ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Ortodoksii Waloomaa

Ortodoksii Waloomaa

前往频道在 Telegram

  ⌲ Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉 Orthodox information 🔔 Barnoota (education) ✅ Promotion nu dubbisa 🥰 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023

显示更多

📈 Telegram 频道 Ortodoksii Waloomaa 的分析概览

频道 Ortodoksii Waloomaa (@orto02) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 19 210 名订阅者,在 宗教与灵性 类别中位列第 4 141,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 1 886 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 19 210 名订阅者。

根据 21 十一月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 170,过去 24 小时变化为 10,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 2.23%。内容发布后 24 小时内通常能获得 1.23% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 428 次浏览,首日通常累积 237 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 9。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“  ⌲ Bagaa nagaan dhuftan 👉እንኳን ደህና መጡ(መጣችሁ) ✍️Reading & learning 🪴Faaruu መዝሙር 🪴Walaloo ግጥሞች 🪴Soft copy d/t languages 👉 Orthodox information 🔔 Barnoota (education) ✅ Promotion nu dubbisa 🥰 Odeeffannoo nuf kennuuf Feb 23_023”

凭借高频更新(最新数据采集于 22 十一月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 宗教与灵性 类别中的关键影响点。

19 210
订阅者
+1024 小时
+407 天
+17030 天
帖子存档
photo content
+7
22 11月, 11:51

WDB🥰 Bakkalcha Oromiyaa.🤌 Ayyaana Hundeeffama Waggaa 15ffaa Waldaa keenyaa baga Geessan. Ayyaana Baranaa, Galma Guddichi Ma
+9
WDB🥰 Bakkalcha Oromiyaa.🤌 Ayyaana Hundeeffama Waggaa 15ffaa Waldaa keenyaa baga Geessan. Ayyaana Baranaa, Galma Guddichi Mana Lubummaa Waliigalaa Tsiria Tawaahidoo tti Kabajamuun isaa Adda Taasisa. kanaaf Eebbifamoo Hojii Gaggeessaa Abbaa Saawiroos Galata Guddaa qabu.
22 11月, 11:51

          #ጎጆ_ቀለስኩልህ          (በሰመረ ፍስሃ) በአውላላ ሜዳ በጠራራ ፀሐይ ከአስፓልቱ አጠገብ ስኖር ጎዳና ላይ የበጋውን ንፋስ በዙሪያዬ ከቦኝ እንደ ዥዋዥዌ ወዲያ ሲወስደኝ፡፡ ...................ወዲህ ሲመልሰኝ ዝናቡ በተራው ጉዴን ተመልክቶ ...................ጉድፌን አፅድቶ ይወደኝ ይመስል ልብሴን ያጥብልኛል ጎጆዬን አፈራርሶ በብርድ ይገርፈኛል፡፡ ከዚህ የባሰ ግን ሰዉ ነው 'ሚገርመኝ በነጋ በጠባ መተንፈሻ ያሳጣኝ፡፡ ስለተናገርኩኝ ማጣት መከፋቴ የእውነት ስለኖርኩኝ ውሸትን ጠልቼ አፋቸውን ሞልተው እብድ ነው ይሉኛል አንዳንዴ ሲያሻቸውም ድሃ ነው ይሉኛል፡፡ የሆነው ሆነና ቅር አላለኝም አጣሁኝ ብዬም አላማረርኩም ጌታ እንዳስተማረኝ ለበጎ ነው ብዬ የማይቻል የለም እኖራሎህ ችዬ፡፡ ይሄውልህ ግን ሚካኤል ሆይ... የሰው ልጅ ሲሸሸኝ ማንነቴን አይቶ ሰላምታ ሲነፍገኝ ኑሮዬን ተመልክቶ አንተ ግን አንተ ነህ የአምላክ መልእክተኛ ሁሌ  'ምትጠብቀኝ መቼም የማተኛ፡፡ ምንም ሳይገድብህ ከቤቴ ገብተሀል ድሃዋን ጎጆዬ በፍቅር ጎብኝተሀል፡፡ እናም ሚካኤል ሆይ.... ከኔ እንዳትርቅ ስለሳሳሁልህ በንፁህ ልቤ ውስጥም ጎጆ ቀለስኩልህ፡፡ ❖==✿==❀==✞==❀==✿== ✧✧✧✧✧✧✧✧✧✧✧✧
22 11月, 02:05

♨️warrii barnoota barbaadan. ✓Share ✓like ✓Comment ♨️ Ortodoksii tawahidoo ta'uu nama infayyiisuu,👈 Ortodoksii tawahidoo ta'ani barnoota ishee yoo beekan malee. Nàmni barnoota ortodoksii tawahidoo inbarannee 👈utuu ortodoksii tawahidoo ofiin jechuu dhiisee gaarii dha.Boor shakkittoota ta'a wàan ta'eef 👈 ♨️ Kaffaltii malee barnoota channel kana kotta baradha. ⚠️Kan dubbisuu share, gochuun yoo ciime ✓Comment .....Ameen ✓Like.......cuqaasu(xuquun) akkamitti ciima! Nàmni bara kana rukkuutama qofa. ⚠️ Group dabalamuu keessin bu'aa inqabu Channel join gochuun keessan..0 dha. yoo indubbisnee, inhubannee. Faayida nuti argannuu....namni dubbisee yoo hubate dha. Nàmóôtni comment 👈 walaloo , Barnoota _nuf erga jettan. Like xuquu bara
21 11月, 12:39
22 11月, ~02:17

✅Baga Hundeeffama waldaa duuka bu'oota waggaa 15ffaa nagaan geessan 👏 Hordoftootni amantaa kiristaana ortodoksii tawahidoo,dubbattootni afaan oromoo baga gammadaan. Waldaa duuka bu'oota tajaajila afaan oromoo,akka babbal'aatu,Sabni kamuu afaan ormaa irraa afaan isan akka waaqeffatuu gochuu keessatti aarsaa guddaa godheera. Waldaan duuka bu'oota qar'oo mana kiristaana keenyatti. Waldaa duuka bu'oota waliin oromiyaa keessatti mana kiristaana siyaasaa irraa bilisa sabnichi itti tajaajilee,tajaajilamuu ni ijaara. ✓Namootni waldaa duuka bu'oota jibban, nàmóôta sabicha jibbanif, tajaajila afaan oromoo jibbanidha. Tajaajilaa Afaan oromoo eenyuuyyuu ittisuu danda'uu. ✅ BAGA GAMMADAAN! Warrii Waldaa kana jaallatanif,karoora, kayyoo waldaa kana beektan comment ✍️ utuuba
21 11月, 07:25

"Halkan guyyaa hin jedhu Tiksuuf kan naanna'uu Jaalalaan kan guutame Maqaansaa kan minyaa'u" Yaa goota samii irraa Kan Waaqayyo filatee Ogganaa ergamootaa Kan ulfinaan mul'atee Yaa qondaala samii mallattoo injifannoo Ergamaa miidhagaa tajaajilaa Waaqayyoo Har'as taanaan borii ati ulfina qabeessaa Situ ijoollee Gooftaa dursee jajjabeessaa Namni ati gargaartee hin kufu nii milkaa'aa Guyyaa gadda isaatu gammachuusaa ta'aa Mana keetti guddanne balaa meeqa siin oollee Kan maqaakee faarsan guddifatteetta ijoollee Diinni nutti hin bu'uu seefii keetu nu tiksaa Maqaankee Mikaa'eel humna Waaqaa ibsaa Lubbuu keenyaaf wabii Ta'ee kan nu falmatuu Jibbuu hin dandeenyu Diinni garaa haa kutatu Eebbii fi kadhannaan Hangafa Ergamaa Qulqulluu MIKAA'EL nu wajjiin haa ta'u ✍️Eɓɓo Peace Walaloo code 🔔@12@012
21 11月, 06:51

#Mikaa'eel nutti himi Ergamaa Bilisuummaa Mee waa nuti asaasii Waajaabiila mo'ichaa Mee gurra nuu buusi Foolii injifannoo Fidii nu suufsiisi Mul'ata milkaa'inaa Alaalaa dhiyeessi. Dhokata iccitii Baasii nuu seeneessi Raaheel harmi dachaa Boochee inqirfattee Jajjabaachuu diddee Dhalashee awwaalte, Akkanumatti haftii? Moo gumaa baaftaafii Aga ni dhageessii Kiisii ni murtaafii? Uummanni Waaqayyoo Garba inuma ce'aa? Gammoojjii Qaadees Kutee inuma ga'aa? Kattaa irraa bishaan Samii irraa dhangaa Gargaarsa keetiin Nyaatee inuma dhugaa? Halkan gurraachaan Argee inuma deemaa? Hongee gammoojiirraa Hafee bilisoomaa? Uummanni Waaqayyoo Ija banateetoo Kana'aan ni laalaa? Abjuu bara dheeraa Walabummaa dhaalaa? Baga Ittiin nu gahe! Jabaan Waaqa! Walaloo code 🔔@12@012 ✍️H/Mikaa'eel Taddasaa
21 11月, 06:51

#Tiksee_koodhaa #Abba_gaafarakkoo soraa jireenyaa Koo #sidhaamikaa'eelii anaf tiksee Kan Koo #egdee_na_guddistee ijoollumaakoorraa #manakeettii_na_waamtee dirree badisarraa egaakoo dhaa ati #yeroomaa_hundumaa ganaamaf galgalaa an #maqaakeen_waamaa tiksee dhugaadhaa ati #mikaa'eel_abbakoo naanis na gargariii akka Daani'eelii #Afoomiyaa_Kan_bastee harkaa dinaa keessaa nanis na baasii kaa #kiyyoo_diinaa_keessaa ati Kan gargartee #Saba_isira'eelii har'as nuf qaqabii Akka Saba isira'eelii #Ebbiifii_sugnii_kee Ana mucaa keerraa #calaaqisee_ifee surraaf ayyanniikee
21 11月, 03:19

Walaloo ayyaana irratti ✅bifa message hiriyaa keessanif kan ergitan! Mikaa'eel Koochoo isaatin golgaa! Warra isa beekani! Mo'iichatu jira Mikaa'eel waamnani! Galaanni ni hir'aamee Surràa isa yoo arguu Waaqatu filate Saba isa akka eeguu! Daandii keenya hàà dursuu har'aas Mikaa'eel Nutis dhiphina keessa jira Akka saboota Isra'eel Galaana nuti ta'ee Isa nagaa keenya saamuu Akka bineensa gaaditti Qe'eeti hadhoon ajjeeffamuu Waaqni ittii hàà darbuu! Nuti inqabnu humna fi dandeetti Dhiigni dhangalaa'ee hàà dubbatuu Akka dhiiga Abeel garbicha isaatti Yaa Mikaa'eel ergama Guddicha murna Raamaa Ati nu tiksii Nu olchii waan hamaa! Kan nu balleessuuf Nuf baasuu karoora Gammachuu nuf godhi Nuf kadhadhuu araara! Baga geessan! Ayyaana gaarii sif ,isinif isaanif,nuyif hàà ta'uu ameen
21 11月, 03:19

BAGA YAADANNOO AYYAANA DURSAA ANGAFA ERGAMOOTA QULQULLUU MIKAA'EEL NAGAAN GEESSAN 👏 AMEEN. ✅Warrii ga'uu keessanitti gammadaan,nagaa qabda Waaqayyoo isa ittiin isin ga'eef. ✓Galaatni hàà ta'uu jedha 👈 barreessa
20 11月, 13:03

Waaqayyoo jiraa Imiimmaan Ra'eel Gaddii harmoolii Nagaan yoo badee Godaane jaalalii Waaqayyoo ni jiraa Ni falmaa saba isa Yoo
Waaqayyoo jiraa Imiimmaan Ra'eel Gaddii harmoolii Nagaan yoo badee Godaane jaalalii Waaqayyoo ni jiraa Ni falmaa saba isa Yoo firaa inqabnes Barruu isa gaaddiisaa Kadhanna musee Raajicha waaqayyoo Galaana adda hiree Diinati uwwisee leeyyoo Uleen harka isaati Raajii guddaa hojjeete Ilmaan isaf hirkoo ta'ee Jireenya isa laate Mikaa'eel ergaman Eguumsa isaatin Guyyaa ifan dursee Halkan duumessani Geggeesseera inni Saboota isa hunda Warrii Mikaa'eel qabu Kanaafiitu gammadaa Biyyaa dhala keenya Bakka abdaachifamnee Galee ni jiraannam nuti Har'aa yoo dhiphanne Abdii keenya ingu'uu Lakkii harka nama jiruu Waaqayyoo nu waliin jira Inni hundumma sooruu Fariyoon garaa jabaate Nàmóôta hedduu galafate Dhiiga namas bishaan godhee Itti fufaa Baga geessan
20 11月, 12:52

“Waaqayyo isiniif lola, isinis calluma jedhaa.” — (Bau. 14:14). Baga geessan!🤌🥰 https://telegra.ph/Sadaasa--Mikaael-11-19
20 11月, 12:22

Wareegamaa Qulqulluu Giyoorgisii Baga geessan!🤌🥰 https://telegra.ph/Wareegama-Qulqulluu-Giyoorgisii-11-16
20 11月, 12:22

walaloo Afuura Gargaaraa kootti ati gargaaraa kootti ati waaqa irraa ergamte na baasee dhiphinaa gaafa rakkadhee ture Rakkodhan qabamee Gargaarsa na dhaabee namani yoo tuffatamee inni garuu ol na qabe Namarraa abdii qabu na gargaaraa jedhee Isaan yoo na dhiisan Jabaadhu nan jedhee Jireenya isaa jibbuun Du'aa isaaf barbaade Na dhaala jedhe too Gara galaanatti gate Xalayaa du'aaf yaadame baate karaa irraa deeme harka irraa kan fuutee gammachuu isaaf gote Bahiraan kan baraarte hamman itti yaadamee xalayaa isa jijjirtee too Du'a keessa kan baase Gammachisaa isa arge Kan isaaf yaadee ture qabeenya isa fudhate mana inno ni dhaale Qulqulletti Afoomiyaa maqaa kee waammattee Dhiphina keessa baate dinna ishee injifatte Baahiraan fi Afoomiyaa ati kan isaan gargaarte Har'aa na baasi maaloo kan baay'ee nati ulfaate Waaqayyoo fuuldurratti aangoo guddaa ni qabda Ati naaf kadhuu adaraa ani sumanan abdaadha Ani irraa ni qabda ati Sagada isa kabajaa qulqulluu mikaa'eel maalif na irraa dhabda Eenyumatu rakkatte maqaa kee waammee waaqa irraa dhuftee dhiphinaa baraarame Na garagaari maaloo guyyaa dhufaatti isa Waadaa siif kennamen Naf ta'ii gaaddiisaa Garaa koof jedhe too Si faarsuu hin dhisuu Arjuuma uuma keetidha Kan na jiraachisuu ========//====///=== 🔔 Walaloo code @mik_12 @12
20 11月, 12:21

Sirna galatoo (Walharkaa fuudhinsaa).pdf35.28 MB
20 11月, 11:30

Seatat AO Gimbii.pdf1.84 MB
20 11月, 11:30

👑 መጽሐፈ ተክሊል @eotc_books_by_pdf.pdf36.40 MB
20 11月, 11:30

PDF Koorsiiwwan Mana kiristaanaa muraasa Jabaan waaqa, horaa bulaa deebanaa! 👇👇👇Miseensa ta'uuf👇👇👇 Telegram https://t.me/OrtTewahidoteaching Facebook https://www.facebook.com
20 11月, 11:29

Koorsii Daa'immanif 12.pdf5.62 MB
20 11月, 11:29

HUNDEEFAMA MANA KIRISTAANAA.pdf13.50 MB
20 11月, 11:29