JECHOOTA GAMNAA
Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa. āļøļøļøJechoota Hayyoota āļøļøļøGorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA
Ko'proq ko'rsatishš Telegram kanali JECHOOTA GAMNAA analitikasi
JECHOOTA GAMNAA (@jechootagamnaa) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 22 458 obunachidan iborat bo'lib, Psixologiya toifasida 817-o'rinni va Finlandiya mintaqasida 223-o'rinni egallagan.
š Auditoriya koārsatkichlari va dinamika
Š½ŠµŠ²ŃŠ“омо sanasidan buyon loyiha tez oāsib, 22 458 obunachiga ega boāldi.
05 Sentabr, 2026 dagi oxirgi maālumotlarga koāra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -142 ga, soānggi 24 soatda esa 0 ga oāzgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.
- Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
- Jalb etish (ER): Auditoriya oārtacha 0% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining N/A% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni toāplaydi.
- Post qamrovi: Har bir post oārtacha 0 marta koāriladi; birinchi sutkada odatda 0 ta koārish yigāiladi.
- Reaksiyalar va oāzaro taāsir: Auditoriya faol: har bir postga oārtacha 0 ta reaksiya keladi.
š Tavsif va kontent siyosati
Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida taāriflaydi:
āJechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa.
āļøļøļøJechoota Hayyoota āļøļøļøGorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYAā
Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi maālumot 06 Sentabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli boālib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Psixologiya toifasidagi muhim taāsir nuqtasiga aylantirishini koārsatadi.
Ma'lumot yuklanmoqda...
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 06 Sentabr | 0 | |||
| 05 Sentabr | +4 | |||
| 04 Sentabr | +6 | |||
| 03 Sentabr | +1 | |||
| 02 Sentabr | 0 | |||
| 01 Sentabr | +3 |
| 2 | Jechoota Beektotaa 10 Kan Daandii Milkaa'inaa Irra Nama Buusan:
ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬
ā. Injifachuuf keessa jiraachuu qabda.
- Tony Robbins
ā. "Milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii irraa gara kufaatiitti gufachuudha."
- Winston Churchill
ā. "Namoonni yeroo baay'ee kaka'umsi hin turu jedhu. Kanaafidha guyyaa guyyaan akka jajjabaataniif kan gorsuuf!"
- Zig Ziglar
ā. Abjuu kee dhugoomsuu yoo barbaadde wanti jalqaba gochuu qabdu dammaquudha.
- J.M.
ā. Aangoo boruu dhugoomsuu dhaaf daangaa shakkii keenya har'aa qofa ta'a. - Franklin D. Roosevelt
ā. Mo'amuun hedduu nu mudachuu danda'a garuu mo'amuu hin qabnu.
- Maya Angelou
ā. Jiladhu (waliin adeemi) malee abdii gonkumaa hin dhiisin!
- Joorji Luukaas
ā. "Daandiin milkaa'inaa yeroo hunda ijaaramaa jira."
- Lily Tomlin
ā. "Ani nama of tolche miti. Gargaarsa baay'ee argadheera."
- Stan Lee
ā. "Abjuu kee yoo hin ijaarre namni biraa akka isaan kan isaanii sin ijaaran gargaara."
- Tony Gaskins
@JechootaGamnaa | 3 338 |
| 3 | Amma Murteessi, Jireenya Kee Jijjiiradhu!
1. Amma qofa of harkaa qabdu fayyadami
Addunyaa kana irratti qabeenyi ilmi namaa wal qixa miti; yeroo callaan waan qabdu hin fayyadamne, carraan kee darbee deema. Kanaafuu, waan qabdu ammas itti fayyadami. Waanan dandaāu hunda harāa irraa eegaluun raawwachiisi. Murtee tokko yoo fudhatte, jireenya kee guutuu jijjiiruu dandeetta.
2. Kaleessaa yaaduu dhiisi, ammaa irratti xiyyeeffadhu
Yeroon darbe deebiāee hin dhufu. Dubbii kaleessaa yaaduun si hin gargaarru. Amma murteessi; murtoon kee yeroo ammaa fi gara fuulduraa jireenya keetiif murteessaadha. Murannoo fi gocha ammaa si fooyyessa.
3. Kutannoo fi cimina qabaadhu
Namni kutannoo hin qabne nama barbaadu hin jiru. Kutannoo yoo dhabde, ofiifis, warra si jaallatanifis buāaa fiduu hin dandeessu. Wantoonni ati barbaaddu hundi sodaa fi shakkii keessaa dhufa; garuu kutannoo fi murannoo qabaachuun si tajaajila. Duubatti hin deebiāin.
4. Duubatti deebitee homaa hin jijjiirtu; amma jalqabi
Yeroon darbe hin jijjiiramu; garuu amma yoo jalqabde, xumurri kee bareedaa fi buāa qabeessa taāuu dandaāa. Amma murteessi, wanta murteessite keessatti hojii fi gocha kee itti fufi. Fooyyaāiinsa fi guddinaaf of qopheessi.
5. Murteessi fi hojii irra oolchi
Murtee yoo fudhatte, hojii irra oolchuu irra darbee hin jiraatu. Amma irraa eegaluun waan dandeessu hunda raawwachiisuun, jireenya keetiif buāaa fi milkaaāina fiduu dandaāa. Waan murteessite keessa jiraatta; kanaafuu, qalbii guutuu fi kutannoo qabaadhu. Barruu kana akkana gochuun, dubbistuun hubannoo, kakaāumsa fi murannoo harāa irraa eegaluuf ni argata.
@JechootaGamnaa | 2 602 |
| 4 | Amala Gaggeessummaa Dhugaa @JechootaGamnaa
⢠Hojjetee itti agarsiisee, hojjechiisa. Jechaan osoo hin taane, Gochaan agarsiisa.
⢠Karaa kana deemaa jedhee taa'a osoo hin taane, imalee kallattii itti agarsiisa.
⢠Gaggeessaan dhugaa, hinaaffaa qajeelaa isaaniif qaba: kunis jijjiirama karaa hunda galeessaan kan dhufu dha.
⢠Gaggeessaan dhugaa fi milkaa'oon, warra isaan caalaa sabaaf ta'uu danda'an oomisha.
⢠Karaatti abjuu isaanii dhugoomsuu dandaāan irratti isaan utubee, gara milkaa'inaatti isaan geessa.
⢠Na caaluu laata? jedhee yaadda'aa osoo hin taane, akka isa caalaniif waan danda'u hundaan isaan gaggeessa, isaan gorsa.
⢠Mul'ata namaa "Copy" godhee itti kenna osoo hin taane, mul'ata akka qabaataniif, karaa mulāata isaanii itti argachuu dandaāan itti agarsiisa
⢠Waanan jedhu fudhadhaa jechuu qofa osoo hin taane, irra caalaa waan bu'aa fiduu dandaāu irratti fuulleffata.
⢠Waan xiqqoo isaan hojjetaniif, beekamtii onnachiisoo kennaafi.
⢠Tokko olkaasee, tokko gad buusuun amala gaggeessaa hubatoo fi bilchaatoo miti.
⢠Gaggeessaa dhugaa fi milkaa'aan, of jaja, of faarsa osoo hin taane, hojjettoota gaggeessuun of jaja.
⢠Jechaan arbaa'ee, qabatamaan yoo hin jiraanne, shimala qiinqanii nyaattee fixxe ta'a.
⢠Gaggeessummaa dhugaan bu'aa dhuunfaa isaa caalaa, bu'aa hojjettoota gaggeessuu irratti xiyyeeffata.
⢠Gaggeessaan ga'uumsa gaggeessummaa qabu, waan hojjetaan isaa barbaadu hubata.
⢠Ogummaa fi hubannaadhaan ijaaramee, qarruu beekumaaan masakama.
⢠Gaggeessaa dhugaan, hariiroo fayyaaleessa hojjettoota gaggeessuu wajjin uumuun, amala madaqfamaa isaan barbaadanii fi galmichi barbaadu walitti kan hidhudha.
⢠Gaggeessummaa dhugaan, hiikaa fi ergaalee dhokatoo hedduu qaba.
⢠Gaggeessummaan amalaa fi adeemsa guutuu, karaa of dandaāeen kan ijaaramu dha.
@JechootaGamnaa | 3 104 |
| 5 | Rakkoo Hunda Altokkotti Hin Furin: Dandeettii Keetiin Tartiibaan Milkaaāi
1. Rakkoo hubachuun jalqaba furmaataa ti
Rakkoo kamiyyuu furuuf dura, maal akka taāe sirriitti hubachuun murteessaadha. Namoonni hedduun rakkoo isaanii osoo hin hubatin saffisaan furuuf yaalu, garuu kun yeroo baayāee dogoggora fida. Rakkoo adda baafachuun, sababaa isaa qorachuun, akkasumas buāaa isaa hubachuun tarkaanfii jalqabaa cimaadha. Kunis furmaata sirrii fi buāa qabeessa akka argattu si gargaara.
2. Rakkoo hunda altokkotti furuuf yaaluu irraa of qusadhu
Rakkoo hedduu yeroo tokkootti furuuf yaaluun sammuu fi qaama namaa ni dadhabsiisa. Akkuma dhagaa hedduu ofirra kaaāanii baatan, humna namaa ol taāa. Kanaafuu, rakkoo adda addaan qooduun, tokko tokkoon irratti hojjechuun salphina uuma. Kunis dadhabbii hirāisee milkaaāina dabala.
3. Waan dandeessu irraa jalqabi
Namni tokko waan hunda yeroo tokkootti hin dandaāu. Garuu waan xiqqaa taāellee jalqabuu dandaāa. Waan salphaa fi siif mijataa taāe irraa jalqabuun ofitti amanamummaa uuma. Tarkaanfiin xiqqaan jalqabame gara hojii guddaatti si geessa.
4. Dursa kennuu (priority) sirnaan filadhu
Rakkoolee keessaa kamtu siif ariifachiisaa akka taāe murteessuun barbaachisaadha. Hunduu walqixa miti; tokko tokko saffisaan furamuu qabu, kaan ammoo turuu dandaāu. Dursa sirriitti kennuun yeroo kee fi humna kee bakka sirriitti akka itti fayyadamtu si gargaara.
5. Obsaa fi tartiiba qabaadhu
Rakkoon hundi yeroo gabaabaa keessatti hin furamu. Yeroo tokko tokko obsaan eeguu fi tartiibaan deemuun barbaachisaadha. Tartiibni hojii kee sirreessa, dogoggora hirāisa, akkasumas buāaa gaarii siif fida.
6. Gargaarsa gaafachuun dadhabina miti
Rakkoon tokko tokko nama tokko qofaaf ulfaataa taāuu dandaāa. Yeroo akkasii keessatti namoota biraa irraa gorsa yookaan gargaarsa gaafachuun barbaachisaadha. Kun dadhabina osoo hin taane ogummaa fi hubannoo agarsiisa.
7. Ofitti amanamummaa fi abdii hin dhabinaa
Yeroo rakkoon si mudatu abdii kutachuun salphaa dha. Garuu ofitti amanamummaa qabaachuun murteessaadha. Yoo of irratti amantaa qabdu, rakkoo kamiyyuu furuuf humna keessaa argatta. Abdii fi kutannoon si jabeessa.
Walumaagalatti rakkoon jireenya keessaa hin hafne. Garuu akkaataa itti ilaallu fi itti furre murteessaadha. Haa xinnaattu malee waan dandeenyu irraa jalqabnee, tartiibaan hojjechuun gara milkaaāinaatti nu geessa.
@JechootaGamnaa | 4 228 |
| 6 | "Kana akka kufaatiitti hin fudhadhu, akka barnootaatti malee. Karaalee hin hojjenne kuma kudhanin irraa baradhe.āToomaas Eedisan
"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu
Isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter
"Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."
Waan yaallee hin milkoofnerraa beekumsaa fi hubannoo gara galma keenyaatti tarkaanfachuuf nu gargaaru arganna.
Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.
Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraata
ā Hammuma kufaatiin sitti baay'atu milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!
ā Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.
 ⢠Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali!
Ā Ā @JechootaGamnaa | 4 345 |
| 7 | EID MUBARAK : WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE
ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢ā¢
Obboleeyyan kiyya kan Islaamaa kan Xiqqaa fii Guddaa Kan Dhiiraa fii Dhalaa Kan Biyya Keessaa fii Biyya alaa Jirtan Hundi keessannuu warri guyyaa arraa geessanii iida Fixrii godhaa jirtan baga rabbiin Guyyaa iidaa kanaan isin gaheen isiniin jachuun barbaada.
iidni kun iida gammachuu iida milkii kan badhaadhinaa kan yaadaa fii muraadni keenya hundi keessa nuuf guutamu rabbiin nuuf haa Godhuu.
Soomana Jiāa Guutuu soomanaa baanee fii Ibaadaa dalagaa baane hunda isii rabbiin nurraa qeebalee addunyaa fii aakhiratti ittiin nu Haa qananiisuu.
Warra barana Hamdii kan bara Dhufu abdii
Warra Baranaa kan bara hedduu rabbiin nu haa godhuu
Warra amatuu soomanee akkanatti iidu rabbiin nu haa taasisuu.
Ų¹ŁŲÆŁŁ
Ł
ŲØŲ§Ų±Ł
ŲŖŁŲØŁ Ų§ŁŁŁ Ł
ŁŲ§ ŁŁ
ŁŁŁ
ŲµŲ§ŁŲ Ų§ŁŲ§Ų¹Ł
Ų§Ł ŁŁŁ Ų¹Ų§Ł
ŁŲ§ŁŲŖŁ
ŲØŲ®ŁŲ±
Eid Al-Fitr 2026
@JechootaGamnaa | 4 123 |
| 8 | Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaaāina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree?
Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf harāa siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan kaāii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan taāeef.
Namoonni baayāeen kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf of qopheessi.
Akka nama bidiruudhaan galaana irra naannaāuudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaaāinni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaaāinni walitti fufinsaan daandii milkaaāinaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti.
Kaayyoon jireenya dhala namaa tokko namoota biroof taajajila kennuu, waan gaarii yaaduufi gargaaruudha.
@JechootaGamnaa | 9 573 |
| 9 | Wantoota jireenya kee keessatti murtoo barbaadaniif irra deddeebi'ii yaadii murteesssi! Waan itti amantee murteessite garuu deebitee hin shakkin!
@JechootaGamnaa | 9 666 |
| 10 | JιrŃŃŠøŃα
ⷠƦakkina qaba.
ā· Baldhina qaba.
ā· Salphina qaba.
ā· Ulfina qaba.
Isaan kanatu walitti dabalamee Jireenya hiika qabu nuu fida.
ā Nan kufe jettee abdii hin kutin! Kufuun dhuma jireenyaa miti.
ā Ulfina argadhe jettee hin boonin! Ofiin boonuun galma jireenyaa miti.
ā Kufaatiin isa ta'uuf dhalatte osoo hin ta'in hafuudha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo rakkina keessa darbuun dirqama.
ā„ Mee namoottan addunyaa beekamoo ta'an hunda isaanii qoradhu! Hundi isaanii rakkina hammana hin jedhamne keessa darbanii kan mul'ata argatan.
RAKKINNI YAADNI HAARAAN KEESSA KEETII AKKA BURQU GODHA!
ā Eenyummaan kee rakkinaan yoo dabalame of argita. Ofitti akka deebitu si godha. Si malee namni si ta'uu danda'u akka hin jirre sitti hima.
ā Namoonni baay'een yoo waa rakkatan waanuma akkasitti hafan of se'uudhaan milkaa'ina cina isaanii jirutti aggaamuu of dhoowwu. Lakki akkas miti eenyuyyuu rakkina baatee kan hafu hin jiru.
ā Namni mul'ataa milkaa'uudhaaf rakkina keessa darbuun waanuma jiru.
Ā
@JechootaGamnaa | 12 541 |
| 11 | Of guddisuu jechuun guddina dhuunfaa dammaqinaan hordofuu, of beekuu, dandeettii ofii babalāisuu fi ciminaa fi amaloota ofii keetii isa hunda caalu taāuuf si gargaaran fooyyessuudha.Ā Jijjiirama fudhachuu fi guddina mataa keetii irratti invast gochuudha.Ā Kunis yaadolee gadii hammata:
1. Of-ijaaruu
2. Barnoota umurii guutuu barachuu
3. Galma ifa ta'e kaa'achuu
4. Sodaa ofitti fudhachuu
5. Yaada barbaaduu
6. Nageenya kunuunfachuu
7. Itti cichuu
Ā @JechootaGamnaa | 10 314 |
| 12 | (Of Guddisuu)š±
ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬ā¬
š” Of guddisuu jechuun guddina dhuunfaa dammaqinaan hordofuu, of beekuu, dandeettii ofii babalāisuu fi ciminaa fi amaloota ofii keetii isa hunda caalu taāuuf si gargaaran fooyyessuudha. Jijjiirama fudhachuu fi guddina mataa keetii irratti invast gochuudha.
š¬ Of-ijaari: Ciminaa fi hanqina kee qorachuudhaan jalqabi. Kaayyoo, gatii fi fedhii kee irratti xiinxali. Of beekuun buāuura guddina dhuunfaa ti.
š¬ Barnoota umurii guutuu baradhu: Barumsi gonkumaa hin dhaabbatu! Beekumsaa fi dandeettii haaraa horachuuf qormaata keessa darbitu jira. Kitaabota, koorsii onlaayinii yookiin workshopii haa ta'u, hammuma barattu guddatta.
š¬ Galma ifa ta'e kaa'i: Galma kaaāuun imala keetiif kallattii ifa taāe kenna. Kakaāumsaa fi xiyyeeffannoo siif cimsa. Yaadadhu, galmi kee SMART ta'uu qaba - Adda, safaramuu danda'u, galma ga'uu danda'u, barbaachisaa fi yeroodhaan kan murtaa'e ta'uu qaba.
š¬ Sodaa kee ofitti fudhadhu: Guddinni yeroo baayāee naannoo mijataa keessa jirtu keessaa baāuu gaafata. Sodaa kee fudhachuu fi muuxannoo haaraa gonfachuu gonkumaa hin sodaatin! Jijjiiramni dhugaa bakka sanatti ta'a.
š¬ Yaada barbaadi: Duub-deebii kennuun guddinaaf meeshaa gatii guddaa qabudha. Hiriyoonni, gorsitoonni fi gareen hojii yaada ijaarsaa akka kennan jajjabeessi. Karaa kee sirreessuuf itti fayyadami!
š¬ Nageenya kee kunuunsi: Fayyaan qaamaa fi sammuu murteessaadha. Sochii qaamaa, soorataa fi boqonnaaf dursa kenni! Qaamni fi sammuun fayyaa qabu guddina dhuunfaaf barbaachisaa dha.
š¬ Itti cichuu: Of guddisuun imala malee bakka gahuumsaa xumurame miti. Guddina keetif yeroo gufuun si mudatellee of kennii jiraadhu. Ciminni furtuudha.
Ā @JechootaGamnaa | 9 508 |
| 13 | "The poor wait for the āright timeā to invest. The rich create the right time by learning and acting."
Ā Ā Ā Ā Ā Ā - Robert T Kiyosaki
Ā Ā Ā Ā Ā Ā (Rich Dad Poor Dad)
Waa'ee kaleessaa yaaduu dhiisi! Amma murteessi! Murtoon tokko jireenya kee bara baraan jijjiiruu dandaʼa! Saatii kana irraa eegaluun waanan danda'u hunda nan raawwadha(godha) jedhii murteessi!
Nama kutannoo hin qabne namniĀ barbaadu hin jiru!Ā Kutannoo hin qabdu taanaanĀ ofiifisĀ warra jaallattuufis humaa gochuu hin dandeessu.Ā Namni duubatti deebi'u ni qisaasama!Ā Wantoonni ati barbaaddu hundi sodaa kee duuba ta'uu isaa beekuun murannoo qabaachuu qabda!
Duubatti deebitee homaa jijjiiruu hin dandeessu;Ā Amma yoo jalqabde garuu xumura kee miidhagsuu dandeessa;Ā Nama fooyya'aa ta'uu qabda!Ā Ammuma murteeffadhu Waanuma murteeffatte keessa jiraatta waan ta'eef!
Ā @JechootaGamnaa | 9 196 |
| 14 | Wantoota yaadachuu qabnu 12:
š Kan darbe jijjiiramuu hin danda'u.
š Yaadni dhugaa kee hin ibsu.
š Imalli nama hundaa adda.
š Murtiin waa'ee kee miti.
š Garmalee yaaduun gaddatti nama geessa.
š Gammachuun keessaa argama.
š Yaadni kee miira kee irratti dhiibbaa qaba.
š Kolfi nama daddarba.
š Gaarummaan bilisa.
š Dhiifnee itti fufuun homaa miti.
š Wanti naanna'u, naanna'ee dhufa.
š Yeroo hundumaa wantootni yeroo wajjin ni bareeda.
@JechootaGamnaa | 10 925 |
| 15 | This Habits Kill You
development without sustainability
power without accountability
science without humanity
business without morality
knowledge without character
wealth without work
šThats also kill everything š¾
Laziness kills ambition
Anger kills wisdom
Fear kills dreams
Ego kills growth
Jealousy kills peace
Doubt kills confidence
Insecurity kills potential
Procrastination kills progress
Negativity kills happiness
Comparision kills joy
Impatience kills perservence
Dishonesty kills trust
Overthinking kills action
Pride kills relationships
@JechootaGamnaa | 10 220 |
| 16 | . | 13 875 |
| 17 | JibbƬ jaalalaan malee jibbaan hin badu. Akkasumas garaagarummaa yaada gidduu keenya jiru wal hubachuun malee falmiidhaan hin furamu.
@JechootaGamnaa | 406 |
| 18 | Namoota waliin yoo ŵal falmitee ragaa ga'aa dhi'eessuun injifachuu dandeessa,garuu injifannoonĢkee injifannoo duwwaa yookaan hoomaa hinĢ qabneedha , sababnisaa ilaalcha gaarii mormitoota kee sanaa waan dÄ„abduf.
@JechootaGamnaa | 278 |
| 19 | Gatii Nama Hin Dhabsiisin!
š« Shiggirreen yookaan haadduun akka malee qaradha, garuu muka muruu hin dandeessu.
š« Qottoon akka malee jabaadha garuu
rifeensa muruu hin danda'u. Namnis akkaataa yeroo fi kaayyoo isaatiin barbaachisaadha.
š« Gatii namaa waan hin beekneef gatii nama hin dhabsiisin!
Nama jaalattuuf share godhi!
@JechootaGamnaa | 83 |
| 20 | Warri har'a eessaa geessa siin jedhan.guyyaa tokko immoo baga geesse siin jedhu. yoo jabaatte afaan lama(2)nama dubbachiifta.
Kanaafuu jabaadhuu hojjedhu. | 732 |
