aadaa fi amantii ummata biyyattiitiin (naannaa Gaafa Afirkaatiin)waan wal faallesseef
ummatichi fudhachuuf qophii hin turre. Kanaaf abbootiin amantichaa abbootii Siyaasaatiin
arka wal qabatanii amanticha dinqiin ummatatti fe'aa turan. Keesumattuu dameen Ortoodoksii
dirqiin ummata irratti fe'amuuf gaafa jedhu diddaan ummanni yeroo adda addaafi bakka adda
addaatti geggeessaa ture yoo ilaalle baay'ee nama suukkanneessa,Sammuu nama
madeessa. Jarri sun namuma amantii qabu ? Inumaa dhala namaati ? nama jechisiisa. Seenaa
biyya keenyaa keessatti lolli guddaan adeemsifame, Kan guddina biyyatti Quucarse, Kan
Saboota adda addaa gidduutti ibidda diinummaa qabsiise, Kan Saboota baay'ee dhabama
godhee fi Iddoowwan Turizimiif oolan baay'ee mancaase lola dirqiin Kiristaanessuu amantaa
Ortoodoksiiti. Garuu namoonni tokko tokko lolli geggeeffamaa ture sun kan Siyaasaa akka ta'ee
fi kan amantaa akka hin taane dubbatu. Dhugaan jiru kan Siyaasaa qofa osoo hin taane kan
amantaas akka ta'e namatti argisiisa. Inumaa kan amantii qofa jechuu ni dandeenya. Kanaaf
immoo ragaa baay'ee kaasuun ni danda'ama. Fkn Minilik yeroo ummata Harargee lolaan cabsu
gama Magaalaa Harar deemuun Masjiidatti ol bahee itti fincaanee,akka diigame Bataskaanni
iddoo isaatti ijaaramu godhee ture. Osoo Siyaasaaf qofa ummata sanaan lole ta'e eega
ummaticha injifatee maaliif Masjiida diiguun bakka isaatti Bataskaana ijaarsisa?Kun waanta
nama hunda irraa dhokatu miti. Mootoleen Kiristaanaa isaan dura turanis kanuma godhaa
turani. Kanaaf lolli godhamaa ture kun kan amantii Ortoodoksii baballisuuf godhame ta'uun
hubatamuu qaba. Garuu kana jechuun Kiristaanoni hardha jiran Kanneen yaadaan cubbuu kana
hin deeggarre itti gaafatamaa ta'u jechuu miti. Kun waan isaan isaan ilaallatu miti. Sababni
isaas isaan gocha kana hin deeggarre, biras hin jiranu.Akkamitti itti gaafatamaa ta'u ree?
Muslimootas ta'ee Kiristaana irra amma Kan eegamu Seenaa darbe irraa barachuun fuunduraaf
badiin akkanaa akka hin uumamneef ofegannoo chimsuun waljaalalaa fi kabajaan | 1 659 |
| 6 | Alhamdulillah new year ,new chance to improve our relation with Allah 🥰🥰🤲
1446H | 1446 هـ
t.me/Keyralumma | 1 363 |
| 7 | Kutaan sadaffaa waahe imaanaa itti fufa........ 🙏🙏🤚👆👆👆👆👆👆👇 | 1 854 |
| 8 | Ar-Rahmaan (Rabbiin) Arshii irratti [olta’iinsa Isaaf malu] ol ta’eera.” Suuratu Xaahaa 20:5
Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa olta’iinsa guddinna Isaatiif malu Arshii ol olta’ee jira. "Akkanatti akkanatti olta’e" jennee gonkumaa dubbachuu hin dandeenyu. Karaan nagahaa dhama’iinsa fi kasaaraa irraa nama baraaru olta’iinsa Rabbii fi sifaata Isaa biroo ilaalchise osoo hin micciriin, wayitti hin fakkeessinii fi akkana akkana osoo hin jedhin akkuma jiruutti itti amanuudha. Kuni karaa salafaa (ummatta gaggaarii darbaniiti).
Gaafa tokko namtichi tokko gara Imaamu Maalik dhufuun waa’ee aaya armaan olii ilaalchise gaafate. “Keyfa istawaa (olta’iinsi akkamii)?” jedheen. Ergasii Imaamu Maalik ni jedhe: "Istawaan kan wallaalame miti; akkam akka ta’e sammuudhaan hin beekkamu, isatti (Olta’iinsa Rabbitti) amanuun waajiba (dirqama); waa'ee isaa gaafachuun immoo bid’aadha…”
Istawaan kan wallaalame miti- jechuun jechi istawaa jedhu olta’iinsa akka ta’e ni beekkama. Garuu Olta’iinsi Rabbii akkam akka ta’e sammuun ilma namaa hubachuu fi beekuu hin danda’u. Rabbiin Arshii ol olta’iinsa Isaaf malu olta’uutti amanuun dirqama. Akkamitti akka olta’e gaafachuun immoo bida’aa (wanta haarawa argameedha). Sababni isaas, sahaabonni Nabiyyii hin gaafanne.
Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa Arshii fi wanta arshii gadi jiran irraa dureessa, itti hin hajamu. Rabbiin ni jedha: “Dhugumatti, Rabbiin aalama irraa Duroomadha.” Suuratu Aali-Imraan 3:97 | 1 896 |
| 9 | Sifaata Rabbii olta’aa Muraasa
Olta'iinsa Rabbii subhaanahu wa ta’aalaa
Nama tokko waa’ee Rabbii ilaalchise erga itti beeksifne booda, “Rabbiin eessa jiraa?” jechuun gaafachu danda’a. Gaafi kana deebisuuf madda sirrii osoo hin qabaatin fedhii keenyan akkana jechuu hin dandeenyu. Beekumsa malee waa’ee Rabbii dubbachuun cubbuu (dilii) gurguddaa keessaa tokko waan ta’eef. Maddi keenya Qur’aana Rabbiin irraa bu’eedha. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa Arshii ol akka ta’ee Qur’aana keessatti si’a torba ni dubbata. Arshiin uumama (makhluuqa) guddaa samiiwwan nu olii torbanii ol jiruudha. Nu ol samiwwan torbatu jiru. Samiwwan torbanii ol immoo Arshii guddinnaa fi bal’innaan samii caalutu jira. Arshii ol immoo Rabbii Guddaa olta’etu jira. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa ni jedha: | 1 458 |
| 10 | Kutaa laffaa waaheedhuma imaanaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️ | 1 390 |
| 11 | Kuttan laffaan itti fufaa..... 🫴👆👆👆👆👆👆👆👆👇 | 1 424 |
| 12 | Mu’axxilaah [dhabamsiistu] warreen sifaata Rabbii mormanii dhabamsiisan kan akka jahmiyyaa fii ahbaash kanneen dogoggoranii jallatanii karaa Rabbii irraa bahan.
Mushabbihah [fakkeysituu] warreen sifaata Rabbii kan makhluuqaatti fakkeysan. Sifaatni Rabbi tan akkanaa jedhanii. Jarri kunis dogoggoraafi jallinarratti tahan.
Ahlussunnati waljamaa’ah. Sifaata Rabbii hunda nisabachiisan fakkeysuun maletti, karaa kanatu haqa, kanaatu karaa dhugaati. | 1 469 |
| 13 | Gabbaramaa haqaa tahuu isaatt amanuu: kana jechuun haqaan gabbaramaan isa malee akka hin jirre mirkaneessuufii, isuma qofa gabbaruu. shirkirraa qulqullaawuu. gabbaramtoota dharaa maqaa malee wahiimiti jedhanii hubachuudha. gabbaramtootni dharaa kun ufii isitiifuu uumamtuudha waa takkallee hin uumtu, warreen isii gabbarurraa hamtuu hindeebistu, toltuu hin fidduuf, jiraachisuufi ajjeesus hin dandeessu jedhanii dhugoomsuudha.
Maqaaleefii sifaata isaatti amanuu: [al’iimaanu bi asmaaihii wasifaatihii] kana jechuun-maqaaleefii sifaataa Rabbiin qur’aana isaa keysatti mirkaneysee fii kan Nabiin keenya (s.a.w) hadiisa isaa keysatti sabachiise akkuma dhufetti itti amanuu Rabbiif mirkaneysu sabachiisuu qabna jechuudha. jallisuufii qullaa godhuun maletti, akkaateysuufii fakkeysuun maletti, akkaataa guddina isaatiin malutti jedhanii. Waayee sifaata Rabbii kitaaba kana gama booddaatti mata duree qooda towhiida jedhu jalatti bal’inaan dhihaatee jira. Hubachiisa -bakka kanatti namni garee sadihitti addaan qoqqoodame. isaanis | 1 390 |
| 14 | Rabbiin jiraataa tahuu dhugaoomsuu: Rabbummaa isaatti amanuu, mootii fi khaaliqa waan hundaa tahuu isaa dhugaoomsuudha.
Gabbaramaa haqaa tahuu isaatt amanuu: kana jechuun haqaan gabbaramaan isa malee akka hin jirre mirkaneessuufii, isuma qofa gabbaruu. shirkirraa qulqullaawuu. gabbaramtoota dharaa maqaa malee wahiimiti jedhanii hubachuudha. gabbaramtootni dharaa kun ufii isitiifuu uumamtuudha waa takkallee hin uumtu, warreen isii gabbarurraa hamtuu hindeebistu, toltuu hin fidduuf, jiraachisuufi ajjeesus hin dandeessu jedhanii dhugoomsuudha | 1 076 |
| 15 | Allaahatti Amanuu.
Jireenya keessatti namni kamiyyuu “Eenyutu dachii, samii fi wantoota isaan jidduu jiran kana hunda uumee?” jechuun of gaafata. Dachii fi samiin ofiin of uumuu ykn tasa argamuu danda’u? Ilmi namaa isaan uumu danda’aa? Guyyaa guyyaan namni dhalatu hoo ofiin of uumuu danda’aa? Gonkuma humna ofiin of uumuu hin qabu, namoonni biroos humna isa uumu hin qaban. Kanaafu, Khaaliqni (Uuman) wanta hundaa irratti Danda’aa ta’ee akka jiru ni amanna.
Garuu Rabbitti amanuu jechuun maal jechuudhaa?
Rabbiin jiraataa tahuu dhugaoomsuu: Rabbummaa isaatti amanuu, mootii fi khaaliqa waan hundaa tahuu isaa dhugaoomsuudha | 1 063 |
| 16 | Barnootaa aqidaa kutaa tokkoffa waahe imaanaa | 1 299 |
| 17 | https://t.me/+sRXgfS9unIEwYzY0 | 1 637 |
| 18 | https://t.me/+sRXgfS9unIEwYzY0 | 39 |
| 19 | Itti fufa..... 👆👆👆🙏 Sirritti dubbisaa | 1 370 |
| 20 | Abuu Ayyuub Al-Ansaarii r.a. irraa odeeffamee ni jedhe:
Ergamaan Rabbii (s.a.w) ni jedhan: “yeroo mana fincaanii dhaqxan udaaniinis ta’ee fincaaniin qiblaatti hin deebi’inaa; dugdas isheetti hin galinaa. Haa ta’u malee, Bahatti yookiin Dhihatti deebi’aa.”
Abuu Ayyuub ni jedhe: “Shaamiin seennee mana fincaanii gara ka’abaatti deebitee ijaaramte argine. Ishee irraas dabneeti Rabbiinis dhiifama kadhanna.” Bukharitu galmeesse.
Yeroo mana fincaanii seenu waan barruu faaruu Rabbiitiifii maqaa Rasuulaa (s.a.w) qabuu baachuun dhoowwaadha.
Mana fincaanii keessatti Haasawuun dhowwaadha.
Yeroo mana fincaaniirraa bahu miila mirgaa dursee gadi baha. Boodarra Gufraanaka” jedha, Hiikkan “yaa Rabbi natti araarami” jechuudha. Bishaaniifii dhagaa sadihiin qulqulleyfachun barbaachisaadha.yoo bakka dhagaadhaa waan akka sooftiifi xalayaa bakka buusees nitaha. Fincaaniifii udaanirraa qulqulleefachuu dhiisuun badii guddoodha. Sababaa azaaba qabriiti namatti taati.
Hadiisni itti aanu kuni kana ibsa.
عن عبد الله بن عباس رضي الله عنهما قال: مر النبي صلى الله عليه وسلم بقبرين، فقال: إنهما ليُعذَّبان، وما يُعذَّبان في كبير؛ أما أحدهما: فكان لا يستتر من البول، وأما الآخر: فكان يمشي بالنميمة
Abdullaah bin Abbaas irraa odeeffamee ni jedhe: ‘Nabiyyiin (s.a.w) qabrii lamatti dhufanii “isaan lamaan ni azzabamaaru. Garuu waan dalaguun isaa guddaa ta’e keessatti adabamaa hin jiranu. Tokkoon isaanii fincaan irraa hin qulqulleeffatu ture. Inni biraa immoo nama walitti naqaadhaan deema ture” jedhan. Dame jiidhaa fuudhanii bakka lamatti dhoosanii qabrii lamaan irra tokko tokko dhaaban. Sahaabonnis yaa Ergamaa Rabbii maaliif kana goote? Jedhan. “Waan isaan hin goginiin azaabni jara irraa laafifamuutu kajeelama” jedhan.’ Bukhaaritu galmeesse.
Bakkoota kanneenitti qulqullaawuun dhoowwaadha.
Karaa keessatti,
Gaaddisa namni itti fayyadamu jalatti,
Muka firiinisaa nyaatamu jalatti,
Bishaan keysatti, qulqullaawuun dhowwaadha. | 1 427 |
