es
Feedback
Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

Ir al canal en Telegram

@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩+251924092026 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Ortodoksii Waloomaa

El canal Ortodoksii Waloomaa (@orto02) en el segmento lingüístico de Amárico es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 18 609 suscriptores, ocupando la posición 4 250 en la categoría Religión y espiritualidad y el puesto 1 867 en la región Etiopía.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 18 609 suscriptores.

Según los últimos datos del 19 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 344, y en las últimas 24 horas de 0, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 1.58%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 1.09% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 293 visualizaciones. En el primer día suele acumular 203 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 6.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
@Rabbuunii7 ✍️Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉Afaan oromoo 🔥for English 🔥Amharic,Giiz 🍏📩+251924092026 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 20 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Religión y espiritualidad.

18 609
Suscriptores
Sin datos24 horas
+757 días
+34430 días
Archivo de publicaciones
Ayyaana Masqalaa Ilaalchisee Kan Armaan Gadii Qophii Ayyaana Masqalaati 👉Egaa Filannoon Keessani👇 👉Walaloo Ayyaana Masqalaa 👉pdf fi barreeffama Teelegraamii keessaan. 👉Barumsa Masqalaa (Ayyaana Fannoo) 👉Faaruwwan Masqalaa (Ayyaana Fannoo) 🌍Hunsa Bakka Tokkotti👇

Mootumma ke keessatti na                                   yaadadhu!!! Umuriiko daa'imummaa Isa an addan baase hinbeekne wanta gaarii fi hama Jaalala abbummaken lapheeko weraarte Olmaa ke akkan labsuf ofitti na yaamte ..........         .......... Sansalata jaalala ofitti na hiite Lapheeko bututa afuuraa ken jabessite Iji miilaa kooti si'idha agartunsa Abbaako Isa dhugaa an sinan lelliisa ......    ......    .... Gaafan deeme seerake tuffadhe Gorsakes dhiise kan diina fudhadhe Na dhiiste hinbeektu ormatti na laatte Beenya badiiko kaffalte Kee na godhatte ........  ......   ......  ....   Kennaa ke natti hinquusanne Dachan na badhaaste Eebbaa na marsite dhiigan na urgesite Fuuncaan hidha kotti situ narra baane Kanaaf jecha fi jechi nama sirraa adda (na basne)na foone .......   .......   .......    Wabiinko si'idha tikseenko amanama Inni narra hinduune abbaan jaallatama Hubanna fi ogummas adaara naf kenni Akkan hingufannef Addunyaa soban ......    ......   ......    Si'a galatu yaa abbaa Goofticha gooftoota Icciitike beektoota dhoksite waan latef wallaloota Warri sinhubanne har'aas bada jiru dhekkamsa kettin Gooftako fuula dhiifamake nurra fageesin ......  .....   .....   .....               Eega Wanti argame badu akka fiixinsa bari Waadaa tolootakef hamaa na barari Wareegamummaa dhugaaf na geesisi Akka Iyyeluuxa yaadako qajeelchi seera ken jabesi Akka phexiroos bartuu ke imiimmaan Koo simaadhu Mootumma ke keessatti Gooofta na yaadadhu.... Kutaa 2ffaasa .... Galaanni haa tahu tokko kan tahan Abbaa,ilmaa,Afuuraa qulqulluuf Qulqulleetti dubroo maariyaamif Ulfaata fannoosaf garas,borif bara hanga baratti Ameen D/n Abdiisaan Jabaan waaqa!!! ⚠️ Walaloo fannoo kan ayyaana masqala warrii barbaadan comment ✍️ barreessa osoo guyyaa ayyaana inga'iin yoo ni barbaadu ta'ee 👈 Share like.......

Ijoolleen Ortodoksii Hundi Chaanaalii Kanaa Gadii Join Gochuun Tajaajila Barbaaddan Hunda Argadhaa. Wanta Dhabdan Nu Gaafadhaa👇 Walaloo:- PDF dhaan, Barreeffama Chaanaalii Keessaan, Ajajaaan. Diraamaa:- " " Barumsa:- Sagaleedhaan, Barreeffamaan, Pdf dhaan...... Fi kkf hundumaa as keessatti argattu. Kuni Gowwomsaa miti ilaaluun amanaa 👇 Hunduma isaa bakka tokkotti

Araarsummaa Fi Ayyaanni Haadha Keenyaa Isinirras Nurras Haa Bulu Jechaa Kan Kanaa Gaditti Argamu Miidiyaawwan Tajaajila Afuuraa Sirnaaf Seera Isaa Eeganii Dabarsanidha. Ammuma Join Gochuun Seenaa Baradhaa. Baraiisota Keenya Halkanii Fi Guyyaa Itti Dadhabanii Barreessaniifis Jajjabina Ta'aa. Hunadhaa👉 Barachuu Baattanis Join Gochuun Isin Hin Miidhu Ammuma Link Kanaa Gadii Tuqaa 👇 Tajaajila Afuuraa Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa Hunda

Phaaphaas Abbaa Aaragaawwii jedhamu Vedio dubartii tokko waliin wal_qunnamtii saala hojjeetan kan safuu,aadaa hawaasa fi sirn
+3
Phaaphaas Abbaa Aaragaawwii jedhamu Vedio dubartii tokko waliin wal_qunnamtii saala hojjeetan kan safuu,aadaa hawaasa fi sirna mana kiristaana diiguu osoo rawwatamu social media irraa tamsa'aa jira. ⚠️ Hubannoof ✓Phaaphaas dogoggooree jechuun mana kiristaana miti👈 kanaafuu kan itti gaafatamu phaaphaas kana Manni kiristaana tarkanfii seera fi sirna ittiin bulmaata ishee ni fudhaati. Nàmóôtni maqaa mana kiristaana balleessuu barbaadan of_eeggadha. ⚠️Manni kiristaana yoomu Qulqulleetti dha. Odeeffannoo dabalataf link oliin nu dubbisa

Faaruwwan, Barumsa Ayyaanaa, Walaloo, Diraamaa, Lallaba Guyyaa Ayyaanaa Hundi Qophaa'ee Isiniif Dhufeera Maarree Koottaa Baradhaan Ammoo Waamicha Keenyadha. Hunda Isaa Argachuuf👉 see more

⚠️ Beeksisa ✓Maxxaansa torbee kana dubbisa duubatti deebi'uun Gaaffiilee kanaaf deebii argaattu 1.Gadaamni Dabra libaanos bara meeqa hundeeffame? Eenyuun hundeeffame? Manni kiristaana amma jiruu yoom ijaarame? Eenyutu ijaare? 2.Hariiroo Gadaama Dabra libaanos fi Abbaa Takla hayimanoot jidduu jiruu maalii? Abbaan libaanos eenyuu? Gadaamni Kun maalin beekamadha? Rakkoowwan Gadaama mudacha ture maal fa'ii? 2.Gadaama Dabra Asaboo seenaa isa maali? 3.Gadaamni Abbaa Habta maariyaam bara meeqa hundeeffame? Eenyuun hundeeffame? Hariiroo Abbaa Takla hayimanoot fi Abbaa Habta maariyaam jidduu jiruu maalii? Eessaati argama awwaalchi isan? 3.Manneen kiristaana biyyaa keenya gurguddoon eenyuu fa'ii? Baay'ina nama meeqa qabatu? Eessaati argamu!? Eenyuun ijaaraman? 4.Alaaba mana kiristaana maalii? Manni kiristaana alaaba qabdi? ☝️☝️☝️Gaaffiilee biroo argachuu dubbisa. ⚠️ Hubachiisa guyyaa 3 maxxaansa kamiyyuu injiruu 💔 maaliif akka dubbistanif. Warrii sammuu nagaa barnoota barbaacha deemtan dubbisa👏 Warrii figicha bartan online irraa figuu malee barnoota afuura barbaadne seexanni laphee keessan duuche immoo darba!! ✓Baruuf barsiisuun ni danda'aama? @Galmako27 Nu dubbisa

Eebbii isaani sinirraa haa bulu malee shiftan 5 kiloo jiru immoo isa kanas,isa soddoom gomoora sanas walumaatti walaawalaa jira.Walaawaltuu dhiiraa😁 Abuna Baaltazar qofa miti hedduunsaanii jireenyuma walfakkaatu qabu. Maallaqni ittii taphatee ji’aan mindaa 200k ol argatu, wuskii cirriikfatu, attamitti fedhiin foonii hin rakkisu jettanii yaaddu😩. Gariin mucaa dhalchanii kaadaniiru, walumaa galatti qeesiinis nama fooniiti; in cubbama jechuumaafi. Qorumsa akkasiitti akka hin galleef dhiirri akka fuudhu gorsa phaawuloos, ergaasaa Xiimotewoosiif ergeen ammoo Namni phaaphaasii tahuu qabu inumaayyuu nama fuudhee maatii bulfachuu bare tahuu qaba jedha wangeelli. Egaa unimmoo Phaawuloosiin caalle fakkaata Barsiisi phaaphaasiin hin fuudhin kajeellaa fooniitti haa jiraatu jedhu jaarraa 6ffaa booda dhufe. Kitaabni Didisqiiliyaa fi Fitaa Nagastiin wangeelarra caaluu hin qaban ture. Ilaaltuun (phaaphaasiin) hojii waldaa kristiyaanaa, waan ittiin jedhan kan hin qabne, nama haadha manaa tokkittii, nama dhugaatiitti of hin ganne, nama of qabu, nama ulfinaa, nama keessummoota jaallatu, nama warra kaan barsiisuu danda'us ta'uun isa irra jira* 1Xim 3:2 Eebbii isaani siniirraa haa bulu

yaa bara keenya kana.... phaaphaas 👈
yaa bara keenya kana.... phaaphaas 👈

⚠️ Beeksisa ✓Maxxaansa torbee kana dubbisa duubatti deebi'uun Gaaffiilee kanaaf deebii argaattu 1.Gadaamni Dabra libaanos bara meeqa hundeeffame? Eenyuun hundeeffame? Manni kiristaana amma jiruu yoom ijaarame? Eenyutu ijaare? 2.Hariiroo Gadaama Dabra libaanos fi Abbaa Takla hayimanoot jidduu jiruu maalii? Abbaan libaanos eenyuu? Gadaamni Kun maalin beekamadha? Rakkoowwan Gadaama mudacha ture maal fa'ii? 2.Gadaama Dabra Asaboo seenaa isa maali? 3.Gadaamni Abbaa Habta maariyaam bara meeqa hundeeffame? Eenyuun hundeeffame? Hariiroo Abbaa Takla hayimanoot fi Abbaa Habta maariyaam jidduu jiruu maalii? Eessaati argama awwaalchi isan? 3.Manneen kiristaana biyyaa keenya gurguddoon eenyuu fa'ii? Baay'ina nama meeqa qabatu? Eessaati argamu!? Eenyuun ijaaraman? 4.Alaaba mana kiristaana maalii? Manni kiristaana alaaba qabdi? ☝️☝️☝️Gaaffiilee biroo argachuu dubbisa. ⚠️ Hubachiisa guyyaa 3 maxxaansa kamiyyuu injiruu 💔 maaliif akka dubbistanif. Warrii sammuu nagaa barnoota barbaacha deemtan dubbisa👏 Warrii figicha bartan online irraa figuu malee barnoota afuura barbaadne seexanni laphee keessan duuche immoo darba!! ✓Baruuf barsiisuun ni danda'aama? @Galmako27 Nu dubbisa

Baay'ina Ummataa (Capacity): Keessoo manen kiristaanaa keessatti simannaan baay'ee olaanaan Bolee Medhaane'aalem (5,000+) yoo ta'u, garuu ayyaana irratti dirreen uummataa fi naannoon isaa uummata kuma dhibba tokko ol simata. Bal'ina Lafa Irratti Argamun: Kaateediraalii Bolee Medhaane'aalem lafa jiddu-galeessa magaalaa hektaara 5 ta'u irra qubachuun isaa isaa jalqabaa taasisa.

3. Bataskaana Qulqulluu Maariyaam Tsiyoon (Aksum): Iddoo seena-qabeessa Taaboonni Kakuu Moofaa (Ark of the Covenant) itti argamu jedhamu dha. Keessattuu ayyaana Tsiyoon Maariyaam irratti hordoftoota miliyoonaan lakkaa'aman simata. 4. Kaateediraalii Gofa Gabriel (Finfinnee): Finfinnee keessatti guyyaa kabaja ayyaana isaatti uummata baay'ee guddaa ta'e qabachuun beekama. 5. Kaateediraalii Qulqulluu Yooseef (Kanko - Finfinnee): Kaateediraalii baay'ee bal'aa ta'e fi uummata naannoo sanaa hedduu kan hammatu dha. 6. Bataskaana Qulqulluu Mikaa'eel (Mekaaniisa - Finfinnee): Naannoo uummatni bal'aan hordofaa amantichaa itti baay'atu keessatti argama. 7. Bataskaanota Lalibelaa (Fakkeenyaaf: Bet Medhane Alem - Wallo): Manneen kiristaanaa dhagaa qofaa irraa soofaman kunniin seenaan qofa odoo hin taane, ayyaana Qillee (Ganna) irratti tajaajiltoota fi daawwattoota kumaatamaan lakkaa'aman simatu. 8. Gadaamii Debre Libaanos (Shawaa Kaabaa): Gadaamii seenaa dheeraa qabuu fi amantoota dhimma adda addaaf, akkasumas cuuphaaf gara sanatti godaanan hedduu qaba. 9. Kaateediraalii Qulqulluu Teklehaayimaanot (Finfinnee): Keessattuu uummata magaalichaa keessatti iddoo jiddu-galeessaa fi handhuura amantootaa ti. 10. Bataskaana Georgooriyos (Abado / Finfinnee Bahaa): Naannoo babal'achaa jiru keessatti kaateediraalii haaraa fi guddaa uummata kuma hedduu simachaa jiru dha. (Hubachiisa: Sadarkaan kun bal'ina lafa ijaarsaa, baay'ina namoota tajaajila sanbataa irratti argamanii fi tajaajila ayyaanota gurguddoo irratti simatan bu'uura godhatee kan dhiyaate dha.) Manneen kiristaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa keessatti gurguddaa jedhaman dizaayinii isaanii (baay'ina guluulaa/dome), baay'ina namoota simatanii fi bal'ina lafa qabataniin adda baafamanii armaan gadiitti dhiyaataniiru. Ulaagaa kanaan, Kaateediraaliin Bolee Medhaane'aalem ammas dizaayinii ammayyaa, baay'ina guluulaa, simannaa uummataa fi bal'ina lafaatiin biyyattii keessaa #1 dha. Gabatee Manneen Kiristaanaa Gurguddoo (Guluula, Ummata fi Lafa) Maqaa Mana Kiristaanaa Baay'ina Guluulaa (Domes/Towers) Simannaa Keessoo (Nama) Bal'ina Lafa Ijaarsaa/Naannoo Amala Addaa (Ijaarsa) 1. Bolee Medhaane'aalem (Finfinnee) Guluula (Domes) bifa magariisaa 3 fi sarara dhaabbataa dheeraa Nama 5,000 ol keessatti; dirree wajjin kuma dhibba hedduu Naannoo bal'aa Hektaara 5 irratti argama. Dizaayinii "Basilica-style" bal'aa qaba. Afrikaa keessattis isaan gurguddoo keessaa tokko. 2. Qulqulluu Sillaasee (Finfinnee) Guluula gurguddoo fi dizaayinii dhowwaa koraanoo Nama 2,000–3,000 keessatti simata Naannoo jiddu-galeessaa fi teessoo paatriyaarkii bal'aa. Ijaarsa dhagaa kafeeraa, fakkiiwwan babbaddoo fi bifa "Gothic/Baroque" calaqqisiisu. 3. Aksum Tsiyoon (Haaraa) (Aksum) Guluula guddaa jiddu-galeessaa tokko Nama 3,000 ol Iddoo seenaa fi lafa bal'aa kuusaa seenaa qabu. Mootii Haayile Sillaaseen kan ijaarame, bifa dizaayinii jiddu-galeessa Toorkii fi ammayyaa fakkaatu qaba. 4. Gofa Gabriel (Finfinnee) Guluula gurguddoo fi mijaawaa Nama 3,000 keessatti Dirree bal'aa fi daandii uummataa guddaa hammatu. Guyyaa kabajaa ayyaana isaatti uummata baay'ee dafanii liqimsuun beekama. 5. Qulqulluu Yooseef (Kanko - Finfinnee) Guluula ammayyaa babal'aa Nama 2,500 ol Ijaarsa gamoo haaraa naannoo bal'aa qabatu. Kaateediraalii ammayyaa ijaarsa bifa ammayyaatiin uummata bal'aa simatu dha. 6. Bet Medhane Alem (Lalibela) Guluula hin qabu (Dizaayinii gubbaa sirree/flat) Nama 1,000 ol (keessoo dhiphoo) Dheerina futii 109, bal'ina futii 77 Manneen kiristaanaa dhagaa guutuu qofaa irraa soofaman (monolithic) keessaa addunyaa irratti isa guddaa dha. Qabxiilee Ijoo Gurguddoo: Baay'ina Guluulaa (Domes): Manneen kiristaanaa ammayyaa dizaayinii "Byzantine" ykn dhihaa hordofan (akka Bolee Medhaane'aalem) guluula mijeessaa gurguddoo 3 ykn isaa ol qabu. Manneen kiristaanaa seenaa gungummoo (rectangular) akka Lalibelaa garuu dizaayinii golee afurii fi gubbaa battee (flat) qabu.

1.Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Keessaa (Baay'ina Ummataatiin) Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa caasaa guddina diyaasikoota (koreewwan tajaajilaa fi kutaalee lallabaa) irratti hundaa'ee tajaajila. Diyaasikoonni armaan gadii baay'ina uummataa, seenaa fi tajaajiltoota dabalatee sadarkaa duraa irratti argamu: Kutaalee Lallabaa Addis Ababaa (Shaggar): Teessoo Paatriyaarkiiti. Baay'ina uummataa fi manneen kiristaanaa gurguddoo hunda caalu of keessaa qaba. Kutaalee Lallabaa Aksum fi Tigraay: Iddoo hundeeffama amantichaa ti. Bataskaana seena-qabeessa Aksuum Tsiyoon dabalatee hordoftoota baay'ee qaba. Kutaalee Lallabaa Gondar (Kaaba Gondar): Magaalaa bataskaana dhibba heddun beekamtu fi hordoftoota baay'ee qabdu dha. Kutaalee Lallabaa Gojjam (Dhiha fi Baahirdaar): Naannoo amantiin kun bal'inaan itti hordofamu fi uummata dhibbantaa guddaa qabu dha. Kutaalee Lallabaa Wallo (Kibbaa fi Kaaba Wallo): Iddoo iddoon qulqullaa'oon akka Lalibelaa jiran hordoftoota miliyonaan lakkaa'aman of keessaa qabu. Kutaalee Lallabaa Shawaa (Kaaba fi Baha Shawaa): Diyaasikoota seenaa dheeraa fi uummata bal'aa qaban dabalata. Kutaalee Lallabaa Shaggar (Oromiyaa Naannawa Addis Ababaa): Naannoo uummatni heddummaan itti argamu dha. Kutaalee Lallabaa Baalee fi Arsii: Naannoolee kuta lallabaa babal'achaa jiran dha. Kutaalee Lallabaa Kaafaa fi Beenshangul Gumuz: Hordoftoota fi manneen kiristaanaa tajaajila bal'aa kennan of keessaa qabu. 2. Bataskaana Gurguddoo Addunyaa (Gamoo, Baay'ina Ummataa fi Miidhaginaan) Mana kiristaanaa addunyaa irratti gurguddoo fi beekamoo ta'an, haala ijaarsaa (miidhagina) fi baay'ina uummataa simachuu danda'aniin wal-bira qabamanii gabatee kanaan gadiitiin dhiyaataniiru: Maqaa Mana Kiristaanaa Biyya Itti Argamu Ballina Gamoo (m²) / Baay'ina Ummataa Haala Ijaarsaa fi Miidhagina St. Peter's Basilica Vaatikaan (Roomaa) 15,160 m² / Nama 60,000 simata Ijaarsa deebisanii ijaarame (Renaissance) kan mikaa'el anjeloof fa'i zayinii godhan, guddina kanaan addunyaa irratti dha. Basilica of Our Lady of Aparecida Biraazil 12,000 m² / Nama 45,000 simata Gamoo dizaayinii ammayyaa (Neo-Romanesque) qabu fi Kaathedralii guddaa addunyaa ti. Milan Cathedral (Duomo) Itaalii 11,700 m² / Nama 40,000 simata Ijaarsa arkitektsharii "Gothic" calaqqisiisu, fakkiiwwan bifa babbaddoon miidhaganiin beekama. Seville Cathedral Ispeen 11,520 m² Manni kiristaanaa "Gothic" guddaa ta'e kun dizaayinii ijaarsa gubbaa (dome) seenaa qabuun badhaadhaa dha. Basilica of Our Lady of Peace Koote dIivuwaar 30,000 m² (Walitti qabaa) / Nama 18,000 simata Guinness World Records irratti ballina lafaatiin isaalerratti galmaa'e, miidhagina dhagaa marbilii fi dizaayinii Roomaatiin kan caalu dha. Hagia Sophia Toorkii 7,960 m² Arkitektsharii "Byzantine" seenaa guddichaan miidhagee ijaarame dha. Manni Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa galmee ragaa rabsama baay'ina uummataa (statistical ranking) kaateedraloota dhuunfaa lakkoofsaan ibsu sirnaan ifa godhu baatus, Kaateediraaliin Bolee Medhaane'aalem ballina ijaarsaa fi baay'ina uummata simatuun Itoophiyaa keessaa sadarkaa tokkoffaa irratti argama. Akka waliigalaatti, manneen kiristaanaa gurguddoo, seena-qabeeyyii fi baay'ina hordoftoota ykn tajaajiltoota dhibbootaan lakkaa'aman guyyaa sanbataa fi ayyaanota gurguddootti simachuun sadarkaa 1 hanga 10 keessatti eeraman maqaan isaanii armaan gadii dha: 1. Kaateediraalii Bolee Medhaane'aalem (Finfinnee): Ballina gamoo fi naannoo isaatiin Itoophiyaa fi Afriikaa keessatti isa guddaa dha. Keessaa fi alatti nama 5,000 ol simata. Ayyaana irratti immoo uummata dhibba heddun lakkaa'amutu itti argama. 2. Kaateediraalii Qulqulluu Sillaasee (Mambera Paatriyaarkii - Finfinnee): Teessoo abbootii fardaa fi dhimma bulchiinsa olaanaa ti. Iddoo uummatni heddumminaan itti tajaajilamu dha.

Abjuu Moototashee “”””"””””””””””””””””” Dhimmi kun tertii keessa dagatamaa jira. Alaabaan mana Amantaatti hin barbaachisu je
Abjuu Moototashee “”””"””””””””””””””””” Dhimmi kun tertii keessa dagatamaa jira. Alaabaan mana Amantaatti hin barbaachisu jennaan Abbaan Abrihaamii fi Abbaan Pheexroos loogoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo dha jedhanii waa itti dibanii tooftaadhaan akka baandiraan siyaasa bataskaa keessaa ture taasisanii bu’ani. Loogoon sin kan barbaachisu yoo ta’e background isaa adii gochuun ni danda’ama. Dhugaa Waaqa jiraataati alaabaa kana mana amantaarratti rarra’ee gaafan argu tasuma mana amantaa natti hin fakkaatu. Waan akkasii bataskaana keessaa qulqulleessuun manni amantaa ergaa fi ergama siyaasaa irraa bilisa akka ta’u gochuun barbaachisaa dha. Kanarratti qaamni hunduu dammaquun summii jarri dammaan maktee fidde nyaachuu dhiisee tufuu qaba. Jarri Abjuu Mootata ishee malee Abjuu mootummaa Waaqayyoo hin qabdu. Belay Olani

✍️ Channel kanan baruu fi barsiisuun ni danda'aama!!!!

Manni kiristaana kun biyyaa ala isinitti fakkaatin asuuma dachee oromiyaa keessatti argama Katederal Qulqulluu Mikaa'eel 👈je
Manni kiristaana kun biyyaa ala isinitti fakkaatin asuuma dachee oromiyaa keessatti argama Katederal Qulqulluu Mikaa'eel 👈jedhama Warrii mana amantaa kana beektan bakka argama isa comment ✍️ barreessa Warrii beekne immoo like,share godha🥰

Morma yohannis cuuphaa yeroo biyyoota araaba keessatti dhugaa ba'a ture
Morma yohannis cuuphaa yeroo biyyoota araaba keessatti dhugaa ba'a ture

Mootichi: "Ibsaa kana dhaamsaa, namicha kana ammoo galaana keessatti gataatti dukana keessa itti fufna!" jedhee ajaje. Loltoonnis ibsaa sana dhaamsanii namicha galaanatti gatan. Garuu galaanichi kelloo fi calaqqee ibsaa sanaatiin guutamee magaalaa guutuu ibsuu eegale! Mootichi soba isaa dhoksuu yeroo yaalu, calaqqichi sun iddoo hundumatti saaxile. Hayyichi magaalaa sanaas akkana jedheen: "Akkas beeki! Ibsaa foonii dhaamsuu dandeessa, urjii dhugaa kan Waaqayyo samii irraa qabsiise garuu dhaamsuu hin dandeessu!" Herodis Yohaannis ajjeeseera jedhee yaale; garuu dhiigni Yohaannis lallaba dhugaa ta'ee addunyaa guutuutti calaqqise. ➥Yohaannis Herodisatti "Siif hin taallu" yoo jedhu aangoo isaa hin sodaanne. Nuti har'a uummata gammachiisuuf jenne cubbuuf ragaa ni baana moo dhugaa ni dhaabbanna? Kakuu Soba fi Kajeellaa Foonii Offirraa Fageessuu: Herodis kakuu seeneen sodaatee dhiiga qulqulluu dhangalaase. Nuttumti hoo hardha akkam laata deebi isaa isinumaafan dhisa.

➤🌿🌻🌻 Baga geessan🌻🌻🌿 📜DHUGAAN SOBAAN HIN DANGEEFFAMTU📜 Maar 6:14-30 Lakkoofsa 14-16: Maqaan Gooftaa keenya Iyyesus Kiristoos bal'inaan dhagahamnaan, Mootichi Herodis "Yohaannis inni an mataa isaa kute sun du'aa ka'eera" jedhee nahe. Sodaan qalbii isaa weerare. Lakkoofsa 17-20: Herodis sababa haadha manaa obboleessa isaa Fiiliphos Herodiyaada fudhateef, Yohaannis "Haadha manaa obboleessa kee fudhachuun siif hin taallu" jechuudhaan isa komachaa ture. Kaniifis Herodis Yohaannis hidhe; garuu Yohaannis nama qulqulluu fi firdii qajeelaa ta'uu waan beekuuf ni sodaata, barnoota isaas gammachuudhaan dhaga'a ture. Lakkoofsa 21-25: Guyyaa dhaloota Herodis irratti, intalli Herodiyaada (Saaloomee) dhiichiste/sirbitee Herodis fi keessummoota gammachiiste. Mootichis kakuu seeneefii "Phaalaaska walakkaa mootummaa kootiis yoo ta'e waan na gaafatte hundumaa siifan kenna" jedheen. Isheenis haadha ishee gorsisiifte: "Mataa Yohaannis Matmiq sahanatti gootee naaf kenni" jettee gaafatte. Lakkoofsa 26-29: Mootichi gaddus, kakuu seenees keessummoota fuulduratti qaana'uu waan sodaateef, loltoota ergees mataa Yohaannis hidhaa keessatti kuchiise. Saaloomeefis kenne, isheenis haadha isheedhiif kenne. Bartoonni Yohaannisis dhufaniitii foona isaa fudhatanii awwaalan. Lakkoofsa 30: Ergamoonni deebi'anii waan hojjetan fi waan barsiisan hundumaa Gooftaatti repportii dhiyyeessan. ➥ HIIKAA DUBBII KANA 🖊Herodis fi Herodiyaada Soba fi Kajeellaa Foonii fakkeeffamu: Herodis fakkeenya namoota fedhii foonii fi aangoo addunyaatiin machaa'anii ti. Herodiyaadatis fakkeenya seytanaa kan nama dhiiga qulqulluu dhangalaasisuuf qoruu ti. 🖊Mataan Yohaannis Sahaniitti Kennamuu: Mataan Yohaannis sahanatti qabatamuun isaa Raajii ta'ee kan agarsiisu: Innis Gooftaan keenya Iyyesus Kiristoos gara fuulduraatti Foon fi Dhiiga isaa qulqulluu Sahani qulqulluu fi Waancaa irra gochuudhaan fayiina uummataaf akka kennuufi. 🖊 Dhiichisaa Saaloomee: Fakkeenya bashannana addunyaa kan jireenya Du'aa keessaatti nama kufsu fi gorsa haadha fayyaa-dhabeessa hordofuudhaan jireenya namaa balleessuuti. 🖊Mataan Yohaannis erga muramtee boodas gammachuu Herodiyaada jiddutti xiyyaara tatee balalitte: "Herodis! Haadha manaa obboleessa kee Fiiliphos fudhachuun siif hin taallu!" jechaa lallabuu itti fufte. Daggalawwan fi gaarren irra kaateti waggaa 15 lallabde. Kunis sagaleen dhugaa goraadeedhaan akka hin mure dhiira fi dubartii hundaaf ragaadha. 🖊Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee : "Yohaannis morma isaa citeenis Herodisitti lallabuu hin dhaabne! Simboon fi danda'amni dhugaa sibiilaa fi goraadeedhaan hin citu. Herodis mataa Yohaannis muruun du'a mataa isaatiif xumura ta'e malee, Yohaannis dhaabuu hin dandeenye." 🖊Qulqulluu Qeerloos kan Iskindiriyaa: "Yohaannis lallabaa dhugaa fi xumura raajotaati. Inni cubbuu sodaa malee saaxile; seera Waaqayyoo tiksuufis dhiiga isaa dhangalaase. Barsiisaan dhugaa addunyaa gammachiisuuf miti, Waaqayyo gammachiisuuf lallaba." 🖊Qulqulluun Oustinos: "Herodis galgala dhaloota isaa keessatti hidhaa cubbuutiin hidhame. Yohaannis garuu hidhaa foonii keessa jiratus bilisa ture. Bilisummaan dhugaa foon keessa miti, lubbuu keessa jirti maale. 🖊Malaakiyaas 3:1: "Kuno, an ergamaa koo fuula kee dura isa daandii siif qopheessu isa an ergu..." Yohaannis raajicha duratti raajamee kan dhufe ta'uu ragaa ba'a. 🖊Maat 11:11: Gooftaan keenya Yesuustu ragaa ba'eef: "Dubartoota irraa kan dhalatan keessaa kan Yohaannis Matmiq irra caalu hin kaane." 🖊Hojiif Duuka Bu'oota 13:24-25: Qulqulluu Phawuloos lallaba isaa keessatti: "Yohaannis otoo daandii isaa xumuraa jiruu, 'An isa kam jessanii yaaddu? An isa miti, inni kophee isaa fuudhuuf illee kan an hin malle natti aana' jedhe." Nun jedha kanaafu sirritti dubbii isatti xiyyeeffachun nu irraa barbaachisa. 🤫Bara durii magaalaa tokko keessatti namicha ibsaa guddaa harkatti qabatees dukkana keessa deemu tokkotu ture. Mootiin magaalaa sanaa garuu cubbuu fi malaammaltummaa dhoksaatti raawwachuu waan jaallatuuf, ibsaa namicha sanaa sodaate.

Qulqulluu Giyoorgiis Giyoorgiis goota Liidiya Goota addunya mo'ate Kan hin sodaanne guraade! Amantii dhugaaf jabaatee Goota farda adiitin Diina hundumaa kuffisee Eeboo isaa sana qabatee Jawwichas ajjeesse Mootonni irratti ka'anii, Garaa isaa dhiphisanis Gooftaa isaa hin ganne, Wareegamummaa simannaanis. Dhiiga isaa dhangalaasee Tawaahidoof ragaa ba'e Maqaan isaa qulqulluun, Nuufis gaachana ta'e. Yaa goota masihiichaa, Kadhannaa keetiin nu furi, Dhiphuu fi qorumsa lafaa, Waadaa ke nu baraari Gaddisa amanootaa, Nuuf taata goota ifaa Sitti kooluu galleraa, Nuuf fidi nagaa dhugaa Walaloo code 🔔@023 @23 @Giyor