cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

SAIA-Sagantaa Afuuraa Imaanaa Abbootaa(የአባቶች አደራ መንፈሳዊ መርሀግብር )

“Iddoo Abboota keetii ijoolleen kee siif dhalataniiru.” (Faar.45:16). Channel ’in kun kan barattoota Yaa’ii Mooraa Yuuniversiitii Hawaasaatti sagantaa Afaa Oromoo (𝙎𝘼𝙄𝘼) ti. 👉 [email protected] 📳 0934996412 https://youtube.com/@saiatube

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالدين والقيم الروحية125 741
مشاركات الإعلانات
236
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+17 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Ameen Waaqayyoo sagalee jireenyaa isin yaa dhageessisu!
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
" Waaqayyo guutummaa biyya lafaa in ilaala, warra garaa isaanii guutuu isa amanatan in gargaara; ( 2ffaaSeenaa   16: 9) Ijoollee SAIA Ebbifamtoota bara kanaa taatan boruu kaastanii qormaata bahinsaa qoramtan marti keessan SAIA harmeen keesaan milkaa'ina guddaa isiniif hawwiti!.   #Qormaata gaarii isiniif yaa ta'u. Waaqayyo isinaa gargaaru, isiniifis  yaa ibsu! Qormaata Gaarii! ✔100% success 14/10/2016 #Lamma Gu. Ebbifama 2015
إظهار الكل...
👍 2 1
Photo unavailableShow in Telegram
kabajamtoota ijoollee harmeekoo SAIA mooraa jirtan keessattuu ebbifamtoota bara kanaa kan taatan bagaa guyyaa kabajamtuu guyyaa gaggeessa keessanii nagaadhan geessan baga isiniin gahe. Guyyaan kun akkam kan namăttti ulfaattudha guyyaa itti SAIA Haati keessan itti isin ebbifte gaggeessitudha.kanaaf harmee ofii irraa immoo gargar bahuun ni ulfaatati jajjabaadha isiniin jechaa sagantaan kessan kan milkii isiniif yaa ta'u isiniin jedha. Isinan jaalladha baayyee nagaa naaf ta'aa. Abbaa bara 2015 Lamma guddisaa irra
إظهار الكل...
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuuraa qulqulluu Waaqa tokko Ameen! Obbolootakoo nageegni Waaqayyoo bakka jirtan maratti isin haa qaqqabu jechaa; akkuma beekamu har'a 2:30 irraa eegalee sagantaan nagaan galaa(Well-go) obboloota keenya Ebbifamaniif waan jiru hundumti keenya wal kakaasnee haa argamnu. Horaa bulaa..
إظهار الكل...
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! Kiristoos Du'aa ka'e Humnaa fi aangoo isaatin Seexanni hidhame Addaam bilisa bahe Egaa kana booda Nagaa Fi jaalalli ta'e. Far.122:1"Gara Mana Waaqayyoo deemna yoo naan jedhanitti ani nan gammade"! Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa ta'u.Itti aansun harmee teenya SAIAn Sagantaa ishee kan bara 2016 xumuraa jiraachuun ishee beekamaadha.Yeroo darbee barattootni bara kana eebbifaman(GC)n Sagantaa Good bye "Nagaan Turaa"qopheessun Sagantaa isaanii xumuruun barattoota bara dhufu SAIA bakka nuuf bu'anis nuuf muudun Sagantaa hundumaa nutti dabarsanii jiru.Maarree nutis barattootni bara dhufu SAIA waliin tajaajilluu barattoota bara kana eebbifamaniif Sagantaa "WELL GO"(Nagaan deemaa) qopheessinee waan jirruuf miseensonni harmee SAIA hundumti keenya boru ganama sa'aatii 2:30 tti sirritti Wal kakaasun irratti yaa Sagantaan boruu kun Sagantaa SAIA bara kana keessa Isa dhumaati (Kadhannaa qofatuu itti fufa) waan ta'eef akka nu jala hin dabarre. Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee galma guddicha . Harmee saia irraa
إظهار الكل...
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"! Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna. "Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41 "Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA
إظهار الكل...
👍 1
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"! Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna. "Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41 "Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
Jaallatamtoota ijoollee harmeen saia hundumaa kessaniif qorumsa gaarii isiniif yaa ta'u
إظهار الكل...
👏 1
⚜️Debre Mixmaaq ⚜️ [Tulluu Mixmaaq] ➭Ayyaanni kun #Caamsaa_21 kabajama.  Guyyaa kanatti haati keenyi qulqulleettiin dubroo Maariyaam biyya Gibxi tulluu mixmaaq jedhamuu irratti gulilaata mana kiristaanaa maqaa isheen ijaaramte irratti markaba ifa fakkaatuun guyyaa itti muldhattedha. Namootni baay'een warreen Kiristaana ta'aaniif warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Ishee waliiniis ergamootnii fi qulqullootnii ni jiru ture. Ergamootnis akkas jechaa galateeffatuun ture,  "Waaqayyoo Abbaan samii irra ta'ee ilaalee, akka kee kan ta'u garuu hin arganne; ilma isaa tokkicha gara kee erge,innis sirraa nama ta'e!" Qulqullootni, wareegamtoonni hunduu gara ishee dhufanii kabaja isheef ni sagadu ture. Warreen achi turanis isheedhaan eebbifamaa turan, kan abbaa fi haati jalaa du'e, gara ishee dhufanii haadha koo ykn abbaa koo nuuf agarsiisi yeroo jedhan ni agarsiistiin turte. Maarraba isaanii gara haadha keenyaa kanneen darbataniis jiru ture. Isheeniis kan jaallatte ofitti fudhachaa deebistee kennitiif ture. Isaaniis eebbaaf ni hiratu ture. ➭Akkasiin guyyaa shaniif Kiristaanootnii fi warreen amantaa biroo ishee ilaalaniiru. Muldhatni haadha keenya Tulluu Mixmaaq jedhamutti muldhatte kun agarsiisa araarsummaa haadha keenyaa fi namoota ilma ishee Kiristoosiin amananiif abdii kan itti agarsiistedha. Warreen ishee arganiis akkuma qulqulluun Daawiit faarfatee, ishee dhaan akkas jedhanii galateefataniiru, "Waaqayyo iddoo buufata Yaaqoob hunduma caalaa mandara Tsiyoon karra ishee wajjin in jaallata. Yaa mandara Waaqayyoo, wanti ulfina-qabeessi waa'ee keef in dubbatama;"  Faarf. 87፥2-3. ➭Sababa kanaaf guyyaan kun ayyanota haadha keenya 33'n keessa tokko ta'ee ni kabajama. Waaqayyo Jaalala Tsiyoon haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam laphee keenyarra, mi'awaa maqaa ishee immoo afaan keenyarra  nuuf haa bulchu! Ameen!         ⚜️Ayyaana Gaarii⚜️            
إظهار الكل...
👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
akkam jirtu ijoollee harmeeko SAIA sagantaa xoofoo  fi Guyyaa seena qabeessa kan ijoollen SAIA imaana ittii walitti dabarsani kennan kanaan baga ittiin isin gahe jechaa. warra kennufis Waaqayyoo baga ittiin isin gahe isiniin jechuu barbaada.
إظهار الكل...
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.