uk
Feedback
FOCUS FINFINNEE

FOCUS FINFINNEE

Відкрити в Telegram

Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot

Показати більше
1 275
Підписники
Немає даних24 години
-27 днів
-630 день

Триває завантаження даних...

Хмара тегів
Немає даних
Виникли проблеми? Будь ласка, оновіть сторінку або зверніться до нашого support-менеджера.
Вхідні та вихідні згадування
---
---
---
---
---
---
Залучення підписників
червень '26
червень '26
+7
в 0 каналах
травень '26
+19
в 0 каналах
Get PRO
квітень '26
+26
в 0 каналах
Get PRO
березень '26
+31
в 0 каналах
Get PRO
лютий '26
+23
в 0 каналах
Get PRO
січень '26
+7
в 0 каналах
Get PRO
грудень '25
+27
в 0 каналах
Get PRO
листопад '25
+35
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '25
+41
в 0 каналах
Get PRO
вересень '25
+33
в 0 каналах
Get PRO
серпень '25
+41
в 0 каналах
Get PRO
липень '25
+103
в 1 каналах
Get PRO
червень '25
+21
в 1 каналах
Get PRO
травень '25
+23
в 0 каналах
Get PRO
квітень '25
+17
в 0 каналах
Get PRO
березень '25
+8
в 0 каналах
Get PRO
лютий '25
+4
в 0 каналах
Get PRO
січень '25
+7
в 0 каналах
Get PRO
грудень '24
+11
в 0 каналах
Get PRO
листопад '24
+68
в 1 каналах
Get PRO
жовтень '24
+28
в 0 каналах
Get PRO
вересень '24
+70
в 0 каналах
Get PRO
серпень '24
+71
в 0 каналах
Get PRO
липень '24
+25
в 0 каналах
Get PRO
червень '24
+39
в 0 каналах
Get PRO
травень '24
+48
в 0 каналах
Get PRO
квітень '24
+37
в 0 каналах
Get PRO
березень '24
+52
в 1 каналах
Get PRO
лютий '24
+44
в 1 каналах
Get PRO
січень '24
+80
в 1 каналах
Get PRO
грудень '23
+71
в 0 каналах
Get PRO
листопад '23
+43
в 1 каналах
Get PRO
жовтень '23
+9
в 0 каналах
Get PRO
вересень '23
+5
в 0 каналах
Get PRO
серпень '23
+26
в 0 каналах
Get PRO
липень '23
+15
в 0 каналах
Get PRO
червень '23
+37
в 0 каналах
Get PRO
травень '23
+28
в 0 каналах
Get PRO
квітень '23
+22
в 0 каналах
Get PRO
березень '23
+25
в 0 каналах
Get PRO
лютий '23
+9
в 0 каналах
Get PRO
січень '23
+24
в 0 каналах
Get PRO
грудень '22
+8
в 0 каналах
Get PRO
листопад '22
+11
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '22
+6
в 0 каналах
Get PRO
вересень '22
+25
в 0 каналах
Get PRO
серпень '22
+4
в 0 каналах
Get PRO
липень '22
+33
в 0 каналах
Get PRO
червень '22
+31
в 0 каналах
Get PRO
травень '22
+36
в 0 каналах
Get PRO
квітень '22
+99
в 0 каналах
Get PRO
березень '220
в 0 каналах
Get PRO
лютий '220
в 0 каналах
Get PRO
січень '220
в 0 каналах
Get PRO
грудень '210
в 0 каналах
Get PRO
листопад '210
в 0 каналах
Get PRO
жовтень '210
в 0 каналах
Get PRO
вересень '210
в 0 каналах
Get PRO
серпень '210
в 0 каналах
Get PRO
липень '210
в 0 каналах
Get PRO
червень '210
в 0 каналах
Get PRO
травень '210
в 0 каналах
Get PRO
квітень '210
в 0 каналах
Get PRO
березень '21
+2
в 0 каналах
Get PRO
лютий '21
+1
в 0 каналах
Get PRO
січень '21
+7
в 0 каналах
Get PRO
грудень '20
+340
в 0 каналах
Дата
Залучення підписників
Згадування
Канали
17 червня0
16 червня0
15 червня0
14 червня0
13 червня+1
12 червня0
11 червня+1
10 червня0
09 червня0
08 червня0
07 червня0
06 червня+1
05 червня+1
04 червня+2
03 червня0
02 червня+1
01 червня0
Дописи каналу

2
Hin Hafamu!
3
3
Only 2 days left! Invite your friends! 6k, Assemblies of God
Only 2 days left! Invite your friends! 6k, Assemblies of God
119
4
Fulbaanatti gara mooraatti dhufnee, barnootaas, Sagantaa feeloo keenyas jalqabne, Waggaa guutuus "class" seenuu, "Assignment"
Fulbaanatti gara mooraatti dhufnee, barnootaas, Sagantaa feeloo keenyas jalqabne, Waggaa guutuus "class" seenuu, "Assignment" ,"project", "quiz" ,"mid exam" fi "final exam" dabareen nurratti wal furanii, nus barnoota keenyaaf jireenya haafuura keenya "balance" gochuuf osuma kurkurruu, kunoo dhuma Waggaa kanaa geenye.😊 Kaan keenya Waggaa tokko xumurree, kaan keenya hunduma isaa xumurree eebbifamnee bahuuf jenna, maarree Waggaa kana guutuu Gooftaa Isa nu gargaaree galgalli itti galateeffannu geesse jirti. Galgalittiin kunoo Jimaataa Fuldura keenya jirtu kana. Sagantaan "PRAISE NIGHT" bara kana Gaafa Waxabajji 19/2026, Mata duree "NAMA BIYYA WAAQARRAA" jedhuun galgala sa'aatii 2:00 LT irraa eegalee waan taheef wal argaan keenya Waldaa "Assemblies of God, Caffee Araaraatti" argamutti haa tahu! Irraa hin hafamu Hiriyoota keessan affeeruu hin dagatiina! Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
181
5
Waaqayyoo abbaa keenyaf isa qixa hundumatti nu gargaaruuf galanni, ulfinni haa ta'uu! #CLOSING_PRAYER #Barii_Bareeda 1 Namni
Waaqayyoo abbaa keenyaf isa qixa hundumatti nu gargaaruuf galanni, ulfinni haa ta'uu! #CLOSING_PRAYER #Barii_Bareeda 1 Namni golgaa isa hundumaa gararraa jiru keessa jiraatu, gaaddisa isa hundumaa danda'uu jala in buufata; Faar91:1-2 Gooftaan yoo jedhee bor ganamaa kadhata keenya kan bara kana isa dhumaa waliin qabaanu ta'a. Addattis Mata-duree garaagara irratti yeroo kadhata bal'a qabna. Kanaaf hundi keessan iyyuu argamuun akka kadhannu jaalala Gooftaan isin yaadachifna. ⛪️  WGW 6kiiloo, kIiloo 5tti argamuu                             ⏱️ Ganama:12:00 - 1:30 LT Ayyaanni warra Kristosin jaalala hin badneen jaallatan hundaa wajjin haa ta'uu🥰
230
6
7 Days left... Inni immoo, “Isinoo, eenyu anaan jettu?” jedhee gaafate; Phexros, “Ati Masiihii Waaqayyoo ti” jedhee deebise.
7 Days left... Inni immoo, “Isinoo, eenyu anaan jettu?” jedhee gaafate; Phexros, “Ati Masiihii Waaqayyoo ti” jedhee deebise. Luq 9:20 #Summer Mission Galmaa'uuf username: @g1tafk @H_dedisc @BikoTM Dhugaaf Dhugaa Baana!💪
219
7
" Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, saba qulqullaa'aa dha, warra dhuunfaa Waaqayyoo ta'anii dha. Waaqa
" Isin garuu qomoo fo'amaa dha, luboota mana mootummaa ti, saba qulqullaa'aa dha, warra dhuunfaa Waaqayyoo ta'anii dha. Waaqayyo hojii isaa isa jajamaa akka labsitaniif dukkana keessaa, gara ifa isaa isa dinqisiisaatti isin waame. " (1 Pheexros 2: 9) Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif haa baay'atu maatii focus finfinnee! Yeroon jaallatamaanii fi hawwiin eegaa turre #SUMMER_MISSION kan bara kanaa dhiyaateera🤩 Waxabajjii 14-17tti kan turu yeroon dhugaa baatii: warra dukkana keessa jiran gara ifa isaa Isa dinqisiisaatti kan ittiin waamnu, warra dadhaban kan ittiin jajjabeessinu dha. Obboloonni tajaajila kana irratti hirmaachuu barbaaddan, username kana gadi jiruun maqaa guutuu fi lakkoofsa bilbilaa keessan nuuf ergaa! @g1tafk @H_dedisc @BikoTM EEBBIFAMTANIITTU! DHUGICHAAF DHUGAA BAANA🙌
264
8
Waaqayyo Abbaan keenya, Gooftaan keenya Yesus Kristos ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! Jaallatamoo ijoollee Waaqayyo!🤩 #Ha
Waaqayyo Abbaan keenya, Gooftaan keenya Yesus Kristos ayyaana, nagaas isiniif haa kennu! Jaallatamoo ijoollee Waaqayyo!🤩 #Harra Sagantaan keenya jimaata inni Guyyaa dhumaa (kan bara 2018) itti fufee waan jiruuf #Macaafa_Qulqulluu fi #Yaadannoo keessan qabaachuun yeroon akka argamtan jaalala Gooftaa keenyaan isin beeksifna! Addatti ijoolleen "Action Team" barnoota isaanii xumuranii har'a "certify" tahu!😊 #Hin_haftan_hin_barfattan😊 ⛪️ Waldaa G/G/M/W ⏱️: 11:30 - 1:45 LT ⏳ ⏰ YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF! 🤲 We are focused, We Live for God, We reach all Nations! ⚡️ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
260
9
#WAAQAYYON_YAADUU Kutaan kun dheebuu hafuuraa gadi fagoo ta'e ibsa. Namni akka bifaa fi fakkaattii Waaqayyootti uumame keessa
#WAAQAYYON_YAADUU Kutaan kun dheebuu hafuuraa gadi fagoo ta'e ibsa. Namni akka bifaa fi fakkaattii Waaqayyootti uumame keessaa isaatti hawwiin Uumaa isaa barbaadu jira. Kanaaf, yeroo lubbuun keenya Waaqayyoo irraa fagaattu, qabeenya, beekumsa, milkaa'ina yookaan wanti biraa kamiyyuu duwwaa sana guutuu hin danda'u. Argamuu Waaqayyoo qofatu dheebuu hafuuraa dhaamsa. Waamichi keenya guddaan hojii Waaqayyoo qofa hojjechuu utuu hin taane, Isas barbaaddachuudha. Yeroo baay'ee kennaa isaa malee Isa kennaa sana kennu hin barbaannu. Garuu lubbuun Waaqayyoon dhugumaan dheebotte, argamuu isaa keessatti haaromsa argatti. Jaallataamoo maatii #Focus_Finfinnee qalbii keenya yeroo hundaa gara Gooftaa keenya Yesusitti haa hiinu; sababni isaas Inni burqaa jireenyaa, madda boqonnaa dhugaa bara baraati. Lubbuu Waaqayyoon argatte qofatu jireenya fi boqonnaa argataa. Ameen!🙏❤️ ✨ Guyyaa gaarii ✨ QORMAATA keessanittis jabaadha😊 Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
234
10
#Tiksee_hoolotaaf_lubbuu_kennu Tikseen hojiin isaa tiksuu, kunuunsuu, soorata isaan barbaachisu kennuufi akkasumas waan hoolo
#Tiksee_hoolotaaf_lubbuu_kennu Tikseen hojiin isaa tiksuu, kunuunsuu, soorata isaan barbaachisu kennuufi akkasumas waan hoolota butachuu yookiin nyaachuu danda'u irraa eegudha. Gooftaan keenya Yesus "Tiksee gaariin ana" jedhee bakka kanatti of ibsa. Tiksee gaariin immoo Lubbuusaa hoolotaaf ni kenna. Gooftaan keenya, akka jireenya nuuf tahuuf Foonsaa nyaata godhee, dhiigaa isaa Kun dhugumaan dhugaatidha jedhee akka nuyi Namummaa Isa moofaa Isa ittiin Waaqayyo irra adda baanee irraa adda baanee yookiin jalaa duunee Namummaa haaraa Isa ittiin Waaqayyotti deebine uffannuuf kana godhe. Lubbuusaas qooda lubbuu keenya dabarsee nuuf kenne. Tiksee gaarii qoodaa hoolota isaa du'atti dabarsee of kennu tahuu Isaas nutti agarsiise. Kanaanis jireenya argannee! ✨ Guyyaa gaarii ✨ QORMAATA keessanittis jabaadha😊 Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
251
11
Waaqayyoon keenya Waaqayyo haala irratti hundaa'ee yaada isaa jijjiiru miti! Jaalala nuuf qabus haalaa fi miira keenya irratt
Waaqayyoon keenya Waaqayyo haala irratti hundaa'ee yaada isaa jijjiiru miti! Jaalala nuuf qabus haalaa fi miira keenya irratti hundaa'ee gad buusee ol hin baasuu. Yoo nuyi waan cimne nutti fakkaate, nu jaallachuunsaa cimee, yoo nu laafnu hin hir'atu! Jaalala tahuun, oo'a qabeessummaan isaa Amala isaa dhaabbatadha. Miirotaafi taateewwan naannoo keenya jiran irratti hundoofne kopha keenya waan taane nutti fakkaachuu danda'a. Namnis, Waaqayyos waan nu dhiisee, waan nu dagates nutti fakkaachuu danda'a. Garuu yeroo kamiiyyuu waaqayyoo nu waliin jira inni gonkuma nu irraanfachuu hin danda'u. Barruu harka isaa irratti waan nu caaffateef tasuma nu hin dhiisu. Yoo haala kam keessa jiraanne iyyuu WAAQAYYOO akka nu faana jiru dagachuun nuuf hin ta'u. Haatii dhala ishee irraanfachuu dandeessi, Waaqayyo garuu Gooftaa ijoollee isaa irranfatu miti! ✨ Guyyaa gaarii ✨ QORMAATA keessanittis jabaadha😊 Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
319
12
Nagaan Gooftaa keenya Yesus Kiristoos hundumaaf keessanif haa baay'atu, jaallatamtoota maatii #FOCUS_FINFINNEE! 🥰 Waaqayyo G
Nagaan Gooftaa keenya Yesus Kiristoos hundumaaf keessanif haa baay'atu, jaallatamtoota maatii #FOCUS_FINFINNEE! 🥰 Waaqayyo Gooftaa keenya isa hanga har'aatti karaa hundumaan nu gargaaree fi nu tikseef galanni haa ta'u! Akkuma beekamu, barattoonni waggaa 2ffaa fi 3ffaa guyyaa borii irraa kaasee qormaata xumuraa (Final Exam) ni fudhattu. Akkasumas,warri GC immoo Kamisa irraa eegalee qormaata Bahinsaa (Exit Exam) ni fudhattu. Kanafuu karaa keenya Waaqayyotti haa kennannu; “Karaa kee Waaqayyootti kennadhu; isa amanadhu! Innis siif in raawwata.” Faarfannaa 37:5 Yaaddoo, sodaa fi dadhabbii keenya hundumaa isa irratti haa dhiifnuu. Kadhannaa, Dubbii Waaqayyoo fi amantii keenya keessatti jabaannee haa dhaabannu. Qayyabannaas akka hin dagannee!😊 Waaqayyo hojii harka keenya haa eebbisu, Gooftaan keenya Yesus Kiristos ogummaa, jabinaa fi milkaa'ina hunduma keenyaaf haa kennu. Ameen! 🙏❤️ ✨ Qormaata gaarii ✨ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
433
13
Abbaa keenya isa qixa hundumatti nu gargaaruuf galanni, ulfinni haa ta'uu! #WAAQAYYOON_OF_IRRATTI_MOOSISU! #Barii_Bareeda Waa
Abbaa keenya isa qixa hundumatti nu gargaaruuf galanni, ulfinni haa ta'uu! #WAAQAYYOON_OF_IRRATTI_MOOSISU! #Barii_Bareeda Waan tokko of irratti gooftaa godhattanii harka isaa jala yoo of galchitan, isin wanta sanaaf garba akka taatan hin beektanii ree? Cubbuudhaaf yoo abboomamtan du'aaf, Waaqayyoof yoo abboomamtan qajeelinaaf in bultu. Room 6:16 Bor ganamas akkuma kana duraa dammaqne yeroo itti fuula abbaa keenya duratti tokkuman dhi'aannu ta'a. Addattis Mata-duree Waaqayyoon of irratti moosisu! jedhuun Gooftaa barbaadana. Obboloota torbee kana qormata qabdan hundaaf qormaata gaarii, Gooftaan isin haa gargaaru🙏 ⛪️  WGW 6kiiloo, kIiloo 5tti argamuu                             ⏱️ Ganama:12:00 - 1:30 LT #Gaarummaa_Gooftaa_miyeeffanneera_kanaaf_kana_goona! Ayyaanni warra Kristosin jaalala hin badneen jaallatan hundaa wajjin haa ta'uu🥰
388
14
#Mi'a_#Lola_isa_kan_Waaqayyo Yeroo baay'ee suuraa garagaraa irrattis akka namoonni nutti himan irratti hundoofnee fakkiin see
#Mi'a_#Lola_isa_kan_Waaqayyo Yeroo baay'ee suuraa garagaraa irrattis akka namoonni nutti himan irratti hundoofnee fakkiin seexanaa sammuu keenya keessa qabnu kan ilaaluun namatti hin tolle, kan Gaafa lama qabu, kan osoo argee namni hunduu baqatu wayii nutti fakkaata. Seexanni garuu haxxeedha, mootummaa ifaa fakkaatee nama kara irraa kaachisa. Hojiin inni hojjetu, qaluu, ajjeesuu, hatuudha,kana gochuuf garuu haxxummaan ifa of fakkeessee mul'ata! Kanaafuu, haxxummaa isaan mormuuf mi'a lolaa Isa kan Waaqayyo guutummaatti hidhachuun baay'eema nu barbaachisa. Mi'a lolaa kanas #Dhugaan mudhii keenya hidhanna, #Qajeelummaa akka madda sibiilatti uffanna, #Wangeela akka kopheetti hidhanna, #amantii akka gaachanaatti, #fayyina akka gonfoo sibiilatti #Sagalee_Waaqayyoo akka billaatti qabannee haxxummaa seexanaa mormina, lollees moo'anna! Kanaaf #Mi'a_#lola_isa_kan_Waaqayyoo guutummaatti haa hidhannu! ✨ Guyyaa gaarii ✨ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
346
15
Nagaan Gooftaa keenya Yesus hundumaaf haa baay'atu! Jallatamtoota ijoollee Gooftaa!😍 #Hardha Waaqayyoo gooftaa keenyaa isa h
Nagaan Gooftaa keenya Yesus hundumaaf haa baay'atu! Jallatamtoota ijoollee Gooftaa!😍 #Hardha Waaqayyoo gooftaa keenyaa isa hundumaa nu dabarsee guyyaa galataaf nu geessiseef galatni haa ta'u! #Hardha sagantaa #GC_WELL_GO qophaa'ee waan jiruuf Miseensonni Tokkummaa keenyaa hundi argamuun waaqayyoon waliin haa waaqeffannu! Akkasumas hiriyoota keessan affeeruun argamaa! Bakka: W/G/G/M/W Sa'atii: 11:00 Kaasee We are focused , we live for God, we reach all nations 🌐 ✨ Miss it not!✨ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
369
16
#Gara_Kristositti_Guddachuu! Guddachuun erga Kristoosiin amannee nuyif filannoo osoo hin taanee #dirqama. Jireenyi guddina dh
#Gara_Kristositti_Guddachuu! Guddachuun erga Kristoosiin amannee nuyif filannoo osoo hin taanee #dirqama. Jireenyi guddina dhaabee jireenya du'aadha. Jiraachaa jirra jenna taanaan guddachuun waanuma nurra jirudha! Akkamiin guddannaa!? Jaalalaan dubbii dhugaa dubbachaa yoo tahu guddinni keenya immoo karaa hundumaan tahuu qaba. waan hundumaan gara isaa mata nuuf ta'ee kristositti guddachuun nuuf haa ta'uu Amalaa fi deedebii keenyaan isaa fakkachuun nuuf haa ta'uu!!! ✨ Guyyaa gaarii ✨ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
423
17
Nagaan Gooftaa keenya Yesus hundumaaf haa baay'atu! Jallatamtoota ijoollee Gooftaa!😍 #Bor Waaqayyoo gooftaa keenyaa isa hund
Nagaan Gooftaa keenya Yesus hundumaaf haa baay'atu! Jallatamtoota ijoollee Gooftaa!😍 #Bor Waaqayyoo gooftaa keenyaa isa hundumaa nu dabarsee guyyaa galataaf nu geessiseef galatni haa ta'u! #Bor sagantaa #GC_WELL_GO qophaa'ee waan jiruuf Miseensonni Tokkummaa keenyaa hundi argamuun waaqayyoon waliin haa waaqeffannu! Akkasumas hiriyoota keessan affeeruun argamaa! Bakka: W/G/G/M/W Sa'atii: 11:00 Kaasee We are focused , we live for God, we reach all nations 🌐 ✨ Miss it not!✨ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
415
18
#Ulfina_isa_nuuf_mullifamu Gooftaan jala muree biyyi lafaa osoo isin kan isaa taatanii sin jaallata ture, Amma garuu isin kan
#Ulfina_isa_nuuf_mullifamu Gooftaan jala muree biyyi lafaa osoo isin kan isaa taatanii sin jaallata ture, Amma garuu isin kan isaa waan hin taaneef isin jibba. Yoo sin jibbe immoo dursee akka naan jibbee beeka, biyya lafaa irra hanga jirtanitti rakkina qabdu jedhee nutti himeera. Kanaafuu rakkinni as biyya lafaa kana irratti guyyaa guyyaan nu mudatuu yeroofidha. Kanaaf "Dhiphina keenya si'ana!" Jedhee ibsa Phaawulos. Yeroof dhiphina kan qabnu tahus garuu inni biyya lafaa moo'ee sun nuuf mul'achuuf jira ulfinaan, nuyis ulfinaan Isa wajjin ol butamna. Kanaaf dhiphinnii keenya inni si'anaa ulfina Isa nuuf mul'ifamuuf jiru wajjin wal hin madaaluu, wal biras hin qabamu. Dhiphinnii keenya kan si'anaati, hanga biyya lafaa irra jirruttidha! Ulfinni keenya kan barabaaraati,Innis deebi'ee dhufuu Gooftaa Keenya jalqabeeti! ✨ Guyyaa gaarii ✨ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
434
19
#GC_WELL_GO_PROGRAM #2026 Jaallatamoo obboloota ko, egaa utuu hin socho'in jabaadhaatii dhaabadhaa! Itti dadhabuun keessan go
#GC_WELL_GO_PROGRAM #2026 Jaallatamoo obboloota ko, egaa utuu hin socho'in jabaadhaatii dhaabadhaa! Itti dadhabuun keessan gooftaa biratti akkasumaan akka hin ta'in beektanii, yeroo hundumaa hojii gooftaa caalchisaa hojjedhaa! 1 Qorontos 15:58 Nagaan Waaqayyoo Hundumaaf Keessaniif haa baayyatu, Waaqayyoo gooftaa keenyaa isa hundumaa nu dabarsee guyyaa galataaf nu geessiseef galatni haa ta'u! Jimaata fuula dura keenya jiru gaafa Waxabajjii 5, 2026 sagantaa #GC_WELL_GO_PROGRAM qophaa'ee waan jiruuf Miseensonni Tokkummaa keenyaa hundi argamuun waaqayyoon waliin haa waaqeffannu! Akkasumas hiriyoota keessan affeeruun argamaa! Bakka: W/G/G/M/W Sa'atii: 11:00 Kaasee DON'T MISS IT! We are focused, We Live for God, We reach all Nations! @focusfinfinnee
425
20
#AyyaanaWaaqayyoo Namni kamuu osoo danda'ameefi otoo dogoggoruu dhiisee, dadhabbii osoo hin qabu tahees ni barbaada. Garuu na
#AyyaanaWaaqayyoo Namni kamuu osoo danda'ameefi otoo dogoggoruu dhiisee, dadhabbii osoo hin qabu tahees ni barbaada. Garuu namni hundi dadhabbii ni qaba, dadhabinni keenya bakka Waaqayyo humna isaa itti mul’isu dha. Nutti yeroo hir’atu , inni immoo nu guuta. Biyyi lafaa humnaan, ogummaa fi qabeenyaan dadhabbii isaa dhoksuu yaala, garuu kun dadhabina keessaa waan guutuu tahu godhu Ayyaana isaati.Ayyaana Waaqayyoo qofatu lubbuu keenya jabeessuu fi jireenya keenya haaromsuu danda’a. “Ayyaanni koo si ga’a” jechuun, Waaqayyo yeroo hundumaa nu waliin akka jiru, yeroo dadhabnu illee akka nu hin dhiisne ibsa. Kanaaf har’a yoo ati dadhabina keessa jirta ta’e, humna kee irratti hin hirkatin. Ayyaana Isaa isa si jabeessu irratti hirkadhu. Dadhabina keessatti ayyaana isaa keessa haa jiraannu. ✨ Guyyaa gaarii ✨ Follow us on our : |TELEGRAM| |LIBRARY| |FACEBOOK| |YOUTUBE| |TIKTOK| |INSTAGRAM|
522