๐๐๐ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐
๐ณ๐'๐ ๐๐ ๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
ๆพ็คบๆดๅค๐ Telegram ้ข้ ๐๐๐ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐ ็ๅๆๆฆ่ง
้ข้ ๐๐๐ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐ (@ifaislaamaa) ๆฏๆดป่ทๅไธ่ ใ็ฎๅ็คพๅบ่้ไบ 11 314 ๅ่ฎข้ ่ ๏ผๅจ ๅฎๆไธ็ตๆง ็ฑปๅซไธญไฝๅ็ฌฌ 8 168๏ผๅนถๅจ ๅๅกไฟๆฏไบ ๅฐๅบๆๅ็ฌฌ 2 959 ไฝใ
๐ ๅไผๆๆ ไธๅข้ฟๅจๆ
่ช ะฝะตะฒัะดะพะผะพ ๅๅปบไปฅๆฅ๏ผ้กน็ฎไฟๆ้ซ้ๅข้ฟ๏ผๅธๅผไบ 11 314 ๅ่ฎข้ ่ ใ
ๆ นๆฎ 07 ๅ ญๆ, 2026 ็ๆๆฐๆฐๆฎ๏ผ้ข้ไฟๆ็จณๅฎ่ฟ่ฝฌใ่ฟๅป 30 ๅคฉ่ฎข้ ไบบๆฐๅๅไธบ -137๏ผ่ฟๅป 24 ๅฐๆถๅๅไธบ -2๏ผๆดไฝ่งฆ่พพไป็ถๅฏ่งใ
- ่ฎค่ฏ็ถๆ๏ผ ๆช่ฎค่ฏ
- ไบๅจ็ (ER)๏ผ ๅนณๅๅไผไบๅจ็ไธบ 3.83%ใๅ ๅฎนๅๅธๅ 24 ๅฐๆถๅ ้ๅธธ่ฝ่ทๅพ 1.16% ็ๅๅบ๏ผๅ ่ฎข้ ่ ๆป้ใ
- ๅธๅญ่ฆ็๏ผ ๆฏ็ฏๅธๅญๅนณๅๅฏ่ทๅพ 433 ๆฌกๆต่ง๏ผ้ฆๆฅ้ๅธธ็ดฏ็งฏ 131 ๆฌกๆต่งใ
- ไบๅจไธๅ้ฆ๏ผ ๅไผ็งฏๆๅไธ๏ผๅๅธๅนณๅๅๅบๆฐไธบ 3ใ
๐ ๆ่ฟฐไธๅ ๅฎน็ญ็ฅ
ไฝ่
ๅฐ่ฏฅ้ข้ๅฎไฝไธบ่กจ่พพไธป่ง่ง็น็ๅนณๅฐ๏ผ
โ๐ณ๐'๐ ๐๐ ๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐โ
ๅญๅ้ซ้ขๆดๆฐ๏ผๆๆฐๆฐๆฎ้้ไบ 08 ๅ ญๆ, 2026๏ผ๏ผ้ข้ๅง็ปไฟๆๆฐ้ฒๅบฆไธ้ซ่ฆ็ใๅๆๆพ็คบๅไผ็งฏๆไบๅจ๏ผไฝฟๅ ถๆไธบ ๅฎๆไธ็ตๆง ็ฑปๅซไธญ็ๅ ณ้ฎๅฝฑๅ็นใ
ๆฐๆฎๅ ่ฝฝไธญ...
| ๆฅๆ | ่ฎข้
่
ๅข้ฟ | ๆๅ | ้ข้ | |
| 08 ๅ ญๆ | +4 | |||
| 07 ๅ ญๆ | 0 | |||
| 06 ๅ ญๆ | +1 | |||
| 05 ๅ ญๆ | 0 | |||
| 04 ๅ ญๆ | +2 | |||
| 03 ๅ ญๆ | 0 | |||
| 02 ๅ ญๆ | 0 | |||
| 01 ๅ ญๆ | 0 |
| 2 | ๐ Jechoota Mimmiidhagoo ๐
โ๏ธ Namni hundi beekumsa barbaada,
โ๏ธ Beekumsi immoo hojii barbaada,
โ๏ธ Hojiinis ogummaa (sammuu) barbaada,
โ๏ธ Ogummaan immoo tawfiiqa (gargaarsa) Allaahu barbaada,
โ๏ธ Beekumsi hojiin hin deeggaramne hundi faayidaa hin qabu,
โ๏ธ Beekumsiifi hojiin Niyyaa (kaayyoo gaarii) hin qabne hundi gatii hin qabu,
โ๏ธ Beekumsi, hojiiniifi niyyaan Sunnaah hin hordofne fudhatama hin qabu,
โ๏ธ Beekumsi, hojiin, niyyaaniifi sunnaan Wara'a (fokkisaafi haraam irraa of qusachuu) hin qabne hundi kisaaraa dha.
โ
@ifaislaamaa | 343 |
| 3 | ๐ Maalummaa Nama Tokko Wantoota 3n Beekna
โุฅูู ุงููุงุณ ููุนุฑููู ูู ุซูุงุซโ
๐Abu Asiyah Abdallah
๐ Masgiida Bukhaarii Annee Diimaa, Buraayyuu
๐ ูกูฅ/ ุฑุฌุจ /ูกูคูคูง ูู
https://t.me/ifaislaamaa/2007 | 298 |
| 4 | ๐ Maalummaa Nama Tokko Wantoota 3n Beekna
โุฅูู ุงููุงุณ ููุนุฑููู ูู ุซูุงุซโ
๐Abu Asiyah Abdallah
๐ Masgiida Bukhaarii Annee Diimaa, Buraayyuu
๐ ูกูฅ/ ุฑุฌุจ /ูกูคูคูง ูู
https://t.me/ifaislaamaa/2007 | 1 |
| 5 | ๐ปู
ูุทุน ุตูุชู
๐ฅLubbuu teessanii fi lubbuu warra keessaniillee ibiddarraa bitaa
ุฃุจู ุณุงูู
ุงูุฃูุฑูู
ู | 291 |
| 6 | ๐ง ๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐ช๐ญ๐๐๐ ๐
๐ช๐ข๐ช'๐๐ย ๐๐๐จ๐๐๐๐ ๐๐ช๐ฃ๐ฃaa
ย ย
ุงูุชุฑุบูุจ ูู ุฐูุฑ ุงููู ุชุนุงูู
๐ ๐๐จ๐ฉ๐๐๐ฏ ๐ผ๐๐ช ๐ผ๐ฃ๐๐จ ๐ผ๐๐๐ช๐ง๐ง๐๐๐๐ข ุญูุธู ุงููู
๐ ๐๐๐จ๐๐๐๐ ๐๐ช๐ฃ๐ฃ๐๐ { ๐๐๐๐๐จ๐๐๐ข๐๐ฃ๐ฃ๐} /ุญุฑุณูุง ุงููู
http://T.me/abuanesabdrehim
https://t.me/shasheme | 1 |
| 7 | ๐ Bakka jirtanitti Gammadaa!!
ย ยซููู
ุนุฑูุฉ ูููู
ุงููุญุฑ ูุฃูุงู
ุงูุชุดุฑูู ุนูุฏูุง ุฃูู ุงูุฅุณูุงู
ููู ุฃูุงู
ุฃูู ูุดุฑุจยป
โGuyyaan Arafaa, guyyaan qalmaa akkasumas guyyoonni Ayyaamu-ttashriiq Iida warra muslimaati guyyaa nyaataaf dhugaatii akkasumas Rabbiin itti faarsanii fi galateeffatanidha.โ
๐ซด Nyaadhaa, Dhugaa Taphadhaas!!
โ Yaadaan guutamuun
โ Dhiphaachuun
โ Gadduun bakka hin qabu har'a.
"ููุชูุนูููู
ู ูููููุฏู ุฃูููู ููู ุฏููููููุง ููุณูุญูุฉูุ ุฅููููู ุฃูุฑูุณูููุชู ุจูุญูููููููููุฉู ุณูู
ูุญูุฉู "ุฑูุงู ุฃุญู
ุฏ
โJarri Yahuudaa Diiniin keenya Gara laafaa fi Rahmata of keessa qabu ta'uu isaa haa beektu. Amantaa Haqaan ergamuu koos haa beektu.โ
ูุงู ุงูุญุงูุธ ุงุจู ุญุฌุฑ ู ุฑุญู
ู ุงููู
ุฅุธูุงุฑ ุงูุณุฑูุฑ ูู ุงูุนูุฏ ู
ู ุดูุนูุงุฑ ุงูุฏูู
๐ ูุชุญ ุงูุจุงุฑู ุฌ2 ุต443
โGuyyaa ayyaanaa gammachuu mul'isuun mallattoo Islaamummaa ti.โ
https://t.me/ifaislaamaa | 356 |
| 8 | ๐ Bakka jirtanitti Gammadaa!!
ย ยซููู
ุนุฑูุฉ ูููู
ุงููุญุฑ ูุฃูุงู
ุงูุชุดุฑูู ุนูุฏูุง ุฃูู ุงูุฅุณูุงู
ููู ุฃูุงู
ุฃูู ูุดุฑุจยป
โGuyyaan Arafaa, guyyaan qalmaa akkasumas guyyoonni Ayyaamu-ttashriiq Iida warra muslimaati guyyaa nyaataaf dhugaatii akkasumas Rabbiin itti faarsanii fi galateeffatanidha.โ
๐ซด Nyaadhaa, Dhugaa Taphadhaas!!
โ Yaadaan guutamuun
โ Dhiphaachuun
โ Gadduun bakka hin qabu har'a.
"ููุชูุนูููู
ู ูููููุฏู ุฃูููู ููู ุฏููููููุง ููุณูุญูุฉูุ ุฅููููู ุฃูุฑูุณูููุชู ุจูุญูููููููููุฉู ุณูู
ูุญูุฉู "ุฑูุงู ุฃุญู
ุฏ
โJarri Yahuudaa Diiniin keenya Gara laafaa fi Rahmata of keessa qabu ta'uu isaa haa beektu. Amantaa Haqaan egamuu koos haa beektu.โ
ูุงู ุงูุญุงูุธ ุงุจู ุญุฌุฑ ู ุฑุญู
ู ุงููู
ุฅุธูุงุฑ ุงูุณุฑูุฑ ูู ุงูุนูุฏ ู
ู ุดูุนูุงุฑ ุงูุฏูู
๐ ูุชุญ ุงูุจุงุฑู ุฌ2 ุต443
โGuyyaa ayyaanaa gammachuu mul'isuun mallattoo Islaamummaa ti.โ
https://t.me/ifaislaamaa | 1 |
| 9 | 124 | 0 |
| 10 | ๐ ุฎูุทุจุฉ ุนูุฏ ุงูุฃุถุญู ูุนุงู
ูกูคูคูงูู ...
ู
ู ูุทู ุงููู ุจุนุจุงุฏุฉ
ย ย ย
ููุตุญ ุจุณู
ุงุนูุง ... ๐ง
๐ ููุถููุฉ ุงูุดูุฎ/
ย ย โฆ ุฃุจู ุนู
ููุงุฑ ูุงุณุฑ ุงูุนุฏูู โฆ
ย ย ย ย ุญูุธู ุงููู ุชุนุงูู ูุฑุนุงู
โ ุงูู
ูุฏูุฉ : โฆ
13:10 โฆ.
๐ง ุณูุฌูููุช ุจุชุงุฑูุฎ : ูกู / ุฐูุงูุญูุฌูุฉูกูข / ูกูคูคูง ูโ
๐ ุฃููููุช ูู ู
ุตูููู ุงูุนูุฏ : ุงูู
ูุตุฉ _ ู
ุฏููุฉ ุงูู
ููุง _ ู
ุญุงูุธุฉ ุญุถุฑู
ูุช.
๐ฉธ
๐ค ุชุณุฌููุงุช ู
ุณุฌุฏ ุงูุฎูุฑ ุจููู ุญุถุฑู
ูุช ู ุงูู
ููุง ๐
..........................
โ
https://telegram.me/aboammaar | 375 |
| 11 | Kuxbaa Iidaa
#ุฎุทุจุฉ ุงูุฃุถุญู
๐๏ธููุดูุฎ :ุฃุจู ุนุจุฏ ุงูุฑุญู
ู ุฌุจูุฑ ุจู ุญุฌู ุงูุฃูุฑูู
ู - ุญูุธู ุงููู
๐ ุฃูููุช ูู ู
ุณุฌุฏ ุงููุฏูู
ุฏุงุฑ ุงูุญุฏูุซ ุงูุณูููุฉ ุจุทุฑูุชุง ุญุฑุณูุง ุงููู
๐๏ธ ููู
ุงูุซูุงุซุงุก ูจ/ ุฐู ุงูุญุฌุฉ /ูกูคูคูง / ูุฌุฑูุฉ | 328 |
| 12 | ุฎุทุจุฉ_ุงูุฃุถุญู_10ููู
_ุงูุฃุฑุจุนุงุก_ุฐู_ุงูุญุฌุฉ_1447_091942152.mp3 | 309 |
| 13 | ุฎุทุจุฉ_ุงูุฃุถุญู_10ููู
_ุงูุฃุฑุจุนุงุก_ุฐู_ุงูุญุฌุฉ_1447_091942152.mp3 | 0 |
| 14 | 2026-05-25_18'08'09'.mp3 | 399 |
| 15 | Kabaja fi Guddina Guyyaa Arafaa
๐ฐ Zulhijjaa 8/1447H
https://t.me/ifaislaamaa/2100 | 488 |
| 16 | Kabaja fi Guddina Guyyaa Arafaa | 0 |
| 17 | Allahu Akbar! ุงูููููู ุฃูููุจูุฑู Allah Irra Guddaadha!!
Jechi ยซุงูููููู ุฃูููุจูุฑูยป jedhu jecha hiikkaan isaa guddaafi barakaa qabuudha. Allah wanta hundarraa guddaadha. Wanti isa irraa guddatu hin jiru. Mootummaan hunduu harka isaa jira.
๐ฎ ูุงู ุงูุฅู
ุงู
ุจู ุงูุนุซูู
ูู ุฑุญู
ู ุงููู :-
๐ " ุฅู ูููู : ุงูููููู ุฃูุจุฑู ูุง ุดููู ุฃูู ูู โุงุณุชุญุถุฑุช ู
ุนูู ูุฐุง ุชู
ุงู
ุงู ูุบุงุจุช ุนูู ุงูุฏููููุง ูููููุง ูุฃู ุงููู ุฃูุจุฑู ู
ูู ูููู ุดูุก ูุฃูุช ุงูุขู ูุงููู ุจูู ูุฏู ู
ููู ูู ุฃูุจุฑ ู
ูู ูููู ุดูุก ..
๐ " ุงูุดุฑุญ ุงูู
ู
ุชุน (ูฃ / ูขูจ)
โ'Allahu Akbar' jechuun kee osoo hikkaa isaa sirriitti hubatte shakkii tokko malee adunyaan hundishee sirraa ni fagaatti 'Allah' waan hundarra Guddaa waan ta'eef, ati amma kan dhaabbachaa jirtu waan hundarra guddaa ta'e fuuldura dha....โ
๐ฎ ูุงู ุดูุฎ ุงูุฅุณูุงู
ุงุจู ุชูู
ูุฉ ุฑุญู
ู ุงููู:-
๐"ููููููู
ุง ููุงู ุงูุนุจุฏ ๏ทฒ ุฃูุจูููุฑ : ุชุญูููู ููุจู ุจุฃูู ููููู ๏ทฒ ูู ููุจูู ุฃูุจุฑ ู
ู ูููู ุดูุกู ููุง ููุจูููฐ ูู
ูุฎููู ุนูููฐ ุงูููุจู ุฑุจููุงููุฉ ุชูุณุงูู ุฑุจููุงููุฉ ุงููุฑููุจ ูุถูุงู ุนู ุฃู ููููู ู
ุซูููุง ..
๐ "ุฌุงู
ุน ุงูู
ุณุงุฆู (ูขูจูก/ูฃ)
โGarbi tokko 'Allahu Akbar' yeroo jedhutti qoma isaa keessatti 'Allah' wanta hunda irraa guddaa ta'uu ni mirkanaahaaf , qoma isaa keessatti tokko hin hafu gooftaan uumamaa Rabbitti wal gitu kan Gooftaa Aalamaa fakkaatu dhiisii...โ
๐ Allahu Akbar jecha mujaahidoonni warreen karaa Rabbiif qabsoo godhan itti fayyadamuun Aduwwii irra itti ta'ani dha.
๐ Allahu Akbar jecha yeroo shayxxaani dhagahu rifatee, xiqqaatee baqatu dha.
๐ Allahu Akbar zikrii (faaruu) , Du'aa fi Ibaadaa guddaadha.
ูุงู ุชุนุงูู: ๏ดฟููุฑูุจูููู ููููุจููุฑู๏ดพ [ุงูู
ุฏุซุฑ: 3]
โGooftaa keetis guddisiโ
ููุงู ุชุนุงูู: ๏ดฟููููุจููุฑููู ุชูููุจููุฑูุง๏ดพ [ุงูุฅุณุฑุงุก: 111]
โGuddisuu isa guddisiโ
๐ Allahu Akbar jecha waan hundaaf qorichaa fi furtuu ta'e dha.
๐ฎ ุนู ุฃุจู ูุฑูุฑุฉ ุฑุถู ุงููู ุนูู ูุงู ูุงู ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ โ... ููุง ููุจููุฑู ู
ูููุจููุฑู ูุทูู ุฅูููุง ุจูุดููุฑู ุ ููู : ุจุงูุฌูุฉู ุ ูุงู : ููุนูู
ูโ
((ุงูู
ุนุฌู
ุงูุฃูุณุท)) (7779)
ุงูุณูุณูุฉ ุงูุตุญูุญุฉ (1621)
โNamni Takbiiraa (Allah Akbar) jedhu hin jiru yoo gammachiifame malee 'Jannataanii?' jedhamee gaafatamnaan Eeyyee jedhan ๏ทบ.
๐ฎ ูุงู ุนูู
ุฑ ุจู ุงูุฎุทุงุจ ุฑุถู ุงููู ุนูู: "ูููู ุงูุนุจุฏ: ุงููู ุฃูุจุฑ ุฎูุฑู ู
ู ุงูุฏููุง ูู
ุง ูููุง"
๐ [ุชูุณูุฑ ุงููุฑุทุจู (ุงูุฌุงู
ุน ูุฃุญูุงู
ุงููุฑุขู].
Umar Ibnul Khaxxab akkas jedhan:-
โGarbi tokko 'Allahu Akbar' jechuun isaa adunyaan kanaaf waan ishee keesaa jiru hunda caalaโ
๐ฎ ูุงู ุงูุฅู
ุงู
ุงุจู ุงูููู
ุฑุญู
ู ุงููู :-
๐ " ูุจูุญู ุจุงูุนุจุฏู ุฃูู ููููู ุจููุณุงูููู : ุงูููู ุฃูุจุฑ ููููุฏู ุงู
ุชูุฃ ููุจู ุจุบูุฑู ุงููู ..
๐ "ุจุฏุงุฆุน ุงูููุงุฆุฏ ( 2/196)
โGarba tokkorratti baay'ee fokkisaa dha arabaan 'Allahu Akbar' jechaa qalbiin isaa wanta Allah ala jiruun guutamuun isaa..โ
โป๏ธ Allahu Akbar jecha bakkeewwan ciccimoo ta'anitti , bakka hundatti yeroo hunda jedhamudha.
ููุงู ุงุจู ุญุฌุฑู - ุฑุญู
ู ุงููู - ุนู ุงูุชูุจูุฑ: "ุฐูุฑู ู
ุฃุซูุฑู ุนูุฏ ูู ุฃู
ุฑู ู
ููููุ ูุนูุฏ ูู ุญุงุฏูุซู ุณูุฑูุฑูุ ุดููุฑูุง ููู ุชุนุงููุ ูุชุจุฑุฆุฉู ูู ู
ู ูู ู
ุง ููุณูุจู ุฅููู ุฃุนุฏุงุคูู"
๐[ูุชุญ ุงูุจุงุฑู (2/ 438).]
โป๏ธ Azaana keessatti, Iqaamaa keessatti, Salaata keessatti, Yeroo jiini baatu, Guyyoota kurnan Zul-Hijjaa, Dalagaa Hajii keessatti, Yeroo Iidaa(Ayyaanaa), Yeroo geejiba yaabatan, Yeroo bakka gubbaatii gadi bu'an , Yeroo qalma qalan, Yeroo oduu gammachuu dhagahan, Yeroo gubinsa argan, Yeroo salaata Janaazaa fi bakkee bay'eetti ni jedhama
โ ๏ธ Bakkeewwan armaan olitti caqasaman hunduu ragaalee hadiisaa ni qabu. Bakka kanatti hadiisa jiru hunda kaahuuf barreeffamatu dheerataaf dhiifne.
https://t.me/joinchat/TNoRmBLV_hFHVkEp | 615 |
| 18 | ๐ง ๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐ช๐ญ๐๐๐ ๐
๐ช๐ข๐ช'๐๐ย ๐๐๐จ๐๐๐๐ ๐๐ช๐ฃ๐ฃaa
ย ย ุงุณุชุบูุงู ุนุดุฑ ุฐู ุงูุญุฌุฉ ูุฐูุฑ ุดูุก ู
ู ุฃุญูุงู
ุงูุฃุถุญูุฉ
๐ ๐๐จ๐ฉ๐๐๐ฏ ๐ผ๐๐ช ๐ผ๐ฃ๐๐จ ๐ผ๐๐๐ช๐ง๐ง๐๐๐๐ข ุญูุธู ุงููู
๐ ๐๐๐จ๐๐๐๐ ๐๐ช๐ฃ๐ฃ๐๐ { ๐๐๐๐๐จ๐๐๐ข๐๐ฃ๐ฃ๐} /ุญุฑุณูุง ุงููู
http://T.me/abuanesabdrehim
https://t.me/shasheme | 527 |
| 19 | Guyyoota Warqee Akkamiin Dabarsina??
โฆโฆDubbisii Share Godhiโฆโฆ
Akkuma beekamu hardha guyyoota duniyarratti hundarra caalan jedhaman keessaa tokko jennee jalqabneerra.
๐ฅSoomuuf,
๐งบSadaqaa kennuuf,
๐Qur'aana xumuruuf,
๐คฒGara Allaah deebi'uuf (Towbaa),
๐Salaata Sunnaa baay'isuuf,
๐Takbiiraa gochuuf fi
Waliigala ibaadaa irratti jabaachuuf sagantaa kan qabattan hardha irraa jalqabaa mudhii keessan jabeeffadhaa.
Hardha Zuul-Hijjaa tokko yoo ta'e, Kibxata dhufu Zuul-Hijjaa 9 ykn Guyyaa Arafaa ta'a.
๐น Guyyaan Arafaa sirriin biyya keenyatti beekamu guyyaa qalmaa (Iidaa) osoo hin taane, guyyaa qalmaa dura kan jiru guyyaa 9ffaa Zuul-Hijjaati.
ยซGuyyaa Arafaaยป jedhamee kan moggaafames namoonni Hajji godhan bakka "Arafaa" jedhamutti waan dhaabbataniifi.
๐น Guyyaan kun:
Waliigala guyyoota waggaa keessa jiran keessaa guyyaa "Qalmaa" (Iidaa) tti aansuun sadarkaa 2ffaarratti guyyaa hundarra caaludha.
๐นCaalmaan guyyaan kun qabu keessaa:
๐
๐Namni guyyaa kana soome yakka isaa kan waggaa lamaa akka haqamuuf godhaโผ๏ธ
Akkasumasโฆ
๐
๐Yeroo kamiyyuu caalaa guyyaa kana du'aa'iin godhamu hundarra caalaa fi qeebaltii argachuuf dhihoo kan taheedhaโผ๏ธ
Roobiin immoo guyyaa 10ffaa Zuul-Hijjaa ta'ee Guyyaa Iid al-Adhaa ykn Guyyaa Qaliinsaa ta'a.
๐น Guyyaan kun waggaa keessaa guyyaa hundarra caalu jedhamee kan waamamedha.
๐น Ibaadaawwan gurguddoo guyyaa kana raawwataman keessaa:
๐ Salaata Iidaa fi
๐ช Qalma Uduhiyyaa
Ibaadaawwan kunneen lameen ยซSalaataa fi Qaliinsiยป mallattoolee gurguddoo Islaamummaan ittiin mul'atu waan ta'aniif, hundi keenya bakka jirrutti gammachuu fi kaka'umsa guddaan dabarsuu qabna.
๐ชUdhiyyaa qaluun erga salaatni Iidaa jalqabee haga guyyoota sadii itti aananii dhufan keessatti qaluun ni danda'ama.
Roobiin Iida yoo ta'eโฆโฆโฆ
Kamisa, Jimaataa dabalatee hanga Sanbata Xiqqaan aduun seentutti Udhiyyaa qaluun ni danda'amaโผ๏ธ
๐น Iida booda guyyootan jiran sadan kunniin:
Kamisa, Jimaataaf Sanbata Xiqqaan ยซAyyaamal Tashriiqqiยป jedhamanii kan beekaman yoo ta'u, guyyoota kanneen keessa soomuun dhowwadha.
Ergamaan Rabbii ๏ทบ akka ibsanitti guyyootan kun:
๐Kan itti nyaatamu,
๐Kan itti dhugamu fi
๐Kan Allaah itti yaadatamu (Zikrii itti baay'ifamu) dha.
@ifaislaamaa | 759 |
| 20 | ๐Guyyotaa kurnaan zulhijaa
๐งUstaaz abu nu'maan ahmad ุญูุธู ุงููู
๐ ๐๐๐จ๐๐๐๐ ๐๐ช๐ฃ๐ฃ๐๐ { ๐๐๐๐๐จ๐๐๐ข๐๐ฃ๐ฃ๐} /ุญุฑุณูุง ุงููู
https://t.me/shasheme | 552 |
็ฐๅทฒไธ็บฟ๏ผ2025 ๅนด Telegram ็ ็ฉถ โ ๅนดๅบฆๅ
ณ้ฎๆดๅฏ 
