SAIA-Sagantaa Afuuraa Imaanaa Abbootaa(የአባቶች አደራ መንፈሳዊ መርሀግብር )
Open in Telegram
“Iddoo Abboota keetii ijoolleen kee siif dhalataniiru.” (Faar.45:16). Channel ’in kun kan barattoota Yaa’ii Mooraa Yuuniversiitii Hawaasaatti sagantaa Afaa Oromoo (𝙎𝘼𝙄𝘼) ti. 👉 saia.hu.2000et@gmail.com 📳 0934996412 https://youtube.com/@saiatube
Show moreThe country is not specifiedReligion & Spirituality246 666
232
Subscribers
-124 hours
-27 days
+1230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '24
September '24
+8
in 0 channels
August '24
+17
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '24
+1
in 0 channels
Get PRO
May '24
+3
in 0 channels
Get PRO
April '24
+235
in 0 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 25 September | 0 | |||
| 24 September | 0 | |||
| 23 September | 0 | |||
| 22 September | 0 | |||
| 21 September | 0 | |||
| 20 September | 0 | |||
| 19 September | 0 | |||
| 18 September | 0 | |||
| 17 September | +2 | |||
| 16 September | +1 | |||
| 15 September | 0 | |||
| 14 September | 0 | |||
| 13 September | +3 | |||
| 12 September | 0 | |||
| 11 September | 0 | |||
| 10 September | +1 | |||
| 09 September | +1 | |||
| 08 September | 0 | |||
| 07 September | 0 | |||
| 06 September | 0 | |||
| 05 September | 0 | |||
| 04 September | 0 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | 0 | |||
| 01 September | 0 |
Channel Posts
በስመ አብ ወወልድ ወመንፈስ ቅዱስ አሐዱ አምላክ አሜን
ከሐምሌ 22 እስከ ሐምሌ 28 ቀን 2016 ዓ/ም ድረስ በሁሉም የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተክርስቲያን ገዳማት የሚፈጸመውን የምሕላ ጸሎት አስመልክቶ ከቋሚ ሲኖዶስ
የተሰጠ መግለጫ
‹‹ተማሕለሉ ወሰአሉ ኃበ አቡክሙ ሰማያዊ እስመ አብ ይሁበክሙ ኵሎ ዘሰአልክሙ…አባታችሁ የምትለምኑትን ሁሉ ይሰጣችኋልና ወደ ሰማይ አባታችሁ ለምኑ፣ ምሕላንም አውጁ›› ኢዩኤል 1፤14 ቅዱስ ያሬድ
በሀገር አስተማማኝ ሰላም ሲጠፋ በጾም በጸሎት በመወሰን፣ምሕላን በማወጅ ልባዊ በሆነ ተማሕጽኖ ሁሉን ማድረግ ወደሚችለው አምላካችን አግዚአብሔር ምልጃን ማቅረብ የሚያስፈልግ መሆኑን ከሀገራችን ሊቃውንት መካከል የመጀመሪያ የሆነው ቅዱስ ያሬድ ከሰማያውያን ዐውደ ማህሌት ሰምቶ በቀሰመው ጣዕመ ዜማ አበክሮ ይነግረናል፡፡
በመሆኑም ውሎ ማደር፣ ወጥቶ መግባት በአንዳንድ የሀገራችን አካባቢዎች ስጋት ከሆነ ሰነባብቷልና በእውነት የሚለምኑትን ሁሉ የሚሰማ እግዚአብሔር መተላለፋችንን ይቅር እንዲለን፣ ለሀገራችን ዘላቂ ሰላም፣ ለቤተ ክርስቲያናችን ፍቅር አንድነት፣ ለሕዝባችን ደኅንነት እንዲሰጥልን ከአንድነት ገዳማት ኅብረት በቀረበው ጥያቄ መነሻነት ምሕላ ማወጅ አስፈላጊ ሆኖ በመገኘቱ በሁሉም የሀገራችን ክፍልና በሌሎችም አህጉራተ ዓለም የምትገኙ መነኰሳትና መነኰሳይያት ከሐምሌ 22 እስከ ሐምሌ 28 ቀን 2016 ዓ.ም. ድረስ ለሰባት ተከታታይ ቀናት በቅድስት ቤተ ክርስቲያናችን ሃይማኖታዊና ቀኖናዊ ትውፊት መሠረት የገዳማት ኅብረቱን ጥሪ ተቀብላችሁ የምሕላ ጸሎት እንድታደርሱ፣ በጤና ችግር ምክንያት ካልሆነ በስተቀር እስከ ዕርበተ ፀሐይ በመጾም ሱባኤ እንድትይዙ፣ ቋሚ ሲኖዶስ በኅብረተ መንፈስ ቅዱስ ከአደራ ጋር ያሳስባል፡፡
ሁሉም የቤተክርስቲያናችን አገልጋዮችና ምእመናን ሀገራዊ ሰላምን፣ መረጋጋትንና ፍቅር አንድነትን ለማስፈን ጾምና ጸሎት በታወጀበት የምሕላ ሳምንት ለገዳማውያኑ ፀጥታ ሲባል ወደ ገዳማት የምታደርጉትን ጉዞ ለጊዜው እንዲቆይ አድርጋችሁ መደበኛ ሥራችሁን በያላችሁበት ቦታ እየሠራችሁ እግዚአብሔር የገዳማውያኑን ጸሎት ሰምቶ ለሀገራችንና ለሕዝባችን ምሕረትን እንዲሰጥ በኅሊና ዝግጅት፣ በሐሳብ አንድነት ሆናችሁ በጾም በጸሎት እንድተጉ ቋሚ ሲኖዶስ መንፈሳዊ ጥሪውን ያስተላልፋል፡፡
‹‹እግዚአብሔር ኢትዮጵያን ይባርክ››
ሐምሌ 5 ቀን 2016 ዓ.ም.
አዲስ አበባ ኢትዮጵያ
| 2 | 🔈#መልዕክት
" ሁሉም የቤተክርስቲያናችን አገልጋዮችና ምእመናን ሀገራዊ ፦
- ሰላምን፣
- መረጋጋትን
- ፍቅርን
- አንድነትን ለማስፈን ጾም እና ጸሎት በታወጀበት የምሕላ ሳምንት ለገዳማውያኑ ፀጥታ ሲባል ወደ ገዳማት የምታደርጉትን ጉዞ ለጊዜው እንዲቆይ አድርጋችሁ መደበኛ ሥራችሁን በያላችሁበት ቦታ እየሠራችሁ እግዚአብሔር የገዳማውያኑን ጸሎት ሰምቶ ለሀገራችንና ለሕዝባችን ምሕረትን እንዲሰጥ በኅሊና ዝግጅት፣ በሐሳብ አንድነት ሆናችሁ በጾም በጸሎት እንድተጉ ቋሚ ሲኖዶስ መንፈሳዊ ጥሪውን ያስተላልፋል፡፡ " - የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተክርስቲያን ቋሚ ሲኖዶስ
#ኢትዮጵያ🙏
@tikvahethiopia | 79 |
| 3 | Har'a guyyaa wareegamtootaa fi abboota d/bu'oota 12'n keessaa qul. Pheexiroos fi qul. Phaawuloos mootii Roomee(Room)'n wareegama fudhatan akkasumas soom d/bu'oota guyyaa itti hiikamu dha.
Mootii biyya Room Qeesara 'Neeron' kan jedhamu d/bu'oota kan hidhe kan gidirse fi kan ajjeese; qul. Phaawuloos morma isaa gorra'amuun; qul. Pheexiroos immoo fannoo gooftaa keenya irratti wal-qixa hin fannifamu jechuun fannoon gadi garagalee irratti fannifamuun wareegamummaa guyyaa kana fudhataniiru. | 94 |
| 4 | No text... | 1 |
| 5 | Har'a guyyaa wareegamtootaa fi abboota d/bu'oota 12'n keessaa qul. Pheexiroos fi qul. Phaawuloos mootii Roomee(Room)'n wareegama fudhatan akkasumas soom d/bu'oota guyyaa itti hiikamu dha.
Mootii biyya Room Qeesara 'Neeron' kan jedhamu d/bu'oota kan hidhe kan gidirse fi kan ajjeese; qul. Phaawuloos morma isaa gorra'amuun; qul. Pheexiroos immoo fannoo gooftaa keenya irratti wal-qixa hin fannifamu jechuun fannoon gadi garagalee irratti fannifamuun wareegamummaa guyyaa kana fudhataniiru. | 1 |
| 6 | Maqaa Abbaa kan ilmaa afuura qulqulluu waaqayyoo tokkoo ameen!!!
Barattoonni Har'aa Eebbifamtan obbolonnii koo Afuuraa Harmee SAIA hundi keessaan bagaa guyyaa hara'aa kanaan isiin gahe. Baga Gammaddan.
🌹 CONGRATULATION 🌹 | 154 |
| 7 | ሰኔ 26/10/2016 ሰርክ ሰዓት ቅድስት ሥላሴ አይቀርም
✍ማሳሰቢያ ሁላችሁም የመመረቂያ ጋውን ረቡዕ ጥዋት ጀምሮ ስለሚሰጥ ቀድማችሁ ተቀብላችሁ ለብሳችሁ እና እንዲሁም ቤተሰቦቻችሁ ለማስመረቅ ሚመጡላችሁ ቀድመው እንዲደርሱ በማድረግ እነሱንም ይዛችሁ ቅድስት ስላሴ እንገናኝ
መረጃውን ላልሰሙት አድርሱ | 159 |
| 8 | Good luck ehit wendimoche rabbi sin faana haa ta'u carraa gaariin isiniif hawwa!!🙏🙏🙏 | 227 |
| 9 | " Waaqayyo guutummaa biyya lafaa in ilaala, warra garaa isaanii guutuu isa amanatan in gargaara;
( 2ffaaSeenaa 16: 9)
Ijoollee SAIA Ebbifamtoota bara kanaa taatan boruu kaastanii qormaata bahinsaa qoramtan marti keessan SAIA harmeen keesaan milkaa'ina guddaa isiniif hawwiti!. Milkaa'aa irra oolaa
#Qormaata gaarii isiniif yaa ta'u. Waaqayyo isinaa gargaaru, isiniifis yaa ibsu!
Qormaata Gaarii!
14/10/2016
#Teshome Demena
Ebbifama 2015 | 245 |
| 10 | Ameen Waaqayyoo sagalee jireenyaa isin yaa dhageessisu! | 183 |
| 11 | " Waaqayyo guutummaa biyya lafaa in ilaala, warra garaa isaanii guutuu isa amanatan in gargaara;
( 2ffaaSeenaa 16: 9)
Ijoollee SAIA Ebbifamtoota bara kanaa taatan boruu kaastanii qormaata bahinsaa qoramtan marti keessan SAIA harmeen keesaan milkaa'ina guddaa isiniif hawwiti!.
#Qormaata gaarii isiniif yaa ta'u. Waaqayyo isinaa gargaaru, isiniifis yaa ibsu!
Qormaata Gaarii!
✔100% success
14/10/2016
#Lamma Gu.
Ebbifama 2015 | 337 |
| 12 | kabajamtoota ijoollee harmeekoo SAIA mooraa jirtan keessattuu ebbifamtoota bara kanaa kan taatan bagaa guyyaa kabajamtuu guyyaa gaggeessa keessanii nagaadhan geessan baga isiniin gahe. Guyyaan kun akkam kan namăttti ulfaattudha guyyaa itti SAIA Haati keessan itti isin ebbifte gaggeessitudha.kanaaf harmee ofii irraa immoo gargar bahuun ni ulfaatati jajjabaadha isiniin jechaa sagantaan kessan kan milkii isiniif yaa ta'u isiniin jedha. Isinan jaalladha baayyee nagaa naaf ta'aa.
Abbaa bara 2015
Lamma guddisaa irra | 319 |
| 13 | Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuuraa qulqulluu Waaqa tokko Ameen!
Obbolootakoo nageegni Waaqayyoo bakka jirtan maratti isin haa qaqqabu jechaa; akkuma beekamu har'a 2:30 irraa eegalee sagantaan nagaan galaa(Well-go) obboloota keenya Ebbifamaniif waan jiru hundumti keenya wal kakaasnee haa argamnu.
Horaa bulaa.. | 1 |
| 14 | Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
Kiristoos Du'aa ka'e
Humnaa fi aangoo isaatin
Seexanni hidhame
Addaam bilisa bahe
Egaa kana booda
Nagaa Fi jaalalli ta'e.
Far.122:1"Gara Mana Waaqayyoo deemna yoo naan jedhanitti ani nan gammade"!
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa ta'u.Itti aansun harmee teenya SAIAn Sagantaa ishee kan bara 2016 xumuraa jiraachuun ishee beekamaadha.Yeroo darbee barattootni bara kana eebbifaman(GC)n Sagantaa Good bye "Nagaan Turaa"qopheessun Sagantaa isaanii xumuruun barattoota bara dhufu SAIA bakka nuuf bu'anis nuuf muudun Sagantaa hundumaa nutti dabarsanii jiru.Maarree nutis barattootni bara dhufu SAIA waliin tajaajilluu barattoota bara kana eebbifamaniif Sagantaa "WELL GO"(Nagaan deemaa) qopheessinee waan jirruuf miseensonni harmee SAIA hundumti keenya boru ganama sa'aatii 2:30 tti sirritti Wal kakaasun irratti yaa Sagantaan boruu kun Sagantaa SAIA bara kana keessa Isa dhumaati (Kadhannaa qofatuu itti fufa) waan ta'eef akka nu jala hin dabarre.
Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee galma guddicha .
Harmee saia irraa | 850 |
| 15 | Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"!
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna.
"Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41
"Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA | 223 |
| 16 | Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"!
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna.
"Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41
"Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA | 207 |
| 17 | Jaallatamtoota ijoollee harmeen saia hundumaa kessaniif qorumsa gaarii isiniif yaa ta'u | 152 |
| 18 | ⚜️Debre Mixmaaq ⚜️
[Tulluu Mixmaaq]
➭Ayyaanni kun #Caamsaa_21 kabajama. Guyyaa kanatti haati keenyi qulqulleettiin dubroo Maariyaam biyya Gibxi tulluu mixmaaq jedhamuu irratti gulilaata mana kiristaanaa maqaa isheen ijaaramte irratti markaba ifa fakkaatuun guyyaa itti muldhattedha. Namootni baay'een warreen Kiristaana ta'aaniif warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Ishee waliiniis ergamootnii fi qulqullootnii ni jiru ture. Ergamootnis akkas jechaa galateeffatuun ture, "Waaqayyoo Abbaan samii irra ta'ee ilaalee, akka kee kan ta'u garuu hin arganne; ilma isaa tokkicha gara kee erge,innis sirraa nama ta'e!"
Qulqullootni, wareegamtoonni hunduu gara ishee dhufanii kabaja isheef ni sagadu ture. Warreen achi turanis isheedhaan eebbifamaa turan, kan abbaa fi haati jalaa du'e, gara ishee dhufanii haadha koo ykn abbaa koo nuuf agarsiisi yeroo jedhan ni agarsiistiin turte. Maarraba isaanii gara haadha keenyaa kanneen darbataniis jiru ture. Isheeniis kan jaallatte ofitti fudhachaa deebistee kennitiif ture. Isaaniis eebbaaf ni hiratu ture.
➭Akkasiin guyyaa shaniif Kiristaanootnii fi warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Muldhatni haadha keenya Tulluu Mixmaaq jedhamutti muldhatte kun agarsiisa araarsummaa haadha keenyaa fi namoota ilma ishee Kiristoosiin amananiif abdii kan itti agarsiistedha. Warreen ishee arganiis akkuma qulqulluun Daawiit faarfatee, ishee dhaan akkas jedhanii galateefataniiru,
"Waaqayyo iddoo buufata Yaaqoob hunduma caalaa mandara Tsiyoon karra ishee wajjin in jaallata. Yaa mandara Waaqayyoo, wanti ulfina-qabeessi waa'ee keef in dubbatama;" Faarf. 87፥2-3.
➭Sababa kanaaf guyyaan kun ayyanota haadha keenya 33'n keessa tokko ta'ee ni kabajama. Waaqayyo Jaalala Tsiyoon haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam laphee keenyarra, mi'awaa maqaa ishee immoo afaan keenyarra nuuf haa bulchu! Ameen!
⚜️Ayyaana Gaarii⚜️
| 182 |
| 19 | akkam jirtu ijoollee harmeeko SAIA sagantaa xoofoo fi Guyyaa seena qabeessa kan ijoollen SAIA imaana ittii walitti dabarsani kennan kanaan baga ittiin isin gahe jechaa. warra kennufis Waaqayyoo baga ittiin isin gahe isiniin jechuu barbaada. | 179 |
| 20 | Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen!
Luq.1:19"Ani Fuuldura Waaqayyoo kanan dhaabadhu Gabri'eelii dha"
Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa ta'u jechaa har'a galgala sa'aatii 11:30 tti Sagantaan Xoofoo ergamaa Qulqulluu Gabri'eelii, Sagantaan Good bye "Nagaan Turaa" barattoota bara kana eebbifamaniin fi barattootni bara dhufu SAIA bakka isiniif bu'anis (Koreen) har'a waan isiniif beeksifamaniif kana hubachuun hundumti keenya sirritti Wal kakaasun Iddoo fi sa'aatii jedhameetti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee galma guddicha | 190 |
