ar
Feedback

لا تقع ضحية للمخادعين! تيليمتريو يكتشف ويُميّز هذه القنوات 👉 إذا كنت تريد رؤية العلامة، اشترك

Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

  ⌲ Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉 Orthodox information 🔔 Barnoota (education) ✅ Promotion nu dubbisa 🥰 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Ortodoksii Waloomaa

تُعد قناة Ortodoksii Waloomaa (@orto02) في القطاع اللغوي Amharic لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 19 021 مشتركاً، محتلاً المرتبة 4 221 في فئة الدين والقيم الروحية والمرتبة 1 885 في منطقة Ethiopia.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 19 021 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 21 أكتوبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 393، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 11، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 1.39‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 0.94‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 264 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 178 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 4.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“  ⌲ Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉 Orthodox information 🔔 Barnoota (education) ✅ Promotion nu dubbisa 🥰 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 22 أكتوبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الدين والقيم الروحية.

19 021
المشتركون
+1124 ساعات
+567 أيام
+39330 أيام
أرشيف المشاركات
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

Isin Ortodoksi dha❓

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇

🤌Barsiifanni Mana Kiristaanaa Keenyas Akkasin Barsiisti "Namni Har'a Sobaan Sif Ragaa Bahuu Bor Si irratti Sobaan Ragaa Ba'a" Namni Har'a Sif jedhee Waaqa isaa Dhiisu Bor immoo Sababa Biratiin Nama Biratiif Jedhee Si Dhiisa kanaaf Sifis Hin Amanamu jechuudha Kan Waaqa isaaf hin Amanamne Haadha Mana isaaf Hin Amanamu Waan Ta'eef. Kanaafu #Obboloonni Koo Shamaraan Dubrummaa Hin Qabne Daaqonni Waliin Jaalala Hin Jalqabiina Aangoo Lubummaa isaas Hin Gachisisiina😔🙏

#Ani_Durbummaa_Hin_Qabu Hiriyyan Koo Immoo Daaqonidha Baayyeen Isa Jaaladha innis Akkasuma Haa Tahuu Malee Daaqoni 1 Shamara Durbummaa Hin Qabne Akka Hin Fuune Ni Beekna Kanaafis Dhiphaacha Turre Dhuma Irra Garuu Aangoo Daaqonuma Isaa Dhiise Qurbanaan Akka Wal Fuunu Murteesinee Kun Sirridha❓ 🤌Jalqaaba Namni Tokko Aangoo Daaqonuma fudhachuufis Erga Fudhatees Dubqeeruma Qabachuu Qaba Ykn Qeerroo Tahuu Qaba Sana Booda Aangoo isaa Itti Aanu Ykn Luba Tahuu dhaafis Shamara Dubrummaa Qabdu Fudhuun Dirqama isatti Yoo Akkas Hin Taane Aangoo Lubummaa isaa itti Aanu Dabalachuu Miti Kan inni Dura Qabu Aangoon Daaqonuma isaayyu Jala Bada Waan Taheef. 🤌Jalqaaba Daaqonin Daaqonni Ta'e Gaafa Muudamu Manni Kiristaanaa Aangoo Jabaa Itti Kennitetti Kan Qofa osoo Hin Taane Aangoo isaa Itti Aanu Lubummaa itti Darbe Luba Ta'e Akka Tajaajiluf Ergama Qaba Jechuudha. 🤌Kitaaba Sirna Galatoo Keenya irratti Lubni Daaqonichan Maal jedha-Yaa Waaqayyoo Daaqoni Kan Kabaja irratti Kabaja Dabalifi Aangoo irratti Aangoo Dabalifi Aangoo irra Ga'e Kanarra Geesisi jedhetu Sirna Galatoo irratti Kadhataa jechuudha Kanaaf Daaqonin Aango Lubummaatti Ce'uun irra jiraata jechudha. #Obbolonni Koo Warri Shamarani Daaqonni Jaalatanii Jirtan Ykn immoo Daaqonni Jaalataa Jirtan Yoo Durbummaa Hin Qabane Amummaa Dhiisa Yoo Akkas Hin Taane Jaalala Keessa Galchiitani Jaalala Keessa Galtanii Erga Jaalalaa keessa Seentani Aangoo Lubummaatti isaa Deema jiru Dhiisisun Cubbuu Guddaadha Aangoo Cima Fi Guddaa Tahee Kan Samii Ta'e Manni Kiristaanaaf Kennite Kana Akka Salphatti Dhisistaa Taanan,Gachisiista Taanan Ergama Mana Kiristaanaa Gufachiistetaa😔 🤌Eeyye Sirridha Aangoo Daaqonuma isaa Dhiise Qurbanaan Fudhuu Ni Danda'aa Ni Danda'a Gaafa Jedhamu Garuu Danda'uu Isaa Kam Akka Tahee Adda Baafachun Barbaachiisa dha. 🤌Mee Gaaffiin Isiin Gaafadha Nutti Waaqayyoodhan Amanuu Dhiisu Mirgaa Guutuu Qabna Moo Hin Qabnu❓ Mirga Guutuu Ni Qabna Filachuus Dandeenya Filannoon Keenya Kun Garuu Kan Du'atti Nu Geessu Dha Kan Gatii Nu Kafalchiisu dha Waaqayyoon Amanuu dhiisun Mee Yaadame 🤌Kanaaf Aangoo Daaqonuma Erga Fudhatanii Dhiisun Ittin Hin Tajaajilu Jedhanii Gatuun Balleessuun Kunis Dhiisu Akka #Yihuuda faa Dhiisu Akka #Deemaas Faa Waaqayyooraa Adda Bahanii Tajaajila Karaa irratti Hambiisanii Tajaajila Gatanii Fedhii Foon isaanii Calchiisifatanii Dhiisu Jechuudha. #Warra_Shamaranis Tanaan Waan 1 Qofa Akka Naa Hubatan Naan Barbaada🙏 🤌Nama Biraa Waliin Sagaggalufi Daaqonni Waliin Sagaggalun Garagaaruma Guddaa Akka Qabu Hubachuu Qabdu. Nama Bira Waliin Shamarri Tokko Yoo Sagaggalte Sagaggaluman Cubbuudha Gaabbii Galu Ni Dandeessi. Daaqonni Waliin Yoo Sagaggaltee Garuu Waan 2 Tu Cubbuu itti Ta'a 1… Sagaggalun Ishee Cubbuudha 2.Aangoo Waaqayyoo DaaqonninSanaaf Kenne Gachisisuun Isheetiin Cubbuu Guddaa HojjetettinJechuudha Kanaaf Jaalalli Akkasii Kun Isinitti Hafuu Wayya. Mee #Obboleetti Koo Sumaan Gaaffii Tokkon Si Gafadha❓Namni Waaqayyoo isaatiif Hin Amanamnee Aangoo Waaqayyoo Isaaf Kenne Kan Dhiisu Naaf Ni Amanamaa Jette Ni Yaada❓Namni Aangoo Lubummaa Isaa Salphatti Dabarsee Kennu Anaaf Immoo Ni Amanana Jette Ni Yaada❓ 🤌Gonkaa Sif Hin Amanamu #Yihudaan Qarshii dhaaf Jedhee Yeroo Gooftaa Gurguraatu Aangagoonni Luboota Isaa Hin Galateefanne Namni Kun Cubbamadha Qarshii Cubbuu tu isaaf Mala Jedhanitu Qarshii 30 itti Darbatan. #Yihudaan Gooftaa Kan Ganeef Warra Aangafa Luboora fi Motootan Jaalatamuf Osoo Hun Taane Gooftaa dhaan Waan jibeef dha. #Naa Amani #Obbóleetti Koo Daaqonin Kun Daaqonuma isaa kan dhiisu Tajaajila isaa Kan dhiisu Waan Si jaalatef Osoo Hin Taane Waan Gooftaa Jibeef dha Waan Mana Kiristaanaa Tajaajilu Hin Jaalaneefi.🥺 🤌Kanaaf Warri Shamaranni Abbaan Mana Keessan Kan Waaqayyoon Tajaajilu Kan Waaqayyoo Jaal'atu Kan Aangoo Daaqonuma isaa Eegate Jiraatu Akka Ta'uu Hawwa Malee Aangoo Daaqonuma isaa Akka Gatuu Hin Hawwina😔

♥♥ስደቷ ፍቅር ነው♥♥ ፨፨፨፨፨፨፨፨፨፨ ከአረጋዊው ዮሴፍ ጋር _ ኤልሻዳይን አዝላ ሰሎሜም ሳትቀር_ወጡ ከገሊላ የአስራአምስት ዓመቷ_ድንግል ማርያም በግብፁ በረሀ_ ገጠማት ድካም። ዐፈሩ ረመጥ ነው_ እጅግ የሚያቃጥል አሸዋ ድንጋዩ_ እንደ ብረት የሚግል አየር እንፋሎቱ_ ልብን የሚሰውር የነበረው ስቃይ_እንደምን ይዘርዘር? ያስጨንቃል በጣም_የመከራሽ ነገር። በትንቢተ ሆሴዕ _የተጻፈውን ምስጢራዊ ትንቢት_ ሄደ ሊከውን የድንግል ማርያም ልጅ_ ኢየሱስ መድኽን እፁብ ድንቅ ያሰኛል_ የእግዚአብሔር ማዳን። በፈጣን ደመና _ ወደ ግብጽ በረረ በማለት ኢሳይያስ_ እውነት ተናገረ ፈጣኗ ደመና _ ወለተ ኢያቄም ማኅደረ መለኮት_ ነጻነቱ የአዳም። ከሦስቱ አካል አንዱ_ ኢየሱስ ክርስቶስ ተወልዷል በበረት_ ሞትን ሊደመስስ በገባው ቃል ኪዳን_ በቀጠሮ መጣ ከሲዖል ቁራኛ_ ነፍሳትን ሊያወጣ። በከብቶቹ በረት_ ቢታይ በትሕትና የሕይወት እንጀራ _ የሰማዩ መና የዳዊት የሙሴ_የነቢያቱ ዜና ተፈፅሞ ስናይ_ ዘመርን በበገና። እረኞች በቦታው _ ከመላእክት ጋራ ሥብሐት ለሥላሴ_ብለዋል በጋራ ንጉሥ ተወለደ_ በዳዊት ከተማ አስይ የምሥራች_ በዓለም ይሰማ ነበር የዚያን ጊዜ_የደስታቸው ዓርማ። መወለዱን የሰማው_ ሄሮድስ በውሸት ተነስቶ ብዙ ሕጻናትን _ ቦታው አስጠርቶ እርዳታ ልሰጥ ነው_ በሚለው ትዕዛዙ የዋሓን እናቶች_ የሆዳቸውን ፍሬ ወደ እሱ አጋዙ። ገስግሰው ሲደርሱ_ የሆነው ሌላ ነው ለጨካኝ ሰራዊቱ_ ደም ለጠማቸው የሕጻናቱን አንገት_ ቆራርጡት አላቸው ለወንበር ለሥልጣን_ ስለ ተማረከ የሥላሴን ፍጥፈት_ በሰይፉ አወከ። የሰባ ሰገሎቹ_ ጥበብ ስላልገባው የተወለዱትን _ በሙሉ አስጠራቸው የተባለው ትንቢት_እንቅልፍ ስለ ነሳው የነገሥታት ንጉሥን_አስቦ ሊያገኘው ከዚህ ድንቁርና _ ሰውረን ማለት ነው። የነፍሳቱ ደም_ ወረደ እንደ ጎርፍ በዚያች ከተማ _ ቤተልሔም ደጃፍ በከንቱ ሰዋቸው_ በመሰለው ነገር ሕፃኑ ግን ሸሽቷል_ ወደ ሌላ ሀገር የሥላሴ ጥበብ _ ከቶ አይመረመር። ዛሬም በዚህ ዘመን_ አሉ ብዙ ሞኞች በአለማዊ ጥበብ_ በባዶ ተሟጋች ማመን አለማመን_የነሱ ድርሻቸው እውነትን መመስከር_የልጅ ግዴታ ነው ሂዱና አሰተምሩ_ መልሱ ነው የሚለው። ስለኛ ተሰዳ _ተስፋን ለሰጠችን በልጇ ቸርነት_ ስለተጎበኘን እንደ ቅዱሳኑ_ ነይ ነይ እንላለን። በአፀድ በቅጽሯ_ ጽዮንን ከበናል የአባ ጽጌ ድንግል_ በረከት ደርሶናል በሰማያዊው ስልት_ማኅሌት ቆመናል አቤት ያለው ደስታ_ዓለምን ያስረሳል። ዶግማ የማይሻር_ ከቶ የማይታደስ ሕጉ አምላካዊ_በፍፁም የማይፈርስ ቀኖና ፍትሐዊ_ጭንቀት የሚበጥስ ትውፊት ታሪካዊ_ ለልጅ ልጅ የሚደርስ የእውነት ቅብብሎሽ_አንዱም አይፋለስ ከዚህ ውጪ የሆነ_ ልቡ እንዲመለስ በዋሻ ገደሉ _ጤዛውን በመላስ ተግተው ይቆማሉ_ እንዳለው ጳውሎስ። በምድራችን ሰላም_እንዲሆን ደስታ ትውልዱ እንዲጠግብ_ በአጋፔው ገበታ በንሰሐ ታጥቦ_ ልቡ እንዲበረታ ድንግል ሆይ አሳስቢ_ ለታቀፍሽው ጌታ ። የቤሌሖር ልጁ_ ወድቆ እንዲሰበር ዳጎናዊው መንገድ_በእውነት እንዲታጠር የዲያቢሎስ ውጊያ_በቃልህ እንዲሞት አስነሳልን አምላክ_ የበረታ አባት ለመንጋው እራርቶ_የሚያፀና በእምነት። ነኽምያን ላከው_ ያንጽ ቤተመቅደስ የአምልኮ ሥፍራ_ለሁሉ እንዲዳረስ ሳሙኤልን ስጠን_ ወንጌልን ሰባኪ በፀጋው በጥበብ_ራዕይን አሳኪ። አባታችን ሙሴ_ የማርያም ወንድም ስማን አሳስብልን_ ለመድኃኒአለም በኑፋቄ ባሕር_ ገብተን እንዳንሰጥም ክፈልና አሻግረን_ ተጨንቀናል በጣም በተሰጠን ፍቅ_ ለመኖር አልቻልንም። ከውብ ዜማው ጋራ_ ቅዱስ ያሬድ ይምጣ ምስጢር በማፋለስ_ ከሕግ እንዳንወጣ እናንብብ እንጠይቅ_ እንማር ከአበው ከእውነተኛው መምህር_ለኛ ከሚገደው አምላክ ይሰውረን_ አሁን ከምንሰመው።

⚠️ subscribe 19000 qabna View 🪟 ykn namni channel kana banee ilaalu garûú injiruu jechuun dandeenya 😙 ⚠️Erga dubbisnee maal
+1
⚠️ subscribe 19000 qabna View 🪟 ykn namni channel kana banee ilaalu garûú injiruu jechuun dandeenya 😙 ⚠️Erga dubbisnee maaliif join godhu? ⚠️Moo lubbuu injiraani laata? ⚠️Moo haala baraf jedhan network 🛜 isan qabe laata? ⚠️Moo channel kana irratti hamaa yaadan keessa taa'uu laata? ⚠️Share 163 View garuu? Injiruu jechuu wayyaa

SABABA MAALINII Sababa maalinii ani Kana si dhiisuu Jibbiif dhiibbaan diinaa Sirraa nan deebisuu Yoo sirraa na dhiiban Dideet natti caalaa Na oolfatta jedheen barruu kee ilaalaa Addunyaan na dhiibnaan koolun sitti gala   Rakkoo moo du’aadhaa kan sirraa na foo’uu Du’een gartuu kee ta’a addunyaaf hin boo’uu Harka keetu na golgee du’arraa na oolchaa Si biran jiraadhaa maqaa kee faarfachaa Gochaa kee kan ibsuu yoon dhabellee jechaa   Yommuun si faarfadhuu yoo natti seeqanii Nyaaranis waltuquun yoo natti qoosanii Si qapheen leeyya’uu deebi’een si faarsaa Guddummaa kee Gooftaa addunyaafan ibsaa Jaalala keetirraa maaltu adda na baasaa   Maqaa keen bahanii si gananis jarrii Kan faayidaan qabnee ilaalanii birrii An garuu yoomumaa Goyyoomee sin ganuu Ta’eetan jiraadhaa kan galma kee banuu Anoo mallattoo kee dabarsee hin kennuu   Faayidaa ilaalee mana ormaan dhaquu Laphee kan kootirraa oolmaa kee hin haquu Si faarsaan jiraadhaa waa’ee kee lallabee Addunyaaf sin labsaa siidaa kan kee dhaabee Qalama hin badneen waa’ee kee katabee   Sababa maalitiini siin kanan jijjiiruu Kumnillee kitillee tasa nan geeddaruu Sittin jijjiirramuu ta’ee akka Gaararraa Maqaa kee dhahachuun nan oola du’arraa Kanaaf yeroo hundaa Jirta laphee koorraa Walaloo code 🔔 @031@Gooftaa@abdii

Kitaaba: “Deebii Gaaffii Shakkitootaa” — Dr Masrashaa Geetaachoo Password : 1546 Page waliigalaa : 205 Size : 52.9 MB Join: https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira

Kitaaba: “Deebii Gaaffii Shakkitootaa” — Dr Masrashaa Geetaachoo Password : 1546 Page waliigalaa : 205 Size : 52.9 MB Join: https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira

✅Torbee kana maal ta'a 👈 yoo link 🔗 channel kana share goone Subscribe 19000 galchinee? Group fi channel keessa jirtan irratti share godha. Barreeffama channel kana Share 175 ni jira 👈 maarree walaloo keenya link channel inqabu,kunis akka namni biroo channel biraa irratti share godhuuf. Walumagala link 🔗 channel kana share hàà goonu

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇