Jechoota Psychology
. Jechoota saayikoloojii fi wantoota saayikoloojiin walqabatan @Saayikoolooji
Mostrar más📈 Análisis del canal de Telegram Jechoota Psychology
El canal Jechoota Psychology (@saayikoolooji) en el segmento lingüístico de Javanés es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 18 934 suscriptores, ocupando la posición 1 049 en la categoría Psicología y el puesto 256 en la región Finlandia.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 18 934 suscriptores.
Según los últimos datos del 21 julio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 512, y en las últimas 24 horas de 1, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 10.57%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 4.14% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 1 999 visualizaciones. En el primer día suele acumular 783 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 12.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“. Jechoota saayikoloojii fi wantoota saayikoloojiin walqabatan
@Saayikoolooji”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 22 julio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Psicología.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 22 julio | +20 | |||
| 21 julio | +5 | |||
| 20 julio | +32 | |||
| 19 julio | +35 | |||
| 18 julio | +23 | |||
| 17 julio | +19 | |||
| 16 julio | +17 | |||
| 15 julio | +34 | |||
| 14 julio | +6 | |||
| 13 julio | +33 | |||
| 12 julio | +24 | |||
| 11 julio | +10 | |||
| 10 julio | +10 | |||
| 09 julio | +15 | |||
| 08 julio | +9 | |||
| 07 julio | +83 | |||
| 06 julio | 0 | |||
| 05 julio | 0 | |||
| 04 julio | 0 | |||
| 03 julio | 0 | |||
| 02 julio | +20 | |||
| 01 julio | +10 |
| 2 | Namni hundi maatii yeroo yeroon isa gaafatu hin qabu. Namni hundi warra isa dhaggeeffatan yookaan obboloota isaaf yaadan hin qaban. Namoonni tokko tokko imimmaan isaanii ofii isaanii haqachuu, harka ofii isaanii qabachuu fi injifannoo isaanii kophaa isaanii kabajuu barataniiru; sababni isaas, isaan if namni harka rukutuuf tokko illee hin jiru.
Kanaaf, gara laafina qabaadhu. Namaaf laafina agarsiisi. Ati eenyu akka halkan kana gara siree isaa deemee, akka nama hin mul’annee fi hin barbaadamneetti of yaadu hin beektu. Namoonni tokko tokko jiraachuuf qofa, maatii isaanii ofuma isaanii ta’anii jiraachuu barataniiru.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 711 |
| 3 | Jireenyi of barbaaduu miti. Of argachuudha.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 695 |
| 4 | Waan bakka buufamuu danda'uuf jettee waan bakka hin buufamne hin Jibbin. Fkf Maatii kee...
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 841 |
| 5 | Halkan Gaarii isiniif haa ta'u..... | 1 085 |
| 6 | Uummanni galma qabu, kallattii qaba.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 088 |
| 7 | Mee REACT GODHAA MEE!! REACTION MAALIIF DHIISTA! | 1 282 |
| 8 | Hiriyyaan kee yoo si tuffate
Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne
Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate
Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE
https://youtu.be/0MoxO0kSeBE | 564 |
| 9 | Addunyaa irratti miira gaarii keessaa inni guddaan, nama tokkoof dhugumaan nama hiika qabu ta'uu kee beekuudha.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 133 |
| 10 | Rakkoon ni jiraata. Namoonni si shakkan ni jiraatu. Dogoggorri ni uumama. Garuu yoo jabaattee hojjatte, daangaan siif hin jiru.
— Michael Phelps
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 149 |
| 11 | Guutuu IsaatiifLINK👇👇
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ
https://youtu.be/5nC-bm50jPQ | 675 |
| 12 | Wanti ati murteessite kamiyyuu akka si gammachiisu mirkaneessi.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 134 |
| 13 | Yoo gaaddidduu tokkollee hin qabdu ta`e ifa keessa hin jirtu.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 244 |
| 14 | Jireenya kee keessatti sodaa malee jiraadhu; namoonni waa’ee kee maal akka yaadan ykn maal akka jedhan ilaalchisee dantaa hin qabaatin.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 319 |
| 15 | Yoo hin yaalle; Hin beektu.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 475 |
| 16 | Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM
https://youtu.be/wSmxCOC5vAM | 929 |
| 17 | Samiin yeroo hunda kan keeti, akka simbirroo balali'uu ykn akka urjii ibsuu filadhu.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota ta✅️ | 1 624 |
| 18 | Ofii kee beekuu hojii kee godhadhu; sababni isaas, of beekuun barumsa addunyaa kana keessatti hundarra ulfaataa dha.
—Miguel De Cervantes
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 1 800 |
| 19 | CHANNEL KANNEEN JOIN GODHAA 📲📲 | 1 791 |
| 20 | Ani siif jedhee nama of irraa dhiiba. Ati immoo nama biraaf jettee of irraa na dhiibda.
━━━━━━━━━━━
🖌@Jechamoota✅️ | 2 068 |
