SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)
Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf
Показати більше📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)
Канал SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) (@barsiisotaaf) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 43 875 підписників, посідаючи 4 153 місце в категорії Освіта та 748 місце у регіоні Ефіопія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 43 875 підписників.
За останніми даними від 29 липня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 2 789, а за останні 24 години на 159, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 22.90%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 13.95% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 10 029 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 6 109 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 26.
📝 Опис та контентна політика
Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡
#chaanaalii bashannanaa
𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf”
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 30 липня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Освіта.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 30 липня | +72 | |||
| 29 липня | +159 | |||
| 28 липня | +305 | |||
| 27 липня | +45 | |||
| 26 липня | +252 | |||
| 25 липня | +30 | |||
| 24 липня | +172 | |||
| 23 липня | +243 | |||
| 22 липня | +303 | |||
| 21 липня | +378 | |||
| 20 липня | +44 | |||
| 19 липня | +113 | |||
| 18 липня | +76 | |||
| 17 липня | +79 | |||
| 16 липня | +27 | |||
| 15 липня | +1 | |||
| 14 липня | +4 | |||
| 13 липня | +74 | |||
| 12 липня | +24 | |||
| 11 липня | +2 | |||
| 10 липня | +3 | |||
| 09 липня | +6 | |||
| 08 липня | +22 | |||
| 07 липня | +24 | |||
| 06 липня | +17 | |||
| 05 липня | +20 | |||
| 04 липня | +37 | |||
| 03 липня | +178 | |||
| 02 липня | +56 | |||
| 01 липня | +61 |
| 2 | #Beeksisa_Hatattamaa barattoota qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 fudhattan maraaf!
Qormaanni naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 kan naannoo Oromiyaa Waxabajjii 8 fi 9 bara 2018 kennamaa ture bu'aan isaa guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 24 bara 2018 waaree dura Sa'aatii 4:00-6:00 tti kan ibsamu akka ta'e Biiroon Barnoota Oromiyaa ibseera.
Kanaanis akkuma bu'aan isaa ifoomeen kan isin biraan geenyu ta'a, obsaan nu eegaa!
Barattoota qormaata naannoo kutaa 6ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii!
Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa | 1 |
| 3 | Немає тексту... | 2 137 |
| 4 | #Beeksisa_Qacarrii_Barsiisotaa
Ebbifamtoota Appilaayidii Gosa Barnootaa adda addaa sagantaa Digiriin Baratanii Ebbifaman ilaala.
Akkuma armaan olitti ibsuuf yaalamee, Ebbifamtonni Appilaayidii Gosa barnootaa adda addaa Barnoota Sadarkaa 1ffaa (Kutaa 1–8) keessatti kennamuun Yuunivarsiitii Mootummaa irraa baratanii bara 2016–2018tti ebbifaman, akkasumas fedhii ogummaa barsiisummaa qabdan hundaaf Waajjira Barnootaa Aanaa Tokkee Kuttaayee Kutaa Misoomaatti qaamaan argamuun akka galmooftan jechuun beeksifna.
Ulaagaa fi Ragaalee Barbaachisoo ta'an
✍️ Ragaa Barnootaa Kutaa 8.
✍️Tiraanskiriptii Kutaa 9–12.
✍️ Ragaa Maatirikii Kutaa 10 ykn 12.
✍️ Tempo fi Ragaa GPA.
✍️ Qormaata Ba'iinsaa (Exit Exam) kan darbe ragaa isaa dhiyeessuu.
✍️ Waraqaa hojii dhabdummaa ji'a 6 hin caalle.
Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (NID) qabaachuu.
Ebbifamtonni ulaagaa armaan olii guuttan dhuftanii akka galmooftan isiniin beeksifna.
✍️ Guyyaa Galmee: Adoleessa 23/11/2018 - 06/12/2018 (yeroo hojii mootummaa)
Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa.
Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇
𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf
#Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa | 3 946 |
| 5 | Немає тексту... | 3 651 |
| 6 | #Beeksisa_Qacarrii_Barsiisotaa
Eebbifamtoonni Appilaayidii Gosa barnootaa adda addaa Barnoota Sadarkaa 1ffaa (Kutaa 1–8) keessatti kennamuun Yuunivarsiitii Mootummaa irraa baratanii bara 2016–2018tti eebbifaman akkasumas fedhii ogummaa barsiisummaa qabdan hundaaf Waajjira Barnootaa G/Qeellam Wallaggaa Kutaa Misoomaatti qaamaan argamuun akka galmooftan jechuun beeksifna.
Ulaagaa fi Ragaalee Barbaachisoo ta'an
✍️ Ragaa Barnoota Kutaa 8.
✍️ Tiraaniskiriiptii Kutaa 9–12.
✍️ Ragaa Maatirikii Kutaa 10 ykn 12.
✍️Tempo fi Ragaa GPA.
✍️ Qormaata Ba'iinsaa (Exit Exam) kan darbe ragaa isaa dhiyeessuu kan danda'u/su
✍️ Waraqaa hojidhabdummaa ji'a 6 hin caalle.
✍️ Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (NID) qabaachuu.
Eebbifamtoonni ulaagaa armaan olii guuttan dhuftanii akka galmooftan isiniin jenna.
✍️ Guyyaa Galmee:Adoolessa 20–07/12/2018
Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa | 1 |
| 7 | Немає тексту... | 4 399 |
| 8 | #BEEKSISA
Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) Sad. 2ffaa #Ministeerri_Barnootaa_Itoophiyaa_Hundeesse Dorgomanii Galuu Barbaadan Hundaaf
-----------
BBO - Adoolessa 22/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara 2018 irraa eegalee Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa naannolee adda addaa keessatti banuun barattoota qaxalee qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaan gara kutaa 9ffaa darban qormaata seensaa kennuun dorgomsiisee fudhachuu kan jalqabe ta'uun ni yaadatama.
Bara barnootaa 2019f immoo, #Barattoota_qaxalee #1_Qormaata_Naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darbaniifi #2_Barattoota_kutaa_9ffaa irraa #gara _0ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darban dorgomsiisee fudhachuuf beeksisa baaseera.
Haaluma Kanaan:
- MBBA Sad. 2ffaa Walisoo
- MBBA Sad. 2ffaa Bu'ii
- MBBA Sad. 2ffaa Bongaa
- MBBA Sad. 2ffaa Jigjigaafi
- MBBA Sad. 2ffaa Gaambeellaatti kan simatu yoo ta'u,
MBBA Sad. 2ffaa haaraa barana(2019) barattoota kutaa 9ffaa qofa simachuun hojii jalqaban immoo,
-MBBA Sad. 2ffaa Dirre Dawaa
- MBBA Sad. 2ffaa Baahir Daar
- MBBA Sad. 2ffaa Asoosaafi
- MBBA Sad. Arbaa Minciitti barattoota kutaa 9ffaa qofa kan dorgomsiisee kan simatu ta'uun beekameera.
Kanaafuu. barattootni manneen barnootaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa hundeesse kana galuu barbaaddan gamanumaa akka qophii akka taasiftan isin beeksifna. Dabalataanis Galmeefi_Qormaatni_Seensaa kompitaraan oonlaayiniin (#CBT_online ) kennama.
Kanaafuu, Kompitaratti fayyadamuu shaakalaa kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
#HUBACHIISA:- Beeksifni #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa (#MBIBBA)fi #Waldaa_Misooma_Oromiyaa Sad. 2ffaa tibbana kan bahu waan ta'eef barattootni qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa fiddaniifi fedhii qabdan qophii barbaachisaa ta'e akka taasiftan gamanumaa isin beeksifna.
Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa | 6 705 |
| 9 | Немає тексту... | 5 936 |
| 10 | #BEEKSISA
Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) Sad. 2ffaa #Ministeerri_Barnootaa_Itoophiyaa_Hundeesse Dorgomanii Galuu Barbaadan Hundaaf
-----------
BBO - Adoolessa 22/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara 2018 irraa eegalee Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa naannolee adda addaa keessatti banuun barattoota qaxalee qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaan gara kutaa 9ffaa darban qormaata seensaa kennuun dorgomsiisee fudhachuu kan jalqabe ta'uun ni yaadatama.
Bara barnootaa 2019f immoo, #Barattoota_qaxalee #1_Qormaata_Naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darbaniifi #2_Barattoota_kutaa_9ffaa irraa #gara _0ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darban dorgomsiisee fudhachuuf beeksisa baaseera.
Haaluma Kanaan:
- MBBA Sad. 2ffaa Walisoo
- MBBA Sad. 2ffaa Bu'ii
- MBBA Sad. 2ffaa Bongaa
- MBBA Sad. 2ffaa Jigjigaafi
- MBBA Sad. 2ffaa Gaambeellaatti kan simatu yoo ta'u,
MBBA Sad. 2ffaa haaraa barana(2019) barattoota kutaa 9ffaa qofa simachuun hojii jalqaban immoo,
-MBBA Sad. 2ffaa Dirre Dawaa
- MBBA Sad. 2ffaa Baahir Daar
- MBBA Sad. 2ffaa Asoosaafi
- MBBA Sad. Arbaa Minciitti barattoota kutaa 9ffaa qofa kan dorgomsiisee kan simatu ta'uun beekameera.
Kanaafuu. barattootni manneen barnootaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa hundeesse kana galuu barbaaddan gamanumaa akka qophii akka taasiftan isin beeksifna. Dabalataanis Galmeefi_Qormaatni_Seensaa kompitaraan oonlaayiniin (#CBT_online ) kennama.
Kanaafuu, Kompitaratti fayyadamuu shaakalaa kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
#HUBACHIISA:- Beeksifni #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa (#MBIBBA)fi #Waldaa_Misooma_Oromiyaa Sad. 2ffaa tibbana kan bahu waan ta'eef barattootni qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa fiddaniifi fedhii qabdan qophii barbaachisaa ta'e akka taasiftan gamanumaa isin beeksifna. | 1 |
| 11 | Немає тексту... | 6 093 |
| 12 | Немає тексту... | 6 199 |
| 13 | Немає тексту... | 6 813 |
| 14 | Немає тексту... | 7 310 |
| 15 | Немає тексту... | 211 |
| 16 | Oromia Final 20-11_2018 final.xlsx | 8 323 |
| 17 | Немає тексту... | 7 226 |
| 18 | #Oduu_Gammachiisa_Barsiisotaaf
Barsiisota Bulchiinsaa Magaalaa Finfinnee Mana barnootaa Mootummaa barsiisaa jirtan kan PGDT hin qabne hundaaf
Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa | 241 |
| 19 | Немає тексту... | 421 |
| 20 | #Beeksisa_Qacarrii
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa Bulchiinsa Magaalichaa keessatti argaman irratti barsiisota hedduu dorgomsiisee Qacaruu barbaada.
✍️ Galmeen Guyyoota kudhan keessaatti karaa online ta'a
✍️ Muuxannoon 0 fi isaa ol
Kanaaf Barsiisonni keenya Magaalaa Finfinnee galuu barbaaddanii fi Ulaagaa jedhame guuttaan galmaa'uu dandeessu.
#Linkii armaan gadii kanaan galmaa'uu dandeessu መመዝገቢያ ሊንኮች 👇👇
1. Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa irratti galmaa'uudhaaf ለ2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች
👇👇
https://docs.google.com/forms/d/1RRFzFMb2HEoCyRp_ye5E-joooyGYzpAMfEvFBQdbJJs/edit
2. ከቅድመ አንደኛ ደረጃ እስከ 8ኛ ክፍል ላሉ ትምህርት ቤቶች
https://docs.google.com/forms/d/1exSs8OJs3UzYpyzcqQ8e13-JiczbyGR1ohmYFpdHJOY/edit
3. Barnoota Sadarkaa 1ffaan duraa hanga kutaa 8ffaa isa jala jiraniif Bara Barnootaa
👇👇
https://docs.google.com/forms/d/1UXIAIH736rY4YoENoRNSmNsYkZsOJFrh6o7-G3qz53E/edit
Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana
👇👇
𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa.
Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇
𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf
#Share_Waliif_gochuun_hiriyoota keessaan biraan gahaa | 7 446 |