cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

🔊KEYRAL-UMMA-TUBE

«Chaanalii Da'waa Fi Barnootaa @Keyralumma @Ibnutemiya6 Page FB👇 like follow gochuuf https://www.facebook.com/keyralumma Page Youtube 👇Channel Subscribe godhuuf https://youtu.be/N18nEwEcoZY Yaadaaf @Keyralumma_bot

Mostrar más
Finlandia705El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad10 380
Publicaciones publicitarias
8 979
Suscriptores
-924 horas
-377 días
-11030 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Hayyuun tokko ilma isaatiin akkas jedhe: Sammuun kee waan xixiqqaan yoo qabame wanni gurguddaan achi keessaa bakka hin argatu. Sammuun akka maasiiti biqiltuu filatamaa yoo ati keessa hin dhaabiin haramaa miidhaa geessisantu keessatti biqila. tm/Abu ubayida
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
👍 3 1
Barnoota qur, aanaa akkasuma tajwiida hurufa kitaaba aqiida barbaaddan kara appi imoo kanaan qara, u namni fetaan tuqadhaa kotta
Mostrar todo...
We're talking about GARE QUR,AANA HURUUFA SHURUUXA USUULA AQIDAA KOTTAA BARADHAA. Click the link to join us!https://s.imoim.net/AY6evx?from=other
Mostrar todo...
imo: Free Video Calls and Messages - Official Website

Stay in touch with family and friends through imo's free text, audio, and video chat.

Sawaaba/Mindaa guddaa..... Rasuulli akkana jedhan S.A.W: Yaa Qote bule/ Yaa namicha Baadiyyaa dhufte yoo jettan: Ulfinni Rabbiif haa ta'u; Rabbi akkana jedha: Ati dhugaa dubbatteetta, yoo jette: Galanni Rabbiif haa ta’u; Rabbiin akkana jedha: Dhugaa dubbatteetta, yoo jette: Rabbi malee waaqni/Rabbiin  biraa hin jiru; Rabbi akkana jedha: Ati dhugaa dubbatteetta, yoo jette: Rabbi guddaadha; Rabbi akkana jedha: Ati dhugaa dubbatte, yoo jette: Yaa Rabbi, dhiifama naaf godhi; Rabbi akkana jedha: ani raawwadheera, Yoo: Yaa Rabbi naaf araarami jetteen, Rabbi: hojjedheera/Siif Araarameera jedhaan, Yoo: Yaa Rabbi Rizqii naaf kenni jette, Rabbi: Si Razzaqeera/hojjedheera Jedha.... 山 أجْرُ عَظِيم ..... قال النبي : يا أعرابي إذا قلت : سبحان الله ؛ قال الله : صدقت وإذا قلت : الحمدُ لله ؛ قال الله : صدَقْتَ وإذا قلت : لا إله إلا الله ؛ قال الله : صدقت وإذا قلت : الله أكبرُ ؛ قال الله : صدقت وإذا قلت : اللهم اغفر لي ؛ قال الله : قد فعلت وإذا قلت : اللهم ارحمني قال الله : قد فعلت وإذا قلت : اللهم ارزقني قال الله : قد فعلت ....... ታላቅ ምንዳ ..... ነብዩ (ሶ.ዐ.ወ) እንዲህ አሉ፡- እናንተ ባዳዊኖች ሆይ፡- ክብር ለአላህ ይሁን። እግዚአብሔር እንዲህ አለ፡ አንተ እውነት ተናገርክ፡ ብትልም፡ ምስጋና ለእግዚአብሔር ይሁን። እግዚአብሔርም አለ፡ አንተ እውነት ተናገርክ፡ ‹ከእግዚአብሔር በቀር ሌላ አምላክ የለም ብትል። እግዚአብሔር እንዲህ አለ: አንተ እውነትን ተናግረሃል, እና ከሆነ: እግዚአብሔር ታላቅ ነው; እግዚአብሔር እንዲህ አለ፡ አንተ እውነትን ተናግረሃል፡ ብትልም፡ አቤቱ፡ ይቅር በለኝ። እግዚኣብሔር፡ ኣነን ኣነን ኣነን እየ፡ ንስኻትኩም ድማ፡ ንእግዚኣብሄር ምዃንኩም፡ ንስኻትኩም ኢኹም፡ በሎም። .. https://www.facebook.com/share/p/ZE3Ubc5DbznB1yzS/?mibextid=oFDknk
Mostrar todo...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

👍 6 1
Photo unavailableShow in Telegram
Arkaanni saalataa waa kudha afuri 1dandetti wojjin dhaabbachudha 2.takbiirtaa hidhannaa jechuudha 3.faatihaa qara, uudha 4.jilba qabachuudha 5.jilbarra oljedhani sirritti diriirudha 6.sujuududha 7.sujuudarraa ol jechuudha 8.jidduu sujuuda lamaanii taahuudha 9.tasgabbahuudha salata hunda essatti 10.attahiyyata erra bodaa jechuudha 11.attahiyyata erra bodaa saniif niyyatanii taahuudha 12.nabiyyirratti rahmata buusudha 13.tartiibaan Ofudha 14.salamataa bitaaf mirgatti bahuudha
Mostrar todo...
👍 22👏 2
الاركان هي بحسب ما عددها العلماء اربعة عشر ركناً كما يلي: 1 - القيام 2 - تكبيرة الاحرام 3 - قراءة الفاتحة في كل ركعة 4 - الركوع 5 - الرفع من الركوع والاعتدال في القيام 6 - السجود 7 - الرفع من السجود 8 - الجلوس بين السجدتين 9 - الطمأنينة 10 - التشهد الاخير 11 - الجلوس للتشهد الاخير 12 - الصلاة على النبي في التشهد الاخير 13 - الترتيب بين اركان الصلاة 14 - التسليمتان Barnoota kana sirritti dubbisa Waahe arkaana salaataati
Mostrar todo...
👍 4 1
Photo unavailableShow in Telegram
👍 2