ch
Feedback
FOCUS FINFINNEE

FOCUS FINFINNEE

前往频道在 Telegram

Welcome! This is FOCUS Finfinnee's Official Telegram Channel! Library: @focuslibrary Facebook: https://www.facebook.com/focusfinfinnee Youtube: https://www.youtube.com/@FOCUSFinfinnee-yp2jh Contact us: 0967464945 Ask Anything: @focusfinfinnee_bot

显示更多
1 353
订阅者
+124 小时
+87 天
+4430 天

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
九月 '26
九月 '26
+24
在0个频道中
八月 '26
+47
在0个频道中
Get PRO
七月 '26
+46
在0个频道中
Get PRO
六月 '26
+14
在0个频道中
Get PRO
五月 '26
+19
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+26
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+31
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+23
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+7
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+27
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+35
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+41
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+33
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+41
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+103
在1个频道中
Get PRO
六月 '25
+21
在1个频道中
Get PRO
五月 '25
+23
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+17
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+8
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+4
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+7
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+11
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+68
在1个频道中
Get PRO
十月 '24
+28
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+70
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+71
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+25
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+39
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+48
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+37
在0个频道中
Get PRO
三月 '24
+52
在1个频道中
Get PRO
二月 '24
+44
在1个频道中
Get PRO
一月 '24
+80
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+71
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+43
在1个频道中
Get PRO
十月 '23
+9
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+5
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+26
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+15
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+37
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+28
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+22
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+25
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+9
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+24
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+8
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+11
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+6
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+25
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+4
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+33
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+31
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+36
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+99
在0个频道中
Get PRO
三月 '220
在0个频道中
Get PRO
二月 '220
在0个频道中
Get PRO
一月 '220
在0个频道中
Get PRO
十二月 '210
在0个频道中
Get PRO
十一月 '210
在0个频道中
Get PRO
十月 '210
在0个频道中
Get PRO
九月 '210
在0个频道中
Get PRO
八月 '210
在0个频道中
Get PRO
七月 '210
在0个频道中
Get PRO
六月 '210
在0个频道中
Get PRO
五月 '210
在0个频道中
Get PRO
四月 '210
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+2
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+1
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+7
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+340
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
11 九月+1
10 九月0
09 九月+3
08 九月+3
07 九月+2
06 九月0
05 九月+2
04 九月+7
03 九月0
02 九月+5
01 九月+1
频道帖子
“Ani muka waynichaa ti, isin immoo damoota isaa ti; inni anatti qabatee jiraatu, anis isatti jiraadhu, isa ija baay'ee kan go
“Ani muka waynichaa ti, isin immoo damoota isaa ti; inni anatti qabatee jiraatu, anis isatti jiraadhu, isa ija baay'ee kan godhatu; anattii gargar baatanii waan tokko illee gochuu hin dandessan.” Yoh. 15:5 Barri kun bara itti Muka wayinichatti qabannee ija baay'ee godhannu nuuf haa tahu! 🌻Baga geessan🌻! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|

2
“Yoo jiraanne, akeeka gooftichaatiin jiraanna, yoo duunes akeeka gooftichaatiin duuna; egaa jiraannus duunus nuyi kan gooftic
“Yoo jiraanne, akeeka gooftichaatiin jiraanna, yoo duunes akeeka gooftichaatiin duuna; egaa jiraannus duunus nuyi kan gooftichaa ti.” Rom. 14:8 #Gaaffii Guyyaa 365ffaa! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
155
3
#Gaaffii Umrii keenya dhugaa Waaqayyo in beeka, garuu har'a waggaa tokko, guyyaa 365 ffaa akka fixnu hundi keenya wal beekna! Kan isa jiraannees gaafatamuun keenya hin hafu! Osoo har'a kana #Gooftaan dhufee yookiin nuyi gara Gooftaa deemne #Gaaffii #Maal hojjettee? #Maaf hojjettee? jedhu nu gaafatee maal deebisnaa? Isa duratti fakkeessuun, sobuun akka hin danda'amne hunduu beekna, mee gaaffii kana ofii keessaniif deebisaa isinuu! Umrii jiraannee dhiisne kanuma waggaa kana guyyaa 365 osoo ilaallee #maal hojjettee? yoo jedhamnu maal itti himnaa? Tokkoon tokkoon keenyaa Gooftaan waan lama nuun jechuu danda'a: 1.Baheessa gootee hojjetaa gaariidhaa fi amanamaa nanaa![Mat:25:23] 2.Ati hojjetaa hamaadhaa fi dhibaa'aa nanaa!... [Mat:25:26] Guyyoonni keenya 365 kun Gooftaadhaan ilaalamanii hojii keenya osoo nutti himee, isa kam jalatti ramadamna sinitti fakkaataa? Phaawulos Roomaa :14: 8 irratti yoo jiraannee akeeka Gooftichaatiin jiraanna, yoo duunees akeeka Gooftichaatiin duuna jedha, inni jiraachuunsaas du'uun isaas akeeka Gooftichaatiinidha, kanaaf inni Baheessa gootee hojjetaa gaariidhaa fi amanamaa nanaa! akka jedhamuu homaa shakkii hin qabnu. Kan keenya hoo akeeka eenyuuf jiraachaa jirraa? Guyyoonni keenyi, qabeenyi keenyi, waanuma nuyi of harka qabnu akeeka eenyuuf jiraatu? #gaaffiidha! Bor immoo akka biyya kanaatti bara haaraa guyyoota [360 +5/6] qabu kabajnee simachuuf jenna, akeeka eenyuu ittiin raawwachuuf deemna? Hojii nuyi bara dhuftu hojjechuuf karoorfannee akeeka eenyu raawwataa? Gooftaan hojii keenya ilaalee isa lakkoofsa #1 irraa moo #2 irraa waan nuun jedhu sinitti fakkaata! [2Mot:20:1-21] Mootiin Hisqiyaas jedhamuu dhukkubsatee du'uu geenyaan Waaqayyo karaa Isaayas ati in duuta malee hin fayyituu ittiin jedhe, innis boo'icha guddaa boo'ee kanaan dura siif hin amanamnee anii? Gaarii hin qabu si duraa? Jedhee waggaa #15 dabalsiifate, wagga dabalatee kanatti warra Baabilon[Baga fayyitee isa gaafachuu dhufan] # waan_qabu hunda daawwachiisee, inni ati akkas goote kun maalii jedhee Isaayaas isa gaafate, innis waanan qabu hunda tokko osoo hin hambisiinan itti agarsiisee jedheen, Waaqayyos karaa Isaayaas waan ilaalchiste kana jarrii booji'uuf jiru gaafa ittiin jedhu 'hamma ani jirutti nagaa fi gabiin jira mitiiree? ' jedhee gaafa inni gaafatu argina. Jiraatee qabeenya abboota isaa fi kansaa akkasumas dhaloota isatti aanee dhufu #garbumaatti boojisisee. Nuyi hoo umrii fulduratti nuuf kennamutti maal hojjennee darbuuf jirraa? #gaaffiidha! Gooftaan duunees jiraannes akeeka isaaf akka jiraannu nu haa gargaaru! Yoo Inni dhufe yookiin nuti dhaqne " Yaa hojjetaa gaariidhaa fi amanamaa nana baheessa gootee!" nun haa jedhu! 365^th day! Sin jaallanna!
129
4
“Ani Waaqayyo gooftaa kee isa harka kee mirgaa qabee "Hin sodaatin! Ani sin gargaara'o" siin jedhuu dha.” Isaay:41:13 Eebbifa
“Ani Waaqayyo gooftaa kee isa harka kee mirgaa qabee "Hin sodaatin! Ani sin gargaara'o" siin jedhuu dha.” Isaay:41:13 Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
164
5
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos ka
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos kana gochuu keessan in fedha. 1 Tas:5:17-18 #Gonfoo_warra_moohanii! Waaqayyo waamicha guddaa tokko nama hundumaaf taasise, Waaqayyo inni hubannaa sammuu keenyaa irraa baay'ee gararraa tahe kun, silaa kan dhalli namaa osoo danda'a tahe iyyee isa waamuu fi isa barbaaduu qabu, faalla isaa Waaqayyo inni jiru, jiraatu kun waamicha dhala namaaf taasise! Waamichi kunis karaa ilmasaa #Kiristos taasifame! Nu waamicha kanaan #diina isaa tahuu irra gara #ilmummaatti guddifamuutti nu dabarse! #Ilmi qabeenya abbaa isaa dhaalaa, #Gonfoo Abbaa isaa Isa #mootii tahees ni argata! Maal gochuu qabnaree? #Gonficha biraa gahuuf kaachuu[fiiguu] qabna. Guddannee, fiignee Kristos bira gahuun nuuf haa tahu! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
198
6
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos ka
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos kana gochuu keessan in fedha. 1 Tas:5:17-18 #Yeroo_kadhataa! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
234
7
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos ka
Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa! Waaqayyo karaa Yesus Kristos kana gochuu keessan in fedha. 1 Tas:5:17-18 #Yeroo_kadhataa! Eebbifamtaniittuu! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
51
8
#Yeroo_Kadhataa! Kadhannii yeroo qabaa? Kadhanni dhimma keenya kamiiyyuu kan nuyi hafuuraan geggeeffamne Gooftaa keenya wajjin dudubbannee itti himannudha. Yeroo nuyi Waaqayyoo keenya duuka haasofnudhas, isas dhaggeeffachuu of keessatti kan qabatedha. Kadhanni akka duula wayii yeroo tahe kadhatamee yeroo tahe kan dhiifamu, yookiin yeroo murtaa'ee ho'ee yeroo murtaa'ee kan laafuu miti. Yeroo hunda Kan addaan hin cinnedha.Nyaata fooniif barbaachisu namni guyyaa tokko ho'isee soorate guyyaa tokko agabuu hin oolu, yookiin yeroo murtaa'ee hanga quufutti nyaatee yeroo murtaa'ee immoo nyaata irraa of hin dhorku. Akkasuma jireenya keenya hafuuraa keessatti soorata nuyi yeroo murtoofteef soorannee yeroo murtoofteef immoo hin dhiisne inni ijoon kadhatadha.Gooftaanis Luq:18:1 irratti "Yeroo hundumaa kadhachuun akka isaaniif tahu, kadhachuu akka hin dadhabne..." fakkeenyaan isaan barsiise. #Yeroon_kadhataa yoomiree? Yeroo hundumaati! Yeroo hundumaa kadhachuun nuuf haa tahu! Eebbifamtaniittuu!
210
9
“Amma garuu Kristosiif jedhee, wanta bu'aa anaaf qaba ture hundumaa akka waan gatameetti lakkaa'eera.” Filp. 3:7 Dilbata Eebb
“Amma garuu Kristosiif jedhee, wanta bu'aa anaaf qaba ture hundumaa akka waan gatameetti lakkaa'eera.” Filp. 3:7 Dilbata Eebbifamaa qabaadhaa! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
246
10
“Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!” Efe. 5:16 Guyyaa gaari
“Guyyoonni kun guyyoota gadhee waan ta'aniif, yeroo isiniif kenname utuu hin dabarsin itti hojjedhaa!” Efe. 5:16 Guyyaa gaarii qabaadhaa! #We_are_focused #We_Live_for_God #We_reach_all_Nations Follow us on our : |TELEGRAM|   |LIBRARY | |FACEBOOK|  |YOUTUBE| |TIKTOK|         |INSTAGRAM|
242
11
cuunfaa barumsaa walitti fufaa solaawwan 5'nan Kan nuuf dhiyeesse obboeessa keenya Haayiluu Gammachuu Barataa 'management' waggaa 4ffaa mooraa FB irraa Waaqayyoo baraaf jireenya kee haa eebbisuu
254
12
walaloo dhaan obboeessa keenya waloo Gamsiis Yaaddessa Barataa 'civil and environmental engineering' moora 5kiilo irraa Waaqayyoo baraaf jireenya isaa haa eebbisuu.
238
13
Barsiisa dubbii sagalee waaqayyoon: Obboleessa keenya Amoo Main leader keenya duraanii Waaqayyo baraaf jireenya isaa haa eebbisu!
240
14
Waaqeffachiisu dhaan Obbooloota worship team FOCUS Finfinnee Waaqayyoo baraaf jireenya keessa haa eebbisuu
224
15
Kadhataan nu dursaa kan ture: Obboleessa keenya: Boonsaa Barataa 'Public administration" Waggaa 3ffaa, Mooraa Kiiloo 4 irraa! Waaqayyo baraaf jireenya isaa haa eebbisu!
202
16
#Deebii I. Filannoo 1.C 2.B 3.B II. Deebii sirrii barreessi 4.Sola Fide 5. 2Xim;3:15, Rom;1:16... 6.Soli Deo Gloria II. Dhugaa ykn Soba 7.Soba
219
17
#Moattoota! Warri yaaltan hunda keessan Gooftaan guddaa sin haa eebbisu! Baay'een keessan yaaltaniittu!👏👏👏 Guyyaa har'aa b
#Moattoota! Warri yaaltan hunda keessan Gooftaan guddaa sin haa eebbisu! Baay'een keessan yaaltaniittu!👏👏👏 Guyyaa har'aa badhaafamtoota keenya kan tahan 1ffaa @Ebbaaaaa [Kaardii Abbaa 100]🥇 2ffaa @Geremu111 [Kaardii Abbaa 50]🥈 3ffaa @Bystds [Kaardii Abbaa 25] 🥉 Sa'aatii 4:44 irratti dursee erguun[Namni biraa qabxii hanga kana argate jira, kan dursee ergetu badhaafama!] Gooftaan hunduma keessan haa eebbisu!
218
18
Yeroon Xumuramee jira[Kan gaaffii itti deebistan] Eebbifamtaniittu!
187
19
Only 2 minutes left!
205
20
I. Gaaffilee Filannoo 1.Soolaan, Soolawwaan jiraniif bu'uura ta'e, akkasuma Fayyina keenyaafis Akka #Bottomrock itti kan ilaalamu ykn hundee kan ta'e Soolaa isa kamidha? A. Sola Gratia B. Sola Fide C. Solus Christus D. Soli Deo Gloria 2.Namni Seera eegudhaan, hojii gaarii isaatiinii fi Qajeelummaa isaatiin osoo hin taane, Ayyaana Waaqayyoo qofaan fayya Soolaan jedhu isa kamidha? A. Sola Fide B. Sola Gratia C. Sola Scriptura D. Solus Christus 3.Soolaan Namni hojii isa Waaqayyoo Abbaan karaa Ilma Isaa Fannoo irratti hojjete sana garaa guutuu amanuudhaan fayya jedhu kamidha? A. Sola Gratia B. Sola Fide C. Sola Scriptura D. Solus Christus II.Deebii sirrii barreessi 4.Barsiisa Gooftaa keenya Yesus Kristoos barsiisaa ture faana walitti hidhata qaba jedhamee yaadamuu Soolaa kamiidha? 5. Sola Scriptura, Scripture Alone ykn Caaffata Qulqullaa'aa qofa kan jennuu, Fayyinni Caaffata Qulqullaa'aa keessa jiraachuu isaa Kutaa Macaafaa deeggaru barreessi 6.Soolaan waanuma hojjetamu hundumaa akka ulfina Waaqayyoof tahutti Akka hojjetamu kan haleelee addeessu Soolaa kamiidha? III.Dhugaa ykn Soba 7.Sola Gratia, Grace Alone ykn Ayyaana Qofaan kan jedhuu, namni guutumaa guututti Ayyaana Waaqayyoo qofaan fayya; garuu erga fayyee tasumaa hojii gaarii hojjechuun isa hin barbaachisu yaada jedhudha.
235