cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

JECHOOTA GAMNAA

Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa. ☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA

Mostrar más
Finlandia258El idioma no está especificadoMotivación y presupuesto1 708
Publicaciones publicitarias
22 411
Suscriptores
+7324 horas
+3177 días
+1 51630 días
Archivo de publicaciones
REPOST AMALOOTA HIRIYAA SOBAA 10! | @JechootaGamnaa ➊. Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasa'u, gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif si barbaadan malee! ➋. Gaarummaa kee akka gowwummaatti ilaalanii sitti fayyadamuu barbaadu, gaafa waan barbaadan sirraa dhaban, siin oodu, si cufu, amala sitti jijjiiratu! ➌. Milkaa'ina keetitti hin gammadan, akka ati isaan dursitee milkooftu hin fedhan, yookiin milkaa'ina isaanii sitti odeessanii akka sitti dhaga'amu godhu barbaadu! ➍. Yeroo hunda gadi si qabu, bifa keetiin, amala kee qeequ, filannoo kee akka jibbitu si godhu, walumaa galatti akka gadi aantummaan sitti dhaga'amu si gochuu barbaadu! Isaan malee ati akka faayidaa hin qabne godhani si duuba waa'e kee namoota birootiif odeessu !! ➎. Yeroo siif hin kennan, si hin dhaggeeffatan, rakkoo isaanii akka dhageeffattu barbaadu, yeroo hunda negative dha! Of jaalatu, amala isaanii hin beektu, ni jijjiiramu, yeroo hunda sababa baay'isu, gaafa ati barbaaddu amala akkasii agarsiisu! Iccitii kee si irraa baasuu barbaadu, garuu kan isaanii immoo siif himuu hin fedhan! ➏. Si to'achuu barbaadu, waan uffachuu qabdu, nyaachuu qabdu, eenyu waliin akka dubbachuu fi deemuu hin qabne sitti himu, yoo nama tokko jibban atis akka isaanitti nama sana akka jibbitu barbaadan! ➐. Akka ofiif fedhanitti si jijjiiruu barbaadu, fedhinnaa kee fi wanta jaalattu akka jibbitee kan isaan jaalatan sana waliin jaalattu si gochuu barbaadu! Karaa gaarii fi wanta si fayyadu akka hordoftu hin fedhan, karaa isaan jaalatan qofa akka ati hordoftu si gochuu barbaadu! ➑. Jibbaa fi oduu sobaa facaasu waa'ee nama biraa.. Kana jechuun si irrattis akkasuma duuba kee deemanii waa'ee kan kee xureessanii haasa'uu barbaadu jechuudha! Waan ati iccitiidhaan itti himte, si duuba deebi'anii nama biroof odeessu! Dafanii sitti mufatu, dafanii ammaas deebi'anii sitti araaramu! ➒. Yeroo hunda siin dorgomu, yoo ati wanta haaraa tokko goote isaaniis ni godhu, yoo siin dorgomuu hin dandeenye wanta sana akka jibbitu si godhu! ➓. Siif waan baay'ee akka ta'an, tola akka oolan sitti himu yookiin si duuba odeessu! Akka ati isaan malee nama biraa hiriyaa godhachuu hin dandeenye godhaniiti yaadu! @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 15 3
“Yeroon kee daangeeffamee jira; kanaafuu jireenya namni biraa jiraatuun yeroo kee hin qisaasessin! (Your time is limited, so don’t waste it living someone else’s life)” ─ Steve Jobs “Ani hiyyeessa qarshii argadhuunis kitaaba bitadha; kan irraa hafeen uffataa fi nyaataan bitadha.” ─ Erasmaas “Ati ifa qofa ibsi; dukkanni yeroo isaatti ni bada.” ─ Erasmaas ️“Namni dogoggora hin uumne, waan haaraa uumuu hin danda’u.” ─ Albert Aayinistaayin “Injifannoon guddaan jireenya keessatti gonkumaa kufuu osoo hin taane yeroo kufan hunda bakka kufanii ka’uu dha.” ─ Nelson Mandela ️“Yoo wanta ati qabdu ilaalta ta’e yeroo hunda isa caalaa qabaatta; garuu yoo wanta ati hin qabne ilaalta ta’e isaa gadi qabaatta.” ─ Ooppraah Wiinfreey @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 29 9
Photo unavailableShow in Telegram
👍 21 4
Namni wallaalaa siin jedheef, wallaalaa hin taatu, beekaa siin jedheefis beekaa hin taatu. Jechi namoonni namaan jedhan amma yaada isaaniiti, ammuma yaadan sana ga'u(dubbatus). Beekaas wallaalaas kan si godhu sammuu keetti fayyadamuuf dhiisuukee qofa. Jaalattes jibbites beekaas wallaalaas ta'i namni waan sin jedhu hin dhabu. Haasaa namaa dhiisii sammuu keetti fayyadamii @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
30👍 6
Mee Jechoota namoota beekamoo ! 💊💊💊💊💊💊💊💊💊💊 1.𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗗𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝗿𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝘂.( 𝗙𝗿𝗲𝗱𝗿𝗶𝗸 𝗗𝗮𝗴𝗹𝗮𝘀) 2.𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗞𝗮𝗻𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗡𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗢𝗳 𝗛𝗶𝗻 𝗗𝗼𝗿𝗴𝗼𝗺𝘀𝗶𝗶𝘀𝗶𝗻 ..𝗬𝗼𝗼 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘀 𝗡𝗶 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗧𝗮'𝗲 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗔𝗿𝗿𝗮𝗯𝘀𝗮𝗮𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗿𝘁𝗮.(𝗕𝗶𝗹𝗹 𝗚𝗮𝘁𝗲𝘀) 3.𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗠𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳, 𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗻 𝗗𝗶𝗿𝗾𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗮𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼 𝗞𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝗳 𝗢𝗳 𝗞𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂 𝗤𝗮𝗯𝗱𝗮.( 𝗔𝗯𝗱𝘂𝗹 𝗞𝗮𝗹𝗮𝗺) 4.𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗮𝗺𝗮 𝗔𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝘂 𝗝𝗮𝗹𝗾𝗮𝗯𝗮 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗧𝗮'𝗶𝗶 𝗔𝗿𝗴𝗮𝗺𝗶.(𝗠𝗮𝗵𝗮𝘁𝗺𝗮 𝗚𝗮𝗻𝗱𝗵𝗶) 5.𝗔𝗸𝗸𝘂𝗺𝗮 𝗔𝗻𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮𝗳 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗼𝗼𝗺𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗻𝗻𝗲,𝗚𝗶𝘁𝗮 𝗕𝗶𝘁𝘁𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗼𝗼𝗺𝗳𝗮𝘁𝗮𝗮𝘀 𝗧𝗮'𝘂𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝘂.(𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗮𝗺 𝗟𝗶𝗻𝗰𝗼𝗹𝗻) 6.𝗔𝗻𝗶 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗵𝗶𝗶 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗞𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗮'𝗶𝗻 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗘𝗷𝗷𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗞𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶 . (𝗦𝘁𝗲𝗽𝗵𝗲𝗻 𝗖𝗼𝘃𝗲𝘆) 7.𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗟𝗮𝗺𝗺𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗧𝗮'𝘂𝘂 𝗞𝗲𝗲 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗬𝗼𝗼 𝗙𝘂𝗱𝗵𝗮𝘁𝘁𝗲, 𝗟𝗮𝗺𝗺𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗧𝗮'𝘂𝘂𝗻 𝗨𝗺𝗿𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗚𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂 𝗜𝗿𝗿𝗮 𝗗𝗲𝗱𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶'𝗲𝗲 𝗦𝗶 𝗠𝘂𝘂𝗱𝗮𝘁𝗮.(𝗝𝗼𝗵𝗻 𝗙. 𝗞𝗲𝗻𝗻𝗲𝗱𝘆) 8. 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗻𝗻𝗲 𝗬𝗸𝗻 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗦𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗼𝗹𝗹𝗲 𝗬𝗼𝗼 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝘁𝗲 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗶 𝗬𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂 𝗧𝗮'𝗲 𝗚𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗜𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗮 𝗞𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗶.(𝗠𝗮𝘆𝗮 𝗔𝗻𝗴𝗲𝗹𝗼𝘂) 9.𝗞𝗮𝗻 𝗦𝗶 𝗖𝗮𝗯𝘀𝘂 𝗕𝗮'𝗮𝗮 𝗠𝗶𝘁𝗶. 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗕𝗮𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲 𝗗𝗵𝗮.(𝗟𝗼𝘂 𝗛𝗼𝗹𝘁𝘇) 10.𝗢𝗼𝗺𝗶𝘀𝗵𝗮 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗮𝗮𝗺𝘁𝘂𝘂𝗻 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗮'𝗶𝗻 𝗦𝗮𝗻𝘆𝗶𝗶 𝗙𝗮𝗰𝗮𝗮𝗳𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲𝗻 𝗢𝗳 𝗧𝗶𝗹𝗺𝗮𝗮𝗺𝗶.(𝗥𝗼𝗯𝗲𝗿𝘁 𝗟𝗲𝘄𝗶𝘀 𝗦𝘁𝗲𝘃𝗲𝗻𝘀𝗼𝗻) @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 52 15👏 4
Of Gaggeessuu (Self leadership) ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Jireenya keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa tokkoo fi isa jalqabaa kan tahe of gaggeessuu dha. Kun immoo gosoota gaggeessummaa keessaa ulfaataa kan ta'edha. Ogeeyyiin gaggeessummaa hedduun of gaggeessuun gaggeessummaa isa jalqabaa akka ta'ee fi salphaatti kan hin ilaalamne akka ta'e ibsu. Of gaggeessuun imaammata mataa ofii danda'e qaba. Isaan kana gabbifachuun immoo dandeetti of gaggeessuu ni dabalu. Isaanis: 1. Of beekuu/ self awareness/ Inni kun akka nama dhunfaatti sonawwan jireenya ofi beekuu, ciiminaa fi dadhabina ofii beekuu, of madaalaa deemuu fi namoota irraa dubdeebbii fudhachaa deemuu of keessatti qabate. 2. Of hoggannuu/ self management/ inni kun ammoo dandeetti yeroo ofii bulchuu fi miira ofi bulchuu of keessatti qabata. Kana guddisuuf ammoo akka toftaatti kan nu fayyadan: waan gaarii ofitti himu/positive self talk/, hiriyaa irraa dubdeebbii fudhachuu, waan tahu barbaadnu fakkiin kaa'uu/ visual board/ qabaachuu fa'adha. 3. Of sissi'eessuu/ self motivation/ Si'aa'iinaaf wanti barbaachisaan tokko fi guddaan galma ofii beekuudha. Si'aa'iinni= Galma + Humna(energy)+ Xiqqaa irraa eegalani hojjachuu dha. 4. Of guddisuu ykn of barsisuu / self development/: akka nama of gaggeessuu tokkotti guyyuu dubbisuu, leenjii adda addaa fudhachuu fi namoota nu gorsan yookiin mentor godhachu barbaachisa. 5. Of gamaagamuu/ self reflection/: guyyuu waan keessa ole of gaafachuu fi ciiminaa fi laafina keenya adda baasaa deemuu fi jireenyi keenya haala kamiin akka deemaa jiru beekuu barbaachisa. Akka walii galaatti dandeetti #of_gaggeessuu kana guddisuuf #tooftaaleen fayyadan 1. Mul'ataa fi galma ofii haala SMART ta'een kaa'achuu 2. Yeroo keenya #matrix_of urgent and important fayyadamuun sirnaan hogganuu 3. Bilchina miiraa ofii guddisuu 4. Nama har'aa irra dhaabbatanii boritti eessa gahuuf akka deemnuu fi addunyaan garam deemaa jirti beekuu/proactive/ fa'adha. @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Mostrar todo...
👍 58 20👏 4
Wantoota an waggoota sadan tokko dura bilchinatti ilaalaa ture keessaa har'a akka wallaalummaatti kanin ilaalu baay'eedha.Tarii bilchinni koo har'aas waggaa muraasa booda wanta ani yaadadhee itti kolfu ta'uuf jira. Kana irraa ka'ee yoon ilaalu, umrii dabaluun sirriima yeroo itti hubannoo baay'ee dabalu qaba. Garuu, umurii dabaluun qofti mataa isaatti hubannoo inni dabalu baay'ee xiqqoodha. Qalbifannaa fi yaaliin hin jiran yoo ta'e, waggaan bilchina fidee dhufu hin jiru. Namoota gurguddoo xobbummaa fokkistuu wajjin jiraatan baay'ee argaan oola. Bakka an 𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑔𝑢𝑑𝑑𝑎𝑎f qabu erga hir'atee tuttureera. Hubannaa fi amala abbaatu fooyyessa malee, guyyaan badaa hin fooyyessu. @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 43
Yeroo tokko barsiisaan herregaa tokko gabatee gurraacha irratti akka armaan gadii barreesse: 9×1=9 ta’a 9×2=18 ta’a 9×3=21 ta’a 9×4=36 ta’a 9×5=45 ta’a 9×6=54 ta’a 9×7=63 ta’a 9×8= 72 ta’a 9×9=81 ta’a 9×10=90 ta’a Yeroo barreessitee xumurtu gara barattoota isheetti garagalte. Hundi isaanii itti kolfaa jiru.Sababni isaas shallaggii sadaffaa dogoggoraan waan argatteef.Ati yoona hin agarre mitii? himm barattootu si caale jechuudha.Ok,gara dubbii keenyaatti haa deebinu.Yeroo kanatti barsiisaan kun akkana jedhe: "Dogoggora tokko itti yaadeen barreesse, sababiin isaas barumsa barbaachisaa tokko irraa akka barattan waanan barbaadeef. Kana jechuun, addunyaan alaa akkamitti akka si simatu akka beektuuf. Ani akkan barreesse hubachuu dandeessa." waan sirrii ta'e, garuu isin keessaa tokkollee waa'ee kanaa kan na jajjabeesse hin jiru.Garuu, hundi keessan dogoggora waanan hojjedheef natti kolfitan. Na qeeqxan. Har'a wanti guddaan isinitti himuuf jirus kanuma." Itti fuftees;Addunyaan, yoo hojii gaggaarii miliyoona tokko hojjette si hin jajjabeessitu.Garuu, dogongora tokko yoo hojjettee si qeeqti.Abdii kutachuu hin qabdu. "Yeroo hunda kolfaa fi qeeqaa olitti dhaabbadhu, jabaadhu, jabaadhu!" @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 111 17🥰 6
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 8 1🙏 1
🌙 ✨ Eid Mubarak! @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
🎉 10👍 4
"Jireenya keessatti wanti gaddisiisaan dafnee dulloomuu keenyaa fi turree immoo ogeessota ta'uu keenya" ─ Beenjaanii Firaankiliin Dargaggummaatti ogeessota ta'uu kan qabnu yeroo humni keenya dhume/yeroo dulloomne warra yaada hubatan taana! Kanaaf yeroo dargaggummaatti ogeessota ta'uudhaaf SAMMUU OFII MISOOMSUUN karaa milkaa'ina keenya jalqabaati. Yeroo dargaggummaa keenyaa kanatti bakka nuuf hin malle, bakka ogeessota nu hin taasifne, bakka kaayyoo fi galma keenyaan wal hin qabannetti humna keenya fixuu hin qabnu. Waanuma bara dargaggummaatti facaafne, bara dullumaatti haammanna. Eeyyeen, "Ijoollummaan lafa qotamee bullaa'e, dargaggummaan yeroo itti facaasanii, dullumni immoo yeroo itti haammatanii dha." Ogummaan jiraatanii darbuu caala, wanti nama gammachiisu hin jiru! Namoota dullooman irraa yaada fudhachuun immoo caalatti gaariidha nama cimsas. @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 31🙏 6 2
HUBADHU ▬▬▬▬▬▬ ➲ Jireenya jiraattu keessatti wanti hubachuu qabdu jira. 1ffaa: Yeroo hundumaa abdii haaraa fi gammachuu addaatiin oolmaa kee gaggeeffachuu yaali! Gatii baasuu qabdus baasi! Namni abdii fi gammachuu qabu waan haaraa hojjechuuf cimina hunda caalu qaba. ➛ Haalota oolmaa kee keessatti si mudatan ilaaltee harka hin kennin! Abdii akka qabdu sammuu keetti himi! ➛ Nan kufe jettee abdii hin kutin! Kufuun dhuma jireenyaa miti. ➛ Ulfina argadhe jettee hin boonin! Ofiin boonuun galma jireenyaa miti. ➛ Kufaatiin isa ta'uuf (bira gahuuf) dhalatte osoo hin ta'in (bira hin gahin) hafuudha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo rakkina keessa darbuun dirqama. Rakkina hin sodaatin! ➥ Mee namoottan addunyaa beekamoo ta'an hunda isaanii qoradhu! Hundi isaanii rakkina hammana hin jedhamne keessa darbanii kan mul'ata argatan. RAKKINNI YAADNI HAARAAN KEESSA KEETII AKKA BURQU GODHA! ● Eenyummaan kee rakkinaan yoo dabalame of argita. Ofitti akka deebitu si godha. Si malee namni si ta'uu danda'u akka hin jirre sitti hima. ● Namoonni baay'een yoo waa rakkatan waanuma akkasitti hafan of se'uudhaan milkaa'ina cina isaanii jirutti aggaamuu of dhoowwu. Lakki akkas miti eenyuyyuu rakkina baatee kan hafu hin jiru. Yeroodhaaf nutti fakkaata malee. ● Namni mul'ata qabu, fuuldura isaatti milkaa'ina ilaalu tokko rakkina keessa darbuun waanuma jiru. @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa
Mostrar todo...
👍 29 10🤩 1
~Waa hunda dura ofiif bakka laadhu kan sirra sitti aanu waan hin jirreef! ~ Of beeki kan sirra sibeeku waan hin jirreef ~Namni kaayyoo ofi beeku jaalalan hin kufu kaayyoo ofi galmaan ga'uuf kufa malee! ~ Beekaa jechuun nama dogoggora ofii ofirratti beekee irraa of sirreessuudha! ~ Lukaan qixxeessuuf kophee muran malee, kopheen qixxeessuuf luka hin muran! ~ Moo’uu jechuun 1ffaa bahuu qofa osoo hin taane, jijjiiramas agarsiisuudha! ~ Barachuu jechuun barumsa keessa darbuu Osoo hin taane, barumsi nama keessa darbuudha! ~ Barumsa barattee yoo qoramtu, jireenya Immoo qoramtee baratta! ~ Nama si sobu wajjiin gammaddee kolfuu, Irraa nama dhugaa sitti hime wajjiin gadditee boohuu siif wayya ! ~ Namni carraa gaarii qabu osoo bishaan galaana keessatti darbanii yyuu, Qurxummii afanitti qabatee keessaa baha! ~hiyyeessa jechuun nama qarshii hiyyoome Osoo hin ta’in nama sammuu hiyyoomeedhaa! ~ Obsi guddaan dhagaa yoo affeelu, aariin xinnoon bishaan bobeessiti! ~ Yeroo tokko, tokko gammachuun guyyaa tokko gadda waggaa tokkootti jijjiirama! ~ Nama kabajuun mallattoo sodaa ykn luglummaa osoo hin taane, bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti! ~ Jireenya kee fooyyessuudhaaf yaaliidhaan shaakala ati taasiftu keessatti kufaatiiwwan si mudatan kufaatii osoo hin taane, akeektuu galma gahiinsa yaalii keetiiti! ~ Addunyaa kana irratti Harreen akka Namaatti yaaddu jiraatuu baattus, namni akka Harreetti yaadu hin dhabamu! ~ Akka addunyaatti yaadii, akka naannootti hojjadhu! ~ Dhalli namaa wanta haara argannoodhaan Yoo uumu (kalaqu) kan nama gammachiisu yoo ta’u, garuu ...... Ofi isaatii uumamuu (kalaqamuu) yoo irraaffatu immoo kan nama gaddisisuudha. ~ Kan nama qaanessu ba’aa guddaa sammuu irratti baachuu osoo hin taane, sammuu hin yaanne baachuudha! ~ Yoo rakkoon wahii si mudate rakkoo si Mudate saniif yaaduu osoo hin taane, akkaataa rakkoo si mudate san keessaa itti baatu yaaduu qabda! ~ Osoo dhugaan kophee hin godhatin, dharti addunyaa naannofti! ~ Mucucaattee dugdaan yoo kufte balleessaan kee ta'uu kan hin dandeenye yoo ta'u. Balleessaan kee ta'uu kan danda'u kuftee yoo acitti hafteedha! ~ Sareen yeroo hunda duttu akka hin birmanneef of gooti! ~ Kan nama nyaatu dukkana osoo hin taane, wanta dukkana keessa jiruudha! @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
43👍 28👏 6😁 1
Galma kee kan si hanqisu gufuu cabbii osoo hin taane kufuu qalbiiti !!!
Mostrar todo...
Qalbin waan barbadduu hin argatiin yeroo mara Imaltuudha.
Mostrar todo...
Beekumsii beekumsa caaluu osoo beekanii dhiisuudha.
Mostrar todo...
👍 12 5
Nama of beekuu tokko gammachiisuus tahe gaddisiisu hin dandeessuu.
Mostrar todo...
👍 6
Milkaa’inni adeemsa dheeraafi bu'aa ba'ii guddaa booda argaama'' #Winisteen_Charchil ''Badhaadhina qabeenyaa caalaa badhaadhina sammuuf dhama’i'' #Albarti_Inistaayin ''Ofiin jaalalatti kuftee harkisa dachee hinkomatin'' #Albarti_Inistaayin ''Fuulli ifaan daandii jalqabaa gara jaalalaatti geessuudha'' #Maazar_Tireezaa ''Hiriyaa gaariin waliin haasa’uu waggaa tokkoo osoo hintaane gocha sa’atii tokkoon hubatama'' #Pilaatoo ''Gammachuun wanti yaadan, dubbataniifi raawwatan yoo walfaana mullatedha'' #Maatama_Gaandii ''Namni beekaan ofdhoksa, namni wallaalaan ofbeeksisa,'' #Wiiliyaam_Sheekispeer @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 29 7
"Namoonni cimoon waan hundumaa fi nama hunda irraa baratu, namoonni giddu galeessi immoo muuxannoo isaanii irraa baratu, gowwoonni garuu deebii hunda duraanuu qabu". #Sooqiraaxis @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 21 5
Hundeessitoota falaasama Istooyikii keessaa tokko kan ta'e falaasamaan Zeenoo waa'ee gammachuu hordofuu ilaalchisee akkas jedheera: "Addunyaa kanarratti wanti ta'u hundi sababa qaba. Sababni sunis gaarii dha. Kana malees, waan alaa to'achuu hin dandeenyu, kan keenyaa ol ta'a." humna. Ilaalcha wantootaaf qabnu qofa to'achuu dandeenya." Kana jechuun waan keessoo irratti to'annoo qabna, garuu waan alaa irratti to'annoo hin qabnu. Kanaaf waan to'annaa keenyaa ol to'achuuf yaaluun gammachuu keenya nu saama. Kanaaf gammachuu argachuu kan dandeenyu waan to'achuu dandeenyu irratti xiyyeeffachuudhaan qofa." #ISTOICISM @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
32👍 7🎉 4🙏 3
Waan to'achuu dandeessu irratti xiyyeeffadhu, waan hin dandeenye immoo gadi dhiisi.  Sun furtuu gammachuuti. Jedha Epictetus, yaada beekamaa Giriik durii irraa.  Garaagarummaa wantoota kana lamaan hubachuu yoo dandeenye jireenya keenya keessatti nagaa dabalataa arganna jedhee amana ture. Kun ergaa ijoo falaasama Istooyikii osoo eegu caqasa salphisa.  Akkasumas hubannoo gaarii argachuuf haala seenaa Epictetus ni eereera. @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 28💯 4 3🥰 3🙏 3👏 2🎉 2🤩 1😍 1
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 17🙏 5 2👏 1
𝗢𝗳 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝘂𝗳 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗵𝗶𝗻 𝗾𝗮𝗯𝗱𝘂 𝘁𝗮𝗮𝗻𝗮𝗻 𝘆𝗼𝗼 𝗼𝗳 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗲𝘀 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗼𝗼 𝗵𝗶𝗻 𝗺𝘂𝗿𝘁𝗲𝗲𝘀𝘀𝗶𝘁𝘂. 𝗢𝗳 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝘂𝗻 𝗳𝗼𝗼𝗿𝗺𝘂𝗹𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗾𝗮𝗯𝘂 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗼𝗳 𝘄𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂𝗻 𝗳𝗼𝗼𝗿𝗺𝘂𝗹𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮 𝗷𝗲𝗰𝗵𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮. 𝗢𝗳 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝘂𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗰𝗮𝗮𝗹𝘂𝗱𝗵𝗮. 𝗢𝗳 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝘂 𝘄𝗮𝗻𝘁𝗶 𝗯𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗯𝘂'𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗷𝗶𝗿𝘂. 𝗔𝗹𝗯𝘂𝘂𝗱𝗻𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝗲𝗲 𝗳𝗶𝘅𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝗻𝘆𝗲 𝗼𝗳 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝗱𝗵𝗮. 𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗯𝗮𝗮𝘆'𝗲𝗲𝗻 𝗼𝘀𝗼𝗼 𝗼𝗳 𝗵𝗶𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗶𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗮𝗮 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗮𝗻𝗶𝗶 𝘁𝗮𝗮'𝘂. 𝗕𝗲𝗲𝗸𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲𝗳 𝘄𝗮𝗮𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗲 𝘀𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗻 𝗳𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝗻. 𝗕𝗮𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗶𝗯𝘀𝘂. 𝗕𝗲𝗲𝗸𝘂𝘂𝗻 𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗻𝗶 𝗶𝗯𝘀𝗮. 𝗕𝗮𝗿𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗼𝘀𝗼𝗼 𝗼𝗳 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘂𝗱𝗵𝗮 𝘁𝗮'𝗲𝗲 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗯𝗮𝗿𝗮𝘁𝗮𝗻 𝗵𝘂𝗻𝗱𝘂𝗺𝘁𝘂𝘂 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗮𝗮 𝘁𝗮'𝘂 𝘁𝘂𝗿𝗮𝗻. 𝗢𝗳 𝘄𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂𝗻 𝗳𝗼𝗼𝗿𝗺𝘂𝗹𝗮𝗮 𝗾𝗮𝗯𝗮. 𝗙𝗼𝗼𝗿𝗺𝘂𝗹𝗮𝗮𝗻 𝗶𝘀𝗮𝗮𝘀 𝗸𝗮𝗻𝗻𝗲𝗲𝗻 𝗮𝗿𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗮𝗱𝗶𝗶𝘁𝗶. 𝗚𝗮𝗱-𝗮𝗮𝗻𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 × 𝗵𝗶𝗿𝗸𝗮𝘁𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 × 𝗼𝗳-𝗮𝘄𝘄𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂 = 𝗼𝗳 𝘄𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂 @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
34👍 19🥰 3🙏 3🎉 2
Gaafa Tarkaanfii jalqabaa tarkaanfattu namuu si hin mil'atu ta'a. Garuu deemsa kee itti fuftee gaafaa gidduu geessus gufuun dachaan sitti baayyachuu mala. Ammas osoo Abdii hin kutin deemta taanan seenaa mataa keetii barreessitee dabarta. Deemsa kee gufuuf jettee dhaabda taanan atis Gufichaan Adda miti. @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
🙏 29 11👍 3
@JechootaGamnaa ➦Ilma namaa irraa nama baay’ee hin haasofnetu jira,garuu yoo dubbate jechi isaa mi’aawaa yoomuu hin dagatamne!. ➦Nama akka malee haasawa heddummeessutu jira,garuu haasofni isaa hunduu Oduu yoomuu hin yaadatamne!. ➦Nama yeroo baay’ee hin muldhannetu jira,garuu kan yoomuu hin dagatamne!. ➦Kan guyyaadhaan hin dhokannetu jira,garuu ka uf duuba deebi'ee hin yaadatamne!. ➦Nama waan xiqqoo dalagee gochi isaa yoomuu hin dagatamnetu jira. ➦Nama waan guddaa dalagee,waan dalage hundaa namatti himu,garuu kan dalagaan isaa hin yaadatamnetu jira. ➦Nama waa xiqqo dogoggoree dogoggorri isaa madaa yoomuu hin qoorre ta’ee hafutu jira. ➦Nama hedduu dogoggoree garuu dogoggorri isaa Gaarummaa isaatiin dagatamutu jira. ✓Osoo agartuu yoo hin hubatin sitti himuun bu'aa hin qabu. ✓Jiraachuun kee eenyuunuu yoo hin fayyadin du'uun kee eenyuunuu hin miidhu. ✓Kaayyoo malee namni jiraatu jiruu horiitiin garaagarummaa hin qabu. ✓Jiruttii kana keessaa osoon du'ee jechuu irra waan yeroo duutu si fayyadu qopheeffadhu. ✓karoorfachuu qofa osoo hin taane karoora kee hojiitti jijjiiri. ✓Carraaqachuun bu'aa qaba osoo siree irrattis taatee. ✓Teessee haasuma qofa haasa'uurra cal'istee deemuutu caala. ✓Gowwaa ta'anii quufuu irra qaruuxee ta'anii beelahuutu caala. ✓Beekumsi kee nama yoo hin fayyadin wallaalli kee eenyuunuu hin miidhu. ✓Lafti nama irraa qotee nyaatu osoo hin ta'in kan irra ciisee nyaatu komatti. ✓Suuta suutaan kan tarkaanfatu bakka guddaa gaha. ✓Mul 'ata dheeraa namni qabu nama hunda caala osoo gabaabaa ta'eellee. ✓Nyaachuuf qofa yoo jiraatte harreedhaan garaagarummaa hin qabdu. ✓Saba keetiif ykn maatii keetiif Yoo Bu'aa hin buufne eenyuufuu Bu'aa buusuu hin dandeessu. Nama ergaa akkas bareedu kana hin argineef share godhi @JechootaGamnaa @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
25👍 18🙏 6
Photo unavailableShow in Telegram
Obboleewwan koo kan muslimaa Hundumti keessan Baga Rabbiin baatii kabajamaa baatii RAMADAANAATIIN Isin gahe Ramadan karem @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
25👍 12
Dorgommiin ke nama biraa wajjii miti. Dorgommiin ke:-👇 👉 Yeroo ajjefte(qisaaste) wajjin 👉 Rakkoole ati uumte wajjin 👉 beekumsa osoo barachuu qabduu dhiste wajjin 👉 fayyaa te tan wareyde wajjin 👉 Eenyumma ke kan yaada haaraa fudhatuu dide wajjin 👉 Namoota tattaaffii ke hin feene wajjin 👉 Sheeyxaana si keessa ati carraa hin qabdu sin je'u wajjin. @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 35
❌JECHOOTA GAMNAA❌ 𝐖𝐚𝐧𝐭𝐚 𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐮𝐭𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐖𝐚𝐧𝐭𝐚 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐭𝐮𝐭𝐮 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐢 𝐢𝐛𝐬𝐚. 𝐇𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐠𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐬𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐠𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐥𝐚𝐥𝐢'𝐮 𝐥𝐮𝐤𝐤𝐮𝐮 𝐦𝐚𝐧𝐝𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐱𝐮𝐫𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐨𝐭𝐮. 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐚𝐛𝐣𝐮𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐝𝐡𝐚. 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐚𝐛𝐣𝐮𝐮 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐮 𝐠𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐠𝐚𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐭𝐚'𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚. 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐠𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐞 𝐨𝐟𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐝𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐚𝐛𝐣𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐞 𝐝𝐡𝐚. 𝐀𝐛𝐣𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐞𝐞 𝐡𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐚𝐭𝐢 𝐚𝐛𝐣𝐮𝐮 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐤𝐮𝐧𝐮𝐮𝐧𝐟𝐚𝐧𝐧𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐚𝐧𝐲𝐢𝐢 𝐛𝐢𝐬𝐡𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐛𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐪𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞𝐧𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐟𝐚𝐜𝐚'𝐞 𝐝𝐡𝐚. @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
34👍 26🎉 5🤗 4🥰 3
Repost from N/a
⇣ ⇣ ⇣  𝗚𝗔𝗠𝗠𝗔𝗖𝗛𝗜𝗜𝗦𝗔𝗔! 𝗡𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗼𝗻𝗹𝗶𝗻𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘁𝗮𝗻 𝗺𝗮𝗿𝗮𝗮𝗳: Congratulation🎊 all of you🎊🎉 We are bringing new possibilities to help you here. Trusted group which is giving money & package 👇👇 join it fastly add member 👇👇👇👇 Sponsor @Coop_Bank_Of_Oromia_Official ✨Group armaan gadii kana join gochuun hiriyoota kee yoo add goote badhaasa amanuuf nama rakkisu argatta. 𝗛𝘂𝗻𝗱𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝗰𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮!✨💸🎁 1. @Safaricom_Afaan_Oromoo_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 2 @Coop_Bank_Of_Oromia_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 3 @Oromia_Bank_Gift 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 4 @USAfundforOromia 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 5 @Oromo_Germany_Association 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 6 @GADAA_BANK_BONUS 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 7 @Commercial_Bank_Official 👆👆👆👆👆👆100% real payer🎁 𝗬𝗮𝗮𝗹𝗶𝗶𝘁𝗶𝗶 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶 𝗺𝗮𝗹𝗲𝗲 𝘆𝗮𝗮𝗹𝘂𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗶𝗻𝗶" Hirmaadhaa badhaafamaa! Carraa Gaarii isiniif haa ta'u! Affeerraa Gaarii 🌄 Hubadhaa; chaanaalii kana irratti kan maxxanfamu odeeffannoo mirkanaa'e qofaadha👆👆👆👆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦    𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 12🤩 1
Obsi meeshaa injifannoo isa gatii olaanaan bitamuudha✌️
Mostrar todo...
💯 24👏 4
NAMA WAA MEEQATUU SITTI FIDA 1️⃣ Nama tokko tokko garaatu sitti fida inni kun gaafa garaa guutaate sirra dabra. Haajaa isaa guutiif deebi'ee siin rakkisuu 2️⃣ Nama tokko tokko baraatu sitti fida inni kun gaafa barri dabru baraan wojjiin sirra dabra. Kanaaf obsi hanga barri fuudhee dabarsutti. 3️⃣ Nama tokkoo tokko karaatu sitti fida inni kun yoo karaa isarraa jalaa gorte sirra dabra. Karaa isarraa dhaabbattee isaan hin mormiin si gaaga’aa/miidhaa Garuu karaan isaa kaayyoo keetiin kan walitti bu'u tahe abadan daandii keetirraa akka siin gatantarsine cichii ofirra dabarsi. 4️⃣ Nama tokko tokko kaayyootu sitti fida inni kun kaayyoo manaa baheef /ka'eef qaba waan ta'eef kaayyoo ufii galmaan gahuu malee abadan sirra hin dabru. Atis nama kaayyootti Innis nama kaayyootti woli-galteedhaan bakka kaayyoo keeysanii ni geessu. Yeroo kanatii ati hoo namoota akkamiitiin marfamtee argamtaa? Deebiin si'umaaf Galatoomaa 🙏🌹 @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
🙏 32👍 28
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..! Karoora kee. Dadhabina kee. Kufaatii kee. Iccitii kee. Sochii kee kan fuul-duraa. Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin. JAHAN KANA AMMOO HUBADHU! Yaadi malee hin dhiphatin! Nama irraa baay'ee hin eeggatin! Dandeettii keetti fayyadami! Dogoggora kee irraa baradhu! Ofitti amani! Dandeettii kee beeki! @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
👍 50 12
Wanta yeroo isaatti dhufu adamsuuf jettee, wanta amma xumuruu qabdu of hin dabarsini. Gamna ta'uun ofiifi. @JechootaGamnaa
Mostrar todo...
💯 22👍 10 7
Repost from N/a
𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐂𝐨𝐥𝐥𝐞𝐜𝐭𝐢𝐨𝐧 𝙲𝙻𝙸𝙲𝙺 & 𝙹𝙾𝙸𝙽 𝚄𝚂 𝙽𝙾𝚆 👇     . ⇣ ⇣ ⇣  👇👇👇👇 👉✨JOIN✨👈 👉✨JOIN✨👈 👆👆👆👆                   🔳🔳                   🔳🔳          🔳🔳🔳🔳🔳🔳          🔳🔳🔳🔳🔳🔳                   🔳🔳                   🔳🔳 👇👇👇👇 👉✨JOIN✨👈 👉✨JOIN✨👈 👆👆👆👆 👆 ♥︎‿♥︎ 𝖳𝖺𝗃𝖺𝖺𝗃𝗂𝗅𝖺 𝗄𝖾𝗇𝗇𝗂𝗇𝗎𝗍𝗍𝗂 𝖻𝖺𝖺𝗒'𝖾𝖾 𝗀𝖺𝗆𝗆𝖺𝖽𝖽𝗎! 𝖨𝗍𝗍𝗂 𝗀𝗈𝗋𝖺𝖺 𝖻𝗂𝗋𝖺 𝗁𝗂𝗇 𝖽𝖺𝗋𝖻𝗂𝗇𝖺𝖺𝗍𝗂𝗂!(◕‿◕)👆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦    𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Mostrar todo...
👍 20
Namni Waan Jedhu hin Dhabu! Waan Gaarummaa isaatti Amante Hojjechuuf Duubatti hin Deebi'in! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ Abbaa fi ilmatu lafa fagoo deemuuf waliin manaa bahan. Kan isaan fudhatanii deeman harree tokkotu turte. Harree sana irratti waan isaan barbaachisu fe'atanii, ilmi harree yaabbatee, abbaan ammoo funyoo itti dha'atee fuulduraan harkisee qajeelan. ● Osuma deemanii ganda tokko keessa yeroo darbuuf jedhan namoonni jarreen imala irra jiran kana arganii, "maali gurbaan gadheen kun ofii yaabbateetu abbaa isaa lafoo deemsisaa?," jedhan. Mucaanis dubbii jaraa dhaga'eetu, ofii irraa bu'eetu abbaa isaatiin yaabbadhu anii harkisa jedhee deemsa itti fufan. ● Ammas yeroo xiqqoo achi siqan, "maali abbaan ilmoof hin yaanne?" jedhanii arrabsan. Imaltoonni kun dubbii kana dhageenyaan, abbaanis irraa bu'ee lachuu lafoo deemuu eegalan. Ammas xiqqoo yeroo achi siqan namoonni walitti agarsiisaniitu, "Ilaali argitee, warri qabeenya qaban kun ammoo akkumatti qabeenya isaaniitti fayyadaman hin beekaniim, harreen osoo jirtuu lafoo deemu," waliin jedhan. Abbaa fi ilmis kana dhaga'aniitu, koottu nuti lachuu haa yaabbannu jedhanii lama ta'anii yaabbatanii qajeelan. ● Namoota wayii bira yeroo gahan, "maali waaqa hin sodaattanii, hin dubbattu duudaadha jettanii miituu, waaqni maal isiniin jedha?" jedhan. ● Jarris irraa bu'an. Yoo maal goone gammachiisna jedhanii dhiphatan. Amma harree kana ol fuunee baannee deemna, yoos namni nutti gammada waliin jedhan. Harree sana lama ta'anii ol fuudhanii baatanii deeman. Yeroo isaan harree baatan arganii namoonni ni ajaa'ibsiifatan. Ittis kolfan. ● "Maali isaan gowwoota akkamiiti kan harree baatan," jedhanii itti qoosan. Abbaa fi ilmi kana hunda ilaalanii, nama gammachiisuu waan hin dandeenyeef, akkuma ofii yaadanitti imala isaanii itti fufan. Ergaa: ➦ Waan gaarii hojjettu, yaraas hojjettu namni waan siin jedhu hin dhabu. Ati garuu, namoota gammachiisuuf osoo hin taane, waan sirrii ta'uu isaa itti amante kamiyyuu hojjechuuf duubatti hin jedhiin! sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​ @Gaggeessummaa @Gaggeessummaa 🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Mostrar todo...
👍 33 14
Inicia sesión y accede a información detallada

Te revelaremos estos tesoros después de la autorización. ¡Prometemos que será rápido!