en
Feedback

Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels 👉 If you want to see the tag, subscribe

Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

Open in Telegram

  ⌲ Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉 Orthodox information 🔔 Barnoota (education) ✅ Promotion nu dubbisa 🥰 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Ortodoksii Waloomaa

Channel Ortodoksii Waloomaa (@orto02) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 19 024 subscribers, ranking 4 221 in the Religion & Spirituality category and 1 885 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 19 024 subscribers.

According to the latest data from 21 October, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 393 over the last 30 days and by 11 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 1.39%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.94% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 264 views. Within the first day, a publication typically gains 178 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 4.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“  ⌲ Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉 Orthodox information 🔔 Barnoota (education) ✅ Promotion nu dubbisa 🥰 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 22 October, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Religion & Spirituality category.

19 024
Subscribers
+1124 hours
+567 days
+39330 days
Posts Archive
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Barattoonni Dilbataa gurmuu ijoollee, dargaggootaa fi ga’oota cuuphamanii Mana Kiristiyaanaa keessatti walitti qabamanii Kitaaba Qulqulluu, amantaa, yeedaloowwanii fi amala Kiristiyaanummaa baratanidha. Isaan dhaloota itti aanuuf Mana Kiristiyaanaa fi hawaasa tajaajiluuf qophaa’anidha (Kees. 6:6–7; 2 Xim. 3:14–15). 1. Barattoonni Dilbataa Maali? Dilbatni guyyaa du’aa ka’umsa Kiristoos (Sanbata Kiristiyaanaa) waan ta’eef, maqaan kun kan ba’e barattoonni guyyaa kanaa fi guyyoota biroo walitti qabamanii barumsa amantaa argataniifi. • Miseensonni isaa ijoollee, dargaggootaa fi ga’oota Mana Kiristiyaanaa dabirii/gandaa tokko keessa jiran of keessatti qabata. • Umurii fi sadarkaa isaaniitiin kutaa kutaatti qoodamanii kan baratan yoo ta’u, yeroo ammaa tajaajilaaf qophaa’uudhaan bakka bu’oota abbootii Mana Kiristiyaanaa ta’u. 2. Kaayyoon Isaanii Maali? Kaayyoo ijoo Barattoota Dilbataa keessaa muraasni: 1. Amantaa fi Barsiisa Sirrii Keessatti Guddisuu: Ijoollee fi dargaggoota amantaa keessatti guddisuu, akkasumas Dubbii Waaqayyoo barsiisuu fi hubachiisuu (Kees. 6:6–7; H.D.B. 17:11; Fak. 22:6). 2. Amantaa Eeguu: Barsiisa sobaa irraa of ittisuudhaan amantaa eeguu (Yih. 3; Efe. 4:14; 1 Pheex. 3:15). 3. Dhaloota Itti Aanu Qopheessuu: Dhaloota amala Kiristiyaanummaatiin guutamee tajaajiluuf qophaa’u uumuu (Faar. 78:4–7; 2 Xim. 2:2). 4. Badii Irraa Eeguu: Dargaggoota haala fi amala hamaa irraa eeguu (Lal. 12:1; Faar. 119:9). 5. Tajaajila Hirmaannaa Cimsuu: Tajaajilaa Mana Kiristiyaanaa fi hawaasaa uumuu; Kiristiyaanummaan hojiin akka ibsamu taasisuudhaan Qiddaasee irratti hirmaachuu, tsoomu, kadhachuu fi hiyyeeyyii gargaaruu (Yai. 1:22; Efe. 4:11–13; Yai. 1:27). 6. Tokkummaa fi Jaalala Cimsuu: Miseensota gidduutti tokkummaa fi jaalala gabbisuu (H.D.B. 2:42–47; Efe. 4:3). Gooftaan keenya ijoollee ofitti fiduun isaaniif ragaa kenneera (Maat. 19:13–14; 21:15–16). Kanaafuu, Barattoonni Dilbataa tajaajila hirmaannaa amantaa keessatti qabaniin dhugaa du’aa ka’umsa Kiristoosif ragaa ta’uudhaan ni tajaajilu (Mul. 1:10).

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Isin Ortodoksi dha❓