cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

𝐑𝐀𝐅𝐈𝐈𝐐𝐔𝐋 𝐈𝐒𝐋𝐀𝐀𝐌 🇸🇩

(Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessi Uumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa)Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiru Santu (Amantii qajeelaadha) Garuu irra hedduun namootaa hin beekanu. [ Ar-ruum]-(30 : 30)

Mostrar más
Finlandia845El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad12 207
Publicaciones publicitarias
7 833
Suscriptores
+1124 horas
+3747 días
+1 95730 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Qur'aanni waa'ee Iyyasuusii Ergamaa Israa’el maal jedhe? ____ Yesuus ergamaa Rabbiiti. Ergamtoota Rabbiin biraa ergaman irraa addummaa hin qabu. Kitaabni Rabbiin biraa isaaf kennameera. Maqaan kitaabdichaas Injiil jedhama. Maqaan Iisaa [Jesus] jedhamu Qur’aana keessatti bakka 25 tti dubbatameera. Bakka 16 tti immoo ilma Maryam jedhameera. Haa ta’u malee bakka tokkottuu ilma Rabbii jedhamee hin dubbatamne. Kanaafuu, ilma Rabbii miti. Rabbiin ilma hin qabu. Akkasumas,  yeroo 11 Qur’aana keessatti Al Masiih jedhameera. Kiristaanonni hedduun;  Nabi Iisaan (yesuus) aduunyaa hundaaf ergame yaada jedhu qaban. Haa ta’u malee; yaanni isaanii kitaaba isaan hordofan wajjiinis waliif hin galu. Macaafni qulqulluun,Yesuus kan ergameef ummata Israa’el qofaafi jedheera.Qur’aanni kabajamaaniis, yesuus ummata Israa’el qofaaf ergamuu isaa gadi fageenyaan dubbateera. Mee haa hubannuu! (يَاأَهْلَ الْكِتَابِ لَا تَغْلُوا فِي دِينِكُمْ وَلَا تَقُولُوا عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ إِنَّمَا الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ رَسُولُ اللَّهِ وَكَلِمَتُهُ أَلْقَاهَا إِلَى مَرْيَمَ وَرُوحٌ مِنْهُ فَآمِنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ انْتَهُوا خَيْرًا لَكُمْ إِنَّمَا اللَّهُ إِلَهٌ وَاحِدٌ سُبْحَانَهُ أَنْ يَكُونَ لَهُ وَلَدٌ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ وَكَفَى بِاللَّهِ وَكِيلًا) (Yaa abbootii kitaabaa! Amantii keessan keessatti daangaa hin dabrinaa; Rabbi irrattis dhugaa malee hin haasa’inaa. Ilmi Maryam, Masiih, Iisaan ergamaa Rabbiiti; jecha Isaa (ta’i jedhu) kan Inni gara Maryam darbeedha. Ruuhii (uumaa) isaa irraa ta’eedha. Rabbiifi ergamtoota Isaattis amanaa“Rabbiin sadihi” hin jedhinas, Isarraa dhorgamaa; isiniif caalaa (ta’aa)Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokkicha qofaInni ilmi Isaaf ta’uu irraa qulqullaa’e. Wantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan Isaati. Hirkoodhaafis Rabbiin qofti ga’aadha.)  [Suuraa Annisaa’i Aayata 4;171] (مَا الْمَسِيحُ ابْنُ مَرْيَمَ إِلَّا رَسُولٌ قَدْ خَلَتْ مِنْ قَبْلِهِ الرُّسُلُ وَأُمُّهُ صِدِّيقَةٌ كَانَا يَأْكُلَانِ الطَّعَامَ انْظُرْ كَيْفَ نُبَيِّنُ لَهُمُ الْآيَاتِ ثُمَّ انْظُرْ أَنَّى يُؤْفَكُونَ) (Masiih Ilma Maryam ergamaa isa dura ergamoonni dabran malee homaa miti. Haati isaas akkaan dhugoomsituudha. Lamaanuu nyaata kan nyaatan turan. Akkamitti akka keeyyattoota ifa isaaniif taasifnu ilaali!. Ergasiis akkamitti akka isaan (dhugaa irraa) garagalan ilaali!.)  [ Suuraa Maa’idaa Aayata 5:74] (وَلَقَدْ آتَيْنَا مُوسَى الْكِتَابَ وَقَفَّيْنَا مِنْ بَعْدِهِ بِالرُّسُلِ وَآتَيْنَا عِيسَى ابْنَ مَرْيَمَ الْبَيِّنَاتِ وَأَيَّدْنَاهُ بِرُوحِ الْقُدُسِ أَفَكُلَّمَا جَاءَكُمْ رَسُولٌ بِمَا لَا تَهْوَى أَنْفُسُكُمُ اسْتَكْبَرْتُمْ فَفَرِيقًا كَذَّبْتُمْ وَفَرِيقًا تَقْتُلُونَ) (Dhugumatti Nuti Muusaaf kitaaba kenniineerra. Isa boodas ergamtoota walitti aansuun hordofsiifnee jirra. Iisaa ilma Maryamiifis mallattoolee ifa ta’an kenninee jirra. “Ruuhul Qudsiin” (Jibriiliinis) isa jabeessinee jirra. Sila dhawaata ergamaan waan lubbuun keessan hin feeneen isinitti dhufuun boontaniiti garii kijibsiiftanii garii ajjeeftuu?) [ Suuraa Baqaraa  Aayata 2:86] (وَإِذْ قَالَ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ يَابَنِي إِسْرَائِيلَ إِنِّي رَسُولُ اللَّهِ إِلَيْكُمْ مُصَدِّقًا لِمَا بَيْنَ يَدَيَّ مِنَ التَّوْرَاةِ وَمُبَشِّرًا بِرَسُولٍ يَأْتِي مِنْ بَعْدِي اسْمُهُ أَحْمَدُ فَلَمَّا جَاءَهُمْ بِالْبَيِّنَاتِ قَالُوا هَذَا سِحْرٌ مُبِينٌ) (Yeroo Iisaa Ibni Maryam “yaa Banii Israa’iil! Ani Ergamaa Rabbii kan waan Tawraatiin keessatti na dura bu’e dhugoomsuufi ergamaa na booda dhufu kan maqaan isaa Ahmad ta’een (isin) gammachiisu ta’ee gara keessan ergame” jedhe [yaadadhaa]Yeroma inni ragaawwan ifaan isaanitti dhufes “kun ‘sihrii” (falfala) ifa ala dha” jedhan.)  [Suuraa Saffi Aayata 61:6]
Mostrar todo...
2👍 1
Ka'abaa Fi Muslimoota Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin. 2:148" Hawaasa hundaafuu kallattii isaan itti gara galantu jira. ولكل وجهة هو موليها Amantii Islaamaa Worrootni Hin Hubatin Gaafii Isaan Kaasan Irraa Tokko "Muslimoonni Taabota Waaqeffatuu Irraa Dhoorkaa Garuu Ka'abaa Maaf Itti Garagalu? Isa Jedhuudha. Dhuguma Muslimoonni Ka'abaa Waaqeffatu Moo Rabbii Tokkicha Ka'abaa Kanaa Waaqeffatu Laata? Deebii Isaatiif Nu Hordofaa. Muslimoonni Ka'abaa Hin Waaqeffatan. Ka'abaan Qiblaa (Kallattii) Muslimoonni Salaataaf Itti Garagalaniidha. Fakkeenyaaf Namni Muslimaa Tokko Salaataaf Osoo Kallattii Kaabaa Garagalee,Inni Biroo Kallattii Kibbaa , Kan Biroo Bahaa Fi Lixa Osoo Garagalee Garaa Garummaatu Uumama. Rabbiin Keenya Allah'n Garaa Garummaa Kana Dhabamsiisee Tokkummaadhaaf Jecha Gama Kallattii Tokkootti Akka Gara Galan Taasise. Innis Kallattii Ka'abaati. 2:144" Dhugumatti, gara samii deddeebi’uu fuula keetii arginee jirra. Gara qiblaa ati jaallattuu si deebisuuf jirra. (Ammuma) fuula kee gara Masjidal-Haraam (Ka’abaatti) gara galchi. Eessallee yoo taatan fuula keessan gara isaa gara galchaa. Dhugumatti, warri kitaabni kennameef akka inni dhugaa Gooftaa isaanii irraa ta'e ni beeku. Rabbiinis waan isaan hojjatan irraa dagataa miti. ﻗَﺪۡ ﻧَﺮَﻯٰ ﺗَﻘَﻠُّﺐَ ﻭَﺟۡﻬِﻚَ ﻓِﻲ ﭐﻟﺴَّﻤَﺎٓﺀِۖ ﻓَﻠَﻨُﻮَﻟِّﻴَﻨَّﻚَ ﻗِﺒۡﻠَﺔٗ ﺗَﺮۡﺿَﻯٰﻬَﺎۚ ﻓَﻮَﻝِّ ﻭَﺟۡﻬَﻚَ ﺷَﻄۡﺮَ ﭐﻟۡﻤَﺴۡﺠِﺪِ ﭐﻟۡﺤَﺮَﺍﻡِۚ ﻭَﺣَﻴۡﺚُ ﻣَﺎ ﻛُﻨﺘُﻢۡ ﻓَﻮَﻟُّﻮﺍْ ﻭُﺟُﻮﻫَﻜُﻢۡ ﺷَﻄۡﺮَﻩُۥۗ ﻭَﺇِﻥَّ ﭐﻟَّﺬِﻳﻦَ ﺃُﻭﺗُﻮﺍْ ﭐﻟۡﻜِﺘَٰﺐَ ﻟَﻴَﻌۡﻠَﻤُﻮﻥَ ﺃَﻧَّﻪُ ﭐﻟۡﺤَﻖُّ ﻣِﻦ ﺭَّﺑِّﻬِﻢۡۗ ﻭَﻣَﺎ ﭐﻟﻠَّﻪُ ﺑِﻐَٰﻔِﻞٍ ﻋَﻤَّﺎ ﻳَﻌۡﻤَﻠُﻮﻥ Rabbiin Keenya Aayaa Qur'aanaa Kana Keessatti Gama Kallattii Ka'abaa Akka Garagallu Nu Ajajee Jira. Kallattii Ka'abaatti Garagalanii Salaatuun Ka'abaaf Salaatuu Miti. Rabbiin Keenya Allahn Ummanni Martuu Kallattii Sagadaa Akka Qaban Nuuf Hima. 2:148" Hawaasa hundaafuu kallattii isaan itti gara galantu jira. ولكل وجهة هو موليها Nabiyyyoonni Asiin Dura Turan Gama Kallattii Beytal Maqdis Gara Galanii Sagadu Turan. Kallattii Inni Jirutti Gara Galanii Sagaduun Isaaf Sagaduu Jechuu Miti. Mee Fakkeenya Armaan Gadii Kana Macaafa Qulqulluu Irraa Haa Ilaalluu. Far. 5:7 “Ani garuu gaarummaa kee isa baay'eedhaan gara mana keetti ol galuun anaaf kennameera; ulfinaan si sodaachuudhaanis, #gara_mana_qulqullummaa keetti garagalee kufee #siif_nan_sagada.” Far. 138:2 “Ani #gara_mana_qulqullummaa keetti garagalee nan #sagada; wanta ittiin maqaan kee beekame gararraatti ati abdii kee waan ol kaafteef, gaarummaa keetiif amanamummaa keetiifis, maqaa keef galata nan galcha.” Daawit Gara Mana Qulqullummaa Keetti Nan Sagada Jechuun Isaa Mana Qulqullummaatiif Sagada Jechuu Miti. Akka Amantii Islaamaattis Kallattii Ka'abaatti Gara Galuun Rabbii Tokkicha Allah'f Sagadama Jechuudha Malee Ka'abaadhaaf Miti Kan Sagadamu. Yeroo Hajjii Fi Umraas Wanti Ka'abaa Irra Naanna'amuuf Ajaja Rabbii Fi Ergamaa Isaa Nabi Muhammad ﷺ Guutuudhaaf. 106:3" Kanaafuu Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu. ﻓَﻠۡﻴَﻌۡﺒُﺪُﻭﺍْ ﺭَﺏَّ ﻫَٰﺬَﺍ ﭐﻟۡﺒَﻴۡﺖِ Kanaafuu Kan Waaqeffatamu (Gabbaramu) Gooftaa Mana Sanii Kan Ta'e Allah dha Malee Mana San (Ka'abaa) Miti Jechuudha. Muslimoonni Kan Waaqeffatan Rabbii Tokkicha Allaah Qofa Malee Dhakaa Fi Mukaa Miti. Rabbiin Karaa Dhugaa Islaamummaa Isiniif Haa Hiru. Aamiin! ✍Abdurahman Mujahid Fillah https://t.me/Tofik_Abarashad_channel https://t.me/Tofik_Abarashad_channel

👍 3
«اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، لَا إلَهَ إلَّا اللهُ ، اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، وَلِلهِ الحَمْدُ». @DAARU_SALAAM @DAARU_SALAAM
Mostrar todo...
تكبيرات العيد -- Takberat al eid(MP3_160K).mp36.55 MB
00:46
Video unavailableShow in Telegram
#Dhaamsa_dhuka_namaa #seenuu kutaa 2ffaa https://t.me/Xaaliburidallah
Mostrar todo...
6.13 KB
00:46
Video unavailableShow in Telegram
#Dhaamsa_dhuka_namaa #seenuu kutaa 2ffaa https://t.me/Xaaliburidallah
Mostrar todo...
6.13 KB
4
﴿وَرَبَّكَ فَكَبِّرْ﴾. «اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، لَا إلَهَ إلَّا اللهُ ، اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، وَلِلهِ الحَمْدُ». @DAARU_SALAAM @DAARU_SALAAM
Mostrar todo...
﴿وَرَبَّكَ فَكَبِّرْ﴾. «اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، لَا إلَهَ إلَّا اللهُ ، اللهُ أكْبَرُ اللهُ أكْبَرُ ، وَلِلهِ الحَمْدُ». @DAARU_SALAAM @DAARU_SALAAM
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 📚📚📚📚📚📚📚 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️ 𝐀𝐝𝐬: 👇 https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0 https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
Mostrar todo...
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐂𝐨𝐦𝐩𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢𝐯𝐞
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚
𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐢𝐫𝐨𝐨𝐟