en
Feedback
ABDII OROMOO

ABDII OROMOO

Open in Telegram

Channel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.

Show more
The country is not specifiedEducation15 196

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel ABDII OROMOO

Channel ABDII OROMOO (@abdii_oromoo) is an active participant. Currently, the community unites 13 339 subscribers, ranking 15 196 in the Education category.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 13 339 subscribers.

According to the latest data from 30 July, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 1 261 over the last 30 days and by 101 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 23.98%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 9.61% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 3 174 views. Within the first day, a publication typically gains 1 272 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 16.
  • Thematic interests: Content is focused on key topics such as explanation, cell, kana, sentence, allele.

πŸ“ Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
β€œChannel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 31 July, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

13 339
Subscribers
+10124 hours
+3807 days
+1 26130 days
Posts Archive

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messagesπŸ‘‡
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messagesπŸ‘‡

Repost from ABDII OROMOO
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ifoome. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ifoome. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! https://oromia6.ministry.et/#/result Telegram πŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Biiroo_Barnoota_Oromiyaa2 https://t.me/Biiroo_Barnoota_Oromiyaa2

Repost from ABDII OROMOO
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

#Kutaa_6ffaa Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa yoom akka ilaalamu ibsame Biiroon Barnoota Oromiyaa odeeffannoo yeroo muraasa dura baaseen guyyaa itti qormaanni naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa bara 2018 itti ilaalamu ibsameera. Haaluma Kanaanis guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 24 bara 2018 ganama ykn waaree dura Sa'aatii 4:00 - 6:00 akka ibsamu baasaniiru. Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Share πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messagesπŸ‘‡
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messagesπŸ‘‡

#Kutaa_6ffaa Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa ifoome. Bara 2018 barattoota baayyinaan 88,927 ta'an qormaata kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaatti fudhatan keessaa 81.1% kan ta'aan qabxii darbiinsaa fiduun gara kutaa 7ffaa tti darbuun isaanii ibsame. Naannoo kanatti qabxiin darbiinsaa barattoota idilee 50% fi isaa ol yoo ta'u, qaama miidhamtootaaf ammoo 45% fi isaa oliidha. Manneen Barnootaa barattoota isaaniif qormaata kennan 1,839 keessaa 582 ykn 31.1% kan ta'aan barattoota isaanii guutummaa guutuutti kan dabarsan yoo ta'u, Manneen Barnootaa 10 ammoo barattoota homaayyuu akka hin dabarsine ibsameera Link kanaan ilaalaa :- http://ce6.ministry.et/ Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messagesπŸ‘‡
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messagesπŸ‘‡

πŸ“šBiology Questions 1. Which of the following is considered a renewable resource?    – A) Coal    – B) Natural gas    – C) Solar energy    – D) Oil 2. What is the primary cause of deforestation in tropical regions?    – A) Urbanization    – B) Agriculture    – C) Mining    – D) Climate change 3. Which mineral is the most widely used for aluminum production?    – A) Bauxite    – B) Iron ore    – C) Copper    – D) Limestone 4. What percentage of the Earth's freshwater is stored in glaciers and ice caps?    – A) 30%    – B) 50%    – C) 70%    – D) 90% 5. Which of the following countries is the largest producer of oil?    – A) Saudi Arabia    – B) Russia    – C) United States    – D) Canada 6. What is the main environmental concern associated with hydraulic fracturing (fracking)?    – A) Air pollution    – B) Water contamination    – C) Soil erosion    – D) Deforestation 7. Which of the following is a non-renewable resource?    – A) Wind energy    – B) Natural gas    – C) Biomass    – D) Geothermal energy 8. The process of converting saltwater into freshwater is known as:    – A) Filtration    – B) Desalination    – C) Distillation    – D) Purification 9. Which gas is primarily responsible for climate change due to its release from burning fossil fuels?    – A) Oxygen    – B) Nitrogen    – C) Carbon dioxide    – D) Methane 10. The term "sustainable resource management" refers to:     β–ͺ A) Using resources without any restrictions     β–ͺ B) Managing resources to meet current needs without compromising future generations     β–ͺ C) Maximizing economic profit from resource extraction     β–ͺ D) Eliminating all forms of resource use β–ŽAnswers Medium Difficulty Questions: 1. C 2. B 3. A 4. C 5. A 6. B 7. B 8. B 9. C 10. B IDEA FOR ALL STUDENTS TO GET OTHER EUEE QUIZ JOIN BELOW LINK OR DABOO QUIZ [Channel LinkπŸ‘‡πŸ‘‡ https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy Don't forget if you like react now. For video Lectures check our youtube channel πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

You have successfully added. Please proceed to the next step of settings at @hwdbitbot

#Kutaa_6ffaa Akkuma beekamu Adooleessa 14 bara 2018 bu'aan qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomuun isaa ni yaadatama.
#Kutaa_6ffaa Akkuma beekamu Adooleessa 14 bara 2018 bu'aan qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomuun isaa ni yaadatama. Bu'aan qormaata barattoota kutaa 6ffaa garuu hanga ammaatti hin ifoomne garuu Biiroon Barnoota Oromiyaa akka ibsetti bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 Adooleessa 23 ykn guyyoota lama booda ifoomuuf carraa bal'aa akka qabu ibse. Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

Barattoota Saayinsii uumamaas(Natural science) ta'e Saayinsii hawaasaa (social science) waggaa jalqabaa (Freshman) irratti koorsiiwwan asii gadii kana waliin fudhattu. πŸ“Œ 𝟷. α΄€Ι΄α΄›ΚœΚ€α΄α΄˜α΄ΚŸα΄Ι’Κ πŸ“Œ 𝟸. ᴇᴍᴇʀɒΙͺΙ΄Ι’ α΄›α΄‡α΄„ΚœΙ΄α΄ΚŸα΄Ι’Κ πŸ“Œ 𝟹. ᴘsΚα΄„Κœα΄ΚŸα΄Ι’Κ πŸ“Œ 𝟺. Ι’ΚŸα΄Κ™α΄€ΚŸ ᴛʀᴇɴᴅs πŸ“Œ 𝟻. ΙͺΙ΄α΄„ΚŸα΄œsΙͺᴠᴇɴᴇss πŸ“Œ 𝟼. α΄„Ιͺα΄ Ιͺα΄„s πŸ“Œ 𝟽. α΄‡Ι΄α΄›Κ€α΄‡α΄˜Κ€α΄‡Ι΄α΄‡α΄œΚ€sʜΙͺᴘ πŸ“Œ 𝟾. ᴇᴄᴏɴᴏᴍΙͺα΄„s πŸ“Œ 𝟿. Ι’α΄‡α΄Ι’Κ€α΄€α΄˜ΚœΚ πŸ“Œ 𝟷𝟢. ʜΙͺsᴛᴏʀʏ πŸ“Œ 𝟷𝟷. ʟᴏɒΙͺα΄„ πŸ“Œ 𝟷𝟸. α΄‡Ι΄Ι’ΚŸΙͺsʜ 1 πŸ“Œ 13. α΄‡Ι΄Ι’ΚŸΙͺsʜ 2 πŸ“Œ 14. Math's (Natural Science) πŸ“Œ 15. Math's (Social science) ✈️ Course'wwan kanneen keessaa hamma tokko kan jalqaba simisteeraatti fudhattan yoo ta'u kanneen hafan immoo simisteera 2ffaatti fudhattu . Garuu koorsiiwwan kana hunda fudhachuun dirqama. Koorsii isin jalqaba simisteeraatti fudhattan yuunivarsiitii keessan irratti kan hundaa'uudha.πŸ“š Hiriyyoota keessaniifis share godhaa Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

GadhiifameraπŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
GadhiifameraπŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.

#Yeroo filannoo Yunivarsiitii guuttan wantoota beekuu qabdan muraasa πŸ”Ά Yunivarsiitiin bakka waggoota hedduuf itti barattan waan ta'eef, yeroo filannoo yuunivarsiitii guuttan wantoota armaan gadii beekuun barbaachisaa dha. 1. Duraan dursee, yunivarsiitiileen isin filattan field/department barbaaddan akka qaban mirkaneeffadhaa. Kun wanta hundarra barbaachisaa dha. Yoo ammayyuu field/department barachuu barbaaddan hin murteessine ta'e, amma irraa jalqabee filannoo gabaabaa (shortlist) qopheeffadhaa. 2. Yunivarsiitii sana keessatti qulqullinni barnootaa akkam akka ta'e qoradhaa; keessumaa field/department isin barbaaddan keessatti sadarkaan barnootaa akkam akka ta'e sirriitti odeeffannoo isaa funaannadhaa. 3. Yunivarsiitii fi magaalaa filattan YouTube irratti ilaalaa. Akkasumas barattoota achitti baratan gaafadhaa. Yoo obboleessi ykn obboleettiin keessan kan yunivarsiitii baratu jiraates, isaaniinis gaafadhaa. Isaan barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa waliin baratan kanneen yunivarsiitii adda addaa seenan beekuu waan danda'aniif odeeffannoo gaarii isiniif kennuu ni danda'u. 4. Fakkeenyaaf, Addis Ababa University (AAU) keessatti department' wwan baay'ee barbaadaman kanneen akka Medicine fi Software Engineering seenuun baay'ee ulfaataa dha. Yoo qabxii gaarii hin qabaanne ta'e, department baay'ee barbaadamu seenuun ulfaataadha. Kanaaf department filannoo keessan hin taanetti ramadamuu dandeessu. 5. Yeroo filannoo yunivarsiitii guuttan, hiriyoota kutaa keessanii ykn obboleessa/obboleettii yunivarsiitiitti baratan wajjin mari'adhaa guutaa. 6. Yoo yunivarsiitiin isin filattan magaalaa keessaan ala ta'e, waa'ee nageenyaa fi tasgabbii magaalaa sanaa odeeffannoo walitti qabaa. 7. Akkasumas haala qilleensaa magaalaa yunivarsiitiin sun keessa jiruu tilmaama keessa galchaa. Barattoonni tokko tokko bakka baay'ee ho'aa ta'e keessatti waggoota hedduuf jiraachuun isaan rakkisuu danda'a. Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ πŸ‘‡ https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

GadhiifameraπŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
GadhiifameraπŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.