𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
📈 Análisis del canal de Telegram 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚
El canal 𝐈𝐟𝐚 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 (@ifaislaamaa) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 11 443 suscriptores, ocupando la posición 7 808 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 2 916 en la región Etiopía.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 11 443 suscriptores.
Según los últimos datos del 29 agosto, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 74, y en las últimas 24 horas de -9, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 4.96%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 1.50% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 568 visualizaciones. En el primer día suele acumular 172 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 3.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“𝙳𝚊'𝚠𝚊𝚊 𝚏𝚒 𝙱𝚊𝚛𝚗𝚘𝚘𝚝𝚊 𝙸𝚜𝚕𝚊𝚊𝚖𝚊𝚊 𝙰𝚏𝚊𝚊𝚗 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚘𝚘𝚝𝚒𝚒𝚗”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 30 agosto, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 30 agosto | 0 | |||
| 29 agosto | +2 | |||
| 28 agosto | +5 | |||
| 27 agosto | +2 | |||
| 26 agosto | +4 | |||
| 25 agosto | +11 | |||
| 24 agosto | +3 | |||
| 23 agosto | +2 | |||
| 22 agosto | +5 | |||
| 21 agosto | +9 | |||
| 20 agosto | +8 | |||
| 19 agosto | +19 | |||
| 18 agosto | 0 | |||
| 17 agosto | +11 | |||
| 16 agosto | +9 | |||
| 15 agosto | +3 | |||
| 14 agosto | +1 | |||
| 13 agosto | +24 | |||
| 12 agosto | +12 | |||
| 11 agosto | +2 | |||
| 10 agosto | +16 | |||
| 09 agosto | +17 | |||
| 08 agosto | +3 | |||
| 07 agosto | +6 | |||
| 06 agosto | +1 | |||
| 05 agosto | +1 | |||
| 04 agosto | +4 | |||
| 03 agosto | +6 | |||
| 02 agosto | +4 | |||
| 01 agosto | +8 |
| 2 | Bakakkaa.
(وَيُسَبِّحُ ٱلرَّعۡدُ بِحَمۡدِهِۦ وَٱلۡمَلَٰٓئِكَةُ مِنۡ خِيفَتِهِۦ وَيُرۡسِلُ ٱلصَّوَٰعِقَ فَيُصِيبُ بِهَا مَن يَشَآءُ وَهُمۡ يُجَٰدِلُونَ فِي ٱللَّهِ وَهُوَ شَدِيدُ ٱلۡمِحَالِ)
Mandiisuun (kakawweennis) faaruu Isaatiin (Isa) qulqulleessa. Maleeykonnis sodaa Isaa irraa (Isa qulqulleessu). Bakakkaalee nierga, isheedhaan nama fedhe dhawa. isaan (kaafiroonni) Rabbiin keessatti wal falman,Inni humni isaa cimaadha | 187 |
| 3 | Warri ayyaana mawlida Nabi Muhammad ﷺ Kabajan Shubahaalee fidan keessaa inni tokko mawlidni Bida'aa Hasanaa ykn Bida'aa Gaariidha jedhu....
INSTANT VIEW irraa dubbifadhaa!!
https://telegra.ph/Shubuhaa-Mawlidaa-09-29 | 362 |
| 4 | “ነቢዩ ሙሐመድን ﷺ መውደድ፣ ማክበርና ማላቅ የኢስላማዊ ግዴታ ነው”
”وُجُوبُ مَحَبَّةِ النَّبِيِّ ﷺ وَتَعْظِيمِهِ وَتَوْقِيرِهِ“
🎙 አቡ አሲያ አብደላህ
🕌 ሙሃጂር መስጂድ ሀዋሳ ዳቶ
🕰 ረቢዐል አወል 10/1448ሂ
https://t.me/salafihaw/1545 | 330 |
| 5 | I found a great app to create ringtones and edit audios.It's MP3 Cutter & Ringtone Maker. You can't imagine how magic it is!Download it on Google Play | 409 |
| 6 | Kuxbaa Jumu'aa Waa'ee Mawliida Nabii ﷺ Ilaalchisee
خطبة الجمعة على بدعية مولد النبي ﷺ
🎙️للشيخ :أبي عبد الرحمن جبير بن حجي الأورومي حفظه الله
🕌 ألقيت في مسجد القديم دار الحديث السلفية بطريتا حرسها الله
🗓️ يوم الجمعة /١٤٣٨ / هجرية
https://t.me/daawaaafaanoromoo | 36 |
| 7 | Gaaffii salphaa 3
👉 warra Mowlida Baasuuf.
Deebbii itti Kennaa!!
🎙️ Abu Asiyah | 382 |
| 8 | Kana Nabiyyiin Keenyaa ﷺ !!
Dhuga-dubatuu (Amiina):
Haasaa, waadaa fi gocha isaaniitiin yeroo mara dhugaa dubbattoota turan. Matumaa soba dubbatanii hin beekan. Ergamummaan dura iyyuu "Muhammad Al-Amiin (Muhammad Isa Amanamaa)" jedhamanii waamamu turan.
[Bukharii: 3559]
Kan Amaanaa Kabaju:
Mallaqaa fi kabaja namootaa eeguu keessatti baay'ee amanamaa turan. Amaanaa abbaa isaatiif ni gachisiisu turan; nama tokkollee gowwoomsanii hin beekan.
[Bukharii: 3534]
Gara-laafaa (Araaramaa):
Namootaaf, bineensotaaf, akkasumas simbirootaaf qofaatti illee baay'ee kan gaddan fi gara-laafessa turan. Gara-laafina guddaa qabu turan; nama tokkollee hin miidhan turan.
[Muslim: 2316]
Gadi-of-qabaa (ትሁት):
Namoota waliin baay'ee gad-of-qaboo turan. Hiyyeeyyii waliin ni taa'u; ofii isaanii of tajaajilu; nama tokko irraas gargaarsa hin barbaadan turan.
[Muslim: 2865]
Haqa-qabeessa:
Murtii isaanii keessatti fi namoota waliin hariiroo qaban keessatti guutummaatti haqa-qabeeyyii turan. Murtichi ofii isaanii ykn maatii isaanii irratti ta'us, dhugaa ni raawwachiisu turan.
[Muslim: 1688]
Obsa-qabeessa
Ofii isaaniitiif jedhanii haaloo bahachuu hin barbaadan turan. Araaramaa turan; miidhaa namoota irraa isaan gahu ni dhiisuuf) turan.
[Tirmizii: 2434]
Amala Gaariin Kan Midhagan:
Amalaa fi naamusaan namoota hundarra caaloo turan. Arrabni isaanii laafaa ture; namoota durattis yeroo mara fuula gammadaniin mul'atu turan.
[Muslim: 746]
Gooftaa Isaaniitiif Guutummaatti Kan Ajajaman
Gooftaa isaaniitiif baay'ee abboomamoo fi gabbaroo turan. Hanga miilli isaanii dhiitahutti halkan guutuu dhaabbatanii salaatu turan.
[Bukharii: 1147]
Addunyaa Kan Lagatan (Zuhdii):
Jireenya addunyaa irratti sassatoo hin turre. Qabeenya hin kuusne; faaya addunyaatiinis wal hin dorgomne.
[Tirmizii: 2377]
Goota:
Karaa dhugaa irratti baay'ee goota fi jajjaboo turan. Dhimma dhugaa keessatti komii nama tokkoollee hin sodaatan turan.
[Ibnu Hishaam: 177]
💥Haati keenya Aa'ishaan waa'ee amala isaanii yeroo gaafatamu akkana jette:
«كان خلقه القرآن»
"Amalli isaanii Qur'aana ture!!"
✍ Barreeffama Haamduu Quwaanxee Gara Afaan oromootti kan galagalee
🔭 @ifaislaamaa | 695 |
| 9 | 📨
Gaaffii salphaa 3
👉 warra Mowlida Baasuuf.
Deebbii itti Kennaa!! | 364 |
| 10 | Yoo Ibliis (Shexana) sitti dhufee: 'Hammaam isaan kadhatte, deebii garuu hin arganne!' siin jedhe; ati immoo: 'Ani kadhaadhuma (Du'aa) kiyyaan Rabbii kiyya gabbara' jedhiin."
Ibnul Jawziin (Rahimahullah)
Saydul Khaaxir (222)
@ifaislaamaa | 701 |
| 11 | “Haasaya Guyyaa Guyyaa Xullaabul ilm (Barataa Beekumsaa)”
Kitaaba Bareedaa kan obboleessa keenya Muhammad Gabaaboo Al-Gubariitiin qophaa'e dhiyaatee jira. | 712 |
| 12 | 📢 بُشْرَى لِطُلَّابِ الْعِلْمِ الشَّرْعِيِّ الناطقين بغير اللغة العربية
بفضل الله تعالى وتوفيقه، تم إعداد رسالة «المُحَادَثَاتُ الْيَوْمِيَّةُ لِطَالِبِ الْعِلْمِ»، التي جمعها الأخ محمد غبابو الغبري.
وقد قدَّم لها شيخنا أبو عبد الله محمد بن عبد الله درارو الغُبْري حفظه الله، فقال:
«هي رسالة نافعة، مرتبة ترتيبًا جيدًا، تفيد طالب العلم المبتدئ في تعلم اللغة العربية، وتسهِّل له المحادثات اليومية مع زملائه من طلاب العلم».
نسأل الله تعالى أن ينفع بها، وأن يجعلها خالصة لوجهه الكريم.
https://t.me/gabrygababo/7071 | 654 |
| 13 | ▪️Maaliif Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata Buusnaa❓
قال تعالى: ﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آَمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾
«Dhugumatti, Rabbiifi malayikonni Isaas nabiyyii irratti Salawaata buusu Yaa warra amantan! (isinis) Salawaata isarratti buusaa; nageenyas
buusinsa buusaa»
قال ابن الجوزي -رحمه الله تعالى- :
( إذا أراد الله بعبده خيرًا يسر لسانه للصلاة على محمد ﷺ )
«Rabbi garba isaaf yoo toltuu barbaade araba isaa akka inni Muhammad ﷺ irratti Salawaata buusu laafisaaf»
📚 "بستان الواعظين" ( ١/٣٠٠)
▪️Maaliif Nabi Muhammad ﷺ irratti Salawaata Buusnaa❓
قال الإمام السعدي رحمه الله تعالى
"نصلي على النبي ﷺ، إقتداء بالله وملائكته، وجزاء له على بعض حقوقه عليكم، وتكميلاً لإيمانكم، وتعظيماً له ﷺ، ومحبة وإكراماً، وزيادة في حسناتكم، وتكفيراً من سيئاتكم "
«Ergamaa Rabbii ﷺ irratti salawaata kan buusnuuf Rabbii fi malaaikaatti hidhachuuf, akkasumas galataafi haqa isaan nurraa qaban keessaa tokko geesiisuudhaaf, Imaanni keessaan akka isiniif guutuuf, Ergamaaf ﷺ ulfina kennuuf, jaalalaaf Kabajaaf, Rabbi biratti toltuu barbaachuuf, yakka/diiliin keessanis akka isinirraa harca'uuf»
[ تيسير الكريم الرحمن (ص ٦٧١) ]
🛰 @ifaislaamaa | 705 |
| 14 | Akka seera Islaamummaatti, namni ta'e jedhee salaata dhiise murtiin isaa ogeeyyii beekamoo (Ulamaa) biratti baay'ee cimaa fi sodaachisaadha.
Fatwaa Ulamaa Guguddoo
💥Sheikh Ibn Baaz (Rahimahullah)
💥Sheikh Ibn Useymiin (Rahimahullah)
💥Sheikh Saalih Al-Fawzaan (Hafizahullah)
💥Sheikh Saalih Al-Luhaydaan (Rahimahullah)
💥Sheikh Abdallah Al-Qusayr (Rahimahullah)
✍ @ifaislaamaa | 654 |
| 15 | Fatwaa hayyoota gurguddoo (Imaamu Ibnu Baaz, Al-Albaanii, Ibnu Usaymiin, Sheikh Fawzaan, fi Sheikh Luhaydaan)
Dhiirri uffata kukuttu ykn Kolee miilaa irra gadi dhiisuu (Isbaal) ilaalchisee waan jiru Ibsaniiru.
Dubbiffadhaa. | 685 |
| 16 | Sin texto... | 725 |
| 17 | AUD-20260801-WA0001.mp3 | 1 029 |
| 18 | Sin texto... | 840 |
| 19 | https://t.me/+TSFyexCOAOSTptfz | 804 |
| 20 | Sheekhul Islaam Ibn Taymiyyah (rabbi dhiifama haa godhuufii) akkana jedhe:
قال شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله:
قال بعضهم لشيخه: إني أذنبت،
Gariin isaanii sheeka isaaniitiin akkana jedhan: 'Ani yakka hojjadheera,
قال: تب،
'Innis: 'Tawbadhu (gara Rabbii deebi'i),' jedheen.
قال: ثم أعود
Innis: 'Sana boodas nan deebi'a (nan yakka),' jedhe.
قال: تب،
Innis: 'Tawbadhu,' jedheen.
قال: ثم أعود
Innis: 'Sana boodas nan deebi'a,' jedhe.
قال: تب،
Innis: 'Tawbadhu,' jedheen.
قال: إلى متى؟!
Innis: 'Hamma yoomiitti?!' jedheen.
قال: إلى أن تُحْزِن الشيطان
Sheekichis: 'Hamma sheytaana gaddisiistutti,' jedheen.
[الإيمان الأوسط ص٣٤٤]
▪️@ifaislaamaa | 981 |
