Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
نمایش بیشتر📈 تحلیل کانال Telegram Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
کانال Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 48 052 مشترک است و جایگاه 3 650 را در دسته آموزش دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 48 052 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 26 نوامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -185 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -7 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 44.11% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 17.29% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 21 202 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 8 309 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 357 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 27 نوامبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کردهاند.
در حال بارگذاری دادهها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 28 نوامبر | 0 | |||
| 27 نوامبر | +2 | |||
| 26 نوامبر | +4 | |||
| 25 نوامبر | +7 | |||
| 24 نوامبر | +5 | |||
| 23 نوامبر | +2 | |||
| 22 نوامبر | +12 | |||
| 21 نوامبر | +13 | |||
| 20 نوامبر | +11 | |||
| 19 نوامبر | +3 | |||
| 18 نوامبر | +7 | |||
| 17 نوامبر | +12 | |||
| 16 نوامبر | 0 | |||
| 15 نوامبر | +13 | |||
| 14 نوامبر | +8 | |||
| 13 نوامبر | 0 | |||
| 12 نوامبر | 0 | |||
| 11 نوامبر | +9 | |||
| 10 نوامبر | 0 | |||
| 09 نوامبر | 0 | |||
| 08 نوامبر | +14 | |||
| 07 نوامبر | +3 | |||
| 06 نوامبر | +4 | |||
| 05 نوامبر | 0 | |||
| 04 نوامبر | 0 | |||
| 03 نوامبر | +16 | |||
| 02 نوامبر | +3 | |||
| 01 نوامبر | 0 |
| 2 | 📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Tafsiiraa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (02/12/2026 ykn 23/03/2019) halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii/Website irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna.
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Xumuraa | 5 926 |
| 3 | 📢 YAADACHIISA BARATTOOTA HUNDAAF!
⚠️ Barattoonni tokko tokko yeroo qormaata seenuuf yaalan, liinkiin qormaataa isaan diduu ykn gara Website seenuu dadhabuu isaan mudachaa tureera.
✅ Alhamdulillah, rakkoo kanaaf furmaata arganneerra!
Kana booda rakkoo kanaan osoo hin gufatin qormaata keessan sirnaan akka fudhattanii fi Website irratti rakkoo tokko malee akka seentan, tarkaanfii armaan gadii hordofaa:
📌 Yeroo suuraan akkanaa isinitti mul'atu, “Continue” jedhu cuqaasaa.
⚙️ Sana booda qajeelfama viidiyoo kana keessatti isiniif qophaa'e hordofuun Settings keessan sirreessaa.
🎥 Adeemsa kana suuta hordofaa; rakkoon isin mudachaa ture ni furama, qormaata keessanis sirnaan fudhachuu dandeessu.
🤝 Furmaanni isiniif qophaa'eera!
🌐 Barnoota keessan itti fufaa, qormaata keessanis milkaa'inaan xumuraa! | 1 |
| 4 | Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 8 043 |
| 5 | Tafsiira Sem 1ffaa Last.pdf | 8 960 |
| 6 | 📢 YAADACHIISA CIMAA!!
❓❓ Qormaataa Xumuraa Koorsii Tafsiiraa fudhachuuf qophiidhaa??
🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Tafsiiraa Guyyaa Sanbataa, 28/11/2026 (19/03/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee kan kennamu ta'a.
✍ Kanaafu, barattoonni keenya kana beektanii qormaataaf ammuma irraa qophii barbaachisaa akka gootan isin yaadachiifna!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_Tafsiiraa | 9 077 |
| 7 | I need a graphics with the following text
Qormaataa Xumuraa Koorsii Tafsiiraa fudhachuuf qophiidhaa??
Qormaanni Xumuraa Koorsii Tafsiiraa Guyyaa Sanbataa, 28/11/2026 (19/03/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee kan kennamu ta'a.
Kanaafu, barattoonni keenya kana beektanii qormaataaf ammuma irraa qophii akka gootan isin yaadachiifna | 1 |
| 8 | ❓❓ Gaafilee hedduu barattoonni kaasan keessaa:
1. Waraqaa Ragaa barattoonni argachaa jiran eessaa arganna?
📋 Waraqaan ragaa sagantaa Dippiloomaa irratti keennamu xumura sagantichaa irratti. Waraqaan ragaa amma barattoonni fudhachaa jiran kan leenjii gabaabaati. Sagantaa dippiloomaa waliin kan wal qabatuu miti. Barataan kamiyyuu sa'aatii isaaf miijatuutti koorsii leenjii gabaabaa kana baratee yoo xumure waraqaa ragaa kana argachuu danda'a.
2. Sababa gara garaatin qormaanni nu darbee furmaanni maali?
📝 Barataan sababa gara garaatin qormaanni xumuraa isa darbee xumura simisteeraa irratti barattoota qabxii isaanii foyyeefatan waliin qormaata bakka bu'aa ni fudha.
Qormaanni torbee garuu carraan kennamu yerooma tokko. Erga takka cufamee booda, irra deebin fudhachuun hin danda'amu.
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 10 050 |
| 9 | 🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟
Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Tafsiiraa xumurtan!
📚 Barnoonni Siiraa Dr. Alii Muhammadiin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha tokkoon (11) xumuramee jira.
🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna.
🔖 Qormaanni xumuraa Barnoota Tafsiiraa Guyyaa Sanbata, 28/11/2026 (18/03/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a.
📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 10 414 |
| 10 | Kitaabni warra gaggaarii eessatti ta'a? | 9 986 |
| 11 | Suraa Al-Muxaffifiin keessatti amaloota badaa akkamiitu duubbatame | 10 069 |
| 12 | [@download_it_bot mp3] Barnoota Tafsiiraa Kutaa 11ffaa.mp3 | 10 853 |
| 13 | Kutaa Kudha Tokkoffaa.pdf | 10 781 |
| 14 | 📮 Barnoota Tafsiiraa
📚 Kutaa Kudha tokkoffaa
🎙 Dr. Alii Muhaammad (Jimmaa)
🔗
https://youtu.be/Hh16JDwscMo | 10 985 |
| 15 | Boqonnaa Suuraa Al-Infixaar Makkaatti buute. | 11 662 |
| 16 | Aayatoota suura Al-Infixaar keessatti akkaataa addunyaan itti baddu maal jechuun debbatame? | 11 757 |
| 17 | 📢 YAADACHIISA CIMAA
🔖 Qormaanni torbee sababa rakkoo teknikaa mudateen irra deebin guyyaa kalee bannee turre.
✍ Barattoonni hedduun erga qormaanni banamee booda irraa eegalee qoramaa jiru.
📝 Barattoonni hanga ammaatti hin qoramiin carraa kanatti fayyadamuun qoramaa!!
⚠️ Hubachiisa!!
Qormaanni har'a halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 12 760 |
| 18 | [@download_it_bot mp3] Barnoota Tafsiiraa Kutaa 10ffaa.mp3 | 12 293 |
| 19 | 📚 Tafsiira Kutaa 10ffaa | 12 564 |
| 20 | 📮 Barnoota Tafsiiraa
📚 Kutaa Kudhanaffaa
🎙 Dr. Alii Muhaammad (Jimmaa)
🔗
https://youtu.be/vn19dHoUh2I | 12 948 |
