cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

SAIA-Sagantaa Afuuraa Imaanaa Abbootaa(የአባቶች አደራ መንፈሳዊ መርሀግብር )

“Iddoo Abboota keetii ijoolleen kee siif dhalataniiru.” (Faar.45:16). Channel ’in kun kan barattoota Yaa’ii Mooraa Yuuniversiitii Hawaasaatti sagantaa Afaa Oromoo (𝙎𝘼𝙄𝘼) ti. 👉 [email protected] 📳 0934996412 https://youtube.com/@saiatube

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаРелігія і духовність123 903
Рекламні дописи
235
Підписники
-124 години
-17 днів
+130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! "Lafti qonnaa yoo hin qotamne midhaan hin argamsiisu, Namnis yoo hin barannee fi hin orii'amne firii amantaa hin buusu"! Qulqulluu Abbaa Selaamaa Kesaate Birhaan Jaalatamtoota maatiiwwan Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru (Kamisa) galgala sa'aatii 11:30 tti Sagantaan koorsii Barattoota buleeyyii tecno fi kan fireeshoota waan jiruuf sirritti Wal kakaasun irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitt
Показати все...
MAQAA ABBAA KAN ILMAA KAN AFUURA QULQULLUU WAAQA TOKKO. AMEEN    KIRISROOS DU'AA KA'E HUMNAAF AANGOO ISAATIN    SEXXAANNI HIDHAAME ADDAAM BILISOOME   EEGA KANA BOODA NAGAAF JALAALLI TA'E Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"! Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu. IDDOON : M/A/Q/MARIIYAAM "Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41 HUB. Ijoolleen  HARMEE SAIA GC (Ebbifaamtoonni) Bara 2016 taaneef boor kaase itti fuufinsan guyyaa 3'f kadhannaan akkaa taasifamuuf koree GC tiin Eergan darbeera kanafuu hundi keenya irraatti haa hirmannuu.
Показати все...
Jaalatamtootaa fi kabajamtoota barattoota gc bara 2016 akkuma beekamu haati keenya SAIA'n fresh irraa kaasee hanga kabaja eebbifamuudhaaf qaqqabnutti barumsa foonii keenya cinaatti nu waliin taatee soora lubbuu, jaalala dhugaa, turtii mana waaqayyootti qabnu bifa bareedaa fi haala nama gammachiisuun akka dabarsinu kan nu dandeessiste kanaaf yeroo muraasa nu hafte kana oolmaa harmee keenya deebisuu baatnu iyyuu dhaloota dhufuuf haala mijatuun akka dabarsinee laatnuuf kadhannaa guyyoota sadiif wiixata ganama gaafa 19/09/16 irraa eegalee hanga Roobiitti qabachuuf jirra. barattoonni GC taane marti keenya iyyuu dammaqinaan irratti haa argamnu. Nagaan waaqayyoo hunda keenya waliin haa ta'u!!!
Показати все...
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"! Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna. "Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41 "Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA
Показати все...
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen? "Haalleeluyaa Waaqayyoon Mana isaa keessatti galateeffadhaa! Sagalee fiinootiin, Baganaa, Maseenqoo fi kabaroon galateeffadhaa!"Far.150:1-6 Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 3:00 tti Sagantaan faaruu waan jiruuf Wal kakaasnee irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee. Hub. Ijoollee Abbaa fi Haadha taatan matii keessaniif bilbiilu hin dagatina.
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
7 ቀን ቀረው
ወደ አርባምንጭ ዚጊቲ አቡነ ገብረመንፈስ ቅዱስ እና ብርብር ማርያም ቤተክርስቲያን ከምናደርገው ልዩ መንፈሳዊ ጉዞ ላይ ለመሳተፍ ትኬትወን በጊዜ በእጅዎ ያስገቡ። የጉዞ ቀን ከግንቦት 9 - 11 📌የትኬት ዋጋ 1190 ብር ብቻ 👉ለበለጠ መረጃ +251974899216 በዚህ ይደውሉ https://t.me/HU_main_campus_gibi_gubae
Показати все...
tti koorsiin waan jiruuf hundumti keenya sirritti Wal kakaasun irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee galma guddicha
Показати все...
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! Kiristoos Du'aa ka'e-Humnaa fi aangoo isaatin Seexanni hidhame-Addaam bilisa bahe Egaa kana booda-Nagaa fi gammachuun nuuf ta'e Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa ta'u jechaa boru galgala sa'aatii 11 30
Показати все...
ሃና እና እያቄም ወለዱ ሰማይ አዲሷም ሰማይ አስገኘች ፀሀይ ምስራቀ ምስራቃት የአምላክ መገኛ ከሊባኖስ ድንግል ነይ ወደኛ ተጨነቀ አዳም በመከራ በእርግማን ቀን ለቅሶ እየዘራ በልጅሽ ሞት አለም ተቀደሰ የፍጥረቱ እንባ በመስቀል ታበሰ በልጅሽ ሞት አለም ተቀደሰ የፍጥረቱ እንባ በመስቀል ታበሰ አዝማች የሕያውያን እናታቸው ሆነሽ ለቀደመች ሄዋን ጠበቃ ሆንሽ ደስተኛዋ ደስ ይበልሽ ማርያም ከአንቺ ወጣ የአለሙ ሰላም ደስተኛዋ ደስ ይበልሽ ማርያም ከአንቺ ወጣ የአለሙ ሰላም አዝማች ፅኑ ገመድ በአንቺ ተቆረጠ የፍዳ ዓመት ይህው ተለወጠ በሃና ልጅ በእያቄም ፍሬ ደስታ ሆነ ቅኔ እና ዝማሬ በሃና ልጅ በእያቄም ፍሬ ደስታ ሆነጨቅኔ እና ዝማሬ አዝማች በወለዱሽ በሃና በእያቄም ተማፅነናል ድንግል ማርያም ከአዳኝ ወጥመድ ከክፉ ጠላት ልጆችሽን ጠብቂ ከጥፋት ከአዳኝ ወጥመድ ከክፉ ጠላት ኢትዮጵያን ጠብቂያት ከጥፋት t.me/Galateeffamaadha
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
ዮም ፍስሐ ኮነ በእንተ ልደታ ለማርያም "Yaa Misirrookoo libaanosii kottu" Weeddu Solomoon 4÷8 Baga guyyaa dhalota giiftii keenya qulqullettii dubro maariyaamiin nu gahe. Ayyaana gaarii🙏🙏🙏
Показати все...