es
Feedback
SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

Ir al canal en Telegram

Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa)

El canal SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) (@barsiisotaaf) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 44 279 suscriptores, ocupando la posición 4 089 en la categoría Educación y el puesto 741 en la región Etiopía.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 44 279 suscriptores.

Según los últimos datos del 01 agosto, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 3 052, y en las últimas 24 horas de 79, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 27.91%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 13.18% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 12 351 visualizaciones. En el primer día suele acumular 5 830 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 35.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
Beeksisa hojii gaazexaa, Barnootaa,TV fi raadiyoo, gabatee beeksisa, marsariitii, miidiyaa hawaasaa fi kkf irraa bakka tokkotti argattu📡 📡 📡 📡 📡 #chaanaalii bashannanaa 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 02 agosto, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

44 279
Suscriptores
+7924 horas
+1 2077 días
+3 05230 días

Carga de datos en curso...

Canales Similares
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
agosto '26
agosto '26
+109
en 0 canales
julio '26
+3 122
en 10 canales
Get PRO
junio '26
+896
en 8 canales
Get PRO
mayo '26
+240
en 1 canales
Get PRO
abril '26
+457
en 3 canales
Get PRO
marzo '26
+251
en 1 canales
Get PRO
febrero '26
+470
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+1 550
en 5 canales
Get PRO
diciembre '25
+519
en 3 canales
Get PRO
noviembre '25
+2 876
en 6 canales
Get PRO
octubre '25
+3 555
en 9 canales
Get PRO
septiembre '25
+3 161
en 9 canales
Get PRO
agosto '25
+6 374
en 5 canales
Get PRO
julio '25
+6 128
en 9 canales
Get PRO
junio '25
+5 304
en 6 canales
Get PRO
mayo '25
+2 481
en 4 canales
Get PRO
abril '25
+1 486
en 5 canales
Get PRO
marzo '25
+1 348
en 2 canales
Get PRO
febrero '25
+1 983
en 7 canales
Get PRO
enero '25
+554
en 3 canales
Get PRO
diciembre '24
+2 440
en 3 canales
Get PRO
noviembre '240
en 0 canales
Get PRO
octubre '240
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+162
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
02 agosto+30
01 agosto+79
Publicaciones del Canal
Qajeelfama Mana Baruumsaa.pdf3.35 MB

2
Sin texto...
4 735
3
#Biiroo_Fayyaa_Oromiyaa_irraa Waajjira Fayyaa Godinaalee 21tiif Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalota 23 tiif Dhimmi isaa:- Kafaltii Yeroo Hojii Idileen alaa ( Duty) Ilaala. Akka naannoo keenyatti kafaltiin kun bifa walfakkaatuun kaffalama akka hin jirre komii ogeeyyiin Buufata Fayyaa tokko tokko irraa dhufaan irraa hubachuun danda'ameera. Bu'uura Labsii Lakk 215/2011 keewwata 35 lakk 2 tiin Hojjataan mootumma kamiyyuu hojii sa'aatii hojii idileen alaa hojjateef kafaltiin akka raawwatamuu qabuu ifaan kaa'eera. Kanaaf isinis akka mana hojii keessanitti dhaabbilee Fayyaa (Buufata Fayyaa) Godinaa ykn Bulchiinsa Magaala Keessan keessa jiruu kan kafaltii hojii idileen alaa osoo hin kanfalamin jiru adda baasuun qaama dhimmi ilaaluu waliin ta'uun kafaltiin akka kaffalamuuf akka taasistan isin beeksisa, ogeessa sababa kanaaf komiif gara Biiroo dhufuun baasii hin malleef akka hin saaxillamne akka taasistan cimsince isin beeksifna. Hooggantootni hospitaala fi buufata fayyaa dhimma kana quba qabaadhaa, ogeessa hirriba dhabee yeroo boqonnaa isaatti aarsaa kaffalee dhukkubsataa yaalaa turee,ammas itti jiru haamilee hin buusiinaa, inaaffaa dhuunfaa keessan dhiisaati qajeelfamni akka jedhaa jirutti akkasuma biiroon eegumsa fayyaa akka jedhaa jirutti ogeessa hin jiitessiinaati kaffalaafii dafqa isaaniiti. Dhama’anii gatii dafqakoo naa kenni sababa jedheef ija hin taaneen ilaalamuu hin qabu. Xalayyaa akkasii waan isin dhoksaniif buufadhaa keewwataadhaa. Share godhaa hooggantoota dhimmi kun ilaallatuun gahaa! Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa. Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf #Kanuma Galatoomaa!! Horaa Bulaa Deebanaa!!!
5 142
4
Sin texto...
4 481
5
Sin texto...
5 505
6
#Beeksisa_Qacarrii Waajjirri Barnootaa Aanaa Godina Harargee lixaa Barsiisota barbaada ✍️ Iddoon Galmee Waajjira Barnoota Godina Harargee lixaa kutaa Garee Barnoota sadarkaa 1ffaatti qaamaan argamuun ✍️ Iddoon hojii manneen barnootaa sadarkaa 1ffaa Godina Oromiyaa keessatti argaman kamiyyuu keessatti hojjachuuf fedhii kan qabu ✍️ Muuxannoo:0 ✍️ Guyyaan Galmeen:20/11/2018 - 03/12/2018 tti tura Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa. Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf
1
7
+2
Sin texto...
6 343
8
#Beeksisa_Qacarrii Manni barumsaa Wallaggaa Adventist Academy Barsiisota barbaada ✍️ Iddoon hojii Mana barumsaa sadarkaa 1ffaa fi Sadarkaa 2ffa Adventist Wallaggaa Adcademy Gimbii ✍️ Muuxannoo:2 year above ✍️ Galmeen:24/11/2018 - 22/12/2018 tti Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa. Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf
60
9
+1
Sin texto...
7 488
10
+2
Sin texto...
9 389
11
#Oduu_Ammee Firiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 ifoomee jira. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera. Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera. Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307 dubara 249,902 #walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira - 243,827 (91.2%) dubara -221,012 (88.4%) #walitti - 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera. Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf #Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; #Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun #Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Liinkii:- https://oromia6.ministry.et Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
10 142
12
+1
Sin texto...
8 445
13
+1
Sin texto...
8 514
14
+1
Sin texto...
8 407
15
Sin texto...
8 737
16
#Beeksisa_Hatattamaa barattoota qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 fudhattan maraaf! Qormaanni naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 kan naannoo Oromiyaa Waxabajjii 8 fi 9 bara 2018 kennamaa ture bu'aan isaa guyyaa boruu jechuunis Adooleessa 24 bara 2018 waaree dura Sa'aatii 4:00-6:00 tti kan ibsamu akka ta'e Biiroon Barnoota Oromiyaa ibseera. Kanaanis akkuma bu'aan isaa ifoomeen kan isin biraan geenyu ta'a, obsaan nu eegaa! Barattoota qormaata naannoo kutaa 6ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii! Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa
1
17
+2
Sin texto...
8 092
18
      #Beeksisa_Qacarrii_Barsiisotaa Ebbifamtoota Appilaayidii Gosa Barnootaa adda addaa sagantaa Digiriin Baratanii Ebbifaman ilaala. Akkuma armaan olitti ibsuuf yaalamee, Ebbifamtonni Appilaayidii Gosa barnootaa adda addaa Barnoota Sadarkaa 1ffaa (Kutaa 1–8) keessatti kennamuun Yuunivarsiitii Mootummaa irraa baratanii bara 2016–2018tti ebbifaman, akkasumas fedhii ogummaa barsiisummaa qabdan hundaaf Waajjira Barnootaa Aanaa Tokkee Kuttaayee Kutaa Misoomaatti qaamaan argamuun akka galmooftan jechuun beeksifna. Ulaagaa fi Ragaalee Barbaachisoo ta'an   ✍️ Ragaa Barnootaa Kutaa 8.   ✍️Tiraanskiriptii Kutaa 9–12.   ✍️ Ragaa Maatirikii Kutaa 10 ykn 12. ✍️ Tempo fi Ragaa GPA. ✍️ Qormaata Ba'iinsaa (Exit Exam) kan darbe ragaa isaa dhiyeessuu. ✍️ Waraqaa hojii dhabdummaa ji'a 6 hin caalle. Waraqaa Eenyummaa      Dijitaalaa (NID) qabaachuu. Ebbifamtonni ulaagaa armaan olii guuttan dhuftanii akka galmooftan isiniin beeksifna. ✍️ Guyyaa Galmee: Adoleessa 23/11/2018 - 06/12/2018 (yeroo hojii mootummaa) Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa. Dabalataanis chaanaalii telegram kiyya join gochuu hin dagatiinaa👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf    #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa
8 555
19
Sin texto...
7 942
20
#Beeksisa_Qacarrii_Barsiisotaa Eebbifamtoonni Appilaayidii Gosa barnootaa adda addaa Barnoota Sadarkaa 1ffaa (Kutaa 1–8) keessatti kennamuun Yuunivarsiitii Mootummaa irraa baratanii bara 2016–2018tti eebbifaman akkasumas fedhii ogummaa barsiisummaa qabdan hundaaf Waajjira Barnootaa G/Qeellam Wallaggaa Kutaa Misoomaatti qaamaan argamuun akka galmooftan jechuun beeksifna. Ulaagaa fi Ragaalee Barbaachisoo ta'an ✍️ Ragaa Barnoota Kutaa 8. ✍️ Tiraaniskiriiptii Kutaa 9–12. ✍️ Ragaa Maatirikii Kutaa 10 ykn 12. ✍️Tempo fi Ragaa GPA. ✍️ Qormaata Ba'iinsaa (Exit Exam) kan darbe ragaa isaa dhiyeessuu kan danda'u/su ✍️ Waraqaa hojidhabdummaa ji'a 6 hin caalle. ✍️ Waraqaa Eenyummaa Dijitaalaa (NID) qabaachuu. Eebbifamtoonni ulaagaa armaan olii guuttan dhuftanii akka galmooftan isiniin jenna. ✍️ Guyyaa Galmee:Adoolessa 20–07/12/2018 Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa
1