cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

JECHOOTA GAMNAA

Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa. ☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA

Mostrar más
Finlandia242El idioma no está especificadoMotivación y presupuesto2 090
Publicaciones publicitarias
20 955
Suscriptores
+2924 horas
+2387 días
+1 30030 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Of Gaggeessuu (Self leadership) ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Jireenya keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa tokkoo fi isa jalqabaa kan tahe of gaggeessuu dha. Kun immoo gosoota gaggeessummaa keessaa ulfaataa kan ta'edha. Ogeeyyiin gaggeessummaa hedduun of gaggeessuun gaggeessummaa isa jalqabaa akka ta'ee fi salphaatti kan hin ilaalamne akka ta'e ibsu. Of gaggeessuun imaammata mataa ofii danda'e qaba. Isaan kana gabbifachuun immoo dandeetti of gaggeessuu ni dabalu. Isaanis: 1. Of beekuu/ self awareness/ Inni kun akka nama dhunfaatti sonawwan jireenya ofi beekuu, ciiminaa fi dadhabina ofii beekuu, of madaalaa deemuu fi namoota irraa dubdeebbii fudhachaa deemuu of keessatti qabate. 2. Of hoggannuu/ self management/ inni kun ammoo dandeetti yeroo ofii bulchuu fi miira ofi bulchuu of keessatti qabata. Kana guddisuuf ammoo akka toftaatti kan nu fayyadan: waan gaarii ofitti himu/positive self talk/, hiriyaa irraa dubdeebbii fudhachuu, waan tahu barbaadnu fakkiin kaa'uu/ visual board/ qabaachuu fa'adha. 3. Of sissi'eessuu/ self motivation/ Si'aa'iinaaf wanti barbaachisaan tokko fi guddaan galma ofii beekuudha. Si'aa'iinni= Galma + Humna(energy)+ Xiqqaa irraa eegalani hojjachuu dha. 4. Of guddisuu ykn of barsisuu / self development/: akka nama of gaggeessuu tokkotti guyyuu dubbisuu, leenjii adda addaa fudhachuu fi namoota nu gorsan yookiin mentor godhachu barbaachisa. 5. Of gamaagamuu/ self reflection/: guyyuu waan keessa ole of gaafachuu fi ciiminaa fi laafina keenya adda baasaa deemuu fi jireenyi keenya haala kamiin akka deemaa jiru beekuu barbaachisa. Akka walii galaatti dandeetti #of_gaggeessuu kana guddisuuf #tooftaaleen fayyadan 1. Mul'ataa fi galma ofii haala SMART ta'een kaa'achuu 2. Yeroo keenya #matrix_of urgent and important fayyadamuun sirnaan hogganuu 3. Bilchina miiraa ofii guddisuu 4. Nama har'aa irra dhaabbatanii boritti eessa gahuuf akka deemnuu fi addunyaan garam deemaa jirti beekuu/proactive/ fa'adha. @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
9899Loading...
02
Wantoota an waggoota sadan tokko dura bilchinatti ilaalaa ture keessaa har'a akka wallaalummaatti kanin ilaalu baay'eedha.Tarii bilchinni koo har'aas waggaa muraasa booda wanta ani yaadadhee itti kolfu ta'uuf jira. Kana irraa ka'ee yoon ilaalu, umrii dabaluun sirriima yeroo itti hubannoo baay'ee dabalu qaba. Garuu, umurii dabaluun qofti mataa isaatti hubannoo inni dabalu baay'ee xiqqoodha. Qalbifannaa fi yaaliin hin jiran yoo ta'e, waggaan bilchina fidee dhufu hin jiru. Namoota gurguddoo xobbummaa fokkistuu wajjin jiraatan baay'ee argaan oola. Bakka an 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑔𝑢𝑑𝑑𝑎𝑎f qabu erga hir'atee tuttureera. Hubannaa fi amala abbaatu fooyyessa malee, guyyaan badaa hin fooyyessu. @JechootaGamnaa
3 0357Loading...

Mostrar todo...
👍 20

👍 37
Archivo de publicaciones