cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
6 219
Obunachilar
+1324 soatlar
+567 kunlar
+37430 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Ani muslima amantiin koo lubbuu kootii oli jechuun taphataa kubbaa miilaa beekama doolaara 700,000'n masjiida ijaare ~~~ Murtee masjiida diiguu Ispeenitti ta'eefi deebii taphataa kubbaa miilaa Dhaabbanni riilisteetii tokko masjiida biyya Ispeen magaalaa Andalusia keessatti argamu tokko yeroon kontiraata lafa masjiidichi irratti ijaaramee akka xumurame Muslimoota masjiidichatti tajaajilamanitti hima. Kanaafuu ''yeroon keessan dhumeera. Masjidni keessanis ni diigama'' jedheen. Muslimoonni naannawaa sanaa masjiida kanatti salaataa turan gaddaan liqimfaman. Yeroon kontiraata isaa dhumeera waan ta'eef filannoo biraa hin qaban. Carraan isaan qaban biraa baasii barbaachisu kamiyyuu haguuguun irra deebiin kontiraata biraa mallatteessuudha. Kanas humni isaanii hin dandeenye. Dirqama maallaqa bittaa kanaaf oolu argachuuf duula galii sassaabbii gochuu qabna jedhanii wlaiigalan. Sanaafis yeroon mijataa hin taane. Booda oduun kun taphataa kubbaa miilaa beekama (kilaboota akka Liyoon, Weestihaam, Tootinaam fi Seeviilaadhaaf faa kan taphate) 'Fred Oumar Kanoute' bira ga'e. Frederic Kanoute akkuma dubbicha dhaga'een hatattaaamaan doolaara kuma dhibba torbaan (700,000) mana Rabbii gadi dhaabe. Fred kontiraata hin kaffalleem. Bar kontiraata hin kaffalle. Eeyyeen kontiraata miti. Lafichuma bitee mana Rabbiitiif (masjiidaaf) kenne. Barichi ALA bara 2007 ture. Maaliif akka tarkaanfii kana fudhate yeroo gaafatamu, ''lafa masjidni irra jirutu gurgurtaaf dhiyaate, anis masjiida tiksuufin laficha bite. Ani Muslima, amantiin koo lubbuu kootii oli. Dhuguma dubbachuuf beekamtiifi jaalalan taphataa kubbaa miilaa ta'ee argadhu irra ajriin lafa masjiidaa kana bituun Rabbiin biraa argadhutu naaf caala'' jedhe. Inshaa Allaah Spider Media n seenaa obboleessa keenya Frederic Kanoute bal'inaan qindeessee isin biraan ga'a. © Amar Temam T.me/Sammaan
Hammasini ko'rsatish...
Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

Imaltoonni Hajjii marsaan jalqabaa gaggeeffaman Spider Media :  Zulqaida 13/1445 Imaltoota sirna hajjii bara Hijraa 1445 marsaa jalqabaatiif buufata xiyyaaraa Idil-addunyaa Booleetti sirni gaggeessaa isaaniif taasifameera. Balallii ramaddii laman har'a taasifame kanaan daandii xiyyaaraa Itiyoophiyaatiin keessummoonni Rahmaan 267 kan Sa'uudiitiin 45 walumaagalatti hujjaajonni 312 gara Sa'uudii imalaniiru. Hooggantoonni olaanoon mana maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaafi Daandii Xiyyaaraa Itiyoophiyaa sirnicha irratti argamuun hujjaajota marsaa jalqabaa kaneenniif gaggeessaa taaisisaniiru. Itiyoophiyaa irraa Hajjii bara darbeetiif namoonni kuma 11 akka deeman kan ibse manni maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa bara kana hujjaajonni kuma 12 ol gara sirnichaa akka deeman ibseera. Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa @Sammaan
Hammasini ko'rsatish...
#Jecha_kana_hiikkaan_isaa_isiniif_galeeraa..? ◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇◇ 🏡"اعمل لدنياك كأنك تعيش أبدََا...واعمل لآخرتك كأنك تموت غدََا..." 🏡"Duniyaadhaaf akka waan Zalaalam jiraattuutti hojjadhu..garuu Aakiraadhaaf akka waan boru duutuutti dalagadhu.." T.me/Sammaan
Hammasini ko'rsatish...
Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
Hammasini ko'rsatish...
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐗𝐢𝐢𝐧-𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐖𝐨𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐉𝐞𝐜𝐡𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐢𝐦𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐨𝐨
𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐚
𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐐𝐮𝐫'𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚
𝐇𝐚𝐝𝐢𝐢𝐬𝐚
𝐙𝐢𝐤𝐢𝐫𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚
Hammasini ko'rsatish...
SEENUUDHAA MALLATOO ⭕ KANA TUQII
Photo unavailableShow in Telegram
Biyyoota dhihaa keessatti yeroo kabajaan Qur'aanaa salphatu Pirezidaantiin Iraan Ibraahim Ra'iisii n Yaa'ii walii-galaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti dhihaachuun Qur'aana olkaasanii dhungatanii akkas jechuun mootummoota biyyoota dhihaatti dhaadatan:- "Kuni (Qur'aanni) waan hundaa keenya waan ta'eef salphisuuf hin yaalinaa! Kuni sarara diimaa keenya dha!!" jechuun dubbatan. Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Hammasini ko'rsatish...
Abbaan alangaa Mana Murtii Idil-adunyaa [ICC] yakka waraanaa raawwatan jechuun Ministirri Muummee Israa’el Beenaayim Neetanyahuu akka to’annoo jala oolfamaniif ajaja dabarse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/H6UxCg9
Hammasini ko'rsatish...
Abbaan alangaa Mana Murtii Yakkaa Idil-Adunyaa [ICC] Beeniyaamiin Neetanyehuu akka to’ataman ajaje

Abbaan alangaa Mana Murtii Idil-adunyaa [ICC] yakka waraanaa raawwatan jechuun Ministirri Muummee Israa’el Beenaayim Neetanyahuu akka to’annoo jala oolfamaniif ajaja dabarse.