es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

FOCUS FINFINNEE

FOCUS FINFINNEE

Ir al canal en Telegram

Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot

Mostrar más
1 424
Suscriptores
-124 horas
-27 días
+2430 días

Cargando datos

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
nov '26
noviembre '26
+7
en 0 canales
octubre '26
+59
en 0 canales
Get PRO
septiembre '26
+64
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+47
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+46
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+14
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+19
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+26
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+31
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+23
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+7
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+27
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+35
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+41
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+33
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+41
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+103
en 1 canales
Get PRO
junio '25
+21
en 1 canales
Get PRO
mayo '25
+23
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+17
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+8
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+4
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+7
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+11
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+68
en 1 canales
Get PRO
octubre '24
+28
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+70
en 0 canales
Get PRO
agosto '24
+71
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+25
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+39
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+48
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+37
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+52
en 1 canales
Get PRO
febrero '24
+44
en 1 canales
Get PRO
enero '24
+80
en 1 canales
Get PRO
diciembre '23
+71
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+43
en 1 canales
Get PRO
octubre '23
+9
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+5
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+26
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+15
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+37
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+28
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+22
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+25
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+9
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+24
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+8
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+11
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+6
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+25
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+4
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+33
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+31
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+36
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+99
en 0 canales
Get PRO
marzo '220
en 0 canales
Get PRO
febrero '220
en 0 canales
Get PRO
enero '220
en 0 canales
Get PRO
diciembre '210
en 0 canales
Get PRO
noviembre '210
en 0 canales
Get PRO
octubre '210
en 0 canales
Get PRO
septiembre '210
en 0 canales
Get PRO
agosto '210
en 0 canales
Get PRO
julio '210
en 0 canales
Get PRO
junio '210
en 0 canales
Get PRO
mayo '210
en 0 canales
Get PRO
abril '210
en 0 canales
Get PRO
marzo '21
+2
en 0 canales
Get PRO
febrero '21
+1
en 0 canales
Get PRO
enero '21
+7
en 0 canales
Get PRO
diciembre '20
+340
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
08 noviembre+1
07 noviembre+1
06 noviembre+1
05 noviembre+1
04 noviembre+1
03 noviembre0
02 noviembre+1
01 noviembre+1
Publicaciones del Canal
“Kunoo, Waaqayyo gargaaraa koo ti, gooftichi irkisaa jireenya kootii ti.” Dilbata gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Liv
“Kunoo, Waaqayyo gargaaraa koo ti, gooftichi irkisaa jireenya kootii ti.” Dilbata gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

2
Kanneen "Theology Artios College" Galmooftanii fi barachuuf fedhii qabdan
185
3
Sin texto...
208
4
Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaariyaatti,
Isin garuu, hafuurri qulqulluun yommuu isin irra bu'u, humna in godhattu; Yerusaalemitti, Yihudaa hundumaatti, Samaariyaatti, hamma andaara lafaattis dhuga-baatuu koo in taatu" isaaniin jedhe. HoE. 1:8 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
212
5
gorsa kamuu kan barbaaddan immoo https://forms.gle/86PPgjTAiGCgHMZn7
224
6
Kan har'a feeloo irratti sin beeksisne karaa "counseling Team kan qophaa'eedha. Join akka gootan sin jajjabeessina! Eebbifamtaniittuu!
209
7
https://t.me/theChristianMind
200
8
“Abraam Waaqayyotti amane, inni immoo qajeelummaatti in lakkaa'eef.” S. Uumama 15:6 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focuse
“Abraam Waaqayyotti amane, inni immoo qajeelummaatti in lakkaa'eef.” S. Uumama 15:6 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
226
9
“Yaa Waaqayyo, lubbuun koo ol gara kee in yaaddi!” Far. 25:1 Araarrii, Nagaanii fi Ayyaanni Waaqayyo Abbaa biraa Gooftaa keen
“Yaa Waaqayyo, lubbuun koo ol gara kee in yaaddi!” Far. 25:1 Araarrii, Nagaanii fi Ayyaanni Waaqayyo Abbaa biraa Gooftaa keenya Yesus biraas hunduma keessan wajjin haa tahu! Akkamii torbeen keessan jaallatamoo maatii feeloo keenya!?🥰 Guyyaan nuyi Gooftaa keenya nu jaallate duratti obboloota akkaan jaallannuu waliin argamnee kadhannaa, faarfannaa, dubbiisaa barachuu fi kanneen biroon maqaasaa jajannuu kunoo geessee jirti. Maarree har'as sa'aatii 11:20 LT irraa kaasee hiriyoota keessan qabachuun sagantaa kana irratti akka argamtan sin yaadachiisuu jaallanna! Isinuu hin haftan malee hin hafamu!😊 ⏰Yeroon WAAQAYYOO WAQAYYOOF ⛪️ Waldaa G/G/ Mootummaa Waaqayyoo Naannoo Menen! ⌚️Sa'aatii 11:30 LT #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
203
10
“Ani waa'ee kee dur gurraan dhaga'eera, amma garuu ati anatti mul'atteetta.” Iyo. 42:5 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_foc
“Ani waa'ee kee dur gurraan dhaga'eera, amma garuu ati anatti mul'atteetta.” Iyo. 42:5 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
221
11
Godoon jireenya keenyaa, [kana jechuunis dhagni keenya,] lafa kana irraa yoo jige, ijaarsa harki namaa hin ijaarin, mana bara
Godoon jireenya keenyaa, [kana jechuunis dhagni keenya,] lafa kana irraa yoo jige, ijaarsa harki namaa hin ijaarin, mana bara baraan bantii waaqaa keessa jiraatu, Waaqayyo biraa akka qabnu in beekna. 2 Qor:5:1 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
268
12
“Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa
“Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.” Ibr. 4:15 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
311
13
“Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa
“Cubbuutu irraa dhabame malee, angafa lubootaa isa karaa hundumaan akka keenya qorame qabna; isa dadhabbiin keenya garaa isaa hin rukunne garuu hin qabnu.” Ibr. 4:15 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
1
14
“Seerri Waaqayyoo guutuu dha, lubbuu namatti in deebisa; wanti seerri Waaqayyoo dhugaa ba'u amanamaa dha, inni wallaalota iyy
“Seerri Waaqayyoo guutuu dha, lubbuu namatti in deebisa; wanti seerri Waaqayyoo dhugaa ba'u amanamaa dha, inni wallaalota iyyuu beektota in godha.” Fak:19:7 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
319
15
Akkasumaa illee bot kana fayyadamuun dhimma fi wanta irratti akka isinif kadhatamuu barbaaddan, dabalatanis mata-duree kadhata kam iyyuu nu erguun irratti akka isinif kadhatamu isin beeksifna. 👉🏻👉🏻 @Focus_Pbot Ayyaanni warra Yesus Kristosin jaalala hin badneen jallatan hundumaa Wajjin haa ta'u!
344
16
Kan barbaachisu waan tokkicha, Maariyaam qooda gaarii isa ishee duraa hin fudhatamne sana fo'atte” jedhe. Wangeela Luqaas 10:
Kan barbaachisu waan tokkicha, Maariyaam qooda gaarii isa ishee duraa hin fudhatamne sana fo'atte” jedhe. Wangeela Luqaas 10:42 Nagaan fi Araarri isinif haa bay'atuu jaallatamoo maatii Focus Finfinnee🥰 Waaqayyoo inni nu gargaare guyyaa fi yeroo kana nu kenne haa eebbifamu jechaa, fedha fi jaalala Gooftaa keenya yoo ta'e yeroon kadhata ganama kan feeloo keenya inni Wixata ganama bor ganama kan jiru ta'a. Theme "Gooftaa barbaaduu" jedhuun torbee 2 oliif yeroo eebbifama qabaacha akka turre,borus addatti Theme kana jalatti "Waan tokkicha,Wanna barbaachisu" mata-duree itti fufne kadhana. Obboloonni isinif danda'amu hundi akka argamtan jalaala Gooftaan isin hafeerra! ⛪️ Waldaa Guutuu Wangeela kiiloo-6(Kiiloo 5) ⌚️Sa'aatii 12:00 LT barii #GOOFTAA_BARBAADU! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
337
17
Kristos isin keessa erga jiraatee, dhagni keessan sababii cubbuutiif du'aa yoo ta'e iyyuu, sababii qajeelummaa argattaniif ha
Kristos isin keessa erga jiraatee, dhagni keessan sababii cubbuutiif du'aa yoo ta'e iyyuu, sababii qajeelummaa argattaniif hafuurichi jireenya isiniif ta'a. Roomaa 8:10 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
337
18
“Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, namni si amanatu gammachuu attamii qaba!” Far. 84:12 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused
“Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, namni si amanatu gammachuu attamii qaba!” Far. 84:12 Guyyaa gaarii qabaadhaa!🥰 #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
353
19
https://forms.gle/DDKNj6dxBMfJPDty9
347
20
Nagaan siniif haa baay'atu! Jaallatamoo obboloota!🥰 Sagantaa keenya Guyyaa har'a yeroon akka argamtan siniin jechaa har'a obboloota sababa garaagaraaf gartuutti qabamanii hin jirre, akkasumas feeloo dhufaa hin jirre Maqaa isaanii , mooraa fi muummee barnoota baratan akkasumas lakkoofsa bilbilaa isaanii waan barbaannuuf warreen beektan har'a waraqaan siin gidduu deemu waan jiruuf akka galmeessuun nu gargaartan jaalala Gooftaan sin gaafanna! Eebbifamtaniittuu!
423