en
Feedback
Milki health science tutorial center 💉💊

Milki health science tutorial center 💉💊

Open in Telegram

Center of empowering minds. WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community: https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_t

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel Milki health science tutorial center 💉💊

Channel Milki health science tutorial center 💉💊 (@milkihsc) is an active participant. Currently, the community unites 17 201 subscribers, ranking 1 372 in the Medicine category and 2 002 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on ĐœĐ”ĐČŃ–ĐŽĐŸĐŒĐŸ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 17 201 subscribers.

According to the latest data from 05 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 483 over the last 30 days and by 15 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 28.28%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 10.72% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 4 864 views. Within the first day, a publication typically gains 1 844 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 36.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Center of empowering minds. WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community: https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_t”

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 06 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Medicine category.

17 201
Subscribers
+1524 hours
+947 days
+48330 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+106
in 0 channels
August '26
+570
in 1 channels
Get PRO
July '26
+446
in 3 channels
Get PRO
June '26
+2 156
in 2 channels
Get PRO
May '26
+790
in 1 channels
Get PRO
April '26
+301
in 2 channels
Get PRO
March '26
+1 276
in 0 channels
Get PRO
February '26
+1 251
in 2 channels
Get PRO
January '26
+1 093
in 2 channels
Get PRO
December '25
+754
in 3 channels
Get PRO
November '25
+525
in 2 channels
Get PRO
October '25
+553
in 0 channels
Get PRO
September '25
+385
in 1 channels
Get PRO
August '25
+554
in 6 channels
Get PRO
July '25
+307
in 2 channels
Get PRO
June '25
+626
in 4 channels
Get PRO
May '25
+398
in 4 channels
Get PRO
April '25
+266
in 3 channels
Get PRO
March '25
+310
in 4 channels
Get PRO
February '25
+575
in 5 channels
Get PRO
January '25
+690
in 2 channels
Get PRO
December '24
+763
in 3 channels
Get PRO
November '24
+936
in 1 channels
Get PRO
October '24
+396
in 2 channels
Get PRO
September '24
+123
in 1 channels
Get PRO
August '24
+164
in 1 channels
Get PRO
July '24
+228
in 1 channels
Get PRO
June '24
+184
in 3 channels
Get PRO
May '24
+188
in 3 channels
Get PRO
April '24
+260
in 4 channels
Get PRO
March '24
+166
in 1 channels
Get PRO
February '24
+157
in 0 channels
Get PRO
January '24
+222
in 2 channels
Get PRO
December '23
+124
in 2 channels
Get PRO
November '23
+449
in 2 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
06 September+4
05 September+15
04 September+12
03 September+43
02 September+32
01 September0
Channel Posts
Anaa nyaatu giiftiikoo! Ni jigde kaa gaarittiin Ni deemte kaa haadhittiin... Haadhittiin qabsoofi diddaa Falmattuun rakkoofi
+1
Anaa nyaatu giiftiikoo! Ni jigde kaa gaarittiin Ni deemte kaa haadhittiin... Haadhittiin qabsoofi diddaa Falmattuun rakkoofi bittaa! Nutti hir'ate kaa wayyoo Kunoo dhabne kaa aayyoo Ilfee koo haadha kaayyoo! Har'a miti yaa Ilfee Bara Oromummaan cubbuu Bara eenyummaa ofiin buluun Nama baasiftu lubbuu... Sagalee kee qarattee Dirree qabsootti baatee Deemsa bilisummaatiif Dungoofi gaachana taate.... Dubbattee dubbachiifte Hidhattee hidhachiifte Falmattee falmachiifte! Sirbituu bakka gootaa Hiddituu akka soonsaa Kutattuu garaa abiddaa Adeemtuu karaa diddaa.. Giiftii ayyaanni tole Ilfee koo yaa kiilolee! Nagaan boqodhu!

2
#licensure_exam_result Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Abduremaan Aliyyii kan jedhamu, qormaata bahiins+1
#licensure_exam_result Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Abduremaan Aliyyii kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) nuu milkaa'ee jira. ‎Waaqni akkasitti milkiin sigalshe hagalatoomu. ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. #INBOX "#An Abduremaan Aliyyii Turaa jedhama 'Department of Bsc nursing' Nageellee Arsii General Hospital and medical college irraa... # dhugaa Rabbii Galatoomaa isinii jechuu qofaa dhufee Coc Darberaa..!! #Dhaloota dhufaa jiruuf lee nuuf jabaadhu ... Milkinii milkayinaa kenaa...!!" ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC
1 555
3
‎#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Dessalee Fiqaaduu kan jedhamu, qormaata bahiin+1
‎#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Dessalee Fiqaaduu kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) nuu milkaa'ee jira. ‎Waaqni akkasitti milkiin sigalshe hagalatoomu. ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya Dso ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
1 490
4
#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Badhaasaa Tesfaayee kan jedhamu, qormaata bahii+1
#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Badhaasaa Tesfaayee kan jedhamu, qormaata bahiinsaas qabxii bareedaan Licensure exam (COC)s qabxii bareedaan nuu milkaa'ee jira. ‎Waaqa akkasitti milkiin sigalsheef galanni hatahu ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC
1 722
5
No text...
1 832
6
Barattootni COC/Licensure exam barachuu barbaaddan, muummee Bec Nurse taatan jirtuu. Online qofaatti barachuu kan barachuu barbaaddan. Yaada keessan nuuf barreessaa
1 969
7
No text...
2 487
8
Carraa hojii banaa digirii fi muuxannoo zeeroo dhaan. 











. Beeksisa bakka hojii banaa Ministeerri dhimma Alaa (FDRE) bakka hojii duwwaa armaan gadiitti caqasaman irratti dorgomtoota dorgomsiisee dhaabbataan qacaruu barbaada. Gita hojii: ‱ Gosa hojii: ‘Attaché’ ‱ Sadarkaa: IX ‱ Mindaa: 12,566 ‱ Baay'ina: 100 ‱ Ulaagaa Barnootaa: Gosa barnootaa kamiyyuun Digirii Jalqabaa (Bachelor's Degree) fi Muuxannoo Hojii Waggaa 0 (Zeeroo). Hubachiisa: Dorgomtoonni yeroo galmeef dhiyaatan odeeffannoo fi sanadoota armaan gadii guuttanii argamuu qabdu: 1. Waraqaa ragaa barnootaa ‘original’ fi kooppii ‘cost-sharing’ hin qabne. 2. Waraqaa eenyummaa. 3. Yeroo Galmee: Beeksiisni kun erga bahe irraa eegalee guyyoota hojii walitti aanan 7 (torba) keessatti ta'a. 4. Guyyaan qormaataa: isin beeksisna. 5. Bakka Galmee: Ministeera dhimma alaa gamoo haaraa darbii 4ffaa Lakk. 401 qaamaan dhiyaachuun ykn liinkii galmee armaan gadii fayyadamuun galmaa'uu ni dandeessu: https://forms.gle/R7PmwCNeqEE3EQBN6 6. Shamarran dorgoman ni jajjabeeffamu. Ministeera dhimma alaa FDRE 27/12/2018 Odeeffannoo dabalataatiif lakkoofsa bilbilaa: +251115522079 irratti bilbiluun gaafachuu ni dandeessu. Share gochuu hindagatiinaa @followers https://t.me/MilkiHST
2 433
9
#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Magarsaa Beekumaa kan jedhamu, qormaata bahiins+1
#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Magarsaa Beekumaa kan jedhamu, qormaata bahiinsaas qabxii bareedaan Licensure exam (COC)s qabxii bareedaan nuu milkaa'ee jira. ‎Waaqa akkasitti milkiin sigalsheef galanni hatahu ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC
2 281
10
#INBOX "#Barsisaa koo dhugaa rabbii YouTube keetiif sagalee atii group keessattii gadii dhiiftu qofaa caqasuudhanii... Coc da+1
#INBOX "#Barsisaa koo dhugaa rabbii YouTube keetiif sagalee atii group keessattii gadii dhiiftu qofaa caqasuudhanii... Coc darbee Ulfaadhu barsiisaa koo Galataa kee siif deebisaa... # Dhaloota dhufuufi lee nuf jabadhuu.. ... Milkinii milkayinaa kenna..... ... Yoo jiraanneee wal-agarra qaamanillee barsiisaa koo..." Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf https://t.me/MilkiHST
521
11
No text...
2 461
12
‎ ‎​📱 BEEKSIISA LEENJII HUBANNOO FAAYYAA 📱 ‎ ‎​Mata Duree: Risky Sexual Behavior and Adverse Health Outcomes ‎(Amala Saalqunnamtii balaaf nama saaxilanii fi miidhaa fayyaa isaan fidan) ‎ ‎​🌟 Hubannoo Jireenya Keessan Jijjiiruuf Qophoofte! 🌟 ‎ ‎​Yeroo ammaa karaan irra deemaa jirtan sirrii ta'uu fi dhiisuu isaa akka hubattaniif, akkasumas jireenya keessan keessatti bu'uura cimaa akka kaa'attaniif leenjiin kun isin gargaara. ‎​Maal irratti xiyyeeffata? Haala hawwataa ta'een waa'ee qaama keessanii, fayyaa wal-hormaataa, gaa'ela keessa galuun dura maal beekuu qabda fi balaawwan fayyaa wal-hormaataa wajjin walqabatan gadi fageenyaan isin hubachiisna. ‎ ‎​Wanti nii saalfachiisa jedhamee yaadamu hin jiru: Wantoota hawaasni walitti haasa'achuu saalfatu asitti gadi diignee ifaan kan isin leenjisnu taha; waan irra dibnu hin qabnu. ‎ ‎​🎯 Eenyuun Ilaallata? (Ulaagaa Hirmaannaa) ‎ ‎👉​Umurii: Waggaa 16 ol kan ta'an hundaa (Dhiiraaf Dubara). ‎👉​Haala Maatii: Warra gaa'ela keessa hin galle (Sagantaan warra gaa'ela qabaniif gara fuulduraatti ni jiraata). ‎👉​Sadarkaa Barumsaa: Barattoota Digirii fi isaa gadii qofa (Muummee kamiyyuu hatahu ni dabalata). ‎ ‎​📌 Hubachiisa addaa: Leenjiin kun barattoota Milki Health Science TC tiif akkasumas yuunivarsiitii mootummaa bakka tokko tokkotti marsaa tokkoof kennamaa kan ture yoo ta'u, amma garuu barattoota Naqamtee fi Naqamtee alatti argamaniif marsaa jalqabaaf karaa 'online' kennuuf qophii hunda xumurree jirra. ‎ ‎​📅 Odeeffannoon Leenjichaan wal qabatu kanbiraan. ‎📱​Bakka Itti Kennamu: Karaa Online (Telegram private group addaa isiniif qophaa'uun, leenji'aa qofaatu keessa seena). ‎ ‎📱​Guyyaa leenjiin itti kennamu: Qaammee 3/13/2018 galgala sa'a 2:00 irraa eegalee. ‎ â€ŽđŸ«„â€‹Gatii Galmee: Galmee fi leenjiin walitti Qarshii 200 (Dhibba lama) qofa. ‎ ‎​💡 ​Carraan mata duree kana irratti argattanii leenji'uu jireenya keessan keessatti baayyee dhiphaa dha, ammuma itti fayyadamaa. ‎Leenjii keenya kanaan namoota baayyee barattoota baayyee fayyaduu dandeenya, itti hingaabbitan. ‎ ‎Erga leenjitanii booda ​bara haaraa bara 2019 ejjennoo gaariin akka eegaltaniif, fayyaa qaama keessaniif dursa akka laattan ofitti amanamummaa gaarii akka qabaattan isin taasisa. ‎​Dhiira taatee ulaagaa kana keessa hin jirtu yoo ta'e obbolootakee ergi; itti hin gaabbitu. Abbaa fi haadha taatanii hordoftoota keenya kan taatanis, daa'ima umurii kana keessatti argaman yoo qabaattan galmeessisaa; sirriitti isiniif qajeelchinee, itti hingaabbitani. ‎ ‎​📝 Akkamitti galmaa'uu gandeessu? ‎ ‎​📞 Karaa telegram keenya; @Milk_HSTC ‎ ‎​Lakkoofsa Bilbilaa: 0917047563, ‎ ‎ â€Žâ€‹đŸ”„ Fayyaan Harka Keessan Jira! đŸ”„ ‎​Ergaa kana hiriyoota keessaniif qooduun obboloota keessan fayyadamoo taasisaa. ‎ ‎Milki health science TC ‎Center of empowering minds ‎https://t.me/milkiHSC
2 440
13
#Exit_exam 2019 Galgala kana 2:30tti 'Exit Exam 2019 tutorial class karaa Milki health science Online class' qabna. Yeroon ga
#Exit_exam 2019 Galgala kana 2:30tti 'Exit Exam 2019 tutorial class karaa Milki health science Online class' qabna. Yeroon gahuuf daqiiqaa 5 hanqisaa garee keessatti nu eegaa. Sagantaan barnootaa kan torbee kanaa hardha waan eegaluuf irraa hin hafiinaa. Yeroo amma jiru kanatti seeraan waan itti fayyadamaa jirruuf, sagantaa barnootaa akka kanatti hanga dhumaatti itti fufnaan wanti nu sodaachisu hin jiraatu. Injifannoon keenyuma Barattootni haaraan galmaa'uuf fedhii qabdan telegram keenya: https://t.me/Milk_HSTC nuqunnamaa, 0917047563 nubilbiluus dandeessu. #Jabaan_Waaqa Milkeessi Waaq
2 586
14
Milkiin Akka maqaa isaati Namni mana isatti goree Ammaarate galaa Bu'a dadhabi isaati Olmaa danuu qaba Katabame hin dhumu Olm
Milkiin Akka maqaa isaati Namni mana isatti goree Ammaarate galaa Bu'a dadhabi isaati Olmaa danuu qaba Katabame hin dhumu Olmaan master keenya Bu'aan inni nu biraa argate Milkaa'i'insa keenya!! Jirachuun Barsiisa Keenya Bayyee kan itti nu boonsise Bu'aa qoormaata keenya Addunyaatti nuuf beeksise!! Umurii jireenya kee Gammada jiradhu Akka nu boonsite Bara baraan ulfaadhu!! Kootaa hirmaadha Milkii waliin baradha Inni isin qajelchaa Waqayyoo ni milkeesa!! Bakka hundatti fac'aa Barnooni milkii Kaabaa Fi Kibba ga'aa Tamsaasa milkii!! Fayyaan faaya jedhee Ijoollee milkin galchaa Baratamuu qabaa Fayyaan bakka argachu qaba!! Erga milkii hordofne Barnoota fayya kabachisne Kanaf si hordofne jedhu Barattooni fayyaalle!! !!!!!!!!!!!!!!!!!!! Hordoftoota milkii irraa!! Horaa Bulaa!! đŸ’ȘđŸ’ȘđŸ’ȘđŸ’Ș Walaloo Addunyaa D. dhaan
2 612
15
qarshii xiqqoon waan umurii keessan kana keessatti isin fayyadu hunda gadi fageenyaan leenjii bareedaaf gabaabaa tahe siniif
qarshii xiqqoon waan umurii keessan kana keessatti isin fayyadu hunda gadi fageenyaan leenjii bareedaaf gabaabaa tahe siniif qopheessaa jirra. Shamarraanis dhiirris umurii waggaa 16 kan tahan gaa'ela keessa kan hingalle hunda hirmaachisuun dhaloota balaa irraa eeguuf hubannoo uumuun nama sanas, maatii isaas borii isaaniis akkasumas biyya balaa irraa eegna. Fedhii keessan tahuu yaada nuuf barreessaa.
2 322
16
#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Eebbisaa Yaazaachewu Ijjiguu kan jedhamu, qorma+1
#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC kan ture Eebbisaa Yaazaachewu Ijjiguu kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira. ‎Waaqni akkasitti milkiin sigalshe hagalatoomu. ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya Eebboo. ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC
2 260
17
‎#Licensure_exam_result ‎Barattuu barnoota dabalataa 'milki health STC 'face to face' barataa kan turte Sinboonee kan jedhamt+1
‎#Licensure_exam_result ‎Barattuu barnoota dabalataa 'milki health STC 'face to face' barataa kan turte Sinboonee kan jedhamtu, qormaata bahiinsaas tahe Licensure exam (COC) milkooftee jirti. ‎Waaqni akkasitti milkiin sigalshe ha eebbifamu. ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabduu keenya Sinboo. ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC
2 055
18
‎#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health' karaa 'Online' fi 'face to face' barataa kan ture Dagaagaa+1
‎#Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa  'milki health' karaa 'Online' fi 'face to face' barataa kan ture Dagaagaa Horaa kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira. ‎Waaqni akkasitti milkiin sigalsha. ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya Dagoo. ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC ‎
2 001
19
#Inbox “Mana milkiitti goreen milkin gale Galani kan waaqati Qabsoon dhaloota barnootan jaaruu cimee itti ha fufu siin jenna+1
#Inbox “Mana milkiitti goreen milkin gale Galani kan waaqati Qabsoon dhaloota barnootan jaaruu cimee itti ha fufu siin jenna Barsiisa koo, Qaxale ko!!” 

.. Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC Online' barataa kan ture Kadir Yusuuf Roobaa kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira. ‎Waaqni akkasitti milkiin sigalsha. ‎Baga Waaqni gammachuun siguute Yuusuuf keenya. ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya. ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC
1 940
20
Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC Online' akkasumas qaamaanis barataa kan ture Dita Alemaay+1
Licensure_exam_result ‎Barataa barnoota dabalataa 'milki health STC Online' akkasumas qaamaanis barataa kan ture Dita Alemaayyoo kan jedhamu, qormaata bahiinsaas Licensure exam (COC) milkaa'ee jira. ‎Waaqni akkasitti milkiin sigalsha. ‎Baga Waaqni gammachuun siguute Taaree keenya. ‎Amma barataa miti, ogeessa fayyaati. ‎Baga Waaqni sigammachiise jabaa keenya. ‎Milkii HSTC dhaloota Milkeessuuf ‎https://t.me/milkiHSC
1 880