cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

Більше
Рекламні дописи
6 161
Підписники
+1424 години
-127 днів
+43830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Показати все...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun Magaalota garaa garaa irra naanna'uun da'awaa daandiirraa gochuun kan beekamu Ustaaz Faqii Galatoo gara aakhiraa deeman 👇👇👇 T.me/Sammaan
Показати все...
Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

Magaalaa Shaashamanneetti qaari'in dorgommmii Qur'aanaa injifate qarshii 300,000, Umraa bilisaafi baajaajii badhaafame Spider Media :  Zulqaida 6/1445 Dorgommmiin Qur'aanaa baatiiwwan saddeetiif godina Arsiitti Lixaatti gaggeeffamaa ture dheengaddaa gaafa Caamsaa 4/2016 Magaalaa Shaashamanneetti xumura argachuun isaa kan yaadatamuudha. Jama'aa Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Shaashamanneetiin qophaa'e guyyoottan muraasa dura istaadiyooma magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffameefi hayyoonni garaa garaa akkasumas hawaasni hedduun irratti argamaniin kanneen dorgommicha injifataniif badhaasni akaakuu kennamuun kan yaadatamuudha. Kanumaanis qaari'i Ustaaz Sulxaan Ibraahim badhaasni baajaajii miila sadi'iifi ispoonsarri Umraa (umraa bilisaa), 2ffaa kan ba'e mootara miila lamaa, sadarkaa 3ffaan kan xumureef badhaasni kompiwtaraa akkasumas gulantaalee garaa garaatiin dorgomtoota qabxii gaarii galmeessaniif badhaasni onnachiistuun kennameera. Kun kanaan osoo jiruu magaalaa Shaashamanneetti kan argamu masjiidni Hamzaa dorgomaa masjiidicha bakka bu'e dorgommicha irratti hirmaachuun sadarkaa 1ffaan xumure Ustaaz  Sulxaan Ibraahim badhaasa addaa qarshii 300,000 (kuma dhibba sadii) badhaasuu Jama'aan Dargaggoota Muslimaa Magaalaa Shaashamannee ibseera. Dabalataan masjiidichi Dorgommmii Qur'aanaa dubartoota gaggeeffameen shamarree sadarkaa tokkoffaan xumurte (kan qaroo ijaa qabdu/ijaan hin argine) qarshii 50,000 (kuma shantama) badhaaseera. Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1 WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia >#SpiderMedia
Показати все...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Seenaa Kana sirritti Dubbisaa Ergamaa Rabbii Irrattiis Salawaata Buusaa S.A.W S.A.W S.A.W S.A.W S.A.W S.A.W 📃  Seenaa nama zinaa fii kamrii naannessu. ☀️  kan garuu khaliifaan muslimtootaa, ulamaa’iinii fii sheekkotiin hedduun irratti salaatan . ✅️  Seenaan kun yaadannoo khaliifaa impaayera otomaan Turkii sulxaan Muraad Al-Raabi’ii irratti barreeffamee taa’ee jira. Seenaa kanas akkana jechuun dubbatan. Halkan guyyaa tokkoo sababa hin beekneen onnee koo irratti natti ulfaatee jennaan itti gaafaatamaa wardiyyoota kootii waamsisee ‘ka’i mee magaalaa keessa miilaan adeemnaa’ jechuun ajajeen. Imala keenya eegallee yommuu ganda tokko geenyu namni tokko daandii irratti kufee argineen. Qaama isaa sochoosuuf yaale. Namichi garuu du’ee jira. Haatahuu garuu namootni cal je’anii isa biraan dabran. ✅️   Namootnis ani eenyu akka tahe hin barreeyyu, Namootatti iyyuu eegale, “Maaliif nama du’e biraan cal jettanii dabartan? Maaliif lafaa oli hin kaafneen? Koottaa haa kaafnuunii malee. Maatiin isaa hoo eessa jiran?” Jechuun gaafadhe. ‘Ayii kuni bar nama kamrii fii nama zinaa ti.’ jechuun naaf deebisan. Anis “yoo tahe hoo? Inni ummata Muhammad s.a.w jidduu isa tokkoo mitii?” isaaniif deebise. Namicha du’e na qarqaaraa jedhee gara mana jireenyaa isaatti geessine. ✅️   Haati manaa namichaas reeffa abbaa manaa ishee argitee rifattee booyuu eegalte. Namootni reeffa baadhatanii dhufan immoo mana gadi dhiisanii deeman. Anaa fii wardiyyaan koo qofti mana ishee biratti hafne. Haati manaas “Rabbiin rahmata siif haa godhu. Ati shahida dha. Ati suhaalihoota jidduu isa tokko dha.” jechaa boossi ture. Anis na ajaa’ibe “akkamitti akkana isaan jechuu dandeesse? Namootni yommuu nama kanaan machaa’aa fii nama zinaa jechuun yaaman ati hoo maaliif suhaaliha jechuun yaamta?” jechuun ishee gaafadhe. ✅️  “Eeyyan namootni akkana akka isaan jedhan naan beeka.” naan jette. Iccitii isaas akkana jechuun dubbatte. “Abbaan manaa koo yeroo hunda galgala-galgala gara mana dhugaatii (kamrii) deemuun kamrii hanga humni isaa eeyyame bituudhaan gara mana keenyatti fida. Eegasii immoo lafatti jigsuun ‘hanga muslimtootni dhugan yoo lafatti jigse wayya, carraa kamrii dhuguu isaanii xinnoollee tahu osoo hir’isee wayya’ jechuun dubbataa ture. ☀️Dubartoota qaama ofii gurguratan deemeetiin takkatti qabee gara manaatti eega fidee booda ‘har’a mallaqa kootiin bulta’ jechuun mallaqa kenneefii balbala cufadhuu rafii lafti yoo bari’u gara deemtutti deemi jedhaan. Eegasii mana dhufuun har’a galgala cubbuu dubartii tanaa hir’isee mii, ma’asiyaa dargaggoota magaalaa keessa jiranii xinnaatus hir’isee mii jechuun dubbata. ✅️  Abbaan manaa koo yommuu yeroo hunda waan kana godhu “maaloo namootni sirratti ilaalcha badaa horatu, yoo duutes namni sirratti salaatuu fii si awwaalu tokkollee hin argattu.” jedhaanii ture. Inni garuu natti seeqataa “Hin sodaatin. Ani yoo du’e kaliifaa muslimtootaa, ulamaa’ii gurguddaa fii suwaalihootatu narratti salaata’ jechuun naaf deebise.” Jechuun nuuf himte. Subhaanallah. ☀️Anis of to’achuu dadhabee imimmaan dhangalaase. “Eeyyan dhugaa isaa dubbate. Ani kaliifaa muslimtootaa ti. Boru dhiiqnee irratti salaatna” jedheen. ☀️ Sirna awwaalcha isaa irrattis Kaalifaan Muslimtootaa kan ture sulxan Muraad, ulamaa’iinii fii suhaalihootni akkasumas ummatni hedduun irratti argamuu danda’aniiru.            ☀️  Subhaanallah!!! ⭐️   Dalagaan toltuun nuti Rabbiif jecha dalagnu maaf xinnoo hin tahin Rabbiin biratti sadarkaa guddoo nu gonfachiifti. Rabbiin warra waan dhageenye irraa waa barannu nu haa taasisu
Показати все...
Obboleeyyan Nabi Yuusuf (A.S) meeqa?Anonymous voting
  • 13
  • 10
  • 11
  • 12
0 votes
Korri Hayyoota Muslimaa idil addunyaa magaalaa Istaanbul keessatti jalqabame Eeruu Media: Caamsaa 5/2016 Prezdaantiin mana marii waliigalaa dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Shekh Hajjii Ibraahim Tufaa dabalatee Hayyoota fi ulamoonni biyyoota garagara kora guyyaa lamaaf turu kanarratti hirmaataa jiran. Prezdaantiin dhimmoota amantaa Turkiyee professor Ali Erbas kora kana haasayaan kan banana yoo tahu, kabajamoo Shekh Hajjii Ibraahim Tufaa dabalatee ulamoonni hedduun woraqaa qorannoo ni dhiheessu jedhameera. Prezdaantiin Turkiyee Rajab Xayyib Erdogaan kaleessa galgala hirmaattota korichaatiif affeerraa irbaataa godhuu odeeyfannoon mana marii waliigalaa dhimmoota Islaamummaa ityoophiyaa irraa argame ni muldhisa.
Показати все...
HUBADHU! • Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu! • Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami! Amaloota sadi dhiisuu qabda: ➝ Abdii kutachuu, ➝ Hammeenya hojjachuu fi ➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda. Yeroo hedduu kan jireenya keenya jijjiiru humna alaa dhufu osoo hin taane humna sammuun keenya maddisiisudha; yaada namni biroo nuuf kennu irra yaada sammuun keenya burqisiisutu nu hooggana! kanaafuu waan gaarii gochuuf waan gaarii yaaduu qabna; Akka saayinsiin jedhutti namni tokko jiraachuuf waantonni akka bu'uuraatti barbaachisan nyaata, uffataa fi mana jireenyaati jedhee lafa kaa'a; garuu jiraachuuf kun gahaa miti jiraachuuf Gammachuu qabaachuunis barbaachisaadha; namni gammachuu hin qabne, namni kolfi isaa harkaa bade jiraachuun hedduu itti ulfaata; du'uu filata (kana kan arge hubachuu danda'a). JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:- - Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu. - Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani). - Akka duutus hin dagatiin. - Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu. - Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha). - Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba). Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata From Ustaaz Shaafii Muhammad 🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴 T.me/Sammaan
Показати все...