ch
Feedback
Galaa Sammuu

Galaa Sammuu

前往频道在 Telegram

The reading nation, the leading nation! In this channel:- 👉Books 2.New apps and technologies 3. Self help messages 4. short stories Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1 Contact: @Qananii1

显示更多

📈 Telegram 频道 Galaa Sammuu 的分析概览

频道 Galaa Sammuu (@afrowisdom1) 阿姆哈拉语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 14 001 名订阅者,在 教育 类别中位列第 14 229,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 398

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 14 001 名订阅者。

根据 28 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 188,过去 24 小时变化为 -7,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 11.30%。内容发布后 24 小时内通常能获得 3.68% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 1 584 次浏览,首日通常累积 515 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 4

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
The reading nation, the leading nation! In this channel:- 👉Books 2.New apps and technologies 3. Self help messages 4. short stories Buy ads: https://telega.io/c/Afrowisdom1 Contact: @Qananii1

凭借高频更新(最新数据采集于 29 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

14 001
订阅者
-724 小时
+217
+18830

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
七月 '26
七月 '26
+216
在0个频道中
六月 '26
+44
在1个频道中
Get PRO
五月 '26
+7
在0个频道中
Get PRO
四月 '26
+1
在0个频道中
Get PRO
三月 '26
+4
在0个频道中
Get PRO
二月 '26
+29
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+42
在0个频道中
Get PRO
十二月 '25
+72
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+99
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+106
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+137
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+182
在2个频道中
Get PRO
七月 '25
+177
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+113
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+143
在1个频道中
Get PRO
四月 '25
+152
在1个频道中
Get PRO
三月 '25
+140
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+148
在1个频道中
Get PRO
一月 '25
+630
在2个频道中
Get PRO
十二月 '24
+847
在0个频道中
Get PRO
十一月 '24
+888
在2个频道中
Get PRO
十月 '24
+885
在2个频道中
Get PRO
九月 '24
+877
在2个频道中
Get PRO
八月 '24
+855
在1个频道中
Get PRO
七月 '24
+309
在2个频道中
Get PRO
六月 '24
+303
在3个频道中
Get PRO
五月 '24
+373
在2个频道中
Get PRO
四月 '24
+487
在5个频道中
Get PRO
三月 '24
+244
在1个频道中
Get PRO
二月 '24
+148
在1个频道中
Get PRO
一月 '24
+124
在1个频道中
Get PRO
十二月 '23
+119
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+121
在2个频道中
Get PRO
十月 '23
+153
在0个频道中
Get PRO
九月 '23
+134
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+129
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+162
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+175
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+154
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+116
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+122
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+84
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+128
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+136
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+105
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+144
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+141
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+180
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+199
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+141
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+201
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+387
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+464
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+105
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+184
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+204
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+96
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+273
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+181
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+199
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+279
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+290
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+497
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+232
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+274
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+282
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+328
在0个频道中
Get PRO
十二月 '20
+5 811
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
29 七月0
28 七月0
27 七月0
26 七月+16
25 七月0
24 七月+12
23 七月+2
22 七月+8
21 七月+3
20 七月+4
19 七月+18
18 七月+10
17 七月+1
16 七月+12
15 七月+6
14 七月+20
13 七月+6
12 七月+3
11 七月+7
10 七月0
09 七月+4
08 七月+7
07 七月+7
06 七月+13
05 七月+12
04 七月+17
03 七月+8
02 七月+10
01 七月+10
频道帖子
Namni tokko wal-qunnamtii saalaa marsa tokko (single act of unprotected sex) keessatti carraan inni dhukkuba #HIV qabamuu 0.0
Namni tokko wal-qunnamtii saalaa marsa tokko (single act of unprotected sex) keessatti carraan inni dhukkuba #HIV qabamuu 0.08% dha. Kan vaayirasii tiruu gosa B (#HBV) garuu 20–30% dha! Look at how dangerous it's 😳 Fayyaa hin dhabinaa! Dr Abdi Adugna (MD)

2
Har’a Guyyaa Kulkula Tiruu Addunyaa (World Hepatitis Day) ti! Guyyaan kunis waggaa waggaan akka addunyaatti Adoolessa 28 (Jul
Har’a Guyyaa Kulkula Tiruu Addunyaa (World Hepatitis Day) ti! Guyyaan kunis waggaa waggaan akka addunyaatti Adoolessa 28 (July 28) kabajama. Kaayyoon isaa hubannoo waa’ee kulkula tiruu, keessumaa kulkula tiruu vaayirasiin (viral hepatitis) dhufu uumuu fi babal’isuudha. Kana malees, dhukkuba kana ofirraa ittisuuf, qorannoo yeroo yerootti gaggeessuu, talaallii dhukkubicha ittisuuf gargaaru dursanii fayyadamuu, karaalee dhukkubichi itti daddarbu hubachuu, akkasumas yoo vaayirasiin kun dhiiga keessatti argame ta’e, saffisaan yaala barbaachisaa argachuuf kakaasuudha. Tarkaanfiiwwan kunneen du’aatii dhukkuba kanaan dhufu hir’isuuf gahee olaanaa qabu. Keessumaa biyya keenya keessatti dhukkubni kun baay’inaan mul’achaa kan jiruufi lubbuu namoota hedduu galaafateedha. Kanaafuu, namni hundi qorannoo kulkula tiruu akka godhatu ni gorfama. Odeeffannoo fayyaa argachuuf #link https://t.me/drabdiadugna miseensa ta'aa! Dr. Abdi Adugna(MD) Fayyaa hin dhabinaa!
567
3
#ARGATINNUU_LAATA...? ‎Abbaa manaafi haadha manaadha. Edda wal fuudhanii waggoota 12 lakkoofsisanii jiru. Haga kana waliin jiraatanillee, dhala godhachuu hin dandeenye. Kun madda dhiphina isaanii yeroo hundumaati. Si'a tokkollee ta'u, dhala dhabuun isaanii kun ajandaa isaanii hin ta'iin oolee bulee hin beeku. Dhiphachuu qofaanis hin dhiifne. Yeroo yerootti mana yaalaa deemuun furmaata barbaadaa turanii jiru. Wareega meeqas wareeganii jiru. Yeroo dheeraaf obsuufi furmaata dhabuun booda, wal hiikuufillee yeroo baay'ee dhumarra gahanii deebi'aa turani. ‎Kana hunduma keessatti, kan dhiphina lama dhiphachaa jiru haadha warraadha. Tokko kan dhala dhabuu, inni biraan dhiibbaa karaa garagaraa irratti ta'u! Abbaan warraa 'dhala naaf godhachuu dhabde' jedhee itti guunguma, maatiin abbaa warraa 'ilma keenya dhala malee habifte' jedhanii guyyaa isheen qe'ee isaanii gadhiiftee deemtu eeggatu, ollaafi naannoon, akkanuma hiriyyoonni 'dhala dhabuu' jedhanii quba itti qabu. Dhiphina maatiin isheen isheef dhiphatanis ni dhiphatti. Kana irraan kan ka'e, si'a baay'ee lubbuu ishee balleessuuf yaalii gootee jirti. ‎ ‎Yeroo mana yaalaa deeman hunda, jalqabaa kaasee akka isheen dhala godhachuu hin dandeenyeetti himatti. Sababa ka'umsa dhala dhabuushee baruuf qorannaan hafe tokko hin jiru. Akanuma wareegni wareegamu hundis akka isheen dhala godhachuu dandeessuufidha malee namni waan biraa shakkee beeku hin jiru. Asittidha dogoggorri guddaan! ‎ ‎Amma qe'ee gadhiiftee deemuun dura carraa dhumaa yaaluu akka qaban irratti walii galani. Bakka dura itti yaalamaa turtee irraa rifeerii fudhatanii hospitaala biraa deemani. Bakki kun bakka itti furmaanni argamedha. Asitti haadha warraa qofa irratti hin turre kan qorannaan guutuun godhame, abbaa warraas kan dabalate ture. Haga ammaayyuu inni qoratamuuf eeyyamamaa hin turre ture. Sababni isaas, osoo haadha warraa isaa ishee kana hin fuudhiin dura haadha warraa biraa irraa mucaa tokko qaba ture. Isheen mucaa tokko deesseen booda boqottee jirti. Kanaaf namni isa shakke tokko hin turre. ‎Waan nama ajaa'ibu garuu, kan dhala godhachuu hin dandeenye abbaa warraa ta'ee argame. Kana qorannoo yaalaatu mirkaneesse. Sanaan booda gara yaala furmaata fiduu danda'utti itti fufame. Argatinnuu laata....? ‎ ‎Argitanii? Dhala dhabuun rakkoo dubartootaa qofa fakkaatee mul'achuu har'allee itti fufee jira. Garuu dubbiin akkana miti; dhala dhabuun dhukkuba sirna wal hormaataa dhiiraafi dhalaati. Rakkoon dhala dhabuu yoo maatii tokko keessatti mudate, abbaan warraafi haati warraa sababa ka'umsa ta'uuf carraa wal qixaa qabu (Sababa dhiiraan 30%, sababa dhalaan 30%, sababa lachaniin 30%, kan sababni isaa hin beekamnen 10 %). Akkanuma, kanaan dura dhala qabaachuun dhala dhabuu jalaa bilisa nama hin baasu. Waan yeroon boodaa mudachuu danda'udha. Kana hundachuu dhabuun miidhama xiin-sammuu gam-tokkee, jeeqama maatiifi hawaasummaafi qisaasa'insa diinagdee hammana hin jedhamne fida. Akkanuma ka'umsi dhibee kanaa akka yeroon hin argamne godha. ‎Kanaaf, dhala dhabuun rakkoo dubartootaa qofaa jennee yaaduufi fudhachuu irraa of qusachuu qabna. Dhala dhabuun dhukkuba sirna wal hormaata dhiiraafi dhalaati. Kana kudhaammadhaa, waliif qoodaas! ‎ ‎Fayyaa hin dhabiinaa! ‎ ‎ Dr. Abdiisaa Ejjetaati ‎@Orobook
839
4
iPhone 12 Pro Max Storage 128GB Batteryhealth 91% Price 63,000 ☎️ 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b+1
iPhone 12 Pro Max Storage 128GB Batteryhealth 91% Price 63,000 ☎️ 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
1 161
5
The HP EliteBook 830 G8 is available with the following specifications: - Processor: Intel Core i5, 11th Generation - Storage+2
The HP EliteBook 830 G8 is available with the following specifications: - Processor: Intel Core i5, 11th Generation - Storage: 512GB SSD - Memory: 16GB RAM - Display: Touchscreen with 360-degree rotation - Lightweight laptop Price: 80,000 Contact Number: 0979579737 Links: - TikTok: http://www.tiktok.com/@netsi.b - Telegram: https://t.me/noorelectroniiics - Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
1 347
6
https://youtu.be/RmhAcb4uMoo?si=HdSOPkWYh1kxix2j
2 191
7
https://youtu.be/zDp4p-Fjv-8?si=4Pz5a-_YzKaKRa_P
1 906
8
Akkam jirtu hordoftoota @Galaa Sammuu? Telegram account @Galataa Tsaggaa waan hack ta'eef message isinitti ergamu kamiyyuu akka hin deebisne kabajaan isin gaafanna🙏
707
9
☕ Good news for coffee lovers! A new study of more than 350,000 people found that higher coffee consumption is linked to sign
☕ Good news for coffee lovers! A new study of more than 350,000 people found that higher coffee consumption is linked to significantly lower risks of serious liver diseases — including cirrhosis and liver cancer. People who drank 5+ cups a day had: ✔️ 32% lower risk of cirrhosis ✔️ Nearly 50% lower risk of liver cancer Even better? The benefits were seen with both caffeinated and decaf coffee — and even among those who added sugar or artificial sweeteners. With coffee already part of many daily routines, it may be more than just a morning pick-me-up — it could be an easy way to support liver health. Via..American Gastroenterological Association @ https://t.me/drabdiadugna
3 480
10
没有文字...
3 255
11
Taphataan Kubbaa Miilaa Turkii Gani Çatan Simbira Du'a Irraa Baraare Istaanbuul, Turkii — Taphataan kubbaa miilaa Turkii Gani Çatan yeroo tapha kubbaa miilaa amateurii tokko keessatti raawwii isaa nama ajaa'ibsiiseen qalbii namoota hedduu harkise. Taateen kun gaafa Guraandhala 22, 2026 yeroo Finalii Play-Off Liigii Amateurii Kutaa 1ffaa Istaanbuul, naannoo Zeytinburnu keessatti gaggeeffamaa turetti mudate. Yeroo tapha sanaatti, eeggataan karra garee Istanbul Yurdum Spor kubbaa gara fuulduraatti rukute. Kubbaan sun tasuma simbira galaanaa (seagull) balali'aa turte tokko rukute. Humna rukuttaa sanaatiin simbirri sun battalumatti lafatti kuftee of wallaalte. Yeroo taphattoonnii fi daawwattoonni taatee kanaan rifatanitti, hoogganaan garee Gani Çatan ariitiin gara simbira sanaatti fiige. Simbirri sun sochii tokko illee akka hin qabne hubachuun, lubbuu ishee baraaruuf tattaaffii jalqabe. Çatan mala gargaarsa yeroo ariifachiisaa (CPR) irraa fakkeenya fudhachuun qoma simbira sanaa suuta dhiibaa ture. Kaayyoon isaa hafuura deebisuu fi akka of wallaalummaa irraa dammaqtu gochuu ture. Namoonni hedduun abdii kutatan illee inni carraaqqii isaa itti fufe. Daqiiqaa tokkoof tattaaffii taasise booda, simbirri sun mallattoo jireenyaa agarsiisuu jalqabde. Ijji ishee banamuu fi qaamoleen ishee socho'uu jalqaban. Kunis lubbuun ishee deebi'aa akka jirtu mul'ise. Simbirri sun yeroo of wallaalummaa irraa deebitetti, Çatan suuta ishee kaasuun ogeeyyii fayyaa qarqara dirree jiranitti geesse. Qorannoon irratti taasifameen miidhaan baallee ishee irra ga'e akka jiru mirkanaa'e; wal'aansi barbaachisaanis kennameef. Gareen Istanbul Yurdum Spor tapha xumuraa sana rukuttaa adabbii (penalty shootout) irratti yoo dhabe illee, namoonni hedduun injifannoon guddaan guyyaa sanaa waancaa osoo hin taane hojii gara-laafummaa Gani Çatan raawwate akka ta'e dubbatan. Viidiyoon yeroo inni simbira sana baraaru miidiyaa hawaasaa irratti saffisaan faca'e. Namoonni addunyaa mara irraa hojii isaa dinqisiifatanii galateeffatan. Deeggartoonni kubbaa miilaa fi jaallattoonni bineensotaa gocha isaa akka fakkeenya namaa gaarii tokkootti ilaalu jalqaban. Erga taateen sun mudatee booda Çatan akkana jedhe: "Lubbuu tokko baraaruun waancaa tokko mo'achuu caalaa naaf hiika guddaa qaba." Jechi isaa kun akka inni injifannoo taphaa caalaa gatii lubbuu uumamootaaf kennu agarsiise. Gaarummaan isaa kun beekamtii "Hero to Animals" jedhu argamsiiseef. Gochi Gani Çatan kun kubbaa miilaa keessaa qofa osoo hin taane, gara-laafummaa, jaalala uumamaaf qabnu fi lubbuu uumama kamiyyuu kabajuun hammam akka barbaachisu addunyaatti agarsiiseera. Madda: Fuula #Facebook Fayyaa Daa'immanii
3 000
12
"Dhaqee cinaachikoo, yommuu lafa gahu Waanan rafeen se'a, nan rafeef hin rafne Hin rafne jechuufis, ciisa koorran jira!" Amma
"Dhaqee cinaachikoo, yommuu lafa gahu Waanan rafeen se'a, nan rafeef hin rafne Hin rafne jechuufis, ciisa koorran jira!" Ammas nuun waan akkanaa tanatu nutti jira💔 Hachalu's Week! We keep his legacy alive!😍
2 059
13
没有文字...
2 096
14
   ....  ATI FAYYAA HIN QABDU; SAMMUUN KEE SI DHUKKUBA,... Yeroo tokko abbaan manaa fi haati manaa mana tokko keessatti waliin jiraatu turan. Isaanis yeroo hedduu wal lolu turan. Yeroo wal lolan kanas, haati manaa yeroo hunda, “Ati fayyaa hin qabdu; sammuun kee si dhukkuba,” jettee isa arrabsiti turte. Haaluma kanaan, erga waggoota hedduu waliin jiraatanii booda, abbaan manaa of shakkuu eegale. “Wanti haati mana koo jettu kun dhugaadha laata?” jechuun yaaduu eegale. Sana booda, akkuma isheen jecha kanaan isa arrabsaa turte, shakkiin itti hammaatee guyyaa tokko ogeessa xiin-sammuu bira deeme. Achittis ogeessichaaf waan isa muudate hunda himate. Ogeessichis erga waan hunda qoratee booda, namichi fayyaa-qabeessa akka ta’ee fi yaadni akkasii kan isa keessatti uumame sababa haati manaa isaa yeroo dheeraaf jechoota akkasii itti fayyadamteef ta’uu hubatee, yaadota akkasii of keessaa akka baasu gorsee isa gaggeesse. Wanti nama ajaa’ibu garuu, namichi ogeessicha amanuu hin dandeenye. “Haati manaa koo rakkoo kiyya argitee waan akkasii naan jette; isheen yeroo mara na waliin waan turteef na caalaa na beekti,” jechuun haadha manaa isaa amanee fudhate. Akkuma yeroo darbaa deemeenis, haalli namichaa jijjiirama itti fufe. Amaloota duraan isarratti hin mul'annes agarsiisuu eegale. Dhumarrattis guutummaatti dhukkubsataa sammuu (psychiatric patient) ta’ee, giddugala yaala xiin-sammuutti akka yaalamu ta’ee achi gale. Take home message(Ergaa): Kanaafuu, jechoonni nuti fayyadamnu nuuf homaa fakkaachuu dhiisuu danda’u; garuu namoota itti fayyadamnuuf hiikaa guddaa qabaachuu danda’u. Keessumaa immoo namoota nutti dhihoo jiraniif ergaa cimaa dabarsuu danda’u. Kanaaf, jechoota isaanif  fayyadamnu filachuun baay’ee murteessaa fi barbaachisaadha. Galatoomaa🙏 Dr Abdi Adugna tiin Miseensa ta'uuf  https://t.me/drabdiadugna
1 964
15
没有文字...
766
16
-Hp Zbook -core i5 - 12th generation - storage 512GB -RAM 16GB -14 inch screen size Call ☎️ 0979579737 👉www.tiktok.com/@nets+2
-Hp Zbook -core i5 - 12th generation - storage 512GB -RAM 16GB -14 inch screen size Call ☎️ 0979579737 👉www.tiktok.com/@netsi.b 👉https://t.me/noorelectroniiics 👉https://www.facebook.com/profile.php?id=61568684850613
2 179
17
没有文字...
1 824
18
GOSOOTA MATAA DHUKKUBBII ******* Mataa dhukkubbiin gosoota hedduu kan qabu yoo ta'u, kanneen armaan gadii kun sadan warreen hawaasa baay'inaan hubanii fi hawaasni keenya adda baasee beekuu qabudha. ******* 1. GOSA MATAA DHUKKUBBII TEENSHINII (Tension Type Headache) [Fakkii: A] kan jedhamu kun dhukkuubbii mataa kan guutummaa mataa keenyaa dhukkubuu fi dhukkubbiin isaa salphaa ta’e, yeroo baay’ee hojii keenya guyyaa guyyaa irraa nu dhorkuu hin dandeenyedha. Mataa dhukkubbiin kun, mallattoo dabalataa hin qabu, mataa dhukkubbii qofa! Inni kun qorichoota hawaasni yeroo baay’ee mataa dhukkubbiif fudhatu akka “paracetamol” fi kkf (ordinary pain killers) yoo fudhanne kan nu dhiisudha. Ka’umsi isaa guutumaa guututti beekamuu baatus muddamuu, dheebochuu fi beela’uufaa waliin walqabata. [Fakkii A] ******* 2. MATAA DHUKKUBBII MAAYIGIREENII (Migraine Headache) [Fakkii: B]: Inni kun dhukkubbii isaa baayyee hamaa fi kan hojii irraa nama hambisudha. Mataa dhukkubbii isa yeroo hedduu mataa gama tokkoon hiree kan dhukkubu, dhukkuubbii mataa keessaa nama dha’atu (throbbing), kan namatti cimaa deemu, yoo takkaa dhukkubuu eegalu sa’atii muraasaa haga guyyaa sadillee turuu kan danda’u, sochii (activity) irraan kan nama eegalu dha. Maayigreeniin mataa dhukkubbii irratti dabalataan, mallattoolee biraa kan akka balaqqamsiisuu, nyaata jibbisiisuu fi ijaan ifa ilaaluu dadhabuu of biratti qaba. Yeroo tokko tokko dhukkubbiin kun dhufuun isaa dura mallattoolee akka ija ofiitti balaqqeessa’uu, sararawwaan ziig zaag fakkaatan ija ofiitti mul’achuu fi haasaa’uu dadhabuu fi kanneen biroo argisiisa. Yeroo kana namoonni mataa dhukkubbii gosa kana qaban akka mataan dhukkubbii kun isaanitti ka'uuf jedhu ni beeku. Dhukkubbii kana kan namatti kaasan: garmalee yaadda’uu ykn muddamuu, dhugaatii alkoolii, beela’uu fi dheebochuu, baay’ee rafuu ykn hirriba dhabuu, marsaa laguu yoo dhufu (dubartootaaf), sagalee garmalee ol ka’ee nama jeequ, ifa cimaa ilaaluu, waan foolii badaa qabu fi kkf dha. Waan nutti kaasu beeknee, akkuma dhuunfaa keenyaatti irraa fagaachuu qabna. Jireenya keenya guyyaa guyyaa irratti sana irra darbee miidhaa kan fidu yoo ta’ee fi qoricha xixiqqaa mataa dhukkubbiif fudhannuun yoo dhiisuu dide hospitaala deemnee qoricha ogeeyyii yaalaan ajajamu fudhachuu qabna. ******* 3. MATAA DHUKKUBBII KILAASTERII (Cluster Headache) [Fakkii: C]: Inni kun gosoota mataa dhukkubbii bal'aa trigeminal autonomic cephalgia jedhamu keessatti kan argamu ta'ee, mataa gam tokko (bitaa ykn mirga) qofa, naannoo ijaa kan dhukkubu yoo ta’u, gama dhukkubu sanaan mallattoowwan: ija keessaa bishaan akka imimmaanii gadi dhangalaasuu, ija diimessuu fi funyaan cufuu agarsiisa. Ciminni dhukkubbii isaa garmalee hamaa, dhukkubbii mataa kanneen biroo irra kan caaludha. Dhukkubbiin isaa yoo jalqabu naannoo ijaa irraan kan eegalu, akka mataa dhukkubbii gosa kaanii suuta jedhee osoo hin taane, akka tasaa takkaa dhumatti akka ibiddaa kan namarra bu’uudha. Guyyaa keessaa sa’atii walfakkaataa irratti namatti kan dhufuu fi yeroo tokko tokko irriba keessaallee nama kaasa. Ka’umsi dhukkuba kanaa tasumaa kan hin beekamne yoo ta’u, kitaabonni tokko tokko garuu sanyiidhaan akkka darbu ibsu. Dhukkuba kana fayyisuun dadhabamus qorichootni dhukkubbii isaa hir’isanii fi daddafee akka hin dhufne taasisan ni kennamu. ******* Via Dr Mohammed Kedir Fayyaa hin dhabinaa https://t.me/drabdiadugna
1 952
19
Gaaffiin kun namoota hedduu irraa, iddoo hedduuttis na muudata! Innis, "Doktora, marsaa laguu tokko keessatti yeroon itti ulf
Gaaffiin kun namoota hedduu irraa, iddoo hedduuttis na muudata! Innis, "Doktora, marsaa laguu tokko keessatti yeroon itti ulfi uumamuu danda'u fi yeroon itti ulfi uumamuu hin dandeenye yoomi?" kan jedhu dha. ✍️Deebiin isaa: Marsaa laguu tokko keessatti yeroon carraan ulfaa'uu 100% ta'u yookaan ammoo 0% ta'u hin jiru. Dubartiin tokko marsaa laguu tokko keessatti carraa ulfaa'uu 20%–25% qabdi. Carraan kun yeroo murtaa'e keessatti caalaatti ol ka'a; yeroo kana "fertility window" (yeroo carraan ulfaa'uu olaanaa ta'e) jechuun beekama. Yeroon kunis hanqaaquun (ovum) oovaarii irraa gad dhiifamuuf (ovulation) dura guyyoota 5 fi erga gad dhiifamtee booda guyyaa 1 keessatti kan argamu dha. Kanaafuu, guyyoonni kun yeroo carraan ulfaa'uu caalaatti ol ka'u dha. Fayyaa hin dhabinaa Dr Abdi Adugna (MD) https://t.me/drabdiadugna
1 812
20
没有文字...
2 008