cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa

“Nama gaaffii isin gaafatee deebii isinirraa barbaaduuf, deebii ga’aa deebisuuf yeroo hundumaa qophaa’oo ta’aa!” (1Phex.3:15). Channel, “Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa” jedhu kana keessatti gaaffii shakkitootaaf deebii ga’aa argattu. @YaadgaaffiiBot

Mostrar más
Finlandia1 109El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad16 301
Publicaciones publicitarias
5 815
Suscriptores
+624 horas
+397 días
+29730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

“Uffata Halalee/የጋለሞታ ልብስ” (Uma.38:14). Kutaa 2ffaa fi isa xumuraati! ✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa (BTH) Join: @abdiimaariyaamiifinjira https://telegra.ph/Uffata-Halalee-06-18
Mostrar todo...
Uffata Halalee

“Ati hamma yoomiitti xuraa’ummaa keetiin akkasitti jiraatta?” (Erm.13:27). Kutaan 2ffaa fi isa xumuraa! Biyyi lafaa akka ati mucaa Waaqayyoo taatee, bara baraan jiraattu hin barbaaddu. Sababiinsaas hogganaan biyya lafaa 75% Diyaabiloosi waan ta’eef! Diyaabiloos immoo durumaa jalqabee hojiinsaa dhala namaa Waaqayyorraa adda baasuu fi qullaatti hanbisuudha. Hojii kana asitti osoo hin taane, jannata keessatti Addaamii fi Hewaan irratti eegale (Uma.3:1-10). Har’as namoota hedduu, akka qullaa deeman taasisaa jira.…

12
“Uffata Halalee/የጋለሞታ ልብስ” (Uma.38:14). ✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa (BTH) Join: @abdiimaariyaamiifinjira https://telegra.ph/Uffata-Halalee-06-17
Mostrar todo...
Uffata Halalee

Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Sadan Waaqa Tokkoon Ameen!         “Uffata Halalee/የጋለሞታ ልብስ” (Uma.38:14). Kutaa 1ffaa Uffanni! Kan dhalli namaa qullaa foonsaa ittiin golgatu dha. Dhalli namaa horii irraa kan ittiin adda ba’u keessaa tokko qullaa qaamasaa dhokfachuudha. Kan qullaa qaamaa dhokfachuu hin dandeenye horii ykn maraatuu dha. Tariimmoo yoo hiyyeessa ta’edha. Obbolootakoo! Barreeffama kana akkan maxxansu kan na dirqamsiise, akkaataa uffannaa obboloota keenyaa tokko tokkooti. Akkuma hundi…

14👍 4🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
“Waaqayyoo Gooftaan ililleedhaan, sagalee malakataatiin ol baʼe!” (Faar.46(7):5)
Mostrar todo...
Fayyinni kan biraatiin eenyunillee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta’u, samii gaditti ilmaan namootaaf hin kennamne(H.D.B.4:12). Join: https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira
Mostrar todo...
Fayyuun kan biraan hin jiru.pdf1.93 MB
40👍 11😍 6🥰 5💔 4👎 2
Mostrar todo...
Du’aa Ka’umsa Lammataa (Daagime Tinsaa’ee)

"Kiristoos du'oota keessaa ka'e , Humnaa fi aangoo isaatiin , Seexana hidhe , Addaamiin bilisa baase , kana booddee nagaaf gammachuun ta'e" Nagaan kun nagaa yeroo Du'aa Ka'umsaa Bataskaanni jettudha. Ortodooksonni addunyaarra jiran hundumtuu yeroo kanatti kan ittiin nagaa walgaggaafatan kan ofii isaanii qabu. Gibxoonnis, Giriikonnis, <Kiristoos anistiyaal etos anistii> <Kiristoos ka'eera dhugumatti ka'eera> jedhu. Nagaan kun nagaa Kiristoos du'aa ka'uusaa guyyaa guyyaan akka yaadannu nu taasisudha.  Egaan inni…

🥰 32👍 11😍 5
Natti Yaadatamaa Oolmaan kee guyyaa Jimaataa💔 Walaloo ajaa'ibaa seenaa dhaggeeffadhaa; Miidiyichas hordofuu hin dagatiinaa👇 https://youtu.be/5ksHXPrBaRE https://youtu.be/5ksHXPrBaRE
Mostrar todo...
Natti yaadatama! | | Walaloo Barsiisaa Guutamaa Goobanaatiin

✝️Natti yaadatama!✝️ 🔔 karaa linkiiwwan kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana Subscribe, Join, follow godhaa!👇 ▶️ Youtube

https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

▶️ Telegram:

https://t.me/Soteriamedia

▶️ Facebook:

https://www.facebook.com/share/Fism921qf9FupwCN/?mibextid=oFDknk

#church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahedo #Walaloo #amen

💔 21👍 10 9👎 2
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen “Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha! Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 6 : Mana Murtii Dukkanaa Share waliif haa taasisnu Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Mostrar todo...
Dhukkubbii K-6 Mana Murtii Dukkanaa.m4a7.05 MB
👍 19 16😢 6🥰 3
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen “Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha! Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 5 : Yaa’ii Yihuudotaa Guddicha, Maaliif Na Rukkutta? Share waliif haa taasisnu Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Mostrar todo...
Dhukkubbii_K_5_Yaa’ii_Yihuudotaa_Guddicha,_Maaliif_Na_Rukkutta.m4a17.65 MB
👍 16 14
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen “Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha! Dhukkubbii (Himamat) Barressaan Dn Heenok Haylee Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa Kutaa 4 : Mooraa Qormaataa Keessatti Share waliif haa taasisnu Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.
Mostrar todo...
Dhukkubbii K 4 Mooraa Qormaataa Keessatti.m4a14.23 MB
😭 14👍 7 3💔 3