es
Feedback
ABDII OROMOO

ABDII OROMOO

Ir al canal en Telegram

Channel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.

Mostrar más
El país no está especificadoEducación16 381

📈 Análisis del canal de Telegram ABDII OROMOO

El canal ABDII OROMOO (@abdii_oromoo) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 12 246 suscriptores, ocupando la posición 16 381 en la categoría Educación.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 12 246 suscriptores.

Según los últimos datos del 09 julio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 965, y en las últimas 24 horas de 5, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 15.36%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 11.47% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 1 881 visualizaciones. En el primer día suele acumular 1 405 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 14.
  • Intereses temáticos: El contenido se centra en temas clave como explanation, cell, kana, sentence, allele.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
Channel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 10 julio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

12 246
Suscriptores
+524 horas
+1367 días
+96530 días
Archivo de publicaciones
English round 3 EUEE 2018 car- mechanic: Patient-------
Anonymous voting

The receiver's address and date are written
Anonymous voting

Round 3 English EUEE 2018 A............... chair
Anonymous voting

Round 3 English EUEE 2018 which one is correctly spelt?
Anonymous voting

#Kutaa_12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 marsaa lammaffaan guyyaa borii irraa kaasee itti fufiinsaan hanga kibxataatti kan kennamu ta'a. Qormaati marsaa lammaffaa kun karaa online barattoota Saayinsii Uumamaatiif guyyoota sadiif jechuunis (Jimaata, Wiixata fi Kibxata) kennamuuf kan yaadame yoo ta'u , jimaata darbee eegaluun sanbata lamaan addaan citee ture, guyyaa boruu fi Kibxata itti fufiinsaan kennamuun msrsaan lammaffaan kan xumuramu ta'a. Barattoota Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 fudhattan hundaaf Carraa Gaarii! Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

Biology 2018 First Round Entrance Exam Join: @knowledgy_hub

💎 mathematics 2018 second Round Entrance Exam 📱 Join : @knowlegdy_hub

Repost from N/a
📣Telegram channel for sell ➡️38.6k Subscribers ➡️Monitized channel ➡️Education content ✉️Real buyer dm @Daboo_King
📣Telegram channel for sell ➡️38.6k Subscribers ➡️Monitized channel ➡️Education content ✉️Real buyer dm @Daboo_King

Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 83ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 83ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.

📭 2018 Biology First Round ESSLCE Questions !!! 📕Answer + Explanations       © Entrance Tricks

Qormaanni Xumuraa Kutaa 12ffaa marsaa jalqabaa kan guyyoota sadiif kennamaa ture har'a xumurameera. Qormaanni marsaa lammaffaa immoo bor, Waxabajjii 26, 2018 A.L.I. ni jalqaba. Barattoonni qormaata kana fudhatanis dhaabbilee itti ramadaman seenaniiru. Har'a barattoota qormaata fudhataniif seeraa fi qajeelfamoota qormaataa akkasumas dhimmoota isaan waliin walqabatan irratti ibsa (orientation) kennameeraaf. Barattoonni saayinsii uumamaa kanneen marsaa lammaffaa qormaata onlaayinii fudhatan, guyyoota sadii jechuun Jimaataa, Wiixataa fi Kibxata qormaata isaanii ni fudhatu. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

+3
📭English 2018 First Round ESSLCE Questions !!! 📕Answer + Explanations © Entrance Tricks

+4
Maths 2018 First Round Entrance Exam 📱 Join : @knowledgy_hub

#Kutaa_12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 guyyaa kaleessaa eegaluun isaa ni yaadatama. Oolmaa isaa guyyaa lammaffaa marsaa tokkoffaa har'aatiinis har'a itti fufuun ganamaa fi waaree booda ni kennama; 🗓️ Ganama sa'aatii 3:00-5:00 :- Scholastic Aptitude 🗓️ Waaree booda sa'aatii 9:00-11:30 :- Fiiziksiin ni kennama. Barattoota Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 fudhattan hundaaf Carraa Gaarii hawwina. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 82ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 82ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.

#Schedule #Kutaa_12ffaa Sagantaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa sagantaa qorm
+1
#Schedule #Kutaa_12ffaa Sagantaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa sagantaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 baaseera.   Bu'uura kanaanis; 👨‍💻 Karaa online «Computer-Based Testing (CBT)» barattoonni qormaata fudhatan marsaa jahaan qormaata isaanii kan fudhatan akka ta'e ibsameera.   Kanaanis marsaa 1ffaa hanga sadaffaatti barattoonni Saayinsii Uumamaa qormaata kan fudhatan yoo ta'u, marsaa arfaffaa hanga jahaffaatti ammoo barattoonni Saayinsii Hawaasaa qormaata ni fudhatu.   📄 Karaa waraqaa barattoota qormaata fudhataniif ammoo barattoonni Saayinsii Uumamaa marsaa sadaffaa irratti qormaata kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni Saayinsii Hawaasaa ammoo marsaa arfaffaa irratti Yuunivarsiitii keessatti qormaata fudhatu.   Guutummaa sagantaa suuraa armaan olii irraa ilaalaa! Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo

🚨Gaaffii kana dirqama deebisi darbi ✍Siif taphataan cimaa addunyaa kana eenyuudha?
🚨Gaaffii kana dirqama deebisi darbi ✍Siif taphataan cimaa addunyaa kana eenyuudha?

📘Maths McQ and answers 1. What is the value of sin(0)? a) 0 b) 1 c) -1 d) undefined Answer: a) 0 2. Which of the following is an identity? a) sin(a+b) = sin(a) + sin(b) b) cos(a+b) = cos(a) + cos(b) c) tan(a+b) = tan(a) + tan(b) d) sin(2a) = 2sin(a)cos(a) Answer: d) sin(2a) = 2sin(a)cos(a) 3. What is the period of the function f(x) = 2sin(x)? a) π b) 2π c) 4π d) 1 Answer: b) 2π 4. If sin(x) = 3/5, what is the value of cos(x)? a) 4/5 b) 3/4 c) 4/3 d) 5/3 Answer: a) 4/5 5. What is the amplitude of the function f(x) = 3cos(2x)? a) 1 b) 2 c) 3 d) 6 Answer: c) 3 6. Which of the following is a Pythagorean identity? a) sin^2(a) + cos^2(a) = 1 b) tan^2(a) + 1 = sec^2(a) c) cot^2(a) + 1 = csc^2(a) d) all of the above Answer: d) all of the above 7. What is the value of tan(π/4)? a) 0 b) 1 c) -1 d) undefined Answer: b) 1 8. If f(x) = sin(x) and g(x) = cos(x), what is the value of f(π/2) + g(π/2)? a) 0 b) 1 c) 2 d) -1 Answer: c) 2 9. What is the phase shift of the function f(x) = sin(x + π/2)? a) π/2 b) -π/2 c) π d) -π Answer: b) -π/2 10. Which of the following is a sum identity? a) sin(a+b) = sin(a)cos(b) + cos(a)sin(b) b) cos(a+b) = cos(a)cos(b) - sin(a)sin(b) c) tan(a+b) = (tan(a) + tan(b))/(1 - tan(a)tan(b)) d) all of the above Answer: d) all of the above Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s

Too many wasting time with old routines? Here’s your Leaked Checklist to leveling up NOW! Unlock the secret to sharper thinki
Too many wasting time with old routines? Here’s your Leaked Checklist to leveling up NOW! Unlock the secret to sharper thinking with exercises that actually work Discover why simple daily habits beat complex strategies every time Explode your learning speed with bite-sized brain hacks from Shamil N Mohammed Replace boredom with nonstop fun and real growth-no fluff, just results Join the revolution: Shamil N Mohammed Officials #ad 📢 InsideAds Free Subscribers

🟢Nama 3 qofa Ilaa in darbin hojii kana bira hojiin akkasii dafee adda cita waan taheef ammuma jalqabaa 🔔Hojiin Kun isin in
🟢Nama 3 qofa Ilaa in darbin hojii kana bira hojiin akkasii dafee adda cita waan taheef ammuma jalqabaa 🔔Hojiin Kun isin in darbin nama tokkoo afeeruun Dollar 1 argattu. ➡️Step isaa link https://t.me/usdtxbitget_cbbot?start=5769379837 kana tuqaa start godhaa akkuma start gootaniin dollar 2 argattu ➡️Isa booda channel isiniif dhufu hunda join godhaa sana booda bakka VERIFY AND EARN jedhu tuquun link afeerraa Fudhachuun nama affeertu Amma haa eegallu 100% trusted dha. https://t.me/usdtxbitget_cbbot?start=5769379837 https://t.me/usdtxbitget_cbbot?start=5769379837

ABDII OROMOO - Estadísticas y analítica del canal de Telegram @abdii_oromoo