ABDII OROMOO
前往频道在 Telegram
Channel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.
显示更多未指定国家教育15 196
📈 Telegram 频道 ABDII OROMOO 的分析概览
频道 ABDII OROMOO (@abdii_oromoo) 是活跃参与者。目前社区聚集了 13 339 名订阅者,在 教育 类别中位列第 15 196。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 13 339 名订阅者。
根据 30 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 261,过去 24 小时变化为 101,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 23.98%。内容发布后 24 小时内通常能获得 9.61% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 3 174 次浏览,首日通常累积 1 272 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 16。
- 主题关注点: 内容集中在 explanation, cell, kana, sentence, allele 等核心主题上。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Channel Kun kan banameef:
Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.”
凭借高频更新(最新数据采集于 31 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
13 339
订阅者
+10124 小时
+3807 天
+1 26130 天
帖子存档
13 504
Karaa salphaa ilaallachuuf bot kana fayyadamaa
https://t.me/mysearch?start=SZLTBg2eAvSRW72hUIG8uifJpainGa4r0G08Pdyt0t4
13 504
Karaa salphaa ilaallachuuf bot kana fayyadamaa
https://t.me/mysearch?start=SZLTBg2eAvSRW72hUIG8uifJpainGa4r0G08Pdyt0t4
13 504
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
13 504
Karaa salphaa ilaallachuuf bot kana fayyadamaa
https://t.me/mysearch?start=n3L-UfyyZatnPWkXW17cS9J4-OVanveByIrJ1_MEvsQ
13 504
Karaa salphaa ilaallachuuf bot kana fayyadamaa
https://t.me/mysearch?start=n3L-UfyyZatnPWkXW17cS9J4-OVanveByIrJ1_MEvsQ
13 504
Repost from ABDII OROMOO
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!!
Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇
13 504
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ifoome.
#Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa!
https://oromia6.ministry.et/#/result
Telegram 👇👇
https://t.me/Biiroo_Barnoota_Oromiyaa2
https://t.me/Biiroo_Barnoota_Oromiyaa2
13 504
Repost from ABDII OROMOO
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!!
Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇
13 504
#Kutaa_6ffaa
Bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa yoom akka ilaalamu ibsame
Biiroon Barnoota Oromiyaa odeeffannoo yeroo muraasa dura baaseen guyyaa itti qormaanni naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Oromiyaa bara 2018 itti ilaalamu ibsameera.
Haaluma Kanaanis guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 24 bara 2018 ganama ykn waaree dura Sa'aatii 4:00 - 6:00 akka ibsamu baasaniiru.
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Share 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Abdii_oromoo
https://t.me/Abdii_oromoo
13 504
Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 6ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!!
Bakka GET jedhuu Tuqun ammuma ilaalladhaa 👇👇👇👇
13 504
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
13 504
#Kutaa_6ffaa
Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa ifoome.
Bara 2018 barattoota baayyinaan 88,927 ta'an qormaata kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaatti fudhatan keessaa 81.1% kan ta'aan qabxii darbiinsaa fiduun gara kutaa 7ffaa tti darbuun isaanii ibsame.
Naannoo kanatti qabxiin darbiinsaa barattoota idilee 50% fi isaa ol yoo ta'u, qaama miidhamtootaaf ammoo 45% fi isaa oliidha.
Manneen Barnootaa barattoota isaaniif qormaata kennan 1,839 keessaa 582 ykn 31.1% kan ta'aan barattoota isaanii guutummaa guutuutti kan dabarsan yoo ta'u, Manneen Barnootaa 10 ammoo barattoota homaayyuu akka hin dabarsine ibsameera
Link kanaan ilaalaa :- http://ce6.ministry.et/
Join 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Abdii_oromoo
https://t.me/Abdii_oromoo
13 504
Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇
13 504
📚Biology Questions
1. Which of the following is considered a renewable resource?
– A) Coal
– B) Natural gas
– C) Solar energy
– D) Oil
2. What is the primary cause of deforestation in tropical regions?
– A) Urbanization
– B) Agriculture
– C) Mining
– D) Climate change
3. Which mineral is the most widely used for aluminum production?
– A) Bauxite
– B) Iron ore
– C) Copper
– D) Limestone
4. What percentage of the Earth's freshwater is stored in glaciers and ice caps?
– A) 30%
– B) 50%
– C) 70%
– D) 90%
5. Which of the following countries is the largest producer of oil?
– A) Saudi Arabia
– B) Russia
– C) United States
– D) Canada
6. What is the main environmental concern associated with hydraulic fracturing (fracking)?
– A) Air pollution
– B) Water contamination
– C) Soil erosion
– D) Deforestation
7. Which of the following is a non-renewable resource?
– A) Wind energy
– B) Natural gas
– C) Biomass
– D) Geothermal energy
8. The process of converting saltwater into freshwater is known as:
– A) Filtration
– B) Desalination
– C) Distillation
– D) Purification
9. Which gas is primarily responsible for climate change due to its release from burning fossil fuels?
– A) Oxygen
– B) Nitrogen
– C) Carbon dioxide
– D) Methane
10. The term "sustainable resource management" refers to:
▪ A) Using resources without any restrictions
▪ B) Managing resources to meet current needs without compromising future generations
▪ C) Maximizing economic profit from resource extraction
▪ D) Eliminating all forms of resource use
▎Answers
Medium Difficulty Questions:
1. C
2. B
3. A
4. C
5. A
6. B
7. B
8. B
9. C
10. B
IDEA FOR ALL STUDENTS
TO GET OTHER EUEE QUIZ JOIN BELOW LINK OR DABOO QUIZ
[Channel Link👇👇
https://t.me/Abdii_oromoo
https://t.me/Abdii_oromoo
https://t.me/qubeeacademy
https://t.me/qubeeacademy
Don't forget if you like react now.
For video Lectures check our youtube channel 👇👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw
13 504
#Kutaa_6ffaa
Akkuma beekamu Adooleessa 14 bara 2018 bu'aan qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa ifoomuun isaa ni yaadatama.
Bu'aan qormaata barattoota kutaa 6ffaa garuu hanga ammaatti hin ifoomne garuu Biiroon Barnoota Oromiyaa akka ibsetti bu'aan qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 Adooleessa 23 ykn guyyoota lama booda ifoomuuf carraa bal'aa akka qabu ibse.
Join 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Abdii_oromoo
https://t.me/Abdii_oromoo
13 504
Barattoota Saayinsii uumamaas(Natural science) ta'e Saayinsii hawaasaa (social science) waggaa jalqabaa (Freshman) irratti koorsiiwwan asii gadii kana waliin fudhattu.
📌 𝟷. ᴀɴᴛʜʀᴏᴘᴏʟᴏɢʏ
📌 𝟸. ᴇᴍᴇʀɢɪɴɢ ᴛᴇᴄʜɴᴏʟᴏɢʏ
📌 𝟹. ᴘsʏᴄʜᴏʟᴏɢʏ
📌 𝟺. ɢʟᴏʙᴀʟ ᴛʀᴇɴᴅs
📌 𝟻. ɪɴᴄʟᴜsɪᴠᴇɴᴇss
📌 𝟼. ᴄɪᴠɪᴄs
📌 𝟽. ᴇɴᴛʀᴇᴘʀᴇɴᴇᴜʀsʜɪᴘ
📌 𝟾. ᴇᴄᴏɴᴏᴍɪᴄs
📌 𝟿. ɢᴇᴏɢʀᴀᴘʜʏ
📌 𝟷𝟶. ʜɪsᴛᴏʀʏ
📌 𝟷𝟷. ʟᴏɢɪᴄ
📌 𝟷𝟸. ᴇɴɢʟɪsʜ 1
📌 13. ᴇɴɢʟɪsʜ 2
📌 14. Math's (Natural Science)
📌 15. Math's (Social science)
✈️ Course'wwan kanneen keessaa hamma tokko kan jalqaba simisteeraatti fudhattan yoo ta'u kanneen hafan immoo simisteera 2ffaatti fudhattu . Garuu koorsiiwwan kana hunda fudhachuun dirqama. Koorsii isin jalqaba simisteeraatti fudhattan yuunivarsiitii keessan irratti kan hundaa'uudha.📚
Hiriyyoota keessaniifis share godhaa
Join 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s
13 504
Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
13 504
#Yeroo filannoo Yunivarsiitii guuttan wantoota beekuu qabdan muraasa
🔶 Yunivarsiitiin bakka waggoota hedduuf itti barattan waan ta'eef, yeroo filannoo yuunivarsiitii guuttan wantoota armaan gadii beekuun barbaachisaa dha.
1. Duraan dursee, yunivarsiitiileen isin filattan field/department barbaaddan akka qaban mirkaneeffadhaa. Kun wanta hundarra barbaachisaa dha. Yoo ammayyuu field/department barachuu barbaaddan hin murteessine ta'e, amma irraa jalqabee filannoo gabaabaa (shortlist) qopheeffadhaa.
2. Yunivarsiitii sana keessatti qulqullinni barnootaa akkam akka ta'e qoradhaa; keessumaa field/department isin barbaaddan keessatti sadarkaan barnootaa akkam akka ta'e sirriitti odeeffannoo isaa funaannadhaa.
3. Yunivarsiitii fi magaalaa filattan YouTube irratti ilaalaa. Akkasumas barattoota achitti baratan gaafadhaa. Yoo obboleessi ykn obboleettiin keessan kan yunivarsiitii baratu jiraates, isaaniinis gaafadhaa. Isaan barattoota mana barumsaa sadarkaa lammaffaa waliin baratan kanneen yunivarsiitii adda addaa seenan beekuu waan danda'aniif odeeffannoo gaarii isiniif kennuu ni danda'u.
4. Fakkeenyaaf, Addis Ababa University (AAU) keessatti department' wwan baay'ee barbaadaman kanneen akka Medicine fi Software Engineering seenuun baay'ee ulfaataa dha. Yoo qabxii gaarii hin qabaanne ta'e, department baay'ee barbaadamu seenuun ulfaataadha. Kanaaf department filannoo keessan hin taanetti ramadamuu dandeessu.
5. Yeroo filannoo yunivarsiitii guuttan, hiriyoota kutaa keessanii ykn obboleessa/obboleettii yunivarsiitiitti baratan wajjin mari'adhaa guutaa.
6. Yoo yunivarsiitiin isin filattan magaalaa keessaan ala ta'e, waa'ee nageenyaa fi tasgabbii magaalaa sanaa odeeffannoo walitti qabaa.
7. Akkasumas haala qilleensaa magaalaa yunivarsiitiin sun keessa jiruu tilmaama keessa galchaa. Barattoonni tokko tokko bakka baay'ee ho'aa ta'e keessatti waggoota hedduuf jiraachuun isaan rakkisuu danda'a.
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Abdii_oromoo
https://t.me/Abdii_oromoo
13 504
Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Diraamaan hiree jaalalaa kutaa 89ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.
