FOCUS FINFINNEE
رفتن به کانال در Telegram
Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot
نمایش بیشتر1 424
مشترکین
-124 ساعت
-27 روز
+2430 روز
در حال بارگذاری دادهها
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
نوامبر '26نوامبر '26
نوامبر '26
+7
در 0 کانالها
اکتبر '26
+59
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '26
+64
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '26
+47
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '26
+46
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+14
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+19
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+26
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '26
+31
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+23
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+7
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+27
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+35
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+41
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+33
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '25
+41
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+103
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+21
در 1 کانالها
Get PRO
مه '25
+23
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+17
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+8
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+7
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+11
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+68
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+28
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+70
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+71
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+25
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '24
+39
در 0 کانالها
Get PRO
مه '24
+48
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '24
+37
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '24
+52
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '24
+44
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '24
+80
در 1 کانالها
Get PRO
دسامبر '23
+71
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '23
+43
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '23
+9
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '23
+5
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '23
+26
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '23
+15
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '23
+37
در 0 کانالها
Get PRO
مه '23
+28
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '23
+22
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '23
+25
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '23
+9
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '23
+24
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '22
+8
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '22
+11
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '22
+6
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '22
+25
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '22
+4
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '22
+33
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '22
+31
در 0 کانالها
Get PRO
مه '22
+36
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '22
+99
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '220
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '220
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '220
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '210
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '210
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '210
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '210
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '210
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '210
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '210
در 0 کانالها
Get PRO
مه '210
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '210
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '21
+2
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '21
+1
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '21
+7
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '20
+340
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 08 نوامبر | +1 | |||
| 07 نوامبر | +1 | |||
| 06 نوامبر | +1 | |||
| 05 نوامبر | +1 | |||
| 04 نوامبر | +1 | |||
| 03 نوامبر | 0 | |||
| 02 نوامبر | +1 | |||
| 01 نوامبر | +1 |
پستهای کانال
“Kunoo, Waaqayyo gargaaraa koo ti, gooftichi irkisaa jireenya kootii ti.”
Dilbata gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM|
| 2 | Kanneen "Theology Artios College" Galmooftanii fi barachuuf fedhii qabdan | 185 |
| 3 | بدون متن... | 208 |
| 4 | Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaariyaatti, hamma andaara lafaattis dhuga-baatuu koo in taatu" isaaniin jedhe.
HoE. 1:8
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 212 |
| 5 | gorsa kamuu kan barbaaddan immoo
https://forms.gle/86PPgjTAiGCgHMZn7 | 224 |
| 6 | Kan har'a feeloo irratti sin beeksisne karaa "counseling Team kan qophaa'eedha. Join akka gootan sin jajjabeessina!
Eebbifamtaniittuu! | 209 |
| 7 | https://t.me/theChristianMind | 200 |
| 8 | “Abraam Waaqayyotti amane, inni immoo qajeelummaatti in lakkaa'eef.”
S. Uumama 15:6
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 226 |
| 9 | “Yaa Waaqayyo, lubbuun koo ol gara kee in yaaddi!”
Far. 25:1
Araarrii, Nagaanii fi Ayyaanni Waaqayyo Abbaa biraa Gooftaa keenya Yesus biraas hunduma keessan wajjin haa tahu!
Akkamii torbeen keessan jaallatamoo maatii feeloo keenya!?🥰 Guyyaan nuyi Gooftaa keenya nu jaallate duratti obboloota akkaan jaallannuu waliin argamnee kadhannaa, faarfannaa, dubbiisaa barachuu fi kanneen biroon maqaasaa jajannuu kunoo geessee jirti.
Maarree har'as sa'aatii 11:20 LT irraa kaasee hiriyoota keessan qabachuun sagantaa kana irratti akka argamtan sin yaadachiisuu jaallanna!
Isinuu hin haftan malee hin hafamu!😊
⏰Yeroon WAAQAYYOO WAQAYYOOF
⛪️ Waldaa G/G/ Mootummaa Waaqayyoo Naannoo Menen!
⌚️Sa'aatii 11:30 LT
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 203 |
| 10 | “Ani waa'ee kee dur gurraan dhaga'eera, amma garuu ati anatti mul'atteetta.”
Iyo. 42:5
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 221 |
| 11 | Godoon jireenya keenyaa, [kana jechuunis dhagni keenya,] lafa kana irraa yoo jige, ijaarsa harki namaa hin ijaarin, mana bara baraan bantii waaqaa keessa jiraatu, Waaqayyo biraa akka qabnu in beekna.
2 Qor:5:1
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 268 |
| 12 | “Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.”
Ibr. 4:15
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 311 |
| 13 | “Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.”
Ibr. 4:15
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 1 |
| 14 | “Seerri Waaqayyoo guutuu dha, lubbuu namatti in deebisa; wanti seerri Waaqayyoo dhugaa ba'u amanamaa dha, inni wallaalota iyyuu beektota in godha.”
Fak:19:7
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 319 |
| 15 | Akkasumaa illee bot kana fayyadamuun dhimma fi wanta irratti akka isinif kadhatamuu barbaaddan, dabalatanis mata-duree kadhata kam iyyuu nu erguun irratti akka isinif kadhatamu isin beeksifna.
👉🏻👉🏻 @Focus_Pbot
Ayyaanni warra Yesus Kristosin jaalala hin badneen jallatan hundumaa Wajjin haa ta'u! | 344 |
| 16 | Kan barbaachisu waan tokkicha, Maariyaam qooda gaarii isa ishee duraa hin fudhatamne sana fo'atte” jedhe.
Wangeela Luqaas 10:42
Nagaan fi Araarri isinif haa bay'atuu jaallatamoo maatii Focus Finfinnee🥰
Waaqayyoo inni nu gargaare guyyaa fi yeroo kana nu kenne haa eebbifamu jechaa, fedha fi jaalala Gooftaa keenya yoo ta'e yeroon kadhata ganama kan feeloo keenya inni Wixata ganama bor ganama kan jiru ta'a.
Theme "Gooftaa barbaaduu" jedhuun torbee 2 oliif yeroo eebbifama qabaacha akka turre,borus addatti Theme kana jalatti "Waan tokkicha,Wanna barbaachisu" mata-duree itti fufne kadhana.
Obboloonni isinif danda'amu hundi akka argamtan jalaala Gooftaan isin hafeerra!
⛪️ Waldaa Guutuu Wangeela kiiloo-6(Kiiloo 5)
⌚️Sa'aatii 12:00 LT barii
#GOOFTAA_BARBAADU!
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 337 |
| 17 | Kristos isin keessa erga jiraatee, dhagni keessan sababii cubbuutiif du'aa yoo ta'e iyyuu, sababii qajeelummaa argattaniif hafuurichi jireenya isiniif ta'a.
Roomaa 8:10
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 337 |
| 18 | “Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, namni si amanatu gammachuu attamii qaba!”
Far. 84:12
Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰
#We_are_focused
#We_Live_for_God
#We_reach_all_Nations
Follow us on our :
|TELEGRAM| |LIBRARY |
|FACEBOOK| |YOUTUBE|
|TIKTOK| |INSTAGRAM| | 353 |
| 19 | https://forms.gle/DDKNj6dxBMfJPDty9 | 347 |
| 20 | Nagaan siniif haa baay'atu! Jaallatamoo obboloota!🥰
Sagantaa keenya Guyyaa har'a yeroon akka argamtan siniin jechaa har'a obboloota sababa garaagaraaf gartuutti qabamanii hin jirre, akkasumas feeloo dhufaa hin jirre Maqaa isaanii , mooraa fi muummee barnoota baratan akkasumas lakkoofsa bilbilaa isaanii waan barbaannuuf warreen beektan har'a waraqaan siin gidduu deemu waan jiruuf akka galmeessuun nu gargaartan jaalala Gooftaan sin gaafanna!
Eebbifamtaniittuu! | 423 |
