cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromia Bank

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Mostrar más
Etiopía300El idioma no está especificadoEconomía y Finanzas1 947
Publicaciones publicitarias
73 287
Suscriptores
+34124 horas
+6647 días
-86730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Telegiraamii Baankii keenyaa irratti tilmaamuun badhaafamaa! #Spain_Vs_England Eenyutu mirgaan gala? Taphni xumuraa Waancaa Awurooppaa bara 2024 bor galagala sa’a 4:00 #Ispeenii_fi_Ingilaand gidduutti ni gaggeefama. Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa! Seera dorgomiichaa: 1. Telegriramii Baankii keenyaa “Join” gochuun, tilmaama sirrii Telegiramii (https://t.me/OromiabankOfficial) keessatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. 2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu. በባንካችን ቴልግራም ይገምቱ፣ ይሸለሙ! ስፔን ከ ኢንግላንድ 2024 የአዉሮፓ ዋንጫ ተጠባቂዉ የፍፃሜ ጨዋታ ነገ ምሽት 4፡00 ሰዓት ላይ ስፔን እና ኢንግላንድ መካከል ይካሄዳል፡፡ ኦሮሚያ ባንክ የዚህን ጨዋታ ዉጤት በቴሌግራም ቻናላችን ላይ በትክክል ለገመቱ በርካታ ተሳታፊዎች ሽልማት አዘጋጅቷል፡፡ የዉድድሩ ህጎች፣ 1. የኦሮሚያ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን “Join” በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/OromiabankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። 2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡
Mostrar todo...
👍 171 49🏆 26 22🙏 16🆒 13👏 10🕊 7🤝 6👌 4💯 4
Photo unavailableShow in Telegram
𝐉𝐮𝐦𝐦𝐚 𝐌𝐮𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤 𝐟𝐫𝐨𝐦 #𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐚_𝐁𝐚𝐧𝐤 𝐓𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐈𝐣𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐰𝐚𝐥 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚 1. Tajaajila Yaboo (Adaraa)tiin maallalqa Baankii kaawwachuu. ✓ Waadi’aa: Herrega qusannaa dabtaraan socho’u ✓ Amaanaa: Herrega Cheekiidhaan socho’u ✓ Mudaarabaa: Herrega bifa investimentiin kaayamu 2. Tajaajila Faayinaansii ✓ Tajaajila Faayinaansii Muraabahaa ✓ Tajaajila Faayinaansii Salaam ✓ Tajaajila Faayinaansii (Preshipment) 𝗠𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗛𝗼𝗷𝗷𝗲𝗻𝗻𝗮! ኦሮሚያ ባንክ ዋና ዋና ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎቶች ጋር ይተዋወቁ 1. በአደራ ገንዘብ የማስቀመጥ አገልግሎት ✓ ዋዲአ፡- ዋዲአ የቁጠባ ሂሳብ ✓ አማና፡- በቼክ የምንቀሳቀስ ሂሳብ ✓ ሙዳረባህ፡- በኢንቨስትመንት መልክ የሚቀመጥ ሂሳብ 2. የፋይናንስ አገልግሎቶች ✓ ሙራባሃ ፋይናንሲንግ አገልግሎት ✓ ሰላም ፋይናንሲንግ አገልግሎት ✓ የፋይናንስ አገልግሎት (Preshipment) ለስኬትዎ እንተጋለን!
Mostrar todo...
👍 52 19🙏 4🔥 2👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
Ofii Keessan of Galmeessaa! Damee Baankii keenyaa kamiyyu osoo hin dhaqin, 'OrooDijiitaal' fayyadamuun gargaarsa namaa malee lakkoofsa herreegaa keessaniin tajaajila Interneet Baankiingii fi Moobayil Baankiingiif ofiin of galmeessuu dandeessu. Qajeelfama suura armaan gadii irra jiru sirnaan hordofaa! እራስዎን በራስዎ ይመዝገቡ! ወደ የትኛውም የባንካችን ቅርንጫፎች መሄድ ሳይጠበቅብዎ የሂሳብ ቁጥርዎን በመጠቀም በኦሮዲጂታል ለኢንተርኔት ባንኪንግ እና ሞባይል ባንኪንግ አገልግሎት ያለ ሰው እርዳታ እራስዎን በራስዎ ይመዝገቡ። በምስሉ ላይ የሚገኙትን መመሪያዎች በጥንቃቄ ይከተሉ! Download the App: Play-Store https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking iOS https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355 OrooDigital Internet Banking at: https://oroodigital.com/InternetBanking/
Mostrar todo...
👍 38 7👌 4
Photo unavailableShow in Telegram
መልካም ምኞት ለአትሌቶቻችን እና ለሀገራችን! የ2024 የፓሪስ ኦሎምፒክ እ.ኤ.አ ጁላይ 26/2024 በደማቅ ሥነ-ሥርዓት በፈረንሳይ ፓሪስ ይጀመራል፡፡ ኢትዮጵያን የሚወክሉ አትሌቶችም የሀገራቸዉን ሰንደቅ አላማ በኦሎምፒክ መድረክ እንደተለመደዉ ከፍ አድረገዉ ሊያዉለበልቡ ከፍተኛ ዝግጅት እያደረጉ ይገኛሉ፡፡ አትሌቶቻችንም በኦሎምፒክ ዉድድሮች ያላቸዉን የካበተ ልምድ በመጠቀም በ2024 የፓሪስ ኦሎምፒክ በርካታ ድሎችን በማስመዝገብ ለሀገራችን ተጨማሪ ኩራት እንደሚሆኑ ይጠበቃል፡፡ ኦሮሚያ ባንክ በ2024 የፓሪስ ኦሎምፒክ ለሀገራችን አትሌቶች ደማቅ በድል እንዲያስመዘግቡ መልካም ምኞቱን እየገለፀ፣ ባንካችን እንደምንግዜዉም ለኢትዮጵያ አትሌቲክስ ፌዴሬሽን የሚያደርገዉን ድጋፍ አጠናክሮ ይቀጥላል፡፡
Mostrar todo...
👍 39 7🏆 3
Photo unavailableShow in Telegram
Hawwii Gaarii Atileetota fi Biyya Keenyaaf! Oloompikiin Paaris 2024 ALA July 26/2024 Sirna Ho’aadhaan Faransay Paarisitti ni eegala. Atileetonni Biyya keenya Itiyoophiyaa bakka bu’anis Alaabaa Biyya keenyaa waltajjii Olompikii irratti marmarsuuf qophii jabaa taasisaa jiru. Atileetotni keenya Muxxannoo waltajjii Olompikii irratti qaban fayyadamuun Olompikii Paaris irratti Injifannoowwan cululuqaa akka galmeessisan ni eegama. Baankiin Oromiyaas Atileetonni Biyya keenyaa Olompikii Paaris irratti mirgaan akka galan hawwii gaarii qabu ibsaa akkuma yeroo kaanii Baankiin keenyaa deeggarsa Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaaf taasisu cimee kan itti fufu ta’a.
Mostrar todo...
👍 19 3🕊 2👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Tilmaamaa Badhaafamaa #Netherlands_Vs_England Eenyutu mirgaan gala? Jarmanitti gaggeeffama kan jiru Waancaan Awurooppaa 2024ffaa taphni Walakkeessa Xumuraa Hara’a galagala sa’a 4:00 #Netherlands_Vs_England gidduutti ni gaggeefama. Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa! Seera dorgomiichaa: 1. Telegriramii Baankii keenyaa “Join” gochuun, tilmaama sirrii Telegiramii (https://t.me/OromiabankOfficial) keessatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. 2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu. ይገምቱ፣ ይሸለሙ! ኔዘርላንድ ከ ኢንግሊዝ በጀርመን እየተካሄደ የሚገኘዉ የ2024 የአዉሮፓ ዋንጫ ተጠባቂዉ የግማሽ ፍፃሜ ጨዋታ ዛሬ ምሽት 4፡00 ሰዓት ላይ ኔዘርላንድ ከ ኢንግሊዝ መካከል ይካሄዳል፡፡ ኦሮሚያ ባንክ የዚህን ጨዋታ ዉጤት በቴሌግራም ቻናላችን ላይ በትክክል ለገመቱ በርካታ ተሳታፊዎች ሽልማት አዘጋጅቷል፡፡ የዉድድሩ ህጎች፣ 1. የኦሮሚያ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን “Join” በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/OromiabankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። 2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡
Mostrar todo...
62👍 37👌 8👏 7🙏 7
Photo unavailableShow in Telegram
#Teelegiraamii_keenya_Irratti_Tilmaamuun_Badhaafamaa #Ispeeniifi_Faransay Eenyutu mirgaan gala? Jarmanitti gaggeeffama kan jiru Waancaan Awurooppaa 2024ffaa taphni Walakkeessa Xumuraa Hara’a galagala sa’a 4:00  #Ispeeniifi_Faransay gidduutti ni gaggeefama. Bu’aa tapha kanaa namoota tilmaamanii deebii sirrii argataniif Baankiin Oromiyaa badhaasa qopheessera. Hirmaadhaa! Seera dorgomiichaa: 1. Telegriramii Baankii keenyaa “Join” gochuun, tilmaama sirrii Telegiramii (https://t.me/OromiabankOfficial) keessatti barreessuu. Yaada barreesitan ‘’edit’’ gochuun badhaasa kana hin argamsiisu. 2. Maxxansa kana qooduu (share) gochuu. ይገምቱ፣ ይሸለሙ! እስፔን ከ ፈረንሳይ በጀርመን እየተካሄደ የሚገኘዉ የ2024 የአዉሮፓ ዋንጫ ተጠባቂዉ የግማሽ ፍፃሜ ጨዋታ ዛሬ ምሽት 4፡00 ሰዓት ላይ በእስፔን  እና በፈረንሳይ መካከል ይካሄዳል፡፡ ኦሮሚያ ባንክ የዚህን ጨዋታ ዉጤት በቴሌግራም ቻናላችን ላይ በትክክል ለገመቱ በርካታ ተሳታፊዎች ሽልማት አዘጋጅቷል፡፡ የዉድድሩ ህጎች፣ 1. የኦሮሚያ ባንክን ቴሌግራም ቻናልን “Join” በማድረግ መልሱን በቴሌግራም ሀሳብ መስጫ ሳጥን (https://t.me/OromiabankOfficial) ዉስጥ ይፃፉ:: የፃፉትን ውጤት ኤዲት ማድረግ ለሽልማቱ ብቁ አያደርግም። 2. ይህንን መልዕክት ያጋሩ፡፡
Mostrar todo...
👍 87 21💯 11🕊 10🥰 8
00:43
Video unavailableShow in Telegram
ያለ ኢንተርኔት የአየር ሰዓት መሙላት! ያለ ኢንተርኔት ኦሮዲጂታል ‘’USSD’’ን በመጠቀም ብቻ ከኢትዮ ቴሌኮም የአየር ሰዓት ይግዙ። በቀላሉ ከኦሮዲጂታል *840# USSD በመጠቀም የአየር ሰዓትን ለመሙላት ከዚህ በታች ያለዉን ቀላል መመሪያ ይከተሉ!
Mostrar todo...
IMG_0504.MP43.29 MB
🥰 8👍 2👏 1
00:41
Video unavailableShow in Telegram
Interneetii malee yeroo qilleensaa guutuu! Interneetii malee yeroo qilleensaa haala salphaan karaa OrooDijitaaliin guuttaadhaa! OrooDijitaal *840# USSD fayyadamuun yeroo qilleensaa guutuuf qajeelfama salphaa sur-sagalee armaan gadii hordofaa!
Mostrar todo...
IMG_0503.MP43.14 MB
👍 11🔥 2💯 2🙏 1
👍 31🥰 4🙏 4 3👏 3
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.