cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Fursaan Media

Da'awaa, Odeeffannoo waytaawaa, Nashiidaa barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna subscribe godhaa hordofaa.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
1 651
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Repost from BEEKUMSAA FII ART
waan bareeda kana seenaa daaw'adhaa subscribe godhaaf https://youtu.be/3RQ_ZzxB6d4
نمایش همه...
Arts : Bar-ifaa Abaadir kamaal |NUUF OBSE 1 March 2022

Nuuf obsee yooma akka keennaaf nu jiraachisee obsa qabaa obsa RABBII kana na ajabaa

Jawar, Baqqalaa fi Hamzaa Booranaa amma bahanii jiru! Baga gammanne!
نمایش همه...
Naannoo Qaallitti connection baayyee rakkisaa jira. Kanaaf dafne dafne odeeffannoo isiniif keennu dadhabne. Hanga ammaattii( 3:16)tti Jawaar , Baqqalaa fi Hamzaan hin hiikamne! Samuel Bekele
نمایش همه...
#BREAKING_NEWS‼ Eegdotni Jawaar Hunduu Hiikamanii Jiru!
نمایش همه...
⛔❌⛔❌⛔❌⛔ Ayyaana Hordoftoota amantii biroo kamuu wajji kabajuun akkasumas kennaa fi nyaata adda addaatin akkasuma Baga Ittiin siin gahe jechuun Nama Muslima tahe tokkoof hin hayyamamu dhoorgaa dha . Rabbiin SW akkana jedha [ ولا تعاونوا على الإثم والعدوان ] ( Hamtuu fii Ma'asiyaa irratti wal hin qarqaarinaa ) Rasuulli ﷺ (saw) akkana jedhan: ((ﻣَﻦْ ﺗَﺸَﺒَّﻪَ ﺑِﻘَﻮْﻡٍ ﻓَﻬُﻮَ ﻣِﻨْﻬُﻢْ ، ﻭَﻣَﻦْ ﺃَﺣَﺐَّ ﻗَﻮْﻣًﺎ ﺣُﺸِﺮَ ﻣَﻌَﻬُﻢْ)) ''Namni tuuta takkatti (haala isaanitiin)fakkaate innuu isaanumarraayi, Akkasuma namni tuuta takka jaalate (guyyaa qiyaamaa) jara wajjiin kaafama" #Merry_Christmas jechuun dhoorgaa dha. By✍🏻Fares Muhamed @Fursaan_Media @Fursaan_Media T.me/Fursaan_Media
نمایش همه...
Fursaan Media

Da'awaa, Odeeffannoo waytaawaa, Nashiidaa barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna subscribe godhaa hordofaa.

Mootummaan Sa'uudii mootummaa shiraan dhaabbatte. Mootummaa ummata islaamaa adawwiif saaxiltee islaama adda facaastee dhaabbatteedha. Gantuu!!!! Bara 1916 Biritishii fi Faransi Husseen bin Alii sobanii impaayara usmaaniyyatti garagalchuun arabootaa wajjiin tokko tahanii mootummaa usmaaniyyaa cabsan Erga mootummaa usmaaniyyaa daadarkeessan booda Biritishii fi Faransi wa'ada duraan Husseen bin Aliitii wajjiin waliif seenan diiganiiti Husseen bin Aliitin biyyoota arabaa adda qooddannee bulchuudha qabna, ammas lafa falasxiin tana ummata falasxiinirraa fuunee israa'il goonee ummata Jewish irratti galchuu qabnaa tanaafuu yaada kheenya khanarratti nu deeggartee mallatteessuu qabda ja'aniin Husseen bin Alii wanni nuti duraan irratti waliif galle tanaa mitii an yaada kheessan khana hin qeebalu je'eenii jalaa didee yeroo mootummaan usmaaniyyaa matumaanuu baddu khaliifaa islaamaa je'ee if moggaafnan Biritishii fi Faransi isa cabsuuf mala baafatanii Abdul Aziiz bin Abdurahmaan A-Sa'uud itti khaasan Abdulaziiz bin Abdurahmaan A-Sa'uud ykn Ibn Sa'uud ja'amuun kha beekkamu abbaan maatii amma sa'uudii bulchaa jirtuu khun gargaarsa Britishii fi Faransiitin Husseen bin Alii irratti lola banee Husseen cabse Ibn Sa'uud erga Husseen bin Alii gargaarsa Biritishii fi Faransiitin cabse booda yaada mootummaa biritish deeggareeti mootummaan Biritish waggaa haga tokko booda akka inni sa'uudii bulchu hayyama khenneef Haala khanaan hidda gad jabeeffatanii September 23 bara 1932tti biyya sa'uudii ja'amtu tana maqaa itti moggaasanii hundee isii gad dhaaban Maqummaan sa'uudii je'u khunuu maatii tanarraa dhufe jechuudha. Erga gaafasiitii maatuma tanaatu itti wal dabarsee Sa'uudii Arabi'a bulchaa jira Akkaatan isaan itti gad dhaabbatan khun wanni nu agarsiistu falasxiin buqqaatee israa'il gad dhaabbatuu kheessatti shoora guddaa akka taphatanii jiranii fi biyyoonni islaamaa daangaa babaafattee adda ciccituu kheessattis gehee guddaa akka isaan qabaniitu irraa mul'ata. Walumaa galatti ummanni islaamaa caphee haala amma kheessa jiru khana mudatuu kheessatti gehee ol aanaa namni qabu tokko maatii mootummaa sa'uudii tana. Fb ©Ibsaa Habroo irraa kan fudhatame @Fursaan_Media T.me/Fursaan_Media
نمایش همه...
Fursaan Media

Da'awaa, Odeeffannoo waytaawaa, Nashiidaa barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna subscribe godhaa hordofaa.

Warra torban ka rabbiin gaaddiseessuuf gaaddisa isaa jalatti guyyaa gaaddisni isaa malee ka biraa hin jirre وعن أبي هريرة -رضي الله عنه- قالَ: قالَ رسُولُ اللَّه ﷺ: سَبْعَةٌ يُظِلُّهُمُ اللَّهُ في ظِلِّهِ يَوْمَ لا ظِلَّ إلَّا ظِلُّهُ: ❶ Imaama/Bulchaa haqa dalagu ١- إِمامٌ عادِلٌ. ❷ Dargaggeessa karaa rabbii keessatti guddate ٢- وشابٌّ نَشَأَ فِي عِبَادَةِ اللَّه تَعالى. ❸ Namicha qalbiin isaa masjidatti rarraatu ٣- وَرَجُلٌ قَلْبُهُ مُعَلَّقٌفي المَسَاجِدِ. ❹ Nama lamaa rabbiif jecha wal jaalatanii jaalaluma san irratti waliitti qabamanii jaalaluma san irratti addaan bahan ٤- وَرَجُلانِ تَحَابَّا في اللَّه: اجتَمَعا عَلَيهِ، وتَفَرَّقَا عَلَيهِ. ❺ Namticha hintallii akkaan bareeddu ta gosti isii gaarii badii natti dalagi jettee waamtee ani rabbiin sodaadha jedhee dide. ٥- وَرَجُلٌ دَعَتْهُ امْرَأَةٌ ذَاتُ مَنْصِبٍ، وَجَمَالٍ فَقَالَ: إِنِّي أَخافُ اللَّه. ❻ Namticha sadaqaa dhoysee sadaqate haga bitaan isaa waan mirgi kennitu hin beeyne takka. ٦- ورَجُلٌ تَصَدَّقَ بِصَدَقَةٍ فأَخْفَاها، حتَّى لا تَعْلَمَ شِمالُهُ مَا تُنْفِقُ يَمِينهُ. ❼ Namticha kophaa isaa rabbiin yaadatee ijji isaa imimmaan dhangalaaste ٧- ورَجُلٌ ذَكَرَ اللَّه خالِيًا فَفَاضَتْ عَيْنَاهُ. متفق عليه Share waliif godhaa @Faaruu @Faresmuhamed T.me/Faresmuhamed
نمایش همه...
Fares Muhammed

إِيَّاكَ نَعْبُدُ وَإِيَّاكَ نَسْتَعِينُ Si qofa gabbarra si qofatti qarqaarsifanna

Itoophiyaatti dhukkubbiin qufaa fakkaatuu tibbana mudate Covid-19 tahuu mala jedhame https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-59845566?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA
نمایش همه...
Itoophiyaatti dhukkubbiin qufaa fakkaatuu tibbana mudate Covid-19 tahuu mala jedhame

Itoophiyaatti marsaa weerara covid-19 haaraatiin walqabate dhukkubbiin qufaa fakkaatu tibbana mudatee mallattoolee koronaavaayirasii fakkaatu waan qabuuf namoonni dhukkuubsatan akka qoratamaniif Institiyuutiin Fayyaa Hawaasaa biyyattii gaafate.

የብቃት ምዘና ፈተና ለምትወስዱ ጤና ባለሙያዎች በሙሉ ____________ 1. ፈተናው ከታህሳስ 21-27/2014 ዓ.ም ይሰጣል፣ 2. ተመዛኞች ታህሳስ 20/2014 ዓ.ም ከቀኑ በ 8፡00 ሰዓት በመፈተኛ ጣቢያ በመገኘት ስለፈተናው አሰጣጥ ቅድመ ገለጻ (orientation) መከታተል እንዲሁም የመፈተኛ ክፍላችሁን መለየት ይኖርባችኋል፣ 3. በፈተናው ዕለት በየፈተና ጣቢያው ጠዋት 1፡00 ሰዓት ላይ መገኘት ይኖርባችኋል፣ 4. በፈተናው ዕለት ማንነታችሁን የሚገልጽ መታወቂያ (የቀበሌ መታወቂያ፣ ፓስፖርት፣ መንጃ ፍቃድ ወይም ሌላ በግልጽ የሚታይ ህጋዊ መታወቂያ)፣ የፈተና መስሪያ ግብዓቶች (እርሳስ፣ ላጲስ፣ መቅረጫ) ይዛችሁ መገኘት ይኖርባችኋል፣ 5. ከላይ ከተጠቀሱት ነገሮች ውጪ ምንም አይነት የኤሌክትሮኒክስ መሳሪያ (ስልክ ፣ ስማርት ሰዓት፣ኤሌክትሮኒክስ መነጽር (የተረጋገጠ የዕይታ ችግር ከሌለ በስተቀር)፣ ቦርሳ እና ሌሎች እቃዎች፣ ምንም አይነት ማጣቀሻዎች እንዲሁም ባዶ ወረቀቶች፣ ምግብ ወይም መጠጥ (የተረጋገጠ የጤና ችግር ከሌለ በስተቀር) ይዞ መግባት አይፈቀድም፣ 6. አካል ጉዳተኞች፣ ነፍሰጡር እናቶች እንዲሁም ጨቅላ ህጻናት የያዙ እናቶች ቀድመው ለፈተና ጣቢያ ኃላፊ ማሳወቅ ይኖርባቸዋል፣ 7. በፈተናው ወቅት ተመዛኞች በሁለቱም ክፍለ ጊዜ (ጠዋት እና ከሰዓት በኋላ) አቴንዳንስ ላይ በአግባቡ መፈረም ይኖርባቸዋል፣ 8. ኮተቤ ሜትሮፖሊታን ዩኒቨርሲቲ(ሚኒሊክ ጤና ሳይንስ ኮሌጅ) የተመደባችሁ ተመዛኞች የፈተና ጣቢያው መገናኛ ኮከብ ህንፃ ላይ ይገኛል፡፡ 9. ፈተናውን በጅግጅጋ፣ ነቀምት፣ ደሴ፣ ሰመራ እና ዲላ ከተሞች ለመውሰድ ያመለታችሁ ተመዛኞች ከዚህ ቀደም በገለጽነው መሰረት የፈተና ከተማ ለውጥ ስላደረግን አዲስ በተመደባችሁበት የፈተና ጣቢያ በመገኘት ፈተናውን መውሰድ ይጠበቅባችኋል፣ 10. ከላይ ከተጠቀሱት እና በመ/ቤታችን ዕውቅና ከተከናወነ የመፈተኛ ጣቢያ ለውጥ ውጪ ከተመዛኞች የሚቀርብ ምንም ዓይነት የመፈተኛ ጣቢያ ለውጥ ጥያቄ የማናስተናግድና በመ/ቤታችንም በኩል ዕውቅና የሌለው መሆኑን እንገልጻለን፣ 11. ተመዛኞች በፈተና ወቅት የአፍና አፍንጫ መሸፈኛ ጭምብል (Mask) ማድረግ ይጠበቅባቸዋል፣ 12. ለተጨማሪ መረጃ በስልክ ቁጥር 0118275939/ 0118275937 መደወል ይቻላል፡፡ ወቅታዊና የተሟላ መረጃዎችን ለማግኘት፡- ድረ ገጽ/Website፡ https://www.moh.gov.et ፌስቡክ/Facebook፡-Ministry of Health Ethiopia ቲውተር/Tiwteer ፡-twitter.com/FMoHealth ዩቲብ/youtube፡-tv.moh.gov.et/tv/ ቴሌግራም/Telegram ፡-@Goveth_bot ይጠቀሙ ፡፡ እናመሰግናለን፡፡
نمایش همه...
#Jaalala_Sahaabonni_Rasuulaaf_qaban #Sahaabaa #Sumeyraa_binti_qeysii jedhamti warra ansaaraa irraayyi:- Guyyaa Duula #UHUD muusibaa akkaan guddoo taatetuu isitti buute, matii isii keessaa namni afurii guyyama kana jalaa wareegame. #Abbaa_isii, #Jaarsa_isii, #Obboleessa_isii, #Ilma_isii. Dhumaatiin maatii isii kuni hundi homaa itti hin fakkaanne nageenni rasuulaa isii yaachisee raasuulli maal tahe nagaa qabaa jechuun dhiphattee gaafatte. Erga rasuulli nagaa qabaatuu isaa argitee booda akkana jetteen. " كل مصيبة بعدك جلل يا رسول الله " Erga keetii balaan hundi xiqqoo dha yaa ergamaa rabbii Sahaabonni jaalala dhugaa rasuulaaf qaban rakkoon fedhe isaanitti argamtu isaan hin yaachistu rasuulli (saw) nagaa qabaannaan. Rabbiin hunduma sahaabotaa irraa haa jaalatu #Faaruu Fares Muhammed T.me/Fursaan_Media
نمایش همه...
Fursaan Media

Da'awaa, Odeeffannoo waytaawaa, Nashiidaa barumsa gara garaa argachuuf chaaynaalii keenna subscribe godhaa hordofaa.