ABDII OROMOO
Channel Kun kan banameef: Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel ABDII OROMOO
Channel ABDII OROMOO (@abdii_oromoo) is an active participant. Currently, the community unites 14 100 subscribers, ranking 14 158 in the Education category.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 14 100 subscribers.
According to the latest data from 06 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 407 over the last 30 days and by -2 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 26.09%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 10.01% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 3 681 views. Within the first day, a publication typically gains 1 412 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 16.
- Thematic interests: Content is focused on key topics such as explanation, cell, kana, sentence, allele.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Channel Kun kan banameef:
Barattootni kutaa 9-12 haala salphaan akka nu waliin qayyabataniif. Oduu fi Odeeffanno barnootaan walqabatan illee asirraa argattu.”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 07 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | +7 | |||
| 04 September | +12 | |||
| 03 September | +13 | |||
| 02 September | +34 | |||
| 01 September | +2 |
| 2 | 🚨AMMEE
Namoonni Interaansii 200 o fiddan hundi Baga gammaddan Odeeffannoo guutuu dubbiisuuf bakka SEE MORE jedhu tuqaa seenaa 👇👇👇 | 239 |
| 3 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 866 |
| 4 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 714 |
| 5 | 💎 Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara Kana (2018) fudhattanii xumurtaniif
Chaanaalii barattoota baayyeedhaan filatamaa ta'ee fi barattoota yuunivarsiitii gargaaraa jiru kana join godhaa.
🔗 101% Akka jaallattan mirkanaa'aadha 👌
🥰 Ammuma miseensa ta'aa
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub | 1 396 |
| 6 | 📢 Beeksisa Waamichaa Barattoota Mattuu university'f
#Mettu_University
🔗 Yeroon galmee: Fulbaana 7 fi 8, bara 2019 A.L.I.
➡️ Barnoonni kan jalqabu: Fulbaana 11, bara 2019 A.L.I.
🖊 Barattoota bara 2019 haaraa ramadamtan, akkasumas barattoota Yuunivarsiitii Mettuu keessatti Remedial hordoftanii darbitan, waamichi gara fuulduraatti dhiyeenyatti isiniif ni taasifama.
📌 Odeeffannoo dabalataaf, beeksisa itti aanu hordofaa.
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub | 1 373 |
| 7 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 966 |
| 8 | 👋 Department kam yoon gale naaf wayya?
🙌 Jalqaba irratti, wanta kana kan nuti isiniif barreessineef, baay’een keessan yeroo ammaa Placement guutaa jirtu. Akkasumas, department ykn field seenuu barbaaddan irratti yunivarsiitii isin filattanis murteessaa waan ta’eefidha. 👋
🕹️ Barataan yunivarsiitii keessa jiru baay’een isaa yeroo Campus keessa jiru, qormaata final'lii caalaa wanti isa yaaddessu, “Field kam yoon seene naaf wayya?” isa jedhuudha.
Field tokko seenuu ni barbaanna, garuu erga eebbifamnee baanee booda haalli hojii isaa maal fakkaata jedhamee nu yaaddessa. Field'n tokko immoo hojii fi galii gaarii qabaachuu danda’a, garuu nuti hin jaallannu. Fedhiin keenya field nuti barbaannu keessa seenuudha. Garuu maatiin keenya field biraa akka seenan barbaadu. Walumaagalatti, wantoota hedduu kana gidduutti filannoo gochuun nu dhiphisa 🤯!
"Field kana seenaa” jennee isinitti himuuf ofitti amanamummaa gahaa yoo hin qabaanneyyuu waan barattoonni hedduun itti rakkataniif, waa’ee kanaa irratti callisuu mannaa, akka maatii keessan tokkootti waa xiqqoo isinitti himuu barbaadneeti 🤗.
🧳 department tokko osoo hin filatinnoo dura, wantoota armaan gadii yaadaa! ofii keessanis gaafadhaa.
🔎 1. FEDHII
⭕️ Jalqaba irratti field tokko filachuu keenya dura, dhuguma field sanaaf jaalala ykn fedhii addaa qabnaa?
Har’a irraa waggaa meeqa booda ofii keessan eessatti yoo argitan, “Eeyyee, ani nama kana ta’uu kootti nan boona” jettanii ofitti gammaddan?
“Ani addunyaa kana irra kan ani dhufe hojii/ogummaa kanaaf” jettanii kan yaaddan yoo jiraate, isa sana cimsaatii qabaa.
🔎 2. OF Beekuu!
🤘 Kunis baay’ee murteessaa dha.
Barnoota herregaa (calculation) ta’antu isinitti salphaadhaa? Moo barnoota concept fi yaad-rimee hubachuu irratti hundaa’antu isinitti salphaadhaa?
dubbisa yeroo dheeraa teessanii dubbisuu ni dandeessu moo wanta tokko yeroo tokko hubattanii booda irra deebitanii ilaaluun isinitti ulfaata?
Dhiphinni xiqqoon isin qabaa? Yookaan haala dhiphisaa keessatti tasgabbaa’anii hojjechuu ni dandeessu?
Wantoota hedduu waa’ee ofii keessanii of gaafadhaa; of beekaa!
Erga amma of beektanii booda, “Ogummaan ykn field kamtu amala, dandeettii fi fedhii koo waliin deema?” jettanii of gaafachuun barbaachisaadha.
Haa ta’u malee, dandeettiin keessan field isin barbaaddaniif xiqqoo ta’us, wanti guddaan fedhii dha. Wanti hundis shaakalaa fi barnootaan baratamuu danda’a.
Kanaaf, fedhii keessanii fi field barbaaddan wal bira qabuun, akkasumas dandeettii keessan madaaluun filannoo yoo gootan, caalaatti gaarii dha.
Baay’een keenya Medicine fi dameewwan fayyaa biroo seenuu barbaanna. Maaliif yoo jedhame, “hojii qabaachuu” fi hawaasa keessatti fudhatama gaarii waan qabaniif.
“Doctor”, “Nurse” fi “Engineer” jedhamee yeroo waamamu, yeroo ammaa hawaasa keessatti kabaja caalaa kan qabu kam akka ta’e isinumaaf dhiisna 👀.
Garuu dameen fayyaa akka nuti yaadnu miti.
Dameen fayyaa xiqqaas ta'e guddaa hundarra caalaa dubbisuu gaafata. Barnootaan qofa osoo hin taane, hubannoo, yaaduu fi rakkoo furuu irratti cimaa ta’uu barbaada.
Medicine seenuuf yeroo doktora hedduu gaafattan akkas jedhu :
“Yoo maallaqa qofa barbaadde, yaada kee jijjiiri. Maallaqa qofa yaadaa jirta taanaan, dadhabbii fi ulfaatina hojii kanaa obsuu dadhabuu dandeessa. Accounting hin baraattuu? Baankonni maallaqa gaariidhaan si qacaruu danda’u mitii?
Garuu nama gargaaruun, namni siif fayyee yeroo argitu keessa kee gammachuun guutamu, akkasumas ati nama obsa qabu yoo taate, damee fayyaa seeni.” jedhanii sitti himu.
⏳ Yeroon ni darba. Bor maal akka dhufu ammoo guutummaatti hin beeknu.
Kanaaf, dhuma irratti wanti isin hubachuu qabdan tokko jira:
Field kamiyyuu keessatti yoo gammachuun baranne, bu’aa gaarii galmeessisuu dandeenye, akkasumas ogummaa keenya fayyadamuun hawaasa keenyaaf hojii bu’a qabeessa hojjechuu dandeenye, milkaa’inni kana caalu hin jiru.
wantoota armaan olitti tarreessine hunda: fedhii, of beekuu, dandeettii fi amala keessan yaada keessa galchaa jechuu keenya ☺️
❤️ Filannoo gaarii isiniif hawwina!
Join 👇 👇 👇 👇👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇👇👇👇
https://t.me/Oromiastudent_s | 1 603 |
| 9 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 893 |
| 10 | ✅channalii Jallattootta Kubba milaa qofaf baname kan qabda ? Ati deggera kubbaa milla tanan Join godhii itti makamii 👇👇 | 111 |
| 11 | ✔️ QABXIIN SEENSAA REMEDIAL GAD DHIIFAMERAA
✔️ MAARRE KANAAFIS BAKKA CHECK RESULT JEDHU TUQUN START KAN JEDHU TUQAA ILAALAA.
👇👇👇👇👇👇 | 263 |
| 12 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 1 129 |
| 13 | #Placement
📢 BEEKSISA
Barattoota bara 2018 A.L.I. qormaata biyyoolessaa xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) fudhattanii fi qabxii seensa yuunivarsiitii galmeessitan hundaaf:
🧳 Filannoo Yuunivarsiitii fi damee barnootaa keessanii Hagayya 28, 2018 A.L.I. irraa eegalee hanga Qaammee 5, 2018 A.L.I. tti, linkii armaan gadii fayyadamuun, gara mana barumsaa osoo hin deemin, bakka jirtanitti ofuma keessaniin guutuun filannoo keessan akka galchitan isin beeksifna.
⭕ Linkii:
https://student.ethernet.edu.et/
⚠️ YAADACHIISA:
Barattoonni sababoota armaan gadii keessaa tokko isaan ilaallatu, ragaa seeraa barbaachisaa ta’e walqabsiisuu qabu:
🔹 Sababa yaalaa/haala fayyaa
🔹 Qaama miidhamummaa
🔹 Lakkuuwwan saala wal fakkaataa qaban (identical twins)
🔹 Haadholii daa’ima ji’a 6 gadi ta’e hoosisan
🏛️ Ministeera Barnootaa
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub | 2 036 |
| 14 | #Qabxii_Remidiiyalii_Bara_Darbee ykn Bara 2018👇
➡️ Dhiiraaf (Natural Science fi Social Science lamaaniifuu) = 216
➡️ Dubaraaf (Natural Science fi Social Science lamaaniifuu) = 204
➡️ Naannolee guddataa jiranii fi naannolee horsiisee bultootaa keessatti barattoota Natural Science fi Social Science, saala lamaanifuu = 198
➡️ Barattoota dhaga’uu hin dandeenye kan Natural Science fi Social Science, saala lamaanifuu = 198
➡️ Barattoota hin argine ( qaro dhabeeyyii) kan Natural Science fi Social Science, saala lamaaniifuu = 165
Bara kana ( Bara 2019 ) kan Bara darbeerra Akka ol ka'u ministeerri Barnootaa ibsee ture.
Kan Bara kana meeqa ta'a jettanii yaaddu ? Tilmaama keessan comment godhaa
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Abdii_oromoo
https://t.me/Abdii_oromoo | 2 006 |
| 15 | #Qabxii_Remidiiyalii_Bara_Darbee ykn Bara 2018👇
➡️ Dhiiraaf (Natural Science fi Social Science lamaaniifuu) = 216
➡️ Dubaraaf (Natural Science fi Social Science lamaaniifuu) = 204
➡️ Naannolee guddataa jiranii fi naannolee horsiisee bultootaa keessatti barattoota Natural Science fi Social Science, saala lamaanifuu = 198
➡️ Barattoota dhaga’uu hin dandeenye kan Natural Science fi Social Science, saala lamaanifuu = 198
➡️ Barattoota hin argine ( qaro dhabeeyyii) kan Natural Science fi Social Science, saala lamaaniifuu = 165
Bara kana ( Bara 2019 ) kan Bara darbeerra Akka ol ka'u ministeerri Barnootaa ibsee ture.
Kan Bara kana meeqa ta'a jettanii yaaddu ? Tilmaama keessan comment godhaa
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub | 10 |
| 16 | ✔️ QABXIIN SEENSAA REMEDIAL GAD DHIIFAMERAA
✔️ MAARRE KANAAFIS BAKKA CHECK RESULT JEDHU TUQUN START KAN JEDHU TUQAA ILAALAA.
👇👇👇👇👇👇 | 915 |
| 17 | 🧳 Barattootni Bara 2019tti Yuunivarsiitii seenuuf jirtan! Filannoo Yuunivarsiitii irratti waan nuti isinitti himnu kana dhaggeeffadhaa❗️
🧑🎓 Barattoota Qabxii darbiinsaa argattan hundaaf!
akkuma beekamu torbanootaa asitti hundi keessan bu’aa keessan ilaaltanii jirtu. Haa ta’u malee, barattoota bu’aa gaarii argattanii darbitaniif amma wanti isin yaaddessaa jiru tokko jira:
Innis
👉 “Yuunivarsiitii kam filadhu?” isa jedhuudha.
📍Torban dhufu keessa ramaddii Yuunivarsiitii akka guuttaniif mana barumsaa keessanitti waamamtanii filannoo keessan ni guuttu.
🤔 Yuunivarsiitiin bakka waggoota shan fi isaa ol itti dabarsitaniidha. Bakka jireenya keessan haaraa itti jalqabdan, bakka itti of dandeessanii jireenya keessan itti ijaarrattanidhas.
Kanaaf, bakka waggoota shan ykn isaa ol itti dabarsitan sana of eeggannoodhaan filachuun baay’ee barbaachisaa dha.
Yuunivarsiitii kam akka filattan qofa osoo hin taane, Department ykn damee barnootaa kam seenuu akka barbaaddanis sirriitti itti yaaduu qabdu.
Kana gochuuf wantoota armaan gadii yaada keessa galchaa👇
✅ 1. Department seenuu barbaaddan adda baafadhaa
Jalqaba irratti, barnoota akkamii akka jaallattan fi gara fuulduraatti maal hojjechuu akka barbaaddan ofii keessaniif ifa godhaa.
Fakkeenyaaf, website fi mobile app hojjechuu yoo barbaaddan, Yuunivarsiitiiwwan Software Engineering, Computer Science ykn Information Technology (IT) qaban filachuu qabdu.
✅ 2. Yuunivarsiitiin filattan wantoota hedduudhaan gaarii ta’uu isaa mirkaneeffadhaa
Yuunivarsiitiin tokko maqaa gaarii qabaachuu fi barnoota qulqullina qabu kennuun isaa faayidaa guddaa qaba.
Keessattuu, Department isin barbaaddan sun hammam qulqullina qaba? jechuun qorachuu qabdu.
✅ Barsiisota beekumsa, muuxannoo fi dandeettii gaarii qaban ta’uu qabu.
✅ Library, computer lab, Wi-Fi, meeshaalee laaboraatorii fi tajaajiloonni barnootaaf barbaachisan biroon guutamuu qabu.
✅ 3. Dandeettii fi qabxii keessan beekaa
Yuunivarsiitiiwwan gurguddoo kanneen akka Addis Ababa, Bahir Dar fi Gondar keessatti Department'wwan baay’ee barbaadaman irratti dorgommiin jiraachuu danda’a.
Sababni isaas, barattoonni qabxii olaanaa qaban hedduun Yuunivarsiitiiwwan kana filatu; kanaaf isinillee isaan waliin dorgomtu.
👉 Kanaaf GPA'n keessan olaanaa ta’uun barbaachisaa ta’uu danda’a.
Kana jechuun fedhii barnootaa keessan qofa osoo hin taane, qabxii keessan, dandeettii keessanii fi carraa keessan ilaalchisee Yuunivarsiitii isiniif mijatu filachuu qabdu jechuu dha.
📌 Fakkeenyaaf, Addis Ababa keessatti Software Engineering seenuuf GPA 3.97 fi isaa ol barbaachisaa ta'uu danda’a. Yuunivarsiitiiwwan akka Debre Birhan ykn Dire Dawa keessatti immoo GPA 3.5–3.7 irraa eegalee carraan seenuu jiraachuu danda’a.
⚠️ Garuu qabxiileen kun bara irraa gara baraatti fi Yuunivarsiitii irraa gara Yuunivarsiitiitti jijjiiramuu danda’u. Kanaaf, lakkoofsa kana akka seera murtaa’aatti hin fudhatinaa, odeeffannoo yeroo sanaa mirkaneeffadhaa.
🚨 Kun wanta barattoonni hedduun ittiin dogoggoran keessaa isa tokko!
Fedhii keessan qofa irratti hundaa’uun yuunivarsiitii hin filatinaa. Dandeettii, GPA, Department, qulqullina barnootaa fi carraa keessan waliin ilaalaa.
🕊️ Akkasumas, haalli nageenyaa fi tasgabbii Yuunivarsiitii fi naannoon inni keessa jiru illee yaada keessa galchaa.
🎯 Kana hundumaa erga madaaltanii booda, filannoo keessan of eeggannoodhaa fi hubannoon guutaa.
❤️ Carraa Yuunivarsiitii seenuu qofa osoo hin taane, bakka waggoota keessan itti dabarsitan sirriitti filachuunis murteessaadha!
📲 Barattoota bara 2019 yuunivarsiitii seenan hundaaf qoodaa!
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub | 2 971 |
| 18 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 1 206 |
| 19 | 📌 Bara 2018tti yuunivarsiitiilee gara garaa keessatti koorsoota kennamaa turan guutuu isaa PDF dhaan.
Ammaaf kan isin irratti qophaa'uu qabdan
📚 Natural Science
◦ Communicative English 1
◦ Logic and Critical Thinking
◦ General Psychology
◦ Mathematics for Natural Science
◦ General Physics
◦ Geography of Ethiopia and the Horn
📚 Social Science
◦ Communicative English 1
◦ Logic and Critical Thinking
◦ General Psychology
◦ Economics
◦ Mathematics for Social Science
◦ Geography of Ethiopia and the Horn
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub | 3 225 |
| 20 | Ultimate Telegram Search Bot! Instantly find groups, channels, movies, news, chat messages👇 | 1 227 |
