es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Dawaa Qalbii

Dawaa Qalbii

Ir al canal en Telegram

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

Mostrar más
8 579
Suscriptores
-324 horas
-417 días
-15230 días
Archivo de publicaciones
🕰 Sa'aatii 12 Qofatu Hafe!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Barattoonni
🕰 Sa'aatii 12 Qofatu Hafe!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Siiraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin carraa dhumaa kanatti fayyadamaa Qoramaa!!

Nama muslimaa aqiidaan isaa dhiiga isaatirra qaaliidha. Salaatni isaa utubaa ijoo diin isaati. Abu Ddardaa'i irraa odeeyfamee " Jaalalleen kiyya ﷺ " osoo mummuramtee gubamtee illee rabbitti ﷻ waa hin qixxeessin,beekaa salaata dirqamaatiis hin dhiisin. Namni beekaa salaata dhiise funyoon islaamummaa isarraa baatee jirti." Jechuun naaf dhaame.» jechuun dubbata. رواه ابن ماجه.
Jumadal Ula 17,1448H

Repost from HADIISA📚
« Halaqaaleen qur'aanaa imaltoonni gara rabbii ﷻ ati jiraattu jiraachuu baattu deemsa isaanii itti fufan jechuu si barsiisti.
« Halaqaaleen qur'aanaa imaltoonni gara rabbii ﷻ ati jiraattu jiraachuu baattu deemsa isaanii itti fufan jechuu si barsiisti. Ati halaqaarra hafta hiriyyoonni kee ittuma fufaniiti xumuranii bakka yaadan ga'u. Ati dhamaateet bakkuma itti isaan si dhiisan san teeysee isaan immoo si biraa kutanii deemu. Dubbiin akka kana!. Siif galti. Tarkaanfiin ati tarkaanfattu yoo gufattellee cabaa fii hokkola keetiinillee taatu deemsa kee ittuma fufi. Wanti ijoon; harka marattee moggaa karaa dhaabbachuu dhabuu keeti osoo dubbiin waan feete si gaafattee illee.»
Jumadal Ula 12,1448H

Repost from HADIISA📚
« istighfaara gochuun; gammachuu qalbii keetii,soorata ruuhii keetui,qulqullina sammuu keetii,barakaa qabeenya keetii,toliins
« istighfaara gochuun; gammachuu qalbii keetii,soorata ruuhii keetui,qulqullina sammuu keetii,barakaa qabeenya keetii,toliinsa siifii matii keetii fii jaalala rabbii keetiiti ﷻ. Gonkumaa irraa hin dagatin.»
Safar 15,1448H

« Namni akka arrabni isaa zikriif laafuu fii zikriin akka isaaf laaftu barbaadu; ijaa fii gurra isaa waan haraam irraa qalbii
« Namni akka arrabni isaa zikriif laafuu fii zikriin akka isaaf laaftu barbaadu; ijaa fii gurra isaa waan haraam irraa qalbii isaa waan hamtuu isarra dhuftu irraa haa eeggatuu. Achi booda kheeyrii rabbirraa ﷻ taateen haa gammadu. Rabbiin ﷻ balbala zikrii isaaf banuuf jiraata. Rabbiin ﷻ garboota arrabni isaanii zikriif laafe kan arrabni isaanii qalbiin isaanii zikrii isaa baay'isuu irraa hin deemne nuhaa taasisu.» Safar 14,1448H

Repost from HADIISA📚
« Salaata leeylii» •. Namni tokko halkan hunda raka'aa 4 salaate witrii raka'aa tokkoon yoo goolabate,waggaa tokko keessatti
« Salaata leeylii»
•. Namni tokko halkan hunda raka'aa 4 salaate witrii raka'aa tokkoon yoo goolabate,waggaa tokko keessatti qiyaama leeylii qofa keessatti raka'aa 1770 salaate jechuudha.
« Rabbi biratti irra caaltuun dalagaa; Osoo waa xiqqoollee taatee kan walitti fufiinsaan dalagmteedha.»
✓. Osoo Rakaa'aalee tokkollee taatee Qiyaama leeylii salaata halkanii hin dhiisin
.» #الوتر Jumadal-Ula 22,1446H

photo content

Repost from Siinqii Aakhiraa.
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ صَلُّواْ عَلَيْهِ وَسَلِّمُواْ تَسْلِيمًا ۝﴾ قَالَ ﷺ: «مَنْ صَلَّ عَلَيَّ صَلاةً صَلَّ اللهُ عَلَيْهِ بِهَا عَشَراً»🌹 اللَّهُمَّ صَلِّ وسلم وبارك علَى مُحَمَّدٍ اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ. اللَّهُمَّ بَارِكْ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ، كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ، إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ.

#Beeksisa_Hojii_Barsiisummaa #Waajjira_Barnootaa_Magaalaa_Shaggar •=•=• 👉 Waajjiirri Barnootaa Godina Giddugaleessa Oromiyaa
+1
#Beeksisa_Hojii_Barsiisummaa #Waajjira_Barnootaa_Magaalaa_Shaggar •=•=• 👉 Waajjiirri Barnootaa Godina Giddugaleessa Oromiyaa Manneen Barnootaa Godinicha keessatti argaman keessatti bakka hanqinni barsiisaa mudatetti eebbifamtoota ulaagaa guutan dorgomsiisee ramaduuf beeksisa baasee waan jiruuf, eebbifamtootni ulaagaa kaa'ame guuttan guyyaa jedhameefi bakka ibsameetti galmaa'uu akka dandeessan isin affeeree jira! 📅 Guyyaan Galmee - 23/02/2019 - 04/03/2019'tti 🎯#Haala Galmee - Qaamaan argamuun ✍️#Iddoo_Galmee: 1. Adaamaa- WBGodina Shawaa Bahaa duraaniitti, 2. Fichee- WBGodina Shawaa Kaabaa duraaniitti, 3. Amboo- WBGodina Shawaa Lixaa duraaniitti fi 4. Walisoo- WBGodina Shawaa K/Lixaa duraaniitti

Repost from Siinqii Aakhiraa.
Nabiyyiin (SAW) fuula obboleessa ofiitti seeqatuu maalitti fakkeessan?
Anonymous voting

📢 𝑶𝑫𝑑𝑼 𝑮𝑨𝑑𝑴𝑨𝑪𝑯𝑰𝑰𝑺𝑨𝑨! 📢 𝑯𝒂𝒍𝒒𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒇𝒂𝒂𝒓 bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa
📢 𝑶𝑫𝑑𝑼 𝑮𝑨𝑑𝑴𝑨𝑪𝑯𝑰𝑰𝑺𝑨𝑨! 📢 𝑯𝒂𝒍𝒒𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒇𝒂𝒂𝒓 bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa keessatti barattoota kumaatamaan lakkaa'aman fanniiwwan barnoota Islaamaa guutuu barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama. 𝑨𝒍𝒉𝒂𝒎𝒅𝒖𝒍𝒊𝒍𝒍𝒂𝒉! Amma immoo barnoota lafarratti baratamaa jiru kana bifa sagaleetiin (Audio) waraabuudhaan darsiiwwan garaa garaa Chammel kana irratti maxxansuu jalqabeera. 🔗 𝑳𝒊𝒏𝒌𝒊𝒊 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒂𝒍𝒊𝒊: https://t.me/+N8Z16msrdWhmYzJk https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0

Repost from Siinqii Aakhiraa.
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu.
✍️@SiinqiiAakhiraa "Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Siiraa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale website irratti ni banama.
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Siiraa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (01/11/2026 ykn 22/02/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu "Website" irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. Barattoonni guyyaa kana keessatti qormaata hin fudhatiin irra deebiin qormaata fudhachuuf carraan hin jiraatu. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

ᴀʀᴇ ʏᴏᴜ ꜱᴛᴜᴅᴇɴᴛ❔ ᴀᴛɪ ʙᴀʀᴀᴛᴀᴀᴅʜᴀᴀ❔ ꜰʀᴇᴇ ᴡᴀᴠᴇʀ: @Rafiqul_Islaam Adds: 👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion

𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼⁉️ 𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️ Channel/Group 30K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam Adds:👇👇👇 My Channel @Rafiiqul_Islaam HP: @Rafiqul_Islam_Promotion

𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅❕ 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅❕ 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚. 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇👇👇 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧:👇👇👇 https://t.me/+_F8t5ldqfDxlZDY0

Repost from Siinqii Aakhiraa.
📚Cuunfaa gabaabaa fi qindaawaa barnoota Siiraa (Seenaa Jireenya Nabiyyii Muhammad ﷺ) Kutaa 1ffaa 1. Barbaachisummaa fi Sadarkaa Siiraa: • Madaallii Dalagaa: Hojiin nama tokkoo fudhatama kan argatu yoo karaa fi amala Nabiyyiitti ﷺ qajeele qofa; kan faallaa ta'e ni deebifama. • Fakkeenya Gaarii (Uswah Hasanah): Nabiyyiin ﷺ fakkeenya ol-aanaa dhalli namaa jireenya isaa keessatti hordofuu qabuudha. • Jaalala Isaanii Dabaluuf: Seenaa isaanii barachuun jaalala Nabiyyiif ﷺ qabnu guddisa; jaalalli kunis ulaagaa guutuu ta'uu iimaanaati. • Manhaja (Daandii) Jireenyaa: Jireenya gaarii duniyaa fi aakhiraa argachuuf daandii qajeelaadha. • Seenaa Sahaabotaa Hubachuu: Akkaataa sahaabonni itti qabsaa'an, diin kanaaf lubbuu fi qabeenya isaanii wareegan barachuun akka fakkeenya godhannu nu gargaara. • Diinii Guutuu Hubachuu: Aqiidaa, ibaadaa fi fiqhiin jireenya Nabiyyii ﷺ keessatti qabatamaan waan hojiirra oolaniif diinicha guutummaatti akka hubannu godha. 2. Akeekkachiisa Maddoota Seenaa • Kitaabileen akka Kitaab al-Aghaani (kan Abu al-Faraj al-Isfahani) fi Al-Iqd al-Farid (kan Ibn Abd Rabbih) kitaabban adabaa fi walaloo waan ta'aniif, seenaa kijibaa, kan itti dabalaman ykn fokkifaman qabu. • Kanneen kana madda seenaa Nabiyyii ﷺ fi Sahaabotaa godhachuun hin hayyamamu 3. Sanyii, Dhaloota fi Maatii Isaanii ﷺ • Nasaba (Sanyii): Muhammad ilma Abdallaah ilma Abdulmuxxalib ilma Haashim... hanga Adnaan dhaloota Nabiyyullaah Ismaa'iil (AS) tti qulqulluu fi filatamaadha. • Maatii: ◦ Abbaa: Abdallaah ilma Abdulmuxxalib (osoo Nabiyyiin ﷺ garaa haadhaa jiran du'e). ◦ Haadha: Aaminaa bint Wahb (dursaa gosa Banii Zuhraa irraa). ◦ Akaakayyuu: Abdulmuxxalib (hoogganaa Qureeyshaa fi nama eela Zamzam qote). • Dhaloota: Guyyaa Wiixataa, baatii Rabii'al Awwal keessa, Bara Arbaa (Aam Al-Fiil) keessa dhalatan. • Mowliida: Dhaloota isaanii kabajuun sunnaa sahaabotaa fi dhaloota gaarii darban keessa kan hin jirre, boodarra Fatimid Caliphate (Faaximiyyootaan) kan uumamedha. 4. Hoosistoota Isaanii ﷺ 1. Suweeybaa: Gabrittii Abuu Lahab kan bilisoomte; Nabiyyii ﷺ dura Hamza ibn Abd al-Muxxalib hoosiste. 2. Halimah al-Sa'diyyah: Dubartii gosa Banii Sa'ad; Nabiyyiin ﷺ ishee bira waggaa afurii ol turan. Hamzaanis ishee biratti waan hooseef, Hamzaan karaa lamaan obboleessa hoosisaa Nabiyyiiti ﷺ. 5. Taatee Qoma Baqaqsuu (Shaqq al-Sadr) • Jireenya isaanii keessatti yeroo lama raawwatame: A. Osoo daa'ima ta'anii baadiyaa Banii Sa'ad keessa jiran (waggaa 4ffaa irratti). B. Halkan Israa'aa fi Mi'raajaa. • Jibril (AS) dhufee qoma isaanii baqaqsee, onnee keessaa qooda sheeyxaanaa (dhiiga ititaa) baasee, bishaan Zamzamaatiin erga dhiqee booda bakkatti deebise. 6. Guddina fi Du'a Kunuunsitoota Isaanii: • Yatiimummaa: Abbaan isaanii osoo hin dhalatin du'e. • Haadha: Haati isaanii yeroo isaaniin gara Madiinaatti eessumman isaanii (Banii Najjaar) bira geessitee deebitu, bakka Al-Abwa jedhamutti duute (umrii isaanii waggaa 4 ykn 6tti). • Akaakayyuu: Abdulmuxxalib akkaan isaan jaallatee kunuunsaa ture; garuu umrii isaanii waggaa 8tti du'e. • Adeera (Abu xalib): Du'a Abdulmuxxalib booda, adeera isaanii Abuu Xaalib biratti guddatan; innis akkaan isaan eegaa fi garaa laafaa ture. 7. Moloksee Buheeyraa wajjin Wal Arguu • Yeroo Nabiyyiin ﷺ umrii waggaa 12 ta'an, Abuu Xaalib waliin daldalaaf gara Shaam (bakka Busraa jedhamu) deeman. • Moloksee Bahira jedhamu mallattoolee Nabiyyummaa irratti arguun harka isaanii qabee: "Inni kun caalaa addunyaati, ergamaa Rabbii Aalamaati, Rabbiin Rahmata addunyaatiif erguuf jira," jechuudhaan beeksise.
Kutaan 2ffaan fedha Rabbiitin itti fufa......Chaanaala keenya hordofaa: https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌿 Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.

Namoonni channel 10k fii isaa ol haga 50k - 100k tti qabdan kan gurgurachuu barbaaddan na qunnamaa @Rafiqul_Islaam "ከ 10k በላይ እስከ 50k - 100k ተከታይ ያላችሁ ቻናል መሸጥ የምትፈልጉ አናግሩኝ @Rafiqul_Islaam