fa
Feedback
Dawaa Qalbii

Dawaa Qalbii

رفتن به کانال در Telegram

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

نمایش بیشتر
8 989
مشترکین
-924 ساعت
-397 روز
-16730 روز
آرشیو پست ها
Story

« Namni ilmii Aqiidaa barsiisuu fii baratulleen gara jalqabaa ilmiin aqiidaa baratamtuu fii barsiifamtutti barsiisaa fii barataalleen moggaa تقرير عقيدة أهل السنة والجماعة tti xiyyeeffachuu qaban. Dhimmi تحرير fii الإتيان بأقوال المخالفين وشبهاتهم والرد عليه sadarkaa nama reefuu ilmii jalqabuutti barsiisuuf ta'ee barachuun miidhaa malee faayidaa tokkolleen hin qabu. barataa ilmii aqiidaa dhimmoota lamaan boodarra dubbadheen barnoota isaa eegale ta'abaa hedduu fii yeroo dheeraa booda malee aqiida warra sunnaa tolchee sirreeysee hin qabatu. Dhimmuma kanaan wal qabatuun barataa ilmii shari'aa gara jalqabaa barnoota isaatti ofii isaatiifiis ta'ee sheikhni isaa dhimma raddii fii namoota walirratti raddii godhaniin of shaaghaluu fii shaaghalamuu hin qabu. Dhimmi 2ffaan Aqiidaan barataa reefu ilmii kana jalqabeef gaafa barsiifamtu Sheikhni yookiin ustaazni isa barsiisu جانب الإيماني والتربوي tti ta'aabu qaba. جانب الكلامي الجدالي munaaqashaa masaa'ilootaa barataa reefu ilmii tana eegalurra fiduun sirrii miti. Addatti biyya teenya keessatti barataa ilmii aqiidaa waggaa 4,5,6,7 faa barate kan ammallee Masaa'iloota hedduu keessatti Aqiidaa warra sunnaa ciniinee hin qabatin hedduutu mul'ata. Dhimmi kun dhimma itti yaadamuu qabuudha. والله أعلم
Zul'Hijjaa 20,1447H

BEEKSISA Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif #Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban. ------------------ BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu. #1_Kan_Heyyamaman Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman: #Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa, #Kaardii Galmee/Admission Card/ #Kobbee/Irsaasii/ (Pencil) #Haqxuu #Sarartuu #Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu. #2_Kan_Dhoorkaman. Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo: #Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf #Qalama #Sa'aatii harkaa #Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu, #Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane , #Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu, #Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa, #Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi #Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna. Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna. #Qormaatnis_kan_kennamu: Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u, Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama. Tolaa Bariisoo Gadaa 💠

Repost from Bright Electronics
Account bank keessanii online'dhaan Verify taasifadha. Rakkoo Yeroo ammaa Hawaasa Keenya mudatee jiru ilaalchise verify godhachuuf linkiiwwan armaan gadii fayyadami. 1. CBE ~ https://cbefayda.cbe.com.et/ 2. CBO ~ https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization 3. Bank of Abyssinia ~ https://cs.bankofabyssinia.com/fayda_connect 4. Awash Bank ~ https://fayda.awashbank.com/en 5. Hijra Bank ~ https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/acctVerf 6. Siinqee Bank ~ https://fayda.siinqeebank.com:7443/ 7. Oromia Bank ~ https://share.google/GUWsaxoIAESFRp2hM 8. Dashen Bank ~ https://dashensuperapp.com/dashen-fayda 9. Wegagen Bank ~ https://fayda.wegagenbanksc.com.et/harmonization 10. Rammis Bank ~ fayda.rammisbank.et https://share.google/plT5HzQvm1tv8UNXv 11. Bunna Bank ~Bunna Bank S.C https://share.google/A0hUwRAMgdnLtlbzo 12. Hibret Bank ~ Hibir KYC https://share.google/i51ZxAdL9Un0akwdQ 13. Zamzam Bank ~ Zamzam Bank Self Care https://share.google/xGGSSeRFdT1CIbhNy 14. Zemen Bank ~ Zemen Bank - Fayda Harmonization Public Portal https://share.google/suZir106gcgnGBmq0 15.Tsehay Bank ~Tsehay Bank - Secure Authentication https://share.google/kth9Jhv6ZUYBkjplw 16. Nib International Bank ~ Nib-Fayda Harmonization https://share.google/L5ZLh3L8fejwRZuwz 17. Goh Betoch Bank ~ Goh Betoch Bank- National Id https://share.google/ctaQjZ5hn9oM14V8v 18. Enat Bank ~ Link Fayda ID - Bank Account Entry https://share.google/ylkI3uBltBHjEfQDT 19. Development Bank of Ethiopia ~ DBE-National ID https://share.google/rJZuO1Pgr89iRk78y 20. Anbesa Bank ~Fayda Account Harmonization https://share.google/TZRz6F7D1vyh0drad 21. Ahadu Bank ~ Welcome | Ahadu Bank - Ahadu Fayda https://share.google/AWGS37Dz6lBUjnpc9 22. Addis International Bank ~Home - FaydaOnline https://share.google/VvAB1Q3Ptz5BMeHzg 23. Abay Bank ~ Abay Bank KYC Verification https://share.google/w8Vbv2NE8iKEFmaoG 24. Sidama Bank ~ Sidama Bank – Fayda Harmonization https://share.google/761CzPTAIDMgDZfq7 25. Tsedey Bank ~ Tsedey Bank – Fayda Harmonization https://share.google/sTOqWWmX7Q9mfREKN 26. Amhara Bank ~ ABa Fayda Integration System https://share.google/Vv4h7sacieT0EIrXA 27. Berhan Bank ~Source: nationalidharmonization.berhanonline.et https://share.google/mmNkJ7YisczE9C6yK 28, Gadaa Bank https://share.google/rXOqqMPYwwBlRJMbY Odeeffannoo barbaachisoo gara garaa argachuuf channel Telegram keenyatti makamaa. https://t.me/brightelectronics63 https://t.me/brightelectronics63 https://t.me/brightelectronics63

"Yoo Azkaara ganamaa fi galgalaa guutuu Qara’uu dadhabde, azkaara salphaa ta’an jahan kanneen hin dadhabin; Azkaarri Jahan kun si tiiysuu fi bu’aan isii fedha Rabbiitiin guddaa dha.." 1. Bismillaahillazii laa yadurru ma’asmihii shay’un fil-ardi walaa fissamaa’i wahuwas-samii’ul aliim. (Sadii) 2. A’uuzu bikalimaatillaahit-taammaati min sharri maa khalaq. (Sadii) 3. Radiitu billaahi rabban wabil-Islaami diinan wabimuhammadin ‎ﷺ Nabiyyan wa Rasuulaa. (Sadii) 4. Subhaanallaahi wabihamdihii adada khalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih. (Sadii) 5. Aayatul Kursiyyi (oggu Takka), Suuratul Ikhlaas, Al-Falaq fi An-Naas. (Sadii sadii) 6. Subhaanallaahi wabihamdihii. (Dhibba tokko) Join 👇 ╭┈───────── ╰┈➤ @bishaara_4

#MoE Ministeerri Barnootaa “Agentic AI Teacher Assistant” jechuun kan waamamu hojiiwwan barsiisotaa deeggaruuf kan qophaa’e sagantaa hojii sammuu nama fakkaatu (AI) haaraa qopheessee sadarkaa yaalii irratti hojii irra oolchuu isaa beeksiseera. Sagantaan kun guutummaatti internet malee kan hojjetu, of danda’ee murteewwan maddisiisuu kan danda’u fi hojii barsiisota mootummaa sadarkaa lammaffaa irratti argaman salphisuuf kan qophaa’e ta’uu ibsameera. Akka hogganaan hojii raawwachiiftuu ICT fi Barnoota Dijitaalaa Ministeera Barnootaa Dr Zelalem Assefa jedhanitti, sagantaan kun kompiitara naannoo keessaa (Local Machine) irratti salphaatti fe’amuun hojjechuu danda’a. Sagantaan kun kitaabota barnootaa haarawaa kutaa 9ffaa irraa hanga 12ffaa jiran hundumaa akka kuusaa odeeffannoo (dataset)tti fayyadamuun, qabiyyee isaanii guutummaatti akka qoratuu fi hubatu taasifamee qophaa’eera. 👉Sagantaan kun maal hojjetaa? ➫ Karoora barsiisaa (Lesson Plan) qopheessa. ➫ Gaaffiiwwan qormaataa fi hojii manaa (Assignments) maddisiisa. ➫ Mala barsiisuu (Pedagogical Strategies) ofiin qopheessuu danda’a. Sagantaan kun laptop ykn desktop kamiyyuu irratti fe’amuun hojjechuu danda’a. Manneen barnootaa filataman keessatti yeroo yaaliif hojii irra oolettis bu’aa gaarii argamsiiseera jechuun ibsameera. Akka gorsaan ICT Ministeera Barnootaa Dr Muluneh Atnafu ibsanitti, saganticha fayyadamuuf kaffaltii kaardii internetii ji’a ji’aan, diriirsuu networkii ykn kaffaltii tajaajila AI kamiyyuu hin barbaachisu. Dabalataanis, barsiisotaa fi ogeeyyii teeknooloojii naannolee mootummaa hundarraa filatamaniif akkaataa itti fayyadama sagantichaa irratti leenjii kennameera. Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐 🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐 🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐

Halkan Jum'aa Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Nabi Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa. "
Halkan Jum'aa Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Nabi Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa. "Ergamaan Rabbii ﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe.. قال النبي ﷺ: "أكثروا من الصلاة علي ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة عليّ" ٱللَّٰهُمَّ صَلِّ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ٱللَّٰهُمَّ بَارِكْ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ @Sammaan

Repost from Fursaan Media
Innaa lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun Taatee gaddisiisaafi akkaan nama rifachiistu. Biyya masrii jiizaa keessatti muudate
Innaa lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun Taatee gaddisiisaafi akkaan nama rifachiistu. Biyya masrii jiizaa keessatti muudate. Guyyaa kaleessaa Sheek Muhammad Mamduuh Salaata Fajrii erga salaatanii fi dhaamsa (da’awaa) gabaabaa hawaasaaf erga dabarsaniin booda gara mana isaanii osoo deebi’aa jiranii. Goommaan konkolaataa isaanii dhoohuun konkolaataan isaanii gara galee bishaan keessatti kufe. Balaa kanaan isaan dabalatee haati manaa isaanii fi ijoolleen isaanii hundi namni torbaa lubbuu isaanii dhaban. Rabbiin isaan hundaa rahmata haa godhu, dilii isaanii haa araaramuuf, Jannatul firdoowsiin keessa isaan haa qubsiisu. #Fursaan_media@Fursaan_Media

Wal-Yaadachiisuu! #Qormaatni_Naannoo_Xumura Barnoota Sad.1ffaa Kutaa 6ffaafi Xumura Barnoota Sad. G/G Kutaa 8ffa #Guyyoota_13
+2
Wal-Yaadachiisuu! #Qormaatni_Naannoo_Xumura Barnoota Sad.1ffaa Kutaa 6ffaafi Xumura Barnoota Sad. G/G Kutaa 8ffa #Guyyoota_13 Qofatu_Hafe. ---------- BBO- Caamsaa 25/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Bara 2018 Kennamuuf Torban Lama Hafuu Wal Yaadachiisuun Barbaachisaadha. Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad.1ffaa Kutaa 6ffaa bara 2018 #Manneen_Barnootaa_Sad_1ffaa 12, 211 barattoota isaanii dhiira -285,857 dubara- 260,935 #Walitti,_Barattoota 546,792 qorsiisuuf qophaa'aniiru. Guyyaan Qormaataas , #Waxabajjii 08 -09/2018 ta'uu sagantaan qormaataa kanaan dura maxxanfame ibseera. #Haaluma_walfakkaatuun, Qormaatni Naannoo #Xumura_Barnoota_Sad_Giddu_Galeessaa Kutaa 8ffaa bara 2018 #Waxabajjii 11 -12/2018 kan kennamu yoo ta'u, #Manneen_Barnootaa_Sad._Giddu_Galeessaa 10, 857 barattoota isaanii dhiira - 224,090 dubara - 205,911 #iWalumaagalatti_Barattoota 430,001 qorsiisuuf qopphii xumuraniiru. Walumaa galatti, #Waxabajjii 08 - 12/2018tti Naannoon Oromiyaa #Barattoota 976,793 Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. ffaa(kutaa 6ffaa)fi Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa(kutaa 8ffaa) bara 2018 qoramuuf galmaa'an qorsiisuuf qophii hunda galeessa taasisee kan xumure ta'uu ragaan Godinaaleefi Bul. Magaalotaa irraa dhihaatan agarsiiseera. Kanaafuu, barattootni keenya, yeroo gabaabduu qabdan kana otuu hinqisaasessin kutannoon akka qophooftan jechaa, qabxii olaanaa galmeessisuun gara sadarkaa barnootaa itti aanutti akka ceetan abdii guddaa qabna. Hawaasni Manneen Barnootaafi Maatiin Barattootaas, barattootni keenya yeroo isaanii haalan akka itti fayyadamam hordoffiifi deeggarsi keessan daran akka cimu kan jedhu dhaamsa keenya ta'a. #Barattoota_Keenyaaf_Yeroo¥Qophii_Gaarii Akka Ta'u Hawwineerra. #Barri _Kan_Milkii_Haata'u! 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

Repost from Tafsiiraa Qur'aana
Ijaarsa mazallaah Halqaa Sheikh Jeylaan Adaanoo. Namuu waan dandeessaniin irratti hirmaadhaa قال رسول الله ﷺ "من بنى لله مسجد
Ijaarsa mazallaah Halqaa Sheikh Jeylaan Adaanoo. Namuu waan dandeessaniin irratti hirmaadhaa
قال رسول الله ﷺ "من بنى لله مسجداً، ولو كمفحص قطاة أو أصغر، بنى الله له بيتاً في الجنة"

Repost from Tafsiiraa Qur'aana
Halkan Jum'aa Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Nabi Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa. "
Halkan Jum'aa Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Nabi Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa. "Ergamaan Rabbii ﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe.. قال النبي ﷺ: "أكثروا من الصلاة علي ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة عليّ" ٱللَّٰهُمَّ صَلِّ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ٱللَّٰهُمَّ بَارِكْ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ @Tafsiirabot

#YAADACHIISA #Barattoota_Kutaa_12ffaa Bara 2018tiif ------------------- Liinkiin "exam1.ethernet.edu.et " Shaakala Qormaataa
#YAADACHIISA #Barattoota_Kutaa_12ffaa Bara 2018tiif ------------------- Liinkiin "exam1.ethernet.edu.et " Shaakala Qormaataa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Yaadachiisuu Ta'a. ------------- BBO - Caamsaa 20/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 Kompitara Bu'uureeffamee (CBT) Marsariitiin (Online)'n kennamu sababeeffachuun Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa Qormaata Shaakalaa Caamsaa 07/2018 irraa eegalee marsariitii irratti liinkii "exam1.ethernet.edu.et " jedhuun barattoota Naannoo Oromiyaatiif gad-dhiiseera. #Faayidaan_Qormaata_Shaakalaa irra deddeebi'anii akka shaakalamu barbaadameef inni guddaan _ #hanqina_beekumsaafi dandeettii (knwoledge & skill) barattootaa kan guutu, - #sodaa_qormaataa kan hir'isuufi #ofitti_amanummaa kan guddisu ta'uu itti amanameera. Kanaafuu, Liinkicha yoo bantan fuulli "MoE - Exam Portal' argattu, Fuula baname kanarratti: - Iddoon #Username jedhurratti Lakkoofsota Kaardii Galmee(Admission Card) kee irra jiru galchi. - Iddoo #Password Jedhurratti immoo, Lakkoofsota 1234 jedhaman galchi. Itti aansuun "#Log in" kan jedhu tuqi. Kana booda, Gara Fuula Qormaata Shaakalaa galtee jirta jechaadha. Qormaatilee kanneen shaakaluuf iddoo 'Internet'n gahaan jirutti meeshaalee : - #Kompitara Deeskitooppii - #Laaptooppii - #Taableetii/Tablet/ - #Bilbila Harkaafi meeshaalee elektrooniksii walfakkaatanitti fayyadamuun iddoo isiniif mijatutti shaakaluu ni dandeessu. Tolaa Bariisoo Gadaa 💠

Eid Mubarak 🐐🌙
Eid Mubarak 🐐🌙

#Eid_Aladha1447                      عيدكم مبارك!                 Eid Mubarak! 🌸                                 🤲تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🤲 🤲Nurraa fi isinirraallee Rabbiin dalagaa keyrii keenna nurra haa qeebalu🤲 T.me/Sammaan

photo content

photo content

Repost from Tafsiiraa Qur'aana
Ijaarsa mazallaah Halqaa Sheikh Jeylaan Adaanoo. Namuu waan dandeessaniin irratti hirmaadhaa قال رسول الله ﷺ "من بنى لله مسجد
Ijaarsa mazallaah Halqaa Sheikh Jeylaan Adaanoo. Namuu waan dandeessaniin irratti hirmaadhaa
قال رسول الله ﷺ "من بنى لله مسجداً، ولو كمفحص قطاة أو أصغر، بنى الله له بيتاً في الجنة"

Repost from Tafsiiraa Qur'aana
فضل يوم عرفة Sadarkaa Guyyaa A'rafa
+2
فضل يوم عرفة Sadarkaa Guyyaa A'rafa

Repost from Tafsiiraa Qur'aana
+6
𝙎𝙝𝙚𝙞𝙠𝙝_𝙅𝙚𝙮𝙡𝙖𝙖𝙣_𝘼𝙖𝙙𝙖𝙢_1.apk115.92 MB

Caamsaa 6/2018 👋Oduu Gammachiisaa Barattoota kutaa 12ffaatiif: Barattoonni Kutaa 12ffaa bara kana qoramanu Caamsaa 7/2018 ga
Caamsaa 6/2018 👋Oduu Gammachiisaa Barattoota kutaa 12ffaatiif: Barattoonni Kutaa 12ffaa bara kana qoramanu Caamsaa 7/2018 ganama sa'aa 3:00 irraa hanga guyyaa qormaataatti Desktop, Laptop, Tablet fi Mobile Phone fayyadamuun Qorumsa Biyyoolessaa shaakaluu akka dandeessan Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksisee jira. 👉Tartiiba hordofamuu qabu: 1. Barattoonni Naannoo Oromiyaa liinkii exam1.ethernet.edu.et jedhu cuqaasuun seenaa 2.Bakka 'User name' jedhutti Lakkoofsa Admiishinii (Admission Number) Kaardii Seensa Galma Qormaataa (Admission Card) gubbaa jiru itti galchaa. Admission Card keessan Mana Barnootaa keessan irraa argattu. 3. Bakka 'Pass word' jedhutti 1234 galchaa Tajaajilichi gaaffilee ittiin shaakaltan yeroo yeroon marsariiticharratti kan fe'aa deemu tahuu beeksisee jira.

Dawaa Qalbii - آمار و تحلیل کانال تلگرام @sammaan