Dawaa Qalbii
前往频道在 Telegram
Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai
显示更多8 967
订阅者
-1024 小时
-547 天
-19930 天
数据加载中...
吸引订阅者
六月 '26
六月 '26
+22
在0个频道中
五月 '26
+171
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+152
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+193
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+265
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+211
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+206
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+150
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+91
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+73
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+141
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+231
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+304
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+357
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+154
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+179
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+150
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+459
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+379
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+580
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+562
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+625
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+522
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+320
在1个频道中
Get PRO
六月 '24
+374
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+484
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+628
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+909
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+720
在0个频道中
Get PRO
一月 '24
+607
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+453
在1个频道中
Get PRO
十一月 '23
+407
在0个频道中
Get PRO
十月 '23
+1 327
在1个频道中
Get PRO
九月 '23
+48
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+63
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+52
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+41
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+43
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+65
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+59
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+29
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+79
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+62
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+69
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+50
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+72
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+62
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+38
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+38
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+57
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+66
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+65
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+39
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+35
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+58
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+45
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+56
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+77
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+73
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+65
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+44
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+54
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+110
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+55
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+71
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+88
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+2 713
在0个频道中
| 日期 | 订阅者增长 | 提及 | 频道 | |
| 13 六月 | 0 | |||
| 12 六月 | 0 | |||
| 11 六月 | 0 | |||
| 10 六月 | +3 | |||
| 09 六月 | +3 | |||
| 08 六月 | +2 | |||
| 07 六月 | +1 | |||
| 06 六月 | +1 | |||
| 05 六月 | 0 | |||
| 04 六月 | +4 | |||
| 03 六月 | +4 | |||
| 02 六月 | +3 | |||
| 01 六月 | +1 |
频道帖子
| 2 | https://vt.tiktok.com/ZSQfQG9tu/ | 105 |
| 3 | BEEKSISA
Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif
#Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban.
------------------
BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu.
#1_Kan_Heyyamaman
Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman:
#Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa,
#Kaardii Galmee/Admission Card/
#Kobbee/Irsaasii/ (Pencil)
#Haqxuu
#Sarartuu
#Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu.
#2_Kan_Dhoorkaman.
Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo:
#Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf
#Qalama
#Sa'aatii harkaa
#Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu,
#Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane ,
#Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu,
#Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa,
#Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi
#Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna.
Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna.
#Qormaatnis_kan_kennamu:
Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u,
Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama.
💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | | | 112 |
| 4 | Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Kitaabilee Barnootaa Sad. 1ffaa Miiliyoona 5.4 Ol Maxxansiisuun Oromiyaaf Gumaache.
----------------
BBO -Waxabajjii 03/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa hanqina kitaaba barataa barnoota Bu'uura Boruufi Sad. 1ffaa naannolee keessatti mul'atan furuuf Naannoo Oromiyaattiiif kitaabilee barnootaa Bu'uura Boruufi kutaa 1 -6 jiraniif kitaabilee miliyoona 5 .4 ol ta'an maxxansiisuun guyyaa kaleessaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aa Magaalaa Godinoo Mana Barootaa Sad. 1ffaa Godinoo Jiituutti sirni walharkaa fuudhichaa gaggeeffameera.
Kitaaba Manneen Barnootaa 1ffaa maxxansiisuun gahee Naannolee yoo ta'u, Ministeerri Barnootaa kan sad. 2ffaa ta'ee otuu jiru, qulqullina barnootaa sadarkaa jalaa irraa mirkanaa'uu akka qabaatu gochuuf deeggarsa walitti fufiinsa qabu gochuuf kan itti deemamaa jiru ta'uun himameera.
Sirna walharkaa fuudhinsaa irratti kan argaman Ministeera Barnootaa irraa Daayirektara Misooma Sirna Barnootaa kan ta'an Aadde Zaafuu Abrihaafi hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo ta'uun walirraa fuudhun hogganaa Waajjira Barnootaa Godina Shawaa Bahaa obbo Girmaa Lammaatif dabrsanii kennaniiru. Obbo Girmaa Lammaatis barattootaaf raabsun sirni walharkaa fuudhuu kitaabilee gaggeeffameera.
Sirna walharkaa fuudhinsaa kanarratti haasawa kan taasisan Ministeera Barnootaatti Daayirektara Misooma Sirna Barnootaa Aadde Zaafuu Abrihaa yoo ta'an, haasawa isaanii keessatti Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa hanqina kitaaba Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu dabalatee kutaa 1-6 keessatti Naannolee qunname maqsuuf deeggarsa taasisaa kan jiru ta'uu ibsuun, Biiroo Barnootaa Oromiyaaf marsaa jalqabaaf kitaabilee miiliyoona 5 . 4 istaandardii olaanan maxxansiisan kan gumaachan ta'uu ibsuun marsaa 2ffaaf immoo bara dhufu/ #Fulbaana_2019 / #kitaabilee_miiliyoona _6.3 ta'u, biyya alaatti maxxanfamaa jiru Biiroof dabalataan kan gumaachan ta'uu himaniiru.
Dabalataanis, kitaabni Bu'uura Boruufi Sad. 1ffaa barattoota keenyaaf reeshoo 1:1 hanga gahutti deeggarsi kan itti fufu ta'uu beeksisaniiru.
Itti aansuun haasawa kan taasisan hogganaa BBO Dr. Tolaa Bariisoo yoo ta'an Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa barnoota naannoo keenyaa karaa hedduun kan deeggaraa jiru ta'uu ibsuun, ammas hanqina kitaabaa daa'imman keenya qunname hubachuun kitaabilee miiliyoona 5.4 ol gumaachan dabalatee Fulbaana 2019 kitaaba miiliyoon 16 ol ta'u deeggarsa taasisaniif irra deddeebi'un galateeffataniiru.
Dabalataanis, kitaabilee deeggarsaan argaman kanneen gara manneen barnootaa saffisaan raabsuu irratti kutannoon kan hojjatan BBOtti Daayirektoreetii Barnoota Sadarkaa 1ffaa galateeffataniiru.
Sirni Walharkaa fuudhichaa kitaabilee kaleessa haa gaggeeffamu malee kitaabileen 5.4 ji'a lamaan dura biiroo irraa gara manneen barnootaa kan raabsame ta'uun beekameera.
💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | | | 72 |
| 5 | 没有文字... | 139 |
| 6 | « Namni ilmii Aqiidaa barsiisuu fii baratulleen gara jalqabaa ilmiin aqiidaa baratamtuu fii barsiifamtutti barsiisaa fii barataalleen moggaa تقرير عقيدة أهل السنة والجماعة tti xiyyeeffachuu qaban. Dhimmi تحرير fii الإتيان بأقوال المخالفين وشبهاتهم والرد عليه sadarkaa nama reefuu ilmii jalqabuutti barsiisuuf ta'ee barachuun miidhaa malee faayidaa tokkolleen hin qabu. barataa ilmii aqiidaa dhimmoota lamaan boodarra dubbadheen barnoota isaa eegale ta'abaa hedduu fii yeroo dheeraa booda malee aqiida warra sunnaa tolchee sirreeysee hin qabatu. Dhimmuma kanaan wal qabatuun barataa ilmii shari'aa gara jalqabaa barnoota isaatti ofii isaatiifiis ta'ee sheikhni isaa dhimma raddii fii namoota walirratti raddii godhaniin of shaaghaluu fii shaaghalamuu hin qabu. Dhimmi 2ffaan Aqiidaan barataa reefu ilmii kana jalqabeef gaafa barsiifamtu Sheikhni yookiin ustaazni isa barsiisu جانب الإيماني والتربوي tti ta'aabu qaba. جانب الكلامي الجدالي munaaqashaa masaa'ilootaa barataa reefu ilmii tana eegalurra fiduun sirrii miti. Addatti biyya teenya keessatti barataa ilmii aqiidaa waggaa 4,5,6,7 faa barate kan ammallee Masaa'iloota hedduu keessatti Aqiidaa warra sunnaa ciniinee hin qabatin hedduutu mul'ata. Dhimmi kun dhimma itti yaadamuu qabuudha. والله أعلم
Zul'Hijjaa 20,1447H | 175 |
| 7 | BEEKSISA
Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif
#Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban.
------------------
BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu.
#1_Kan_Heyyamaman
Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman:
#Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa,
#Kaardii Galmee/Admission Card/
#Kobbee/Irsaasii/ (Pencil)
#Haqxuu
#Sarartuu
#Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu.
#2_Kan_Dhoorkaman.
Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo:
#Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf
#Qalama
#Sa'aatii harkaa
#Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu,
#Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane ,
#Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu,
#Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa,
#Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi
#Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna.
Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna.
#Qormaatnis_kan_kennamu:
Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u,
Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama.
Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | 201 |
| 8 | Account bank keessanii online'dhaan Verify taasifadha.
Rakkoo Yeroo ammaa Hawaasa Keenya mudatee jiru ilaalchise
verify godhachuuf linkiiwwan armaan gadii fayyadami.
1. CBE ~ https://cbefayda.cbe.com.et/
2. CBO ~ https://my.coopbankoromiasc.com/harmonization
3. Bank of Abyssinia ~ https://cs.bankofabyssinia.com/fayda_connect
4. Awash Bank ~ https://fayda.awashbank.com/en
5. Hijra Bank ~ https://apps.hijradigital.com/fayda/v2/acctVerf
6. Siinqee Bank ~ https://fayda.siinqeebank.com:7443/
7. Oromia Bank ~
https://share.google/GUWsaxoIAESFRp2hM
8. Dashen Bank ~ https://dashensuperapp.com/dashen-fayda
9. Wegagen Bank ~ https://fayda.wegagenbanksc.com.et/harmonization
10. Rammis Bank
~ fayda.rammisbank.et https://share.google/plT5HzQvm1tv8UNXv
11. Bunna Bank
~Bunna Bank S.C https://share.google/A0hUwRAMgdnLtlbzo
12. Hibret Bank
~ Hibir KYC https://share.google/i51ZxAdL9Un0akwdQ
13. Zamzam Bank
~ Zamzam Bank Self Care https://share.google/xGGSSeRFdT1CIbhNy
14. Zemen Bank
~ Zemen Bank - Fayda Harmonization Public Portal https://share.google/suZir106gcgnGBmq0
15.Tsehay Bank
~Tsehay Bank - Secure Authentication https://share.google/kth9Jhv6ZUYBkjplw
16. Nib International Bank
~ Nib-Fayda Harmonization https://share.google/L5ZLh3L8fejwRZuwz
17. Goh Betoch Bank
~ Goh Betoch Bank- National Id https://share.google/ctaQjZ5hn9oM14V8v
18. Enat Bank
~ Link Fayda ID - Bank Account Entry https://share.google/ylkI3uBltBHjEfQDT
19. Development Bank of Ethiopia
~ DBE-National ID https://share.google/rJZuO1Pgr89iRk78y
20. Anbesa Bank
~Fayda Account Harmonization https://share.google/TZRz6F7D1vyh0drad
21. Ahadu Bank
~ Welcome | Ahadu Bank - Ahadu Fayda https://share.google/AWGS37Dz6lBUjnpc9
22. Addis International Bank
~Home - FaydaOnline https://share.google/VvAB1Q3Ptz5BMeHzg
23. Abay Bank
~ Abay Bank KYC Verification https://share.google/w8Vbv2NE8iKEFmaoG
24. Sidama Bank
~ Sidama Bank – Fayda Harmonization https://share.google/761CzPTAIDMgDZfq7
25. Tsedey Bank
~ Tsedey Bank – Fayda Harmonization https://share.google/sTOqWWmX7Q9mfREKN
26. Amhara Bank
~ ABa Fayda Integration System https://share.google/Vv4h7sacieT0EIrXA
27. Berhan Bank
~Source: nationalidharmonization.berhanonline.et https://share.google/mmNkJ7YisczE9C6yK
28, Gadaa Bank https://share.google/rXOqqMPYwwBlRJMbY
Odeeffannoo barbaachisoo gara garaa argachuuf channel Telegram keenyatti makamaa.
https://t.me/brightelectronics63
https://t.me/brightelectronics63
https://t.me/brightelectronics63 | 185 |
| 9 | "Yoo Azkaara ganamaa fi galgalaa guutuu Qara’uu dadhabde, azkaara salphaa ta’an jahan kanneen hin dadhabin; Azkaarri Jahan kun si tiiysuu fi bu’aan isii fedha Rabbiitiin guddaa dha.."
1. Bismillaahillazii laa yadurru ma’asmihii shay’un fil-ardi walaa fissamaa’i wahuwas-samii’ul aliim. (Sadii)
2. A’uuzu bikalimaatillaahit-taammaati min sharri maa khalaq. (Sadii)
3. Radiitu billaahi rabban wabil-Islaami diinan wabimuhammadin ﷺ Nabiyyan wa Rasuulaa. (Sadii)
4. Subhaanallaahi wabihamdihii adada khalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih. (Sadii)
5. Aayatul Kursiyyi (oggu Takka), Suuratul Ikhlaas, Al-Falaq fi An-Naas. (Sadii sadii)
6. Subhaanallaahi wabihamdihii. (Dhibba tokko)
Join 👇
╭┈─────────
╰┈➤ @bishaara_4 | 204 |
| 10 | #MoE
Ministeerri Barnootaa “Agentic AI Teacher Assistant” jechuun kan waamamu hojiiwwan barsiisotaa deeggaruuf kan qophaa’e sagantaa hojii sammuu nama fakkaatu (AI) haaraa qopheessee sadarkaa yaalii irratti hojii irra oolchuu isaa beeksiseera.
Sagantaan kun guutummaatti internet malee kan hojjetu, of danda’ee murteewwan maddisiisuu kan danda’u fi hojii barsiisota mootummaa sadarkaa lammaffaa irratti argaman salphisuuf kan qophaa’e ta’uu ibsameera.
Akka hogganaan hojii raawwachiiftuu ICT fi Barnoota Dijitaalaa Ministeera Barnootaa Dr Zelalem Assefa jedhanitti, sagantaan kun kompiitara naannoo keessaa (Local Machine) irratti salphaatti fe’amuun hojjechuu danda’a.
Sagantaan kun kitaabota barnootaa haarawaa kutaa 9ffaa irraa hanga 12ffaa jiran hundumaa akka kuusaa odeeffannoo (dataset)tti fayyadamuun, qabiyyee isaanii guutummaatti akka qoratuu fi hubatu taasifamee qophaa’eera.
👉Sagantaan kun maal hojjetaa?
➫ Karoora barsiisaa (Lesson Plan) qopheessa.
➫ Gaaffiiwwan qormaataa fi hojii manaa (Assignments) maddisiisa.
➫ Mala barsiisuu (Pedagogical Strategies) ofiin qopheessuu danda’a.
Sagantaan kun laptop ykn desktop kamiyyuu irratti fe’amuun hojjechuu danda’a. Manneen barnootaa filataman keessatti yeroo yaaliif hojii irra oolettis bu’aa gaarii argamsiiseera jechuun ibsameera.
Akka gorsaan ICT Ministeera Barnootaa Dr Muluneh Atnafu ibsanitti, saganticha fayyadamuuf kaffaltii kaardii internetii ji’a ji’aan, diriirsuu networkii ykn kaffaltii tajaajila AI kamiyyuu hin barbaachisu.
Dabalataanis, barsiisotaa fi ogeeyyii teeknooloojii naannolee mootummaa hundarraa filatamaniif akkaataa itti fayyadama sagantichaa irratti leenjii kennameera.
Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University hordofaa!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐
🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐
🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐 | 179 |
| 11 | Halkan Jum'aa
Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Nabi Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa.
"Ergamaan Rabbii ﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe..
قال النبي ﷺ: "أكثروا من الصلاة علي ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة عليّ"
ٱللَّٰهُمَّ صَلِّ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ٱللَّٰهُمَّ بَارِكْ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ
@Sammaan | 210 |
| 12 | Innaa lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun
Taatee gaddisiisaafi akkaan nama rifachiistu.
Biyya masrii jiizaa keessatti muudate.
Guyyaa kaleessaa Sheek Muhammad Mamduuh Salaata Fajrii erga salaatanii fi dhaamsa (da’awaa) gabaabaa hawaasaaf erga dabarsaniin booda gara mana isaanii osoo deebi’aa jiranii.
Goommaan konkolaataa isaanii dhoohuun konkolaataan isaanii gara galee bishaan keessatti kufe. Balaa kanaan isaan dabalatee haati manaa isaanii fi ijoolleen isaanii hundi namni torbaa lubbuu isaanii dhaban.
Rabbiin isaan hundaa rahmata haa godhu, dilii isaanii haa araaramuuf, Jannatul firdoowsiin keessa isaan haa qubsiisu.
#Fursaan_media@Fursaan_Media | 255 |
| 13 | Wal-Yaadachiisuu!
#Qormaatni_Naannoo_Xumura Barnoota Sad.1ffaa Kutaa 6ffaafi Xumura Barnoota Sad. G/G Kutaa 8ffa #Guyyoota_13 Qofatu_Hafe.
----------
BBO- Caamsaa 25/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaafi 8ffaa Bara 2018 Kennamuuf Torban Lama Hafuu Wal Yaadachiisuun Barbaachisaadha.
Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad.1ffaa Kutaa 6ffaa bara 2018 #Manneen_Barnootaa_Sad_1ffaa 12, 211 barattoota isaanii dhiira -285,857 dubara- 260,935 #Walitti,_Barattoota 546,792 qorsiisuuf qophaa'aniiru.
Guyyaan Qormaataas , #Waxabajjii 08 -09/2018 ta'uu sagantaan qormaataa kanaan dura maxxanfame ibseera.
#Haaluma_walfakkaatuun, Qormaatni Naannoo #Xumura_Barnoota_Sad_Giddu_Galeessaa Kutaa 8ffaa bara 2018 #Waxabajjii 11 -12/2018 kan kennamu yoo ta'u, #Manneen_Barnootaa_Sad._Giddu_Galeessaa 10, 857 barattoota isaanii dhiira - 224,090 dubara - 205,911 #iWalumaagalatti_Barattoota 430,001 qorsiisuuf qopphii xumuraniiru.
Walumaa galatti, #Waxabajjii 08 - 12/2018tti Naannoon Oromiyaa #Barattoota 976,793 Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. ffaa(kutaa 6ffaa)fi Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa(kutaa 8ffaa) bara 2018 qoramuuf galmaa'an qorsiisuuf qophii hunda galeessa taasisee kan xumure ta'uu ragaan Godinaaleefi Bul. Magaalotaa irraa dhihaatan agarsiiseera.
Kanaafuu, barattootni keenya, yeroo gabaabduu qabdan kana otuu hinqisaasessin kutannoon akka qophooftan jechaa, qabxii olaanaa galmeessisuun gara sadarkaa barnootaa itti aanutti akka ceetan abdii guddaa qabna.
Hawaasni Manneen Barnootaafi Maatiin Barattootaas, barattootni keenya yeroo isaanii haalan akka itti fayyadamam hordoffiifi deeggarsi keessan daran akka cimu kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
#Barattoota_Keenyaaf_Yeroo¥Qophii_Gaarii Akka Ta'u Hawwineerra.
#Barri _Kan_Milkii_Haata'u!
💙Oromia Education Bureau 💠
💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠
| |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | | | 297 |
| 14 | Ijaarsa mazallaah Halqaa Sheikh Jeylaan Adaanoo.
Namuu waan dandeessaniin irratti
hirmaadhaa
قال رسول الله ﷺ "من بنى لله مسجداً، ولو كمفحص قطاة أو أصغر، بنى الله له بيتاً في الجنة" | 245 |
| 15 | Halkan Jum'aa
Akkuma aduun guyyaa Kamisaa dhiiteen ergamaa Rabbii Nabi Muhammad (ﷺ) irratti Salawaata buusuu heddummeessaa.
"Ergamaan Rabbii ﷺ "Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaatni keessan narra fidamti" jedhe..
قال النبي ﷺ: "أكثروا من الصلاة علي ليلة الجمعة ويوم الجمعة فإن صلاتكم معروضة عليّ"
ٱللَّٰهُمَّ صَلِّ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ ٱللَّٰهُمَّ بَارِكْ عَلَىٰ مُحَمَّدٍ وَعَلَىٰ آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَىٰ إِبْرَاهِيمَ وَعَلَىٰ آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ
@Tafsiirabot | 244 |
| 16 | #YAADACHIISA
#Barattoota_Kutaa_12ffaa Bara 2018tiif
-------------------
Liinkiin "exam1.ethernet.edu.et " Shaakala Qormaataa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Yaadachiisuu Ta'a.
-------------
BBO - Caamsaa 20/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 Kompitara Bu'uureeffamee (CBT) Marsariitiin (Online)'n kennamu sababeeffachuun Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa Qormaata Shaakalaa Caamsaa 07/2018 irraa eegalee marsariitii irratti liinkii "exam1.ethernet.edu.et "
jedhuun barattoota Naannoo Oromiyaatiif gad-dhiiseera.
#Faayidaan_Qormaata_Shaakalaa irra deddeebi'anii akka shaakalamu barbaadameef inni guddaan
_ #hanqina_beekumsaafi dandeettii (knwoledge & skill) barattootaa kan guutu,
- #sodaa_qormaataa kan hir'isuufi #ofitti_amanummaa kan guddisu ta'uu itti amanameera.
Kanaafuu, Liinkicha yoo bantan fuulli "MoE - Exam Portal' argattu, Fuula baname kanarratti:
- Iddoon #Username jedhurratti Lakkoofsota Kaardii Galmee(Admission Card) kee irra jiru galchi.
- Iddoo #Password Jedhurratti immoo, Lakkoofsota 1234 jedhaman galchi.
Itti aansuun "#Log in" kan jedhu tuqi.
Kana booda, Gara Fuula Qormaata Shaakalaa galtee jirta jechaadha.
Qormaatilee kanneen shaakaluuf iddoo 'Internet'n gahaan jirutti meeshaalee :
- #Kompitara Deeskitooppii
- #Laaptooppii
- #Taableetii/Tablet/
- #Bilbila Harkaafi meeshaalee elektrooniksii walfakkaatanitti fayyadamuun iddoo isiniif mijatutti shaakaluu ni dandeessu.
Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | 297 |
| 17 | Eid Mubarak 🐐🌙 | 268 |
| 18 | #Eid_Aladha1447
عيدكم مبارك!
Eid Mubarak! 🌸
🤲تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🤲
🤲Nurraa fi isinirraallee Rabbiin dalagaa keyrii keenna nurra haa qeebalu🤲
T.me/Sammaan | 255 |
| 19 | 没有文字... | 223 |
| 20 | 没有文字... | 267 |
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
