es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Galaa Sammuu

Galaa Sammuu

Ir al canal en Telegram

The reading nation, the leading nation! In this channel:- 👉Books 2.New apps and technologies 3. Self help messages 4. short stories Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1 Contact: @Qananii1

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Galaa Sammuu

El canal Galaa Sammuu (@afrowisdom1) en el segmento lingüístico de Amárico es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 13 277 suscriptores, ocupando la posición 15 383 en la categoría Educación y el puesto 2 659 en la región Etiopía.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 13 277 suscriptores.

Según los últimos datos del 07 noviembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -231, y en las últimas 24 horas de -3, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 11.32%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 3.10% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 1 503 visualizaciones. En el primer día suele acumular 411 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 7.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“The reading nation, the leading nation! In this channel:- 👉Books 2.New apps and technologies 3. Self help messages 4. short stories Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1 Contact: @Qananii1”

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 08 noviembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

13 277
Suscriptores
-324 horas
-517 días
-23130 días

Cargando datos

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
nov '26
noviembre '260
en 0 canales
octubre '26
+13
en 0 canales
Get PRO
septiembre '26
+12
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+12
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+216
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+44
en 1 canales
Get PRO
mayo '26
+7
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+1
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+4
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+29
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+42
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+72
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+99
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+106
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+137
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+182
en 2 canales
Get PRO
julio '25
+177
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+113
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+143
en 1 canales
Get PRO
abril '25
+152
en 1 canales
Get PRO
marzo '25
+140
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+148
en 1 canales
Get PRO
enero '25
+630
en 2 canales
Get PRO
diciembre '24
+847
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+888
en 2 canales
Get PRO
octubre '24
+885
en 2 canales
Get PRO
septiembre '24
+877
en 2 canales
Get PRO
agosto '24
+855
en 1 canales
Get PRO
julio '24
+309
en 2 canales
Get PRO
junio '24
+303
en 3 canales
Get PRO
mayo '24
+373
en 2 canales
Get PRO
abril '24
+487
en 5 canales
Get PRO
marzo '24
+244
en 1 canales
Get PRO
febrero '24
+148
en 1 canales
Get PRO
enero '24
+124
en 1 canales
Get PRO
diciembre '23
+119
en 0 canales
Get PRO
noviembre '23
+121
en 2 canales
Get PRO
octubre '23
+153
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+134
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+129
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+162
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+175
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+154
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+116
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+122
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+84
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+128
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+136
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+105
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+144
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+141
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+180
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+199
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+141
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+201
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+387
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+464
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+105
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+184
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+204
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+96
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+273
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+181
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+199
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+279
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+290
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+497
en 0 canales
Get PRO
abril '21
+232
en 0 canales
Get PRO
marzo '21
+274
en 0 canales
Get PRO
febrero '21
+282
en 0 canales
Get PRO
enero '21
+328
en 0 canales
Get PRO
diciembre '20
+5 811
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
08 noviembre0
07 noviembre0
06 noviembre0
05 noviembre0
04 noviembre0
03 noviembre0
02 noviembre0
01 noviembre0
Publicaciones del Canal
HIV ittisuuf qorichi waggaatti yeroo lama qofa bifa waraansaan fudhatamu "Lenacapavir" jedhamu qorannoon mirkanaa'ee gara hoj
HIV ittisuuf qorichi waggaatti yeroo lama qofa bifa waraansaan fudhatamu "Lenacapavir" jedhamu qorannoon mirkanaa'ee gara hojiitti seene. HIV ittisuuf qorichi kun argamuun isaa saayinsii fayyaa gara boqonnaa haaraatti kan ceessisuu fi ittisa HIV irratti filannoo haaraa fi abdachiisaa ta'ee argameera. Qorichi kun kan kennamu nama maraaf osoo hin taane kanneen haala adda ta’een HIV'f saaxilamoo ta'uun isaanii itti amanameefi dha. Bu'a qabeessummaa isaa irratti qorannoowwan lama PURPOSE 1 fi PURPOSE 2 jedhaman geggeeffamanii, dandeettiin dhibee HIV ittisuu qoricha kanaa 100% fi 96% ta'uu agarsiisaniiru. Ta'us qorichi kun HIV qofa malee dhibeewwaan saalqunnamtiin daddarban akka cophxoo, fanxoo, vayiirasii tiruu (B fi C) fi biroo hin ittisu. Maddi: OHB

2
MALLATTOOLEE HAMOO (DANGER SIGNS ) DAA’IMMAN KICHUU IRRATTI MUL’ATAN! Mallattooleen armaan gadii mallattoolee hamoo daa’imman
MALLATTOOLEE HAMOO (DANGER SIGNS ) DAA’IMMAN KICHUU IRRATTI MUL’ATAN! Mallattooleen armaan gadii mallattoolee hamoo daa’imman kichuu irratti mul’achuu danda’aniidha. Kanaafuu, maatiin hundi isaan beekuu qaba. Yoo mallattooleen kun daa’ima keessan irratti mul’atan, hatattamaan gara mana yaalaa geessuu qabdu. 》Harma hodhuu dadhabuu ykn hir'isuu(Failure to suck or feed). 》Ho’i qaamaa olka’uu (Fever). 》Saffisaan hafuura baafachuu (Fast breathing). 》Sochii qaamaa tasaa fi hin baramne qabaachuu (Convulsions). 》Haqsisaa irra deddeebiin qabaachuu (Repeated vomiting). 》Yeroo hafuura baafatan aaduu fi qomni gara keessaatti lixuu (Grunting and chest indrawing). 》Naannoon afaanii fi arrabni isaanii gurraacha'uu ykn cuquliisuu (Central cyanosis). 》Gogaan isaanii keelloo ta'uu (Jaundice). Odeeffannoo fayyaan wal qabatu argachuuf #link https://t.me/drabdiadugna Kanan miseensa chaanaalii kana ta'aa! Fayyaa hin dhabinaa! Dr. Abdi Adugna (MD)
875
3
ODUU AAGAA NORDIC ICT FURMAATA TEEKNOOLOOJII AMMAYYAA! Dijitaalaayizeeshiniin guddina daldalaa fi dhaabbilee ammayyaa keessatti gahee olaanaa qaba. Nordic ICT furmaata teeknooloojii ammayyaa dhiyeessuun hojii keessan salphisuuf, saffisiisuu fi bu’a qabeessa taasisuuf isin bira jira! Tajaajiloota Nordic ICT Kennu: 1. Website Development: Weebsaayitii ammayyaa, bareedaa fi hojii dhaabbata keessaniif mijatu ijaaruu. 2. Mobile App Development: Appilikeeshinii bilbila harkaa irratti hojjetan misoomsuu. 3. School Management Systems : Sirna bulchiinsa manneen barnootaa, odeeffannoo barattootaa fi kaffaltii dijitaalaa salphisu. 4. Cloud Hosting: Weebsaayitii fi sirna dijitaalaa keessan interneetii irratti akka hojjetu deeggaruu. 5. Cybersecurity: Sirna fi odeeffannoo dijitaalaa keessan eeguuf furmaata nageenyaa dhiyeessuu. 6. IT Consulting: Dhaabbata keessaniif furmaata teeknooloojii sirrii filachuuf gorsa ogummaa kennuu. 7. Customized Software Solutions: Fedhii fi hojii dhaabbata keessaniif furmaata sooftiweerii addaa qopheessuu. Irbuu App fi Platform Nordic ICT kan hojjetame yoo ta’u dandeettii teeknooloojii, kalaqa fi furmaata dijitaalaa mul’isu keessaa isa tokko! HOJIIWWAN NORDIC ICT KEESSAA MURAASA:- 1. OromoBook App Appilikeeshinii kitaabota sagaleedhaan dhaggeeffachuu fi e-book dubbisuuf gargaaru. Afaan Oromoo irratti xiyyeeffachuun Android fi iOS irratti tajaajila kenna. 2. Irbuu App Appilikeeshinii sagalee, viidiyoo fi seenaa dhiyeessu. Akkasumas donation, subscription fi muuxannoo fayyadamaa dhuunfaa of keessaa qaba. 3. Haro Sebu Construction Weebsaayitii fi platform hojii dhaabbata ijaarsaa fi daldala waliigalaa agarsiisu. Pirojektoota, tajaajiloota fi bulchiinsa weebsaayitii of keessaa qaba. 4. Atis Nama Foundation Platform gargaarsa namoomaa kan donation, duula walitti qabama deeggarsaa fi seenaa bu’aa hojii foundation agarsiisu. 5. Falcon Gruppen Weebsaayitii dhaabbataa kan hojii dhaabbatichaa, tajaajiloota isaa fi walqunnamtii maamiltootaa fooyyessuuf qophaa’e. 6. Mume Platform tajaajila kunuunsaa kan maamiltoota ogeessota kunuunsaa waliin walqunnamsiisu. Tajaajila kunuunsa mana keessaa, deeggarsa fi fayyaa waliigalaa irratti xiyyeeffata. 7. Village Weebsaayitii dhaabbataa kan seenaa, tajaajiloota fi hojii dhaabbatichaa bifa qulqulluu fi ammayyaatiin dhiyeessu. 8. Ezzu Autotech Platform daldala oomishaalee konkolaataa fi network daldaltootaa agarsiisuuf qophaa’e. 9. School Management System Sirna bulchiinsa manneen barnootaa kan barnoota, argama barattootaa, qormaata, qabxii, kaffaltii fi qunnamtii maatii salphisu. 10. Rental Management System Sirna bulchiinsa qabeenyaa kiraa kan mana, kireeffattoota, waliigaltee, invoice, kaffaltii fi gaaffii suphaa to’achuuf gargaaru. Dhaabbata keessaniifis App, Website, School Management System yookaan Software addaa barbaadduu taanan atatamaan Nordic ICT quunamaa. Bakki argama isaanii: Ethiopia keessaatti: Finfinnee Naannoo 22 Awraris jedhamu gamoo tsega business center gamoo 10ffaa lakk.10 Iskaandineeviyaa Norway magaala osloo Odeeffaannoo dabalataaf 🌐 Website: www.nordicict.com 🌐 www.nordicict.et 📧 Email: contact@nordicict.com 📞 +251 935491844 📞 +251 942 901 190
982
4
1. Hp elitebook Core i5 8th generation Storage 512GB SSD 8GB RAM 14 inch Price= 52,000 2. Hp elitebook Core i5 10th generatio+2
1. Hp elitebook Core i5 8th generation Storage 512GB SSD 8GB RAM 14 inch Price= 52,000 2. Hp elitebook Core i5 10th generation Storage 512GB SSD Price 8GB RAM 14 inch Price =60,000 3. Hp elitebook Core i5 11th generation Storage 512GB SSD 8GB RAM 14 inch Price=66,000 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
1 089
5
=Hp Elitebook =Core i7 =7th generation =Storage 512GB SSD =8GB RAM Price= 45,000 Call 0979579737 Links: - TikTok: http://www.+2
=Hp Elitebook =Core i7 =7th generation =Storage 512GB SSD =8GB RAM Price= 45,000 Call 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
1 447
6
Faayidaa Ifni Aduun Daa’immaniif Qabu ☀️ 》 Qaamni daa’immanii vitaamin D akka oomishu gargaara. Vitaamin D kun guddina qaama
Faayidaa Ifni Aduun Daa’immaniif Qabu ☀️ 》 Qaamni daa’immanii vitaamin D akka oomishu gargaara. Vitaamin D kun guddina qaama daa’immanii keessatti gahee olaanaa qaba. Keessumaa guddina lafee fi ilkaanii keessatti barbaachisaa dha. 》 Oomisha hormoonota #Melatonin fi #Serotonin qaama keessatti to’achuuf gargaara. Kunis hirriba sirreessuu fi daa’imman miira gaarii akka qabataniif gargaara. 》 Sirna ittisa dhukkubaa qaama daa’immanii deeggaruuf gargaara. 》 Siinsinnaa (rickets) hir’ina vitaamin D irraa dhufu ittisuuf gargaara. 》 Keelloo ta’uu gogaa salphaa daa’imman reefuu dhalatanii (mild neonatal jaundice) yaaluuf gargaara. 》 Guddina sammuu fi hojii sirna narvii deeggaruuf gargaara. Fayyaa hin dhabinaa! Dr. Abdi Adugna (MD) Odeeffannoo fayyaa dabalataa argachuuf gara chaanaalii Telegram https://t.me/drabdiadugna nu hordofaa!
1 648
7
IFA ADUU DAA’IMMANIIF ☀️👶 Daa’imman ifa aduutti yeroo baasnu waan gochuu qabnu: 》Uffata itti uwwisuun hin barbaachisu (qaama
IFA ADUU DAA’IMMANIIF ☀️👶 Daa’imman ifa aduutti yeroo baasnu waan gochuu qabnu: 》Uffata itti uwwisuun hin barbaachisu (qaama saalaa dhiiraa fi ija qofaan alatti). 》Dibata garaagaraa dibuun hin barbaachisu. Sababni isaas, ifni aduu gara qaama daa’immanii akka hin seenne ittisa waan ta’eef. 》Ganama ganama, naannoo sa’aatii 3:00–5:00tti, yeroo ifni aduu gahaa ta’etti gara alatti baasuu qabna. Mana keessaa kaa’anii foddaa irraa ifa aduu argachuun gahaa miti. 》Yeroo aduutti baasnu, daqiiqaa 15 hanga 30tti aduu keessa tursiisuu qabna. 》Yeroo gara manaatti deebifnu, goginsa gogaa ittisuuf dibata gogaa laaffisu dibuun gaariidha. 》Daa’imni fayyaan tokko dhalatee guyyaa 10 booda irraa eegalee, hanga ofiisaatiin alatti bahuu danda’utti, ifa aduutti baafamuu qaba. Fayyaa hin dhabinaa! Dr Abdi Adugna https://t.me/drabdiadugna
1 671
8
Special thanks to the staff of St. Paul’s Hospital!🙏🙏 Harka maashiniin addaan kutame bifa kanaan deebisanii yaalii gahaa ta
Special thanks to the staff of St. Paul’s Hospital!🙏🙏 Harka maashiniin addaan kutame bifa kanaan deebisanii yaalii gahaa taasisaniif! Hojii ajaa'ibaati! 👏
1 858
9
Kuni shuumoo osoo hin taane, Cirracha Kaleeti!!! Irra jireessa, Bishaan gahaa ta'e dhuguu dhabuu irraa namatti dhufa!!! Akkum
Kuni shuumoo osoo hin taane, Cirracha Kaleeti!!! Irra jireessa, Bishaan gahaa ta'e dhuguu dhabuu irraa namatti dhufa!!! Akkuma qorichi gaafa nuuf ajajame seera eegnee dirqamnee fudhannu, bishaanis faayidaa heddu arganna waan ta'eef guyyaatti burcuqqoo 6-8ti dirqamaan dhuguu yaa amaleeffannu!!! Via..Dr chala
2 887
10
-Lenovo tablet -Model TB-X704L -Storage 64GB -RAM 8GB -Price 28k Call 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@nets+2
-Lenovo tablet -Model TB-X704L -Storage 64GB -RAM 8GB -Price 28k Call 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
3 033
11
Sin texto...
3 009
12
Irreechi dhufnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon dhibamnaan.." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon buqqaafamnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon Ajj**famnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Simannaan Aartistii Oromoo jiraannaan.." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Qulqullinni Aartii Oromoo kaanaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Sagaleen Oromoo ukkaamfamnaan.." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon hidhamnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Muuziqaan Oromoo garaa nu hanqannaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Gameessi Oromoo wareegamnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Sansakkaan sagantaa Oromoo gad buunaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Oromoon walitti dhukaasnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Namni jirra jedhee abdii kennu dhibnaan ..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Daangaan Oromiyaa tuqamnaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Seenaan Oromoo gaafatamnaan... "silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Gootummaan Oromoo gaafatamanaan..." silaa utuu Haacaaluun jiraatee" Jenna. Miidhagnii fi miidhamni keenya Si ta'ee yeroo hundumaa Siin, tokkicha dhabuun Ofiinuu Qaawwi kuma! Via Aboma Merga
2 921
13
-Samsung Galaxy S10e -Storage 128GB -RAM 6GB PRICE 26,000 Phone 📞 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b+1
-Samsung Galaxy S10e -Storage 128GB -RAM 6GB PRICE 26,000 Phone 📞 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
2 746
14
iPhone 18pro max Storage 256GB Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - F+2
iPhone 18pro max Storage 256GB Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
2 723
15
Hp zbook -Core i7 -11th generation -Storage 512GB SSD -16GB RAM -4GB NVIDIA Graphics Card -14” screen size =Suitable for grap+2
Hp zbook -Core i7 -11th generation -Storage 512GB SSD -16GB RAM -4GB NVIDIA Graphics Card -14” screen size =Suitable for graphics design and video editing =Price 98k Call 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
2 432
16
"#Ni_danda'aa?" ‎"Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniifis haa qoodu. ‎ ‎Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (Esophagus) gara mari'immaan qal'aatti (Small Intestine)-tti qabsiifaama. Haala kanaan nyaanni ujummoo nyaataa irraa gara mir'immaan qal'aatti kallattiin darba. Kanaafuu, namni garaacha malee jiraachuu ni danda'a. Eeyyeen, ni danda'a! ‎ ‎Fayyaa hin dhabiinaa! ‎ ‎Dr. Abdiisaa Ejjetaati @Orobook
2 122
17
=Hp elitebook 840 G7 =Core i5 =10th generation =Storage 512GB SSD =8GB RAM =14 inch screen =Keyboard light Price 60,000 Call+2
=Hp elitebook 840 G7 =Core i5 =10th generation =Storage 512GB SSD =8GB RAM =14 inch screen =Keyboard light Price 60,000 Call ☎️ 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
2 818
18
Namni tokko wal-qunnamtii saalaa marsa tokko (single act of unprotected sex) keessatti carraan inni dhukkuba #HIV qabamuu 0.0
Namni tokko wal-qunnamtii saalaa marsa tokko (single act of unprotected sex) keessatti carraan inni dhukkuba #HIV qabamuu 0.08% dha. Kan vaayirasii tiruu gosa B (#HBV) garuu 20–30% dha! Look at how dangerous it's 😳 Fayyaa hin dhabinaa! Dr Abdi Adugna (MD)
2 124
19
Har’a Guyyaa Kulkula Tiruu Addunyaa (World Hepatitis Day) ti! Guyyaan kunis waggaa waggaan akka addunyaatti Adoolessa 28 (Jul
Har’a Guyyaa Kulkula Tiruu Addunyaa (World Hepatitis Day) ti! Guyyaan kunis waggaa waggaan akka addunyaatti Adoolessa 28 (July 28) kabajama. Kaayyoon isaa hubannoo waa’ee kulkula tiruu, keessumaa kulkula tiruu vaayirasiin (viral hepatitis) dhufu uumuu fi babal’isuudha. Kana malees, dhukkuba kana ofirraa ittisuuf, qorannoo yeroo yerootti gaggeessuu, talaallii dhukkubicha ittisuuf gargaaru dursanii fayyadamuu, karaalee dhukkubichi itti daddarbu hubachuu, akkasumas yoo vaayirasiin kun dhiiga keessatti argame ta’e, saffisaan yaala barbaachisaa argachuuf kakaasuudha. Tarkaanfiiwwan kunneen du’aatii dhukkuba kanaan dhufu hir’isuuf gahee olaanaa qabu. Keessumaa biyya keenya keessatti dhukkubni kun baay’inaan mul’achaa kan jiruufi lubbuu namoota hedduu galaafateedha. Kanaafuu, namni hundi qorannoo kulkula tiruu akka godhatu ni gorfama. Odeeffannoo fayyaa argachuuf #link https://t.me/drabdiadugna miseensa ta'aa! Dr. Abdi Adugna(MD) Fayyaa hin dhabinaa!
1 848
20
#ARGATINNUU_LAATA...? ‎Abbaa manaafi haadha manaadha. Edda wal fuudhanii waggoota 12 lakkoofsisanii jiru. Haga kana waliin jiraatanillee, dhala godhachuu hin dandeenye. Kun madda dhiphina isaanii yeroo hundumaati. Si'a tokkollee ta'u, dhala dhabuun isaanii kun ajandaa isaanii hin ta'iin oolee bulee hin beeku. Dhiphachuu qofaanis hin dhiifne. Yeroo yerootti mana yaalaa deemuun furmaata barbaadaa turanii jiru. Wareega meeqas wareeganii jiru. Yeroo dheeraaf obsuufi furmaata dhabuun booda, wal hiikuufillee yeroo baay'ee dhumarra gahanii deebi'aa turani. ‎Kana hunduma keessatti, kan dhiphina lama dhiphachaa jiru haadha warraadha. Tokko kan dhala dhabuu, inni biraan dhiibbaa karaa garagaraa irratti ta'u! Abbaan warraa 'dhala naaf godhachuu dhabde' jedhee itti guunguma, maatiin abbaa warraa 'ilma keenya dhala malee habifte' jedhanii guyyaa isheen qe'ee isaanii gadhiiftee deemtu eeggatu, ollaafi naannoon, akkanuma hiriyyoonni 'dhala dhabuu' jedhanii quba itti qabu. Dhiphina maatiin isheen isheef dhiphatanis ni dhiphatti. Kana irraan kan ka'e, si'a baay'ee lubbuu ishee balleessuuf yaalii gootee jirti. ‎ ‎Yeroo mana yaalaa deeman hunda, jalqabaa kaasee akka isheen dhala godhachuu hin dandeenyeetti himatti. Sababa ka'umsa dhala dhabuushee baruuf qorannaan hafe tokko hin jiru. Akanuma wareegni wareegamu hundis akka isheen dhala godhachuu dandeessuufidha malee namni waan biraa shakkee beeku hin jiru. Asittidha dogoggorri guddaan! ‎ ‎Amma qe'ee gadhiiftee deemuun dura carraa dhumaa yaaluu akka qaban irratti walii galani. Bakka dura itti yaalamaa turtee irraa rifeerii fudhatanii hospitaala biraa deemani. Bakki kun bakka itti furmaanni argamedha. Asitti haadha warraa qofa irratti hin turre kan qorannaan guutuun godhame, abbaa warraas kan dabalate ture. Haga ammaayyuu inni qoratamuuf eeyyamamaa hin turre ture. Sababni isaas, osoo haadha warraa isaa ishee kana hin fuudhiin dura haadha warraa biraa irraa mucaa tokko qaba ture. Isheen mucaa tokko deesseen booda boqottee jirti. Kanaaf namni isa shakke tokko hin turre. ‎Waan nama ajaa'ibu garuu, kan dhala godhachuu hin dandeenye abbaa warraa ta'ee argame. Kana qorannoo yaalaatu mirkaneesse. Sanaan booda gara yaala furmaata fiduu danda'utti itti fufame. Argatinnuu laata....? ‎ ‎Argitanii? Dhala dhabuun rakkoo dubartootaa qofa fakkaatee mul'achuu har'allee itti fufee jira. Garuu dubbiin akkana miti; dhala dhabuun dhukkuba sirna wal hormaataa dhiiraafi dhalaati. Rakkoon dhala dhabuu yoo maatii tokko keessatti mudate, abbaan warraafi haati warraa sababa ka'umsa ta'uuf carraa wal qixaa qabu (Sababa dhiiraan 30%, sababa dhalaan 30%, sababa lachaniin 30%, kan sababni isaa hin beekamnen 10 %). Akkanuma, kanaan dura dhala qabaachuun dhala dhabuu jalaa bilisa nama hin baasu. Waan yeroon boodaa mudachuu danda'udha. Kana hundachuu dhabuun miidhama xiin-sammuu gam-tokkee, jeeqama maatiifi hawaasummaafi qisaasa'insa diinagdee hammana hin jedhamne fida. Akkanuma ka'umsi dhibee kanaa akka yeroon hin argamne godha. ‎Kanaaf, dhala dhabuun rakkoo dubartootaa qofaa jennee yaaduufi fudhachuu irraa of qusachuu qabna. Dhala dhabuun dhukkuba sirna wal hormaata dhiiraafi dhalaati. Kana kudhaammadhaa, waliif qoodaas! ‎ ‎Fayyaa hin dhabiinaa! ‎ ‎ Dr. Abdiisaa Ejjetaati ‎@Orobook
1 826