cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

SAIA-Sagantaa Afuuraa Imaanaa Abbootaa(የአባቶች አደራ መንፈሳዊ መርሀግብር )

“Iddoo Abboota keetii ijoolleen kee siif dhalataniiru.” (Faar.45:16). Channel ’in kun kan barattoota Yaa’ii Mooraa Yuuniversiitii Hawaasaatti sagantaa Afaa Oromoo (𝙎𝘼𝙄𝘼) ti. 👉 [email protected] 📳 0934996412 https://youtube.com/@saiatube

Больше
Страна не указанаЯзык не указанРелигия и духовность125 183
Рекламные посты
234
Подписчики
-124 часа
-17 дней
-230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Maqaa Abbaa kan ilmaa afuura qulqulluu waaqayyoo tokkoo ameen!!! Barattoonni Har'aa Eebbifamtan obbolonnii koo Afuuraa Harmee SAIA hundi keessaan bagaa guyyaa hara'aa kanaan isiin gahe. Baga Gammaddan. 🌹 CONGRATULATION 🌹
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
ሰኔ 26/10/2016 ሰርክ ሰዓት ቅድስት ሥላሴ አይቀርም ✍ማሳሰቢያ ሁላችሁም የመመረቂያ ጋውን ረቡዕ ጥዋት ጀምሮ ስለሚሰጥ ቀድማችሁ ተቀብላችሁ ለብሳችሁ እና እንዲሁም ቤተሰቦቻችሁ ለማስመረቅ ሚመጡላችሁ ቀድመው እንዲደርሱ በማድረግ እነሱንም ይዛችሁ ቅድስት ስላሴ እንገናኝ መረጃውን ላልሰሙት አድርሱ
Показать все...
👍 1
Good luck ehit wendimoche rabbi sin faana haa ta'u carraa gaariin isiniif hawwa!!🙏🙏🙏
Показать все...
" Waaqayyo guutummaa biyya lafaa in ilaala, warra garaa isaanii guutuu isa amanatan in gargaara; ( 2ffaaSeenaa   16: 9) Ijoollee SAIA Ebbifamtoota bara kanaa taatan boruu kaastanii qormaata bahinsaa qoramtan marti keessan SAIA harmeen keesaan milkaa'ina guddaa isiniif hawwiti!. Milkaa'aa irra oolaa   #Qormaata gaarii isiniif yaa ta'u. Waaqayyo isinaa gargaaru, isiniifis  yaa ibsu! Qormaata Gaarii! 14/10/2016 #Teshome Demena Ebbifama 2015
Показать все...
👏 2
Ameen Waaqayyoo sagalee jireenyaa isin yaa dhageessisu!
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
" Waaqayyo guutummaa biyya lafaa in ilaala, warra garaa isaanii guutuu isa amanatan in gargaara; ( 2ffaaSeenaa   16: 9) Ijoollee SAIA Ebbifamtoota bara kanaa taatan boruu kaastanii qormaata bahinsaa qoramtan marti keessan SAIA harmeen keesaan milkaa'ina guddaa isiniif hawwiti!.   #Qormaata gaarii isiniif yaa ta'u. Waaqayyo isinaa gargaaru, isiniifis  yaa ibsu! Qormaata Gaarii! ✔100% success 14/10/2016 #Lamma Gu. Ebbifama 2015
Показать все...
👍 3 1
Фото недоступноПоказать в Telegram
kabajamtoota ijoollee harmeekoo SAIA mooraa jirtan keessattuu ebbifamtoota bara kanaa kan taatan bagaa guyyaa kabajamtuu guyyaa gaggeessa keessanii nagaadhan geessan baga isiniin gahe. Guyyaan kun akkam kan namăttti ulfaattudha guyyaa itti SAIA Haati keessan itti isin ebbifte gaggeessitudha.kanaaf harmee ofii irraa immoo gargar bahuun ni ulfaatati jajjabaadha isiniin jechaa sagantaan kessan kan milkii isiniif yaa ta'u isiniin jedha. Isinan jaalladha baayyee nagaa naaf ta'aa. Abbaa bara 2015 Lamma guddisaa irra
Показать все...
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuuraa qulqulluu Waaqa tokko Ameen! Obbolootakoo nageegni Waaqayyoo bakka jirtan maratti isin haa qaqqabu jechaa; akkuma beekamu har'a 2:30 irraa eegalee sagantaan nagaan galaa(Well-go) obboloota keenya Ebbifamaniif waan jiru hundumti keenya wal kakaasnee haa argamnu. Horaa bulaa..
Показать все...
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! Kiristoos Du'aa ka'e Humnaa fi aangoo isaatin Seexanni hidhame Addaam bilisa bahe Egaa kana booda Nagaa Fi jaalalli ta'e. Far.122:1"Gara Mana Waaqayyoo deemna yoo naan jedhanitti ani nan gammade"! Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa ta'u.Itti aansun harmee teenya SAIAn Sagantaa ishee kan bara 2016 xumuraa jiraachuun ishee beekamaadha.Yeroo darbee barattootni bara kana eebbifaman(GC)n Sagantaa Good bye "Nagaan Turaa"qopheessun Sagantaa isaanii xumuruun barattoota bara dhufu SAIA bakka nuuf bu'anis nuuf muudun Sagantaa hundumaa nutti dabarsanii jiru.Maarree nutis barattootni bara dhufu SAIA waliin tajaajilluu barattoota bara kana eebbifamaniif Sagantaa "WELL GO"(Nagaan deemaa) qopheessinee waan jirruuf miseensonni harmee SAIA hundumti keenya boru ganama sa'aatii 2:30 tti sirritti Wal kakaasun irratti yaa Sagantaan boruu kun Sagantaa SAIA bara kana keessa Isa dhumaati (Kadhannaa qofatuu itti fufa) waan ta'eef akka nu jala hin dabarre. Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Sillaasee galma guddicha . Harmee saia irraa
Показать все...
Maqaa Abbaa Ilmaa Afuura Qulqulluu Waaqayyoo Tokko Ameen! Mat.7:7"Kadhadhaa isiniif kennama, barbaadaa ni argattu, balbala rukutaa isiniif banama"! Jaalatamtoota maatii Waaqayyoo ijoollen harmee SAIA bakka jirtanitti nageenyii Waaqayyoo isiniif yaa baay'atu jechaa boru ganama sa'aatii 11:45 tti Sagantaan kadhannaa waan jiruuf hundumti keenya dursinee walkakaasun kadhannaa irratti yaa argamnu.Iddoon Mana Amantaa Qulqulleetti Dubroo Maariyaamitti (Saalita Mihiratiitti).Kophaa deemun waan hin danda'amneef dursinee walkakaasnee gamtaadhan wajjin deemna. "Gara Qoruumsatti akka hin galleef dammaqaa Kadhadhaa"! Mat.26:41 "Kan kadhattan yoo taatan kadhannaa keessan addaan kutuu dhiisuu hawwaa.Barabaraan kadhachuuf kan hawwitan taanan jireenyi keessan ofiisaa kadhannaa ta'a" ABUNA SHEENODAA
Показать все...
👍 1
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.