uz
Feedback
ABDII OROMOO

ABDII OROMOO

Kanalga Telegram’da o‘tish

Channel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTaʼlim14 880

📈 Telegram kanali ABDII OROMOO analitikasi

ABDII OROMOO (@abdii_oromoo) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 13 507 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 14 880-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 13 507 obunachiga ega bo‘ldi.

31 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 1 471 ga, so‘nggi 24 soatda esa 268 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 20.99% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 9.16% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 2 835 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 1 237 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 14 ta reaksiya keladi.
  • Tematik yo‘nalishlar: Kontent explanation, cell, kana, sentence, allele kabi asosiy mavzularga jamlangan.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Channel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 01 Avgust, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

13 507
Obunachilar
+26824 soatlar
+5817 kunlar
+1 47130 kunlar
Postlar arxiv

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

Repost from ABDII OROMOO
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇

Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ifoome. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ifoome. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! https://oromia6.ministry.et/#/result Telegram 👇👇 https://t.me/Biiroo_Barnoota_Oromiyaa2 https://t.me/Biiroo_Barnoota_Oromiyaa2

Repost from ABDII OROMOO
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇

#Kutaa_6ffaa Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa yoom akka ilaalamu ibsame Biiroon Barnoota Oromiyaa odeeffannoo yeroo muraasa dura baaseen guyyaa itti qormaanni naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa bara 2018 itti ilaalamu ibsameera. Haaluma Kanaanis guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 24 bara 2018 ganama ykn waaree dura Sa'aatii 4:00 - 6:00 akka ibsamu baasaniiru. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Share 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

#Kutaa_6ffaa Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa ifoome. Bara 2018 barattoota baayyinaan 88,927 ta'an qormaata kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaatti fudhatan keessaa 81.1% kan ta'aan qabxii darbiinsaa fiduun gara kutaa 7ffaa tti darbuun isaanii ibsame. Naannoo kanatti qabxiin darbiinsaa barattoota idilee 50% fi isaa ol yoo ta'u, qaama miidhamtootaaf ammoo 45% fi isaa oliidha. Manneen Barnootaa barattoota isaaniif qormaata kennan 1,839 keessaa 582 ykn 31.1% kan ta'aan barattoota isaanii guutummaa guutuutti kan dabarsan yoo ta'u, Manneen Barnootaa 10 ammoo barattoota homaayyuu akka hin dabarsine ibsameera Link kanaan ilaalaa :- http://ce6.ministry.et/ Join 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇

📚Biology Questions 1. Which of the following is considered a renewable resource?    – A) Coal    – B) Natural gas    – C) Solar energy    – D) Oil 2. What is the primary cause of deforestation in tropical regions?    – A) Urbanization    – B) Agriculture    – C) Mining    – D) Climate change 3. Which mineral is the most widely used for aluminum production?    – A) Bauxite    – B) Iron ore    – C) Copper    – D) Limestone 4. What percentage of the Earth's freshwater is stored in glaciers and ice caps?    – A) 30%    – B) 50%    – C) 70%    – D) 90% 5. Which of the following countries is the largest producer of oil?    – A) Saudi Arabia    – B) Russia    – C) United States    – D) Canada 6. What is the main environmental concern associated with hydraulic fracturing (fracking)?    – A) Air pollution    – B) Water contamination    – C) Soil erosion    – D) Deforestation 7. Which of the following is a non-renewable resource?    – A) Wind energy    – B) Natural gas    – C) Biomass    – D) Geothermal energy 8. The process of converting saltwater into freshwater is known as:    – A) Filtration    – B) Desalination    – C) Distillation    – D) Purification 9. Which gas is primarily responsible for climate change due to its release from burning fossil fuels?    – A) Oxygen    – B) Nitrogen    – C) Carbon dioxide    – D) Methane 10. The term "sustainable resource management" refers to:     ▪ A) Using resources without any restrictions     ▪ B) Managing resources to meet current needs without compromising future generations     ▪ C) Maximizing economic profit from resource extraction     ▪ D) Eliminating all forms of resource use ▎Answers Medium Difficulty Questions: 1. C 2. B 3. A 4. C 5. A 6. B 7. B 8. B 9. C 10. B IDEA FOR ALL STUDENTS TO GET OTHER EUEE QUIZ JOIN BELOW LINK OR DABOO QUIZ [Channel Link👇👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy Don't forget if you like react now. For video Lectures check our youtube channel 👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw

You have successfully added. Please proceed to the next step of settings at @hwdbitbot

#Kutaa_6ffaa Akkuma beekamu Adooleessa 14 bara 2018 bu'aan qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomuun isaa ni yaadatama.
#Kutaa_6ffaa Akkuma beekamu Adooleessa 14 bara 2018 bu'aan qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomuun isaa ni yaadatama. Bu'aan qormaata barattoota kutaa 6ffaa garuu hanga ammaatti hin ifoomne garuu Biiroon Barnoota Oromiyaa akka ibsetti bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 Adooleessa 23 ykn guyyoota lama booda ifoomuuf carraa bal'aa akka qabu ibse. Join 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

Barattoota Saayinsii uumamaas(Natural science) ta'e Saayinsii hawaasaa (social science) waggaa jalqabaa (Freshman) irratti koorsiiwwan asii gadii kana waliin fudhattu. 📌 𝟷. ᴀɴᴛʜʀᴏᴘᴏʟᴏɢʏ 📌 𝟸. ᴇᴍᴇʀɢɪɴɢ ᴛᴇᴄʜɴᴏʟᴏɢʏ 📌 𝟹. ᴘsʏᴄʜᴏʟᴏɢʏ 📌 𝟺. ɢʟᴏʙᴀʟ ᴛʀᴇɴᴅs 📌 𝟻. ɪɴᴄʟᴜsɪᴠᴇɴᴇss 📌 𝟼. ᴄɪᴠɪᴄs 📌 𝟽. ᴇɴᴛʀᴇᴘʀᴇɴᴇᴜʀsʜɪᴘ 📌 𝟾. ᴇᴄᴏɴᴏᴍɪᴄs 📌 𝟿. ɢᴇᴏɢʀᴀᴘʜʏ 📌 𝟷𝟶. ʜɪsᴛᴏʀʏ 📌 𝟷𝟷. ʟᴏɢɪᴄ 📌 𝟷𝟸. ᴇɴɢʟɪsʜ 1 📌 13. ᴇɴɢʟɪsʜ 2 📌 14. Math's (Natural Science) 📌 15. Math's (Social science) ✈️ Course'wwan kanneen keessaa hamma tokko kan jalqaba simisteeraatti fudhattan yoo ta'u kanneen hafan immoo simisteera 2ffaatti fudhattu . Garuu koorsiiwwan kana hunda fudhachuun dirqama. Koorsii isin jalqaba simisteeraatti fudhattan yuunivarsiitii keessan irratti kan hundaa'uudha.📚 Hiriyyoota keessaniifis share godhaa Join 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.

#Yeroo filannoo Yunivarsiitii guuttan wantoota beekuu qabdan muraasa 🔶 Yunivarsiitiin bakka waggoota hedduuf itti barattan waan ta'eef, yeroo filannoo yuunivarsiitii guuttan wantoota armaan gadii beekuun barbaachisaa dha. 1. Duraan dursee, yunivarsiitiileen isin filattan field/department barbaaddan akka qaban mirkaneeffadhaa. Kun wanta hundarra barbaachisaa dha. Yoo ammayyuu field/department barachuu barbaaddan hin murteessine ta'e, amma irraa jalqabee filannoo gabaabaa (shortlist) qopheeffadhaa. 2. Yunivarsiitii sana keessatti qulqullinni barnootaa akkam akka ta'e qoradhaa; keessumaa field/department isin barbaaddan keessatti sadarkaan barnootaa akkam akka ta'e sirriitti odeeffannoo isaa funaannadhaa. 3. Yunivarsiitii fi magaalaa filattan YouTube irratti ilaalaa. Akkasumas barattoota achitti baratan gaafadhaa. Yoo obboleessi ykn obboleettiin keessan kan yunivarsiitii baratu jiraates, isaaniinis gaafadhaa. Isaan barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa waliin baratan kanneen yunivarsiitii adda addaa seenan beekuu waan danda'aniif odeeffannoo gaarii isiniif kennuu ni danda'u. 4. Fakkeenyaaf, Addis Ababa University (AAU) keessatti department' wwan baay'ee barbaadaman kanneen akka Medicine fi Software Engineering seenuun baay'ee ulfaataa dha. Yoo qabxii gaarii hin qabaanne ta'e, department baay'ee barbaadamu seenuun ulfaataadha. Kanaaf department filannoo keessan hin taanetti ramadamuu dandeessu. 5. Yeroo filannoo yunivarsiitii guuttan, hiriyoota kutaa keessanii ykn obboleessa/obboleettii yunivarsiitiitti baratan wajjin mari'adhaa guutaa. 6. Yoo yunivarsiitiin isin filattan magaalaa keessaan ala ta'e, waa'ee nageenyaa fi tasgabbii magaalaa sanaa odeeffannoo walitti qabaa. 7. Akkasumas haala qilleensaa magaalaa yunivarsiitiin sun keessa jiruu tilmaama keessa galchaa. Barattoonni tokko tokko bakka baay'ee ho'aa ta'e keessatti waggoota hedduuf jiraachuun isaan rakkisuu danda'a. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.