cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Galaa Sammuu

The reading nation, the leading nation! In this channel:- ๐Ÿ‘‰Books ๐Ÿ‘‰Cultural Clothes ๐Ÿ‘‰New apps and technolgies Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1 Contact: @Qananii1

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
9 523
Obunachilar
+424 soatlar
+397 kunlar
+21730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

00:12
Video unavailableShow in Telegram
Dive into a world of laughter! ๐Ÿ˜„ Subscribe now for hilarious moments that'll brighten your day! ๐ŸŽ‰ @Funny5Videos ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ@Funny5Videos ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ@Funny5Videos ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ https://t.me/+BfgkrUECRWs4YzI8 No Matter what language you speak. This channel will make You Laugh
Hammasini ko'rsatish...
20240628-40454-pt75lo1.44 MB
Hammasini ko'rsatish...
Funny Videos

No Matter what language you speak. This channel will make You Laugh Ads:-

https://telega.io/c/Funny5Videos

Hammasini ko'rsatish...
TapTip

๐Ÿš€ Tap is Power, Tip is Asset. Launch to the Moon with TapTip. ๐Ÿ’Ž Tap to Earn, Explore, and Have Fun ๐ŸŽ Invite Friends and Earn Extra Bonuses Join Our Official Channel to Learn More:

https://t.me/TapTipfun

Click โ€œStartโ€ Below

Photo unavailableShow in Telegram
Yaa simbirtuu-simboo uumaa Kudhaamakoo - faaya mormaa Abbaa xiiqii-gooba kormaa Qurunfudii-foolii sugaa Yaa qimamii- abbaa nagaa Ayyaanticha-burqaa seeqaa Ilmoo dhugaa- fakkii waaqaa Bantii sammuu-Abbaa Muudaa Mataa namaa- guca guddaa Michichila- kuula haqaa Silaa aartiif-atuu waaqa! Hachalu Hundessa ๐Ÿฅฐ
Hammasini ko'rsatish...
โค 16๐Ÿ‘ 5
Ani Itiyoophiyaanoota hin amanuu jedha Ba'aaluu Girmaa kitaabasaa แ‹จแ‰€แ‹ญ แŠฎแŠจแ‰ฅ แŒฅแˆช jedhu keechatti. Ani Itiyoophiyaanoota hin amanu, ofii kootii calqabee. Nuti namoota maaskiidhaan haguugamnee jiraannudha. Bifti nuti namatti agarsiifnuu fi uumamni keenya inni dhugaan lafaaf saamiidha. Sana irratti hamaa fi gaarii; tokko kan kaan irraa adda ittin baasnu ulaagaa hin qabnu. Safartuun buโ€™uuraa nuti keenyu waan kamiyyuu irratti dantaa dhuunfaa keenyaa qofa. Kanaafidha gidiraan kan heeddummaatuuf. Hiikni hiriyummaa ykn obbolummaa kan hin beekamneef. Hamii, maqa balleessii fi odeessi ragaa hinqabne kan baay'atuuf. Akka Itoophiyaanootatti qajeelfama tokko qofa beekna, "dantaa dhunfaa ofii" qofa. Yoon du'e malee abaluu hin amanuu jennee dhaadanna. Faayidaa keenyaaf yoo ta'e ni sobna. Ni ajjeesna. Ni hiina. Wantoota kana yommuu hojjennu qalbiin keenya hin jeeqamu. Qalbiin faayidaa dhuunfaatiif bitame akkamitti gaabbuu dandaสผa silaas? Gantummaarra hin deebinu. Tooftaan nuti faayidaa dhuunfaa argachuuf fayyadamnu fira diina irraa adda hin baasu, inaaffaa fi hammeenyi amala keenya. Hiika safuu fi amanamummaa afaaniin malee hin beeknu. Walumaagalatti qalbii gaarii fi hamaa adda baasuu dandaโ€™u hin qabnu. Namni nu barsiisees hin jiru. Barachuufis fedhii hin qabnu. Wanti baranne ummata duratti nama fakkaachuudha. Bara kana keechaa immoo Facebook irratti nama gaarii fakkaatanii mul'achuudha. Addababaayirratti namni hundi gootaa, kabajamaa, ulfina kan qabnu, amanamaa, gocha badarraa kan fagatee, hojii nama boonsu kan hojjetu, garaa qulqulluu kan jiraatu, yaada gaarii kan qabu, amanamummaan lapheensaa kan guutame, beekaa, hayyuu, qaroo fi gad of qabuun kan jiraatu fakkaanna alatti. Kun haguuggii fuulaa ummata duratti uffannudha. Haguuggii fakkeessummaa gocha hamminaa keenya ittin awwaallu. Garuu jireenya dhuunfaa keenya keechatti araada inaaffaa, shira, daba, soba, olola fi odeessa mataaf miilaa hin qabne irraa bilisoomne hin beeknu.Faayidaa dhuunfaaf jecha, maqaa balleessii, oduu soba fi fakkeessummaa irraa hin fagaannu. Amalli nu ibsu fakkeessummaadha. Haguuggii fakkeessummaa jala jiraanna. Haguuggii fuulaa malee ni jibbisiisna. Yeroo haguuggii fuulaa ofirraa baasnu ni fokkisna. Via: #Dinku_LK_Sarda
Hammasini ko'rsatish...
โค 20๐Ÿ‘ 3
Hammasini ko'rsatish...

Hammasini ko'rsatish...
Barruu Walaabuu

Walabu Post

๐Ÿ‘ 1
"Uumaan ni uuma malee uumama hunda kan oolchee bulchu sirna. Sirni xabboo(Indigenous system) marti hariiroo uumamaafi eenyummaa uummataan masakamee diriira waan ta'eef, wiirtuuwwan isaa yoo diigamellee,heeraafi seerri isaanii uummata keessatti hambaa ta'ee hafa. " jedha kitaabni kun. Sirni qirqaabama wantoota hedduu akkaa fi bakka wal unannaan isaanii qajeelutti sirnaa'uun socho'anidha. Sochiifi deemsi sirnaa kun yoo wal maqefi walirraa gore akkasumas yoo wal simatee wal faana deemuu dhabe, sirni walaabuu jeeqamuufi uumamni nagaa dhaba. "Uumamni mul'atuufi hin mul'anne marti, sirna walaabuutiin qajeelfamee jiraata"jedha. Kitaabni kun sirna warri Kuush bar-dhibbeewwan hedduun dura Muuda Mormoriifi Odaa Walaabuu jalatti wiirtuu Muudaafi Bokkuu dhaabbatan, sochii uummanni naannoo ededa laga Mormoriifi Nuubiyaa keessatti taasisan dooyee dhiyeessa. Sochiiwwan qajeelfannaa sirnaa, wiirtuuwwan qaroominaa, baroota sirni warra Kuush bantii guddaarra gahe (golden age), dhufaatii warra biroofi saamamuu sirna warra Gurraachaa sirriitti qaaccessa. ....Barruun kun qe'ee hanga addunyaa maraatti, addunyaa maraa hanga qe'eetti, maalummaa sirnaa, ka'umsaafi gahumsa sirnaa, sirna qabaachuufi dhabuun maal akka fayyaduufi fidu qaaccessa. Sirnoonni siyaasaafi amantii addunyaarratti dhiibbaa gurguddaa uuman akkamiin akka ka'aniifi eessa akka gahan addeessa. Inni biraan, hangaftichi Kuush Oromoon Muuda Mormoriifi Odaa Walaabuu (Nuubiyaa) irraa ka'uun Wiirtuu muudaa Gichee hanga Caffee Dongoraatti...achimmoo hanga ammaatti maal keessa akka darbeefi maal keessa akka jiru, jijijjiiramuufi bittinnaa'uu wiirtuuwwan Muudaafi Bokkuu agarsiisuuf ragaaleen maddoota garagaraafi argaa dhageettii hedduutti dhimma bahameera. Kitaaba kana qorataa seenaa obbo Taliila Bulbula Tulluu tiin barreeffame. Dhugaawwan, dhugeeffannaafi beekumsa argaa-dhageetti hedduu haammatee jira. Gama tokkoon qorattoota dhimma uummata keenyaa qorachuu barbaadaniif xurree saaqa. Gama biraatiin immoo kitaabilee barnootaa dhimma sirna Oromoorratti bahaniif wabii guddaadha. Kitaabni kun waxabajjii 23/2016 Hoteela Internaashinaalii Ililliitti eebbifama. Guyyaa sana beellaam biraa hin qabatinaa, kitaaba kanammoo barbaadaa dubbisaa๐Ÿ™๐Ÿฅฐ Hub: Obbo Taliilaan obbolaa lamaan waa'ee farda 'Siidaa Dabalee' barreessan kan Hachalu Hundessa wabeeffatee gaafa Interview dhumaa dubbate sanadha. Warra gumaata seenaa taasisan, waan uummataa ifatti baasuuf ifaajaa turaniifi jiran keessaa warra tarree duraati.๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Hammasini ko'rsatish...
โค 8๐Ÿ‘ 6๐Ÿ‘ 1
Badhaasni Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaatiin waggaa waggaan qophaaโ€™u, dameelee 11 irratti A L I Waxabajji 22 bara 2016 gaggeeffama.Faawondeeshiniin kun weellisicha yaadachuun cinatti hojiilee aartii guddisuu kan kaayyeeffatedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BJxp2DV
Hammasini ko'rsatish...
Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa 3ffaa gaggeeffamuuf jirurraa maaltu eegama?

Badhaasni Faawundeeshinii Haacaaluu Hundeessaatiin waggaa waggaan qophaaโ€™u, dameelee 11 irratti A L I Waxabajji 22 bara 2016 gaggeeffama. Faawondeeshiniin kun weellisicha yaadachuun cinatti hojiilee aartii guddisuu kan kaayyeeffatedha.

๐Ÿ‘ 2
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.