cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

نمایش بیشتر
فنلندة973زبان مشخص نشده استدین و مذهبی15 635
پست‌های تبلیغاتی
6 056
مشترکین
+4124 ساعت
+1337 روز
+45230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from OROMO DV
Carraan DV-2025 Ebla gaafa 26 jechuun sambata duraa(qidaamee) dhufu galgala kaasee ilaalamuu ni eegala! 🔜 Akkaataatti ofii keessaniin carraa keessan ilaallattan barreeffama fi viidiyoodhaan isiniif maxxansina! 🔜 Namoota koodiin keessan isin jalaa bades akkaataatti ilaallattan isiniif maxxansina! 🔜 Namoonni abbaa carraa taatanimmoo waan isin gochuu qabdan isin qajeelchina, nu qunnamaa! ❌️ Namoonni nu biratti galmooftanii gatii galmee kaffaluu dhabuudhaan koodii keessan hin fudhatin jirtan, ammas koodii keessan isiniif hin ergamu waan ta'eef nun gaafatinaa! CARRAA GAARII! @OromoDV
نمایش همه...
IIMAANA SALAFOOTA KEENYAA •••••••••••••••••••••••••••••••••• Seenaawwan kuni Qalbii gooydeef dawaa ni ta'a !! Aalimni guddaan Imaam Ibnul Jawziin ﺭﺣﻤﻪ ﺍﻟﻠﻪ kitaaba isaa ( ﺍﻟﻤﺪﻫﺶ) ykn dhamaasaa kan je'amu keessatti :" Osoo sammuun tee kan qulqullooftee waa hubatuu dandeessee...Silaa wanti hundi gorsa qaba...Wanti uumame hundi kuun si hawwisiisa...ykn si sodaachisa...jechuun: Oo'ii yeroo bonaa ...oo'aa ibiddi jahannam si yaadachiisa...Qorri yeroo gannaa ...qorra laga jahannam (_zamhariiraa_) siyaadachiisa...". Je'an.. Mee seenaa isaanii irraa gabaabsinee haa laalluu.... Gaafa tokko Hasan Albasrii ﻋﻠﻴﻪ ﺭﺣﻤﺔ ﺍﻟﻠﻪ osoo masjida keessa taa'u akka malee butamee hafuura baafatee iyyee booyee". Maaf boossa..Yaa Hasan !" je'aniin... "Yaa jarana ! Osoo ani quba hin qabne du'ee yoo boru jahannam keessatti lafti natti bariite akkam ta'a...?!! Je'ee yaade..". Je'een ... Ummata dabre keessaa Salafni tokko osoo mataa dhiqataa jiru.._Bishaan suni oo'aa ture._ Bishaan kuni akka malee mataa gubnaan...Imimmaan gadi naqee gadi taa'ee booyee...Aayata tana yaadate.. ) ﻳﺼﺐ ﻣﻦ ﻓﻮﻕ ﺭﺀﻭﺳﻬﻢ ﺍﻟﺤﻤﻴﻢ .. ) (Warra ibiddaa) gubbaa mataa isaaniitiin bishaan hamiim itti bubuufaama...". Tan jettu yaadatee booye... Salafa dabran keessaa Tokko osoo magaalaa keessa deemu foon waddamuutti jiru argee dhaabatee booye... Namtichi foon waddu:" Maaltu si boochise..? Moo ati foonitti haajaa qabda..? Je'een... Salaftichi:" Lakki...Ilmaan aadamtu garaa na nyaate...Beeylada erga du'ee of wallaalee fuudhanii waddan...Ilmaan aadam ammoo osoo inni jiru fuudhanii ibidda jahannam keessa ciibsan..je'ee booye !!" je'ee... Allaahu Akbar..Allaahu Akbar Ijoollee salafa dabranii keessaa tokko...Osoo harmeen isaa ibidda qabsiiftu bira dhaabatee hargufamee booye...Harmeen isaa dinqisiifattee..." Mucaa maaltu si boochise..?! Jetteen.." Harmee tiyya ! Amma Wayta ibidda qabsiiftu...Qoraan ykn muka gurguddaa dura xixiqqaan qabsiisuu eegalte...Nullee warra gurguddaa dura nuhii xixiqqaa kana way ibiddatti nu guuranii je'ee booye...!!!". Je'een... Yaa Rabbi ! Akka qalbii jaraa iimaanaa jiiftetti qalbii teenyallee nuuf jiisi....Dura waan qalbii gooysaa irraa nu fageessi. By: Abdallaah https://t.me/derajemea
نمایش همه...
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ        𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬        --------------- 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam
نمایش همه...
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐚'𝐚𝐰𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐨𝐨
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚𝐚
𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
𝐀𝐝𝐝 𝐀𝐥𝐥 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
📃🖊. Dhimmoota 5 Gurguddoo Towhiidaa fii Faallaa isa sirritti beekuuf ┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈ ۞. Yoo Nama Dhugumaan Towhiidaa fii Faallaa isaa beekuu fedhu taate; 1.Towhiidni Rasuulli ﷺ itti Waamaa ture Maalii fii kam akka ta'e beekuu qabda. ★.                                         2. Shirkiin Rasuulli ﷺ irraa ummata sodaachisaa ture sun maal akka ta'ee fii Dhimma kam keessatti akka ta'ee Gad seentee beekuu qabda. ۞                                         3. Haala Mushriktootaa kan Rasuulli ﷺ keessatti ergamee,akkamitti akka ibaadaa raawwataa turan,Maaliin ibaadaa gochaa akka turanii fii haalli isaan gabbaramtoota isaanii wajjiin qaban Maal akka ture beekuu qabda. ۞                                      4. Ibaadaa Dhimmi towhiida irra naanna'uu fii isiirra marsu sana beekuu qabda. Hiikkaan ibaadaa Maali? Wanti Rabbiin yeroo baay'ee  bakka baay'eetti itti nu ajaje sun Maali? " Allaahaa  qofa  gabbaraa isatti waa hin qindeessinaa"   ﴿وَاعْبُدُوا اللَّهَ وَلا تُشْرِكُوا بِهِ شَيْئًا﴾ [النساء:36] Hiikkaa ibaadaa beekuun bakka gudda hangana hin jedhamne qaba. Haqiiqaa fii Maalummaa ibaadaa hubachuu dhabuun gara qaawwaa fii hir'ina towhiidaa fii shirkii hubachuutti nama geessa.۞                                      5. Garaagarummaa towhiida Rabbummaa fii towhiida uluuhiyyaa jidduu jiru itti dhaqqabdee beeku qabda. Isaan lamaan jidduu wal hammachuun jiraachuu fii Maalummaa wal qabachuu fii wal hammachuu isaan lamaanii bira gahuu qabda. Dhimma kun akkaan barbaachisaadha. Irra hedduun waliin dhawa mushriktootaa durii fii ammallee Gama dhimma kanaa fii gama towhiida lamaan walitti Makuutiini. ".۞                                   ◈. Yaa akhii /wayaa ukhtii Dhimmoota Shanan kana hubachuu,sirriitti beekuu fii Namallee beeksisuuf tattaafadhu. ┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈ 🎙Sheikh Salih Sindii-hafizahullah 📓Sharh Qawaعid Al-arbaع. ┈┉┅━━❀🍃🌸🍃❀━━┅┉┈
نمایش همه...
Repost from Fursaan Media
Ba’aa kee kophaa kee baattaa beeki,Kan sanarraa hafe,seenaa kee baruuf gurra sii laatu malee,rakkoo kee sirraa qooddamuufii mitii hubadhu. ila Gaafa wanti hundi sii gale,sammuun kee boqannaa argataa beeki,sii gale taanaan,wanti haaraan biyya lafaa irraa argatamu tokko akka hinjirre hubattaa daawwadhu. Eeee Seenaa jiruu keetii hunda isaa,eddodhuma argitetti harcaasaa hin oolinii uf keessatti qabadhu. Jaaloo Dubbiifi hujiinis jalqaba osoo hin taane,xumuraan madaalamanii beeki,galma fagoo bira gahuuf,jalqaba osoo hin taane,xumura kee laalii argi. Namana Kan kufaatii kee hawwu hundi,guddina keetiif akka harka rukutu gochuu barbaadda taanaan,daandii milkaahina keetii qofarratti xiyyeeffadhu. Obbolaa isa jijjiiramte siin jedhu yoo argite,ufii jijjiiramee sitti qajeelaa jiraa laalii jalaa miliqi. Hey Silaa si dubbisa baayye” biizii” taheeti siin jennaan, silas ati hin barbaadamnee,kottee kee achii fuudhi. Yes if some one say’s you,I’m too busy,understand!You are not enough for a priority.in deed! ©️Ustaaz Sufiyaan Usmaan Https://t.me/Fursaan_media
نمایش همه...
Fursaan Media

« وَمَنْ أَحْسَنُ قَوْلًا مِمَّنْ دَعَا إِلَى اللَّهِ وَعَمِلَ صَالِحًا وَقَالَ إِنَّنِي مِنَ الْمُسْلِمِينَ » Da'awaa, barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna hordofaa.

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።         𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬           @Rafiqul_Islaam 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
نمایش همه...
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙳𝙰'𝙰𝚆𝙰𝙰𝙻𝙴𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙿𝙾𝙾𝚁𝚃𝙸𝙸
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾
𝙹𝙴𝙲𝙷𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙷𝙰𝚈𝚈𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝙼𝙸𝙻𝙺𝙰𝙰'𝙸𝙽𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝚀𝚄𝚁'𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸𝙸 𝙷𝙰𝙳𝙸𝙸𝚂𝙰
𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐉𝐎𝐈𝐍
Rooba jabaa Keeniyaatti Roobaa jiruun lubbuun namoota hedduu darbe. Keeniyaatti Balaa Lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 170 ga’eera. Balaa Lolaa hamaa Giddu Galeessa Keeniyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii 170 ga’uu ibsameera. Keeniyaatti rooba cimaa walitti fufiinsaan roobaa jiruun lolaan lubbuu namoota hedduu galaafachuu hordofee Pireezidaantin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon kaabineesaanii wal-gahii ariifachiisaa waamuu BBC, Al Jazeera fi Bloomberg gabaasaniiru. Yaa Rabbii ati nuun hin lolin yaa Allaah balaa kullii nurraa qabi daandii keetirraa nu hin maqsin. 🖖🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 T.me/Sammaan
نمایش همه...
نمایش همه...
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐇 𝐇𝐄𝐑𝐄
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
نمایش همه...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።         𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧          𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦           𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬           @Rafiqul_Islaam 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
نمایش همه...
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙳𝙰'𝙰𝚆𝙰𝙰𝙻𝙴𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙲𝙾𝙼𝙿𝙰𝚁𝙰𝚃𝙸𝚅𝙴
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙱𝙰𝚁𝙽𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝙸𝚂𝙿𝙾𝙾𝚁𝚃𝙸𝙸
𝙲𝙷𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙻𝙾𝚃𝙰 𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾
𝙹𝙴𝙲𝙷𝙾𝙾𝚃𝙰 𝙷𝙰𝚈𝚈𝙾𝙾𝚃𝙰𝙰
𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝙼𝙸𝙻𝙺𝙰𝙰'𝙸𝙽𝙰 𝙹𝙸𝚁𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰𝙰
𝚀𝚄𝚁'𝙰𝙰𝙽𝙰𝙰𝙵𝙸𝙸 𝙷𝙰𝙳𝙸𝙸𝚂𝙰
𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋 𝐉𝐎𝐈𝐍